Hawwii Islamic tube

Description
โ™ฅ๏ธโ™ฅ๏ธ๐Ÿ•‹Inshaa Allah Yoo Rabbiin fadhe
๐Ÿ‘‰ Seenaalee
โค Hadiisa rasuulaa ๏ทบ
๐Ÿ‘‰ Gaaffii fi deebi'i
๐Ÿ‘‰ Islaamummaa
๐Ÿ‘‰Gorsa sheekkota keenya bifa barreefamaatin Fi Kkf


Yaadaa fi qeeqaaf @Hawwiislaamic_bot
Advertising
We recommend to visit

Last updated 2ย months ago

โ™ฅ๏ธโ™ฅ๏ธ๐Ÿ•‹Inshaa Allah Yoo Rabbiin fadhe
๐Ÿ‘‰ Seenaalee
โค Hadiisa rasuulaa ๏ทบ
๐Ÿ‘‰ Gaaffii fi deebi'i
๐Ÿ‘‰ Islaamummaa
๐Ÿ‘‰Gorsa sheekkota keenya bifa barreefamaatin Fi Kkf


Yaadaa fi qeeqaaf @Hawwiislaamic_bot

Last updated 3ย days, 12ย hours ago

Empowering Generation
Dambi Dollo University Telegram Channel

Last updated 1ย month, 2ย weeks ago

5ย days ago

๐‘ช๐‘ฏ๐‘จ๐‘จ๐‘ต๐‘จ๐‘จ๐‘ณ๐‘ฐ๐‘ฐ ๐‘จ๐‘ฒ๐‘ฒ๐‘จ๐‘ด๐‘ฐ๐‘ฐ ๐‘ฉ๐‘จ๐‘น๐‘ฉ๐‘จ๐‘จ๐‘ซ๐‘ซ๐‘ผ๐‘ผโ‰๏ธ
๐‘พ๐‘ฏ๐‘จ๐‘ป ๐‘ช๐‘ฏ๐‘จ๐‘ต๐‘ต๐‘ฌ๐‘ณ ๐‘ซ๐‘ถ ๐‘ป๐‘ฏ๐‘ฌ๐’€ ๐‘พ๐‘จ๐‘ต๐‘ปโ‰๏ธ

Chaanaalii Akkamii Barbaadduโ‰๏ธ Chaanaalota Barbaachisoo ta'an hundaayyuu isiniif qabannee dhufneerra join godhaa itti fayyadamaa

แˆแŠ• แ‰ปแŠ“แˆ แ‹ญแˆแˆแŒ‹แˆ‰โ‰๏ธ  แŠฅแŠ•แ‹ตแ‰ตแ‰€แˆ‹แ‰€แˆ‰ แŠฅแŠ“ แŠฅแŠ•แ‹ตแ‰ตแŒ แ‰€แˆ™แ‰ฃแ‰ธแ‹ แˆแˆ‰แˆ แŠ แˆตแˆแˆ‹แŒŠ แ‰ปแŠ“แˆŽแ‰ฝ แŠ แˆ‰แŠ•แข

๐“๐ก๐ข๐ฌ ๐ˆ๐ฌ ๐‡๐จ๐ฉ๐ž ๐๐ซ๐จ๐ฆ๐จ๐ญ๐ข๐จ๐ง
         ๐€๐๐ฏ๐ž๐ซ๐ญ๐ข๐ฌ๐ข๐ง๐  ๐“๐ž๐ฅ๐ž๐ ๐ซ๐š๐ฆ
          ๐‚๐ก๐š๐ง๐ง๐ž๐ฅ๐ฌ//๐†๐ซ๐จ๐ฎ๐ฉ๐ฌ
@Rafiqul_Islaam

๐€๐๐ฌ: ๐Ÿ‘‡
@Hope_promotions
@GurgurtaaChaanaalii

6ย days, 5ย hours ago

Namni Guyyaa
Jumu,aa Qaama
Dhiqatee Gama
Salaataa Adeeme
Hamma Rabbiin
Isaa Laaffise Salaate
Sana Booda kuxbaa
Callisee Dhaggeeffate
Hanga imaamni Xumurutti
Sana Booda umaama
Wajjin Salaate Rabbiin
Badii isaa Dhiisaaf
Dilii Jidduu Jumu,aa
Kanatiifii jumu,aa
Biroo keessatti
Yakka Raawwatee
Jedhan Rasuulli

