ይህ የቲክቫህ (ተስፋ) ኢትዮጵያ ቤተሰብ አባላት መሰባሰቢያ እንዲሁም የመረጃ እና የመልዕክት መለዋወጫ መድረክ ነው።
@tikvahuniversity
@tikvahethAfaanOromoo
@tikvahethmagazine
@tikvahethsport
@tikvahethiopiatigrigna
#ኢትዮጵያ
Last updated 2 months, 3 weeks ago
Last updated 2 months, 2 weeks ago
ይህ ስለ Manchester United መረጃዎችን የሚያገኙበት የ Telegram ቻናል ነው 🇪🇹
--------------------------------------------------------------
☞︎| ስለ ማንቸስተር ዩናይትድ ትኩስ መረጃዎች
☞| ቀጥታ ስርጭቶች ከየስታድየሞቹ
☞| የዝውውር ዜናዎች
☞| ስለ ማንችስተር ዩናይትድ ታሪኮች
📩 ለማስታወቂያ ስራ DM :- @Marcoabdu
Last updated 1 month, 2 weeks ago
« Mumayyi'aa haarawaafi inhiraafaata isaanii Iliyaas Ahmad,Ibnu munawwar, Saadaat kamaal,Abuu muslim akka fakkeenyaatti»
•. مـحاضـرة بعـنـوان :
المميعة الجدد وانحرافهم
إلياس أحمد وابن منور وسادات كمال وأبو مسلم نموذجا »ღ
۞« Silsilaa Sagantaa Torbanii»۞
«Muhaadaraa 11ffaa»
Sheikh Abu suleymaan hafizahullaah
Guyyaa Kamisa 06/06/2017EC
Kamisa Sha'baan 14 ,1446H
Galgala sa'atii 3:00 irraa Eegalee kan taasifame.
© Jama'aa Garee ❝Majmuu'atu Ijtimaa'is-Salafiyyiin❞ tin Kan Qophaahe.
Telegram irratti nu hordofuudhaf
https://t.me/Gareewalittiqabamasalafiyyootaa
Akkasumas, Gama:-
Facebook:-
https://www.facebook.com/profile.php?id=61569850986566&mibextid=ZbWKwL
👌 በዚህ አመት በጥር ወር ብቻ በተለያዩ አካባቢዎች የተደረጉ ዘርፈ ብዙ ምክሮች
➊ኛ በስልጤ ዞን በአሊቾ ወሪሮ ወረዳ ጮል መንደር ላይ የተደረጉ ሙሐደራዎች ምክሮች እና ማቅጣጨቶች👉 የዝሙት አደጋ እና አስከፊነት
🎙 በሸይኽ ዐ/ሐሚድ حَفِظَهُ الله
🏝 ➴➘➴
https://t.me/AbuImranAselefy/9639
*👉 ልዩ ቆይታ ከሱረቱ ኑህ ጋር
🎙 በሸይኽ ዐ/ሐሚድ حَفِظَهُ الله
🏝* ➴➘➴
https://t.me/AbuImranAselefy/9647
👉 ዱዓቶች ሆይ አላማችሁን እወቁ
🎙ኡስታዝ አቡ ሀመዊያህ حَفِظَهُ الله
🏝 ➴➘➴
https://t.me/AbuImranAselefy/9653
👉 ጅህልና የሸሮች መነሻ ነው
🎙ኡስታዝ ኪርማኒ حَفِظَهُ الله
🏝 ➴➘➴
https://t.me/AbuImranAselefy/9655
👉 የሰው እና የጂን ሸይጧኖች
🎙በኡስታዝ አብዱልቃድር حَفِظَهُ الله
🏝 ➴➘➴
https://t.me/AbuImranAselefy/9656
👉 የሀቅን ገፅታ ማጠልሸት
🎙በኡስታዝ ባህሩ ተካ حَفِظَهُ الله
🏝 ➴➘➴
https://t.me/AbuImranAselefy/9657
👉 ወዳጅነት እና ጠላትነት የሚል ግጥም
🎙በወንድማችን ኢብኑ ኑሪ حَفِظَهُ الله
🏝 ➴➘➴
https://t.me/AbuImranAselefy/9658
*👉 ዒልምን ፈልጎ መሰባሰብ
🎙 በሸይኽ ዐ/ሐሚድ حَفِظَهُ الله
🏝* ➴➘➴
https://t.me/AbuImranAselefy/9661
👉 የሰዎች ክብር እና ሐቅ
🎙 በሸይኽ አቡ ዘር حَفِظَهُ الله
🏝 ➴➘➴
https://t.me/AbuImranAselefy/9662
👉👉👉 ሙሉ የፈታዋው ፕሮግራም
🎙 በሸይኽ ዐ/ሐሚድ حَفِظَهُ الله
🏝 ➴➘➴
https://t.me/AbuImranAselefy/9664
👉 የቀደምት ሰለፎቻችን ጎዳና
🎙በኡስታዝ አቡ ሙዓዝ حَفِظَهُ الله
🏝 ➴➘➴
https://t.me/AbuImranAselefy/9678
➋ኛ በማዕከላዊ ደቡብ በሀዲያ ዞን በፎንቆ ገጠር ዳዕዋ እንደ አየር በሚያሰፈልገው ህዝብ እና የፕሮቴስታንት ተፅዕኖ በጎላበት አካባቢ የተሰጡ ምክሮች!
