Unlock a World of Free Content: Books, Music, Videos & More Await!

Barattoota oromoo

Description
Channel kun dhimma barattoota oromoo irratt odeeffannoo garagaraa dhiyeessa

Yaada fi qeeqaa karaa @Barattootaorobot jedhun nuuf kenna

⚡️⚡️Karaa YouTube dhan nu hordofuuf https://www.youtube.com/@OroAcademy⚡️⚡️

Garee @barattoootaoromo1
Advertising
We recommend to visit

Waa mareeg lagu aruuriyo duruusta culimada soomaaliyeed.

Waxa ka masuul ah:
https://t.me/IshraqCenter

Kala xidhiidh maamulka halkan:
@Turaasculimobot

Waxaad ka heleysaa buugaag ku qoran Luqadaada Hooyo ee Af-Soomaaliga oo ka liyah

Fadlan wixii Su'alaha la xariir

@liibaanwaasuge
@Mfaratoon

Hoyga Aflaanta Hindiga & Musalsalda Afsomali ah Gaar ahaan Kuwii Hore ee 70aad Kii ilaa 2024 Jaceyl Waali @ALFAGHISTUDIO Halkan Ka Daawo

1 month, 3 weeks ago

Bu'aan qormaata barattootaa 114 namuusaa qormaataa cabsanii guutummaatti haqame - Ministeericha

-Bu'aan qormaata ba'umsaa barattootaa 114 namuusaa qormaataa cabsanii guutummaatti haqamuu Ministeerri barnootaa beeksise.

Bu'aan qormaata bu'umsaa barattoota 114 hojmaata seera qormaataa darbanii guutummaatti haqamuu ministeerichi xaalayaa Dhaabbilee barnootaa olaanoo mootummaa fi dhuunfaaf barreesseen ibseera.

Bu'aan qormaataa guutummaan haqamuu fi Adabbiin dabalataa yeroo itti aanu kan ibsamu ta'uu eereera.

Barattoonni dhaabbilee mootummaa fi dhuunfaa kumni 119 fi 145 qormaata ba'umsaa marsaa 2ffaaf Guraandhala 6- 11, 2016 kenname fudhachuun kan yaadatamuudha.

#Oromia #Ethiopia

1 month, 3 weeks ago

Aaga Dhagahaa...dhagahaa waldhageessisaa🦻🦻🦻

Aselamualeykum werahmatullahi wabarakatu

maatii hordoftoota #Golden Age  hundaafu Baga jala bultii kessummaa ulfaattuu Ramadaanaan isin gahe jechaa #Golden Age Ramadaana sababeefachuun leenjii gabaabaa ramadaanaan wolqabatu isiniif qabatee dhufaa jira.

Leenjiin kana adda kan taasisu:

👉nama hundaaf mijataa kan ta'eedha.

👉bilisaan kennama

👉yeroo gabaabaa keessatti kan xumuramuudha

👉waraqaa ragaa kan qabuudha

👉Bakka kamuu teessanii  bilbila keessan fayyadamuun leenjicha argachuu dandeessu.

Carraan addaa kun akka isin hin darbine koottaa galmaahaa!!!

1 month, 3 weeks ago
2 months ago

𝑪𝑯𝑨𝑨𝑵𝑨𝑨𝑳𝑰𝑰 𝑨𝑲𝑲𝑨𝑴𝑰𝑰 𝑩𝑨𝑹𝑩𝑨𝑨𝑫𝑫𝑼𝑼⁉️
𝑾𝑯𝑨𝑻 𝑪𝑯𝑨𝑵𝑵𝑬𝑳 𝑫𝑶 𝑻𝑯𝑬𝒀 𝑾𝑨𝑵𝑻⁉️

Channel/Group 10K+ 𝐒𝐮𝐛𝐬𝐜𝐫𝐢𝐛𝐞𝐫𝐬
𝐅𝐫𝐞𝐞 𝐏𝐫𝐨𝐦𝐨𝐭𝐞𝒓: @Rafiqul_Islaam

2 months ago

https://youtu.be/kiVkhKYgaHE?si=E4ksPXn3gA-n9Lhf

YouTube

electric current grade 10 physics in afaan oromo @OroAcademy

#education #afaanoromoo #electric #circuit #ethiopia #current @OroAcademy @OBNoromiyaa @comedianeshetu @InspireEthiopia

2 months ago

𝐀𝐬𝐬𝐚𝐥𝐚𝐚𝐦𝐮 𝐀𝐥𝐚𝐲𝐢𝐤𝐮𝐦 𝐖𝐨𝐫𝐚𝐡𝐦𝐚𝐭𝐮𝐥𝐥𝐚𝐚𝐡𝐢 𝐖𝐨𝐛𝐚𝐫𝐚𝐤𝐚𝐚𝐭𝐮𝐡𝐮𝐮

𝗢𝗱𝘂𝘂 𝗚𝗮𝗺𝗺𝗮𝗰𝗵𝗶𝗶𝘀𝗮𝗮!!