ุตู„ู‰ ุงู„ู„ู‡ ุนู„ูŠู‡ ูˆุณู„ู…โฃ๏ธ

2ย months, 2ย weeks ago

๐Ÿ‘‰Rabbi nuha godhu warra diin isa khaddamu
๐Ÿ‘‰Wallaala gorfatee kheeyriin wal-barbaadu
๐Ÿ‘‰Obboleeysa saa lubbuu ofirra jaalatu
๐Ÿ‘‰Gorsa Aalimaa dhagayee fahmu
๐Ÿ‘‰Rasuulatti hidhatee Rabbiif ajajamu
๐Ÿ‘‰Shirkii irra fagaate kheeyriin wal-dorgoomu
๐Ÿ‘‰Galaa guduunfate aduunyaa irraahiis deemu
๐Ÿ‘‰Aakhirattiis qubsumaf jannatul firdaws warra seenu.
๐Ÿ™๐Ÿ™YAA RABBI NU GODHI๐Ÿ™๐Ÿ™

ุงู„ุณู„ุงู… ุนู„ูŠูƒู… ูˆุฑุญู…ุฉ ุงู„ู„ู‡ ูˆุจุฑูƒุงุชู‡

๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡ join my channel๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@Hawwiiislamictube
@Hawwiiislamictube

2ย months, 2ย weeks ago

Khofla ๐Ÿคฃ

Akkuma biyyi kamuu afaan ofii qabdutti
koflaafis mallattoo ofii qabaachu quba qabdu....?
Biyyoota muraasa fi mallattoo isaan khofluuf fayyadaman.
1English -> ha ha ha
2 Portugal fi Brazil ->kkkkkkk
3 Greeke ->Xaxaxa
4 Russia ->Ololol
5 Dr Congo -> kirke
6 Spanish -> jajaja
7 France ->mdr
8 Nigeria ->iwkmd
9 Thailand ->5555
10 Arabic ->๏ปซ๏ปฌ๏ปฌ๏ปฌ๏ปช
11 Japan ->www
12 Malaysia ->Ha3
13 Italia ->Ahahaha
14 Norway ->hรธhรธhรธ
Waa xiqqo seeqqadhaa mee๐Ÿ˜„

๐Ÿ‘‰ JOIN US ๐Ÿ‘‡

@hawwiiislamictube
@hawwiiislamictube

2ย months, 3ย weeks ago

February 14
(Valentine day ๐Ÿšซ)

โœ Namtichatu intalatti gumna dalage/Nikaaha malee wajjiin rafe... badii guddaa waan raawwateef ajjeefame... achumaa ummanni kafaraa yaadannoo waggaa taasisaniif... ergasii... Valentine day/Ayyaana jaalalaa jechuudhaan moggaasaniif...
Ati hoo maaltu si galche kan muslimaa....!!
Ayyaana jaalalaa ayyaaneffachuun Haraama... kaafiratti fakkachuu uf keessaa waan qabuuf...!
ยฉ๏ธTafakkur

๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡ join my channel๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@Hawwiiislamictube
@Hawwiiislamictube

2ย months, 4ย weeks ago

Rabbiin nabiyaallaah MUSSAA(AS) dhaaf bahara kheeysa kharaa dhoose.
Rabbiin nabiyallaah YUUNUS(AS)  dukkana sadeen kheysaa baase.
Rabbiin nabiyallaah AYYUUB(AS)  dhukkubaa hamaa san irraa fayyise.
Rabbiin nabiyallaah SAALIH(AS)  qowmii jalloo san jalaa najaa baase.
Rabbiin nabiyallaah ISSAA(AS)  makrii jaraa sanii jalaa baase.
Rabbiin nabiyallaah MUHAMMAD(SAW) mushirikoota qureyshii jalaa baase.
Rakkinoota khee xixxiqqaa khana hin furu jattee yaaddaa?
ABADAN ABADAN
Ofii dadabanii rabbi hin sakkaban.
Hanqinni nu bira jira; of-sirreeysuutu nurra jira.

Rabbiin gargaarsifattee, abdii khee isa irratti guuttatte, isa irratti yoo irkatte abadan hin salphattu.
Rahmaan nama isa gaafate deebii malee hin deebisu.
Rahmaan nama isatti waywaate hin hongeeysuu.
Rahmaan nama isa abdate hin xiqqeeysu.
Rahmaan rahmanni isaa baldhaadha.

Yaa rahmaan, rahmata kheetiif dilii teenya irra nuuf dabri.

ุงู„ุณู„ุงู… ุนู„ูŠูƒู… ูˆุฑุญู…ุฉ ุงู„ู„ู‡ ูˆุจุฑูƒุงุชู‡

๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡ join my channel๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@Hawwiiislamictube
@Hawwiiislamictube

Jazakumullaah

3ย months ago

Irra Aaaqilli namaa, Nama namaaf irra dabruudha.
Irra dureessi namaa, Nama waan qabutti Amanedha.
Irra jabaan namaa, Nama yeroo aare if-qabuudha.
Irra kijibaan namaa, Nama waa'e isaa bayyisee hasawuudha.