👉🏻 ተቅዋ 【አላህን መፍራት】
🎙በኡስታዝ ነስረዲን حَفِظَهُ الله
🏝 ➴➘➴
https://t.me/AbuImranAselefy/9739
👉🏻 አዲስ ፈጠራዎችን መጠንቀቅ
🎙በኡስታዝ አቡ ሙዓዝ حَفِظَهُ الله
🏝 ➴➘➴
https://t.me/AbuImranAselefy/9740
👉🏻 የተሸነፍንበት ዋና ምክንያት
🎙በወንድም አቡ ዒምራን حَفِظَهُ الله
🏝 ➴➘➴
https://t.me/AbuImranAselefy/9741
👉🏻 የወላጆችን ሐቅ መጠበቅ
🎙በ አቡ ዒምራን حَفِظَهُ الله
🏝 ➴➘➴
https://t.me/AbuImranAselefy/9742
👉🏻 ስለ ሸሪዓዊ እውቀት አስፈላጊነት
🎙በኡስታዝ ዒዘዲን حَفِظَهُ الله
🏝 ➴➘➴
https://t.me/AbuImranAselefy/9743
❸ኛ 🛖 በጉራጌ ዞን ጉመር ወረዳ አረቅጥ ከተማ ሰለፍያ መስጂድ ላይ የተሰጡ ትምህርቶች
👉🏾 የታላቁ ረመዳን ወር አቀባበል
🎙 በሸይኽ ዐ/ሐሚድ حَفِظَهُ الله
🏝 ➴➘➴
https://t.me/AbuImranAselefy/9746
👉🏾 ሱናን አጥብቆ መያዝ
🎙 በኡስታዝ አህመድ ሸረፋ حَفِظَهُ الله
🏝 ➴➘➴
https://t.me/AbuImranAselefy/9747
👉🏾 ተውሂድ እና ሽርክ (ባዕድ አምልኮ)
🎙 በኡስታዝ ባህሩ ተካ حَفِظَهُ الله
🏝 ➴➘➴
https://t.me/AbuImranAselefy/9748
*👉🏾 ሙሉ የፈትዋ ፕሮግራም
🎙 በሸይኽ ዐ/ሐሚድ حَفِظَهُ الله
🏝* ➴➘➴
https://t.me/AbuImranAselefy/9749
👉🏾 ወሳኝ መንሃጃዊ ምክርና ጥቆማ
🎙 በኡስታዝ ባህሩ ተካ حَفِظَهُ الله
🏝 ➴➘➴
https://t.me/AbuImranAselefy/9750
➍ኛ 🛖 በጉራጌ ዞን በቀቤና ልዩ ወረዳ
🕌 ቃጥባሬ አሊፍ መስጅድ የተደረጉ ሙሐደራዎች ስብስብ
👉🏿 የወልዮችን ቀብር ማምለክ
🎙 በሸይኽ ሙባረክ حَفِظَهُ الله
🏝 ➴➘➴
https://t.me/AbuImranAselefy/9752
👉🏿 ስለ ተውሂድ፣ ሽርክ፣ ፆም፣ ጫት...