𝑹𝒂𝒂𝒅𝒊𝒚𝒐𝒐 𝑨𝒍-𝑯𝒊𝒋𝒓𝒂𝒕𝒂𝒚𝒊𝒊𝒏 𝑨𝒌𝒌𝒖𝒎𝒂 𝑩𝒆𝒆𝒌𝒂𝒎𝒖 𝑻𝒐𝒓𝒃𝒂𝒏 𝑻𝒐𝒓𝒃𝒂𝒏𝒊𝒊𝒏 𝑲𝒂𝒏 𝑰𝒔𝒊𝒏𝒊𝒊𝒇 𝑫𝒉𝒊𝒚𝒂𝒂𝒕𝒖 𝒀𝒐𝒐 𝑻𝒂'𝒖 𝑻𝒐𝒓𝒃𝒂𝒏𝒊𝒕𝒕𝒊 𝒀𝒆𝒓𝒐𝒐 𝑻𝒐𝒌𝒌𝒐 𝑲𝒂𝒏 𝑰𝒔𝒊𝒏 𝑩𝒊𝒓𝒂𝒂𝒏 𝑮𝒆𝒆𝒏𝒚𝒖 𝑻𝒂'𝒂𝒂 𝑰𝒏𝒏𝒊𝒔 𝑮𝒖𝒚𝒚𝒂𝒂 𝐒𝐚𝐛𝐭𝐢𝐢 𝑲𝒂𝒏 𝑰𝒔𝒊𝒏 𝑸𝒂𝒒𝒒𝒂𝒃𝒊𝒔𝒊𝒊𝒔𝒏𝒖 𝑻𝒂'𝒂𝒂 𝑲𝒂𝒏𝒂𝒂𝒇𝒖𝒖 𝑵𝒖 𝑯𝒐𝒓𝒅𝒐𝒇𝒂𝒂.

𝑺𝒂𝒈𝒂𝒏𝒕𝒂𝒂𝒍𝒆𝒆 𝑰𝒏𝒏𝒊 𝑸𝒂𝒃𝒂𝒕𝒆𝒆 𝑰𝒔𝒊𝒏𝒊𝒊𝒇 𝑫𝒉𝒖𝒇𝒖 𝑲𝒂𝒏 𝑨𝒓𝒎𝒂𝒂𝒏 𝑮𝒂𝒅𝒊𝒊𝒕𝒕𝒊 𝒂𝒓𝒈𝒂𝒎𝒂𝒏 𝑲𝒂𝒏𝒂𝒂𝒅𝒉𝒂𝒂 𝑴𝒂𝒂𝒓𝒓𝒆𝒆 𝑱𝒐𝒊𝒏 𝑮𝒐𝒄𝒉𝒖𝒖𝒅𝒉𝒂𝒂𝒏 𝑵𝒖 𝑯𝒐𝒓𝒅𝒐𝒇𝒂𝒂 𝑱𝒛𝒌.

2 months ago
Deebin waan kana meeqa jettu

Deebin waan kana meeqa jettu

A) 9
B) 27
C)81
D) 243

2 months ago

https://youtu.be/fF1e_11M1HA?si=XsQnzMRPqH_w210m

YouTube

electric field grade 10 physics in afaan oromoo @oroacademy

#education #physics #electric #circuit #ethiopia #barnoota\_afaan\_oromoo\_fi\_english #afaanoromoo @OroAcademy @OBNoromiyaa @OromiaMedia @QaanqeeShow @comedianeshetu @seifuonebs

2 months ago

Ads

Barattootn kutaa 10 page kana join godha

https://t.me/G10th

Telegram

Grade 10 physics

This channel contains grade 10 physics ***📃***notes ***📖***videos ***🗞***selected question

2 months ago
We recommend to visit

Waa mareeg lagu aruuriyo duruusta culimada soomaaliyeed.

Waxa ka masuul ah:
https://t.me/IshraqCenter

Kala xidhiidh maamulka halkan:
@Turaasculimobot

Waxaad ka heleysaa buugaag ku qoran Luqadaada Hooyo ee Af-Soomaaliga oo ka liyah

Fadlan wixii Su'alaha la xariir

@liibaanwaasuge
@Mfaratoon

Hoyga Aflaanta Hindiga & Musalsalda Afsomali ah Gaar ahaan Kuwii Hore ee 70aad Kii ilaa 2024 Jaceyl Waali @ALFAGHISTUDIO Halkan Ka Daawo