๐Ÿ‘‰Join us ๐Ÿ‘‡

ุงู„ุณู„ุงู… ุนู„ูŠูƒู… ูˆุฑุญู…ุฉ ุงู„ู„ู‡ ูˆุจุฑูƒุงุชู‡

@Hawwiiislamictube
@Hawwiiislamictube

3ย months, 1ย week ago

SALAWAATA BUUSI

Isa ja'uu ummata kiyyaa
Kan namuutu ja'uu
Bar lubbuu tiyyaa      
Caala umaa tanaa      
Ergamaa rahmataa
Salawaata itti busuu
Sa maaliif qusattaa
Salawaata tokkoon
Bar kudhan argattaa... 2x

๐Ÿ˜‘๐Ÿ˜‘๐Ÿ˜‘
โžกAlahumma salli alaa muhammad...
Ergamaa caala irratti salawaata buusii
๐ŸŒท๐ŸŒท ุงู„ู„ู‡ู… ุตู„ูŠ ุนู„ู‰ ู…ุญู…ุฏ ูˆุนู„ู‰ ุขู„ู‡ ูˆุฃุตุญุงุจู‡ ุฃุฌู…ุนูŠู† ๐ŸŒท๐ŸŒท

๐Ÿ‘‰ JOIN US ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
๐ŸŒท
@Hawwiiislamictube
@Hawwiiislamictube

4ย months, 2ย weeks ago

โœ๏ธ sudeeysi abdumaalikiin
๐Ÿ‘‰ Dubartiin islamaa jechuun enyuu??
Dubartiin islama sihi jechuun tana of barii
Dubartii jechuun tan janatnii isi male jannata hin tanee
Ati hadhaa tan rabbin jannata hirpha ke laman jalatti godhee
Ati hadhaa manatii tan dhirtii yoo isii kabajjee male dhira hin tanee
Ati intala tan abba isitif ibidarraa girdoo tatuu
Ati obboleyti dha tan isii maxxanfatuun ibadaa dha
Ati adadadha tan tajaa matarraa keysuu
Ati haboodha tan nabiin ๏ทบ habon sadarka hadhatti jirtii ja'e
Ati guddiftu mararfattudha tan rakkina jiruu irra gara sitti baqannuu
Ati ciqilee dha tan isii irrati ciqilfaturra hin duromnee
Ati utubadha kan isarratti irkaturraa hin duromnee
Ati omishtuu dhiratii
Ati qopheysitu gotaati
Ati walakka hawaasatii
Atituu dahee
Atitu guddisee
Cuftii dhiraa duniya tanarra dhuftee
Guyya tokko garaa kan kee keysatti ulfaa tatee
Fayya teti fi qamaa ketirra nyatee duniya tanarra dhufe
Inni mootii ta'e
Kan hoggana ta'e
kan hayyuu ta'e
kan dureysaa ta'e
Kan milkawee bakka gudda gahe gaaf tokko si biratti
Kutaa fonii xiqqa tokko ture
Cufaa nabiyyotaa atituu guddise
Cufaa namotaa gurguddaa atituu omishee
Ati warshaa ulama'otatii
Dhiraa jajabduu hunda dubaa seenaa yoo qoratan atituu dubaan jiraa
Dubartii islamaa sihii jechuun tanaa mata kee ol fudhadhuu deem
Waan dubistaniif galatomaa
Barreysan :- Sudeysi Abdumalik

ุงู„ุณู„ุงู… ุนู„ูŠูƒู… ูˆุฑุญู…ุฉ ุงู„ู„ู‡ ูˆุจุฑูƒุงุชู‡

๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡ join my channel๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@Hawwiiislamictube
@Hawwiiislamictube

We recommend to visit

Last updated 2ย months ago

โ™ฅ๏ธโ™ฅ๏ธ๐Ÿ•‹Inshaa Allah Yoo Rabbiin fadhe
๐Ÿ‘‰ Seenaalee
โค Hadiisa rasuulaa ๏ทบ
๐Ÿ‘‰ Gaaffii fi deebi'i
๐Ÿ‘‰ Islaamummaa
๐Ÿ‘‰Gorsa sheekkota keenya bifa barreefamaatin Fi Kkf


Yaadaa fi qeeqaaf @Hawwiislaamic_bot

Last updated 3ย days, 12ย hours ago

Empowering Generation
Dambi Dollo University Telegram Channel

Last updated 1ย month, 2ย weeks ago