Barattoota oromoo

Description
Channel kun dhimma barattoota oromoo irratt odeeffannoo garagaraa dhiyeessa

Yaada fi qeeqaa karaa @Barattootaorobot jedhun nuuf kenna

⚡️⚡️Karaa YouTube dhan nu hordofuuf https://www.youtube.com/@OroAcademy⚡️⚡️

https://telega.io/c/Barattootaoromo
We recommend to visit

Last updated 1 month, 3 weeks ago

Channel kun dhimma barattoota oromoo irratt odeeffannoo garagaraa dhiyeessa

Yaada fi qeeqaa karaa @Barattootaorobot jedhun nuuf kenna

⚡️⚡️Karaa YouTube dhan nu hordofuuf https://www.youtube.com/@OroAcademy⚡️⚡️

https://telega.io/c/Barattootaoromo

Last updated 1 month, 2 weeks ago

♥️♥️🕋Inshaa Allah Yoo Rabbiin fadhe
👉 Seenaalee
❤ Hadiisa rasuulaa ﷺ
👉 Gaaffii fi deebi'i
👉Gorsa sheekkota keenya bifa barreefamaatin Fi Kkf
CEO: @Iklaaas

Yaadaa fi qeeqaaf @Hawwiislaamic_bot

Last updated 1 month, 2 weeks ago

1 month, 2 weeks ago

AI

Yeroo darbee waa'eee barreesse ture hara akkamiti akka nu barsiisu danda'uu Fi qormaata barsisan tokko baasu tilmaamu ykn guutu argachu akka dandeenyu ilaalla.

Akka barsiisatt irra barachuuf

Akka barsiisatt irra barachuuf chatgpt, deepseek Fi Poe chat keessa tokko fayyadamun akka barsiisatt akka nu barsiisu ajaju dandeenya fkn

  1. Create short notes on _ mata dure Kenna sana galchina

  2. Teach physics or chemistry, about black hole like my teacher, like highschool teacher, like college teacher and like professor and scientist yoo jettan akkuma barbaadinit isin barsiisa akka barsiisa elementary, high school Fi colleget concept baldhise ykn gabaabse sadarka isinif maluun isin barsiisa

Qormaata tilmaamuuf

Yeroo heddu kan ai qormaata suura kaasan ergun deebi deebisudha Garu halli garagara mijaachu dhabu dandaha gonkuma yeroo bilbila qabatan seenun hin mijanne fa jiraadhu ni mala or naannoo qormaata sanat Network jammer yoo jiraate jechuun meesha akka network hin dalagne kan godhu yoo jiraate bilbila fayyadamun ni rakkisa

So qormaata dursine tilmaamun bareeda ta'a

Akkamiti kan jedhuuf maloota armaan gad fayyadamna yoo qabiyye(content) beeknef

  1. Create 20 multiple choice questions on____ mata dure bakka duwwat sanat salphumat gaaffile filaanno 20 nuuf uuma yoo baayinna gaaffi olkaasne salphumat content sana gara gaaffitti jijjire jechuudha. Yeroo Amma irra heddun barsisotas ai fayyadamanif gaaffi isin create gootanif isaan baasan carra wolfakkachuu baldhadha

  2. Kitaaba irratt gaaffi shakkitan barsiisan ni fida jettan gaafficha sana cropy gootan AI irratt akka bifa choice, true/false dhan isinif qopheessu ajaju dandeessu yeroo sana salphumat gaafficha adda adda hubattani seentu jechuudha

Share gochun dhorka😜 because cheating is ____
👆demo kanas AI hin gafatina

By Usman G

2 months ago

#of eegannoof

( Baankii Daldalaa Itoophiyaa)

Pharma+ (Faarma Plus) maali?

Pharma+ (Faarma Plus) bilbila keenya irratti marsariitii hawaasaa fi appilikeeshinoota adda addaa irraa dhufuun bilbila keenya seenuu danda’u, akkasumas Telegram, WhatsApp fi marsariitii hawaasaa biroo irratti bal’inaan hojjatamaa jiru #appilikeeshin ta’ee jira.

Midhaan isa maali?

Baankii Daldalaa Itoophiyaa tajaajila odeeffannoo nageenyaa Pharma+ (Faarma Plus) appilikeeshina kanaan walqabatee rakkoo akka ta’e ibsee jira.

Pharma+ (Faarma Plus) marsariitii hawaasaa irraa dhufuun appilikeeshinoota biroo waliin walitti dhufeenya qabaachuun bilbila keenya seenuu dandeessisuun:

• Sikirinii bilbila keenya ilaalu;

• Ergaa gabaabaa dubbisuu;

• Fuula seensa soba qopheessuu;

• Jechoota iccitiin tamsaasuu fi odeeffannoo dhuunfaa saamuun dandeessisu.

Walitti dhufeenya maallaqaa irratti odeeffannoo dhugaa baafachuun, bilbila keenya irratti dhangala'uu fi appilikeeshinoota biroo keessatti argamuun balaa fida. Kanaaf, of eeggannoo gochuun barbaachisaa dha.

Akka Pharma+ (Faarma Plus) irraa of eeggannuuf maal gochuu dandeenya?

➡️ Appilikeeshinoota kamiyyuu bilbila keessan irratti hin cufin;
➡️ Marsariitii hawaasaa irraa dhufeenya qabduun ergaa kamiyyuu ykn appilikeeshina tokkoo sirriitti mirkaneeffachuun cufaa hin baane;
➡️ Iddoo pop-up (ibsa yaadannoo) fi fuula hatattamaa hin cufin;
➡️