ይህ የቲክቫህ (ተስፋ) ኢትዮጵያ ቤተሰብ አባላት መሰባሰቢያ እንዲሁም የመረጃ እና የመልዕክት መለዋወጫ መድረክ ነው።
@tikvahuniversity
@tikvahethAfaanOromoo
@tikvahethmagazine
@tikvahethsport
@tikvahethiopiatigrigna
#ኢትዮጵያ
Last updated 1 month, 3 weeks ago
Last updated 1 day, 20 hours ago
ለማንኛውም አስተያየት እና ጥቆማ ? @Esat_tv_comment_bot
??ኢሳት የኢትዮጵያ አይን እና ጆሮ??
Last updated 2 months ago
Maqaa Abbaa, kan Ilmaa, kan Hafuura Qulqulluu, Waaqa Tokkoo Ameen!
"Gara mana Waaqayyoo haa deemnu' yeroo naan jedhan naan gammade" Faarfannaa 121÷1
Imala GC
Kabajamtoota barattoota eebbifamtoota bara 2016 yaa'ii mooraa keenyaa,baga gammadaan jechaa imalli afuurawaan addaa GC gara Mana Qulqullummaa kawaala Tokkummaa Qulqulleettii Arsema Bongaa Getesemaneetti waan qophee'ef, imala kana irraatti akkaa hirmaatan aferamtanittu.
"Akka nu jala hin dabarreef yaa ariifannu."
✟ Bakkeewwan guyyaa sanatti daawwataman
➩ Mana Qulqullummaa seenaa qabeessa Madaani'alaami Andirachaa
➩ Riqicha uumamaa ajaa'ibaa(Riqicha Waaqayyoo) .
➩ Bareedina uumamaa Zoonii Kafaa fi kkf argadhu
? Yaadannoo addaa waan ta'eef akka nuti hin darbine!!! Haa ariifannu!!!
? Gatiin imala baasii nyaataa dabalatee Birrii 500 qofa
Qopheessaan:- Koree GC bara 2016
Guyyaa: Sanbaata dura, Waxabajjii 01/10/2015
Yeroo Ka'umsaa: halkan sa'aatii 10:30 halkaan qorqoorroo fuuldura
➪ Galmaa'uu fi tikkeettii bitachuuf akkasumas odeeffannoo dabalataaf ? 0920445830
0940309345
0909696693 irratti bilbila.
✍️ 19ኛ ሳምንት የኮርስ መርኃግብር
ግንቦት 18 /2016ዓ.ም
✍️ ለ 1ኛ,2ኛ
⌚️ 04:00 - 06:00
? 1ኛ ዓመት በ አማርኛ እና ኦሮምኛ :- ነገረ ሀይማኖት
? 2ኛ ዓመት በ አማርኛ:- መፅሃፍ ቅዱስ ጥናት
✍️ Sagantaa koorsii torbee 19ffaa
Caamsaa 18/2016B.A
✍️ Waggaa 1ffaa,2ffaa
⌚️ 04:00 - 06:00
? Waggaa 1ffaa Afaan Amaariffaan fi Afaan Oromiffaan:- waa'ee Amanti
? Waggaa 2ffaa Afaan Amaariffaan :- Qoo'annaa kiitaaba qulqulluu
⛪️" ኪዳንኪ ኮነ ኪዳነምሕረት ለኃጥአን ተስፋነ ቤዛነ ኪዳንኪ ኮነ ፤ ኪዳነምሕረት ሆይ ለእኛ ለኃጥአን ኪዳንሽ ተስፋ ሆነ "⛪️
❤️ እንኳን ለኪዳነምሕረት ወርኃዊ መታሰቢያ በዓል በሰላም አደረሳችሁ ❤️
✍️ ልጇ ክርስቶስ ለእናቱ ለእመቤታችን ለቅድስት ድንግል ማርያም " ስምሽን የጠራ ዝክርሽንም የዘከረውን እምርልሻለው " ብሎ ቃል ኪዳን ገብቶላታልና ቃልኪዳኗን በማሰብ እና ወርኃዊ የኪዳነምሕረት በዓል በማስመልከት ግንቦት 16/2016ዓ.ም ቀን ልዩ የጽዋ መርኃግብር ተዘጋጅቷል።
ሰዓት:- 11:00
✍️ ማስታወሻ:- በሰዓት መጨረስ ስላለብን በጊዜ እንገኝ
⛪️Yaa Waadaa araaraa waadan Kee nu cubbamtootaf abdii nuuf ta'e"⛪️
❤️Baga Ayyaana Yaadannoo ji'a Waadaa araaraan ittiin isin gahe❤️
✍️ Haadha keenya Qulqulleettii durboo Maariyaamiif Ilmi ishee Kiristoos "maqaa Kee kan waamee,Yaadannoo Kee kan taasisee siifan maara" jedhe Waada galeef jiraati Waadaa ishee yaadachuun fi ayyaana yaadannoo Waadaa Araaraa ilaalchisee Camsa 16/2016 B.A sagantaan addaa xoofoo qophaa'eera.
Sa'aatii:-11:30-12:30
✍️Yaadachiisa:- yeerodhan fixuu waan qabnuf sa'attidhan haa argamnu.
ይህ የቲክቫህ (ተስፋ) ኢትዮጵያ ቤተሰብ አባላት መሰባሰቢያ እንዲሁም የመረጃ እና የመልዕክት መለዋወጫ መድረክ ነው።
@tikvahuniversity
@tikvahethAfaanOromoo
@tikvahethmagazine
@tikvahethsport
@tikvahethiopiatigrigna
#ኢትዮጵያ
Last updated 1 month, 3 weeks ago
Last updated 1 day, 20 hours ago
ለማንኛውም አስተያየት እና ጥቆማ ? @Esat_tv_comment_bot
??ኢሳት የኢትዮጵያ አይን እና ጆሮ??
Last updated 2 months ago