🎙 በሸይኽ ዐ/ሐሚድ حَفِظَهُ الله
🏝 ➴➘➴
https://t.me/AbuImranAselefy/9753
👉🏿 ስለ ተውሂድ እና ሽርክ ገለፃ
🎙 በኡስታዝ አቡ ሀመዊያህ حَفِظَهُ الله
🏝 ➴➘➴
https://t.me/AbuImranAselefy/9754
👉🏿 ራስን በመፈተሽ ዙሪያ ምክር
🎙 በኡስታዝ ባህሩ ተካ حَفِظَهُ الله
🏝 ➴➘➴
https://t.me/AbuImranAselefy/9755
በአላህ
ፍቃድ
ወደፊትም
👌👌👌 ይ ቀ ጥ ላ ል ኢ ን ሻ አ ላ ህ
https://t.me/AbuImranAselefy
🏝 t.me/AbuImranAselefy
https://t.me/AbuImranAselefy
❝Ikhwaanal Muslimiin Eenyu? /Kutaa 1ffaa/❞
محاضرة بعنوان من هم جماعة الإخوان المسلمين؟ /الحلقة - ١/
Silsilaa Sagantaa Torbanii
➤ Muhaadaraa - 2ffaa -
? Sheekh Shaamil Ahmad - Hafizahullaah
? Gaafa Jimaataa 4/4/2017 A.L.Itiyoophiyaa (Jumaadaa II, 12/1446 A.L.H) Galgala Sa'aatii 3:30 irraa kaasee taasifamu.
© Jama'aa Garee ❝Majmuu'atu Ijtimaa'is-Salafiyyiin❞ tin Kan Qophaahe.( https://t.me/Gareewalittiqabamasalafiyyootaa/4691 )
Telegram irratti nu hordofuudhaf:- https://t.me/Gareewalittiqabamasalafiyyootaa
Akkasumas, Gama:-
Facebook:- https://www.facebook.com/profile.php?id=61569850986566&mibextid=ZbWKwL
Sheekh Muhammad Amaan Al Jaamii - Rahimahullaah Eenyu akka tahan maaltu Si beeksise?
Yaa Salafii:-
✓ Tokkummaa Kee eeggadhu.
? Yoo tasa Obboleessa kee sunnaatin Walitti mufatte ykn waldhabde Awfii godhiif ykn Gaafadhu. Nafsiyaa tee osoon ilaalin Da'waaf dursa kenni.
? Nama Nasiihaa siif godhe irraa fudhu, Kan barbaachisuuf Nasiihaa godhi.
? Nama Maqaa Manhaja kanaa himatu, garuu Waan qabatama hin qabne ykn hin mirkanaa'in qabatee hafarsu, Kan Nasiihaa qeebaluu didu fi kkf ... Suni Kaayyoo qabate qabaa hanga Waan nafsiyaan isaan jette sana argatuu of duuba hin deebi'u waan taheef sana tuffadhuu bira kuti. Yoo Shubhaan isaa nama irratti dhiibbaa qaba tahe fi Nama heddu dogoggorsuun shakkame malee kan akkasii irraayis dubbachuu dhiisi.
Kanuma!!!
https://t.me/Khedir_M_Abomsa
Obboleewwan koo kan sunnaa Alhamdulillah waan tokko kan sheekhni keenna sheekh Alii hasan shunee rabbiin rahmata isaanii haa godhuu,ijaaranii irratti nu dhiisanii dhaamsa isaanii kan xumuraa irratti dabarfatanii nuuf dabrsanii gara gandda aakiraa nu biraa deeman irraa?
مجموعة إجتماع السلفيين
Garee walitti qabama salafiyyootaa kana.
https://t.me/Gareewalittiqabamasalafiyyootaa
Maarree nulleen akka isaanii ta'uu dadhabnus bakka isaan nuun jedhan san hanqannus dhaamsa isaanii hanga tokkos taatu bakkaan gahuuf irra jirra Alhamdulillah, gareen kuni eega isaan nu biraa deemanii,kan of duuba deebi'e of duuba deebi'us!!, kan jijjiirame jijjiiramus!!,kan baqate baqatus,kan dagate dagatus!!, Alhamdulillah hin dhaabbanne hin facaane sumal-hamdulillaah.
Warroonni yaadan haa ta'uu garee kana link isaa facaasun haa ta'uu obboleewwan keessan itti affeerun haa ta'uu darsii bira dhaabbatuun haa ta'uu..itti jirtan galatoomaa ofumaaf dalaydanii jazaakumullaahu keyran.
Inshaa allaah garee kana ol guddisuuf waan hunddaan numatu bira jira eega rabbiitii.
Maarree gareen akkuma telegram irratti baname achi qofatti hin dhaabbatinii Facebook irrattis kunoo peg isaa banamee jiraa Alhamdulillah,maarree seenaa #Follow godhaa hordofaa irraa fayyadamaa, obboleewwan keessaniifis sheer godhaa.
Waan garee irratti darbu muhaadaraa ta''ee beeysisa ta'ee ergaa nasihaa ta'ee ergaa gaggabaaboo darsii irraa fudhataman ta'ee..as irraa argattan inshaa allaah gara Facebook tiin ?
https://www.facebook.com/profile.php?id=61569850986566&mibextid=ZbWKwL
Tuuta Siinqiin #KIJIBAA ❌
- Ati Yoo Namni Wahii Mallaquma ofii isaa sitti kennatee Waan tokko naaf biti jedhee Suuqa si ergate, Bittee Kaatee “Anatu Mallaqa kiyyaan biteef" yoo jette akkam?!
Jamaal Aliyyii tun Waan akkasii dalagde. Kanumaan waliin Kijiba hangana gahu Kanaan Miidiyaa dhiphisanii ittiin wal faarsu, ittiin daldalu. subhanallah ‼️
Xiqqeenya irraa wanti kanaa gadii inuman jirre, Yaa Mixiixii!!!
Ibsaa Hasan (Qilleensi Nasrii Bubbise) Sunnaa dhiisee Firqaa Ikhwaanaa hordofuu isaa of irratti Ragaa bahee jira. Alhamdulillaah nuti Duruma Gochoota kee fi Saahibban kee ilaallee Ikhwaana tahuu kee beekne. Har'a garuu Ofii keetin nuuf ragde!
?????
https://t.me/Khedir_M_Abomsa/3061
?????
Video Gabaabduu tana qofa keessatti Jecha isaa tan
“Waan hordoftu, Mazhaba kankee Ikhwaanaa tahuu yon Salafii tahuu kee ifa baastee hin dubbatinii dhoksi. Sababni isaatis Namoota si jibban ofitti baay'ista. Kana yoo jedhu garuu Ani Ikhwaanaa ykn Salafii ofiin jechuuf miti Nuti Islaama”
jedhu keessatti iccitii heddu keessaa fudhanna.
1ffaa) Akkuma Mazhabni Salafiyyaa jiru, Firqaan Ikhwaana jedhamtus jiraachuu fi Lameen isaanii kan wal faallessan tahuu.
2ffaa) Sababni inni Ejjannoo isaa dhoksuu barbaadef, Adeemsa kanatu sirriidha jechuuf osoon hin taane, Nama cufa of jaalachiisudhan hordoftoota heddu horachuudha.
3ffaa) "Nutis Salafiis, Ikhwaanas ofiin jennee ittiin hin dhaadannu, Nuti Islaama" jechuun isaa Ikhwaanaa tahuu isaa ifaan muldhisa. Salafiin mazhaba ofii dhoksee hin beeku. Tan Haala gabaa ilaaltee gaafa barbaadde Ani Ikhwaana jettus, Gaafa kaan immoo Ani Salafii jettu, Gaafa kaanis Nuti Islaama malee maqaa biroo hin qabnu jettu Jara Ikhwaanaa ti.
Jechi Ibsaan miidiyaa gubbatte baasee haasawe Kuni waan silaa isaan yeroo kaan akka iccitii tti wal gorsan ture. Garuu Gowwummaa fi wallaalummaan iccitii qabachuu isa dhoorkitee Dalagaa isaanii tan iccitii dhan dalagan ifa nuuf baase. Nama dhugaa barbaadef dubbiin dirree jirti. Alhamdulillaah, Galanni kan rabbiiti kan Nama haqa barbaadef - Waan haqaa fi dhara taate adda baase!!!
ይህ የቲክቫህ (ተስፋ) ኢትዮጵያ ቤተሰብ አባላት መሰባሰቢያ እንዲሁም የመረጃ እና የመልዕክት መለዋወጫ መድረክ ነው።
@tikvahuniversity
@tikvahethAfaanOromoo
@tikvahethmagazine
@tikvahethsport
@tikvahethiopiatigrigna
#ኢትዮጵያ
Last updated 2 months, 3 weeks ago
Last updated 2 months, 2 weeks ago
ይህ ስለ Manchester United መረጃዎችን የሚያገኙበት የ Telegram ቻናል ነው 🇪🇹
--------------------------------------------------------------
☞︎| ስለ ማንቸስተር ዩናይትድ ትኩስ መረጃዎች
☞| ቀጥታ ስርጭቶች ከየስታድየሞቹ
☞| የዝውውር ዜናዎች
☞| ስለ ማንችስተር ዩናይትድ ታሪኮች
📩 ለማስታወቂያ ስራ DM :- @Marcoabdu
Last updated 1 month, 2 weeks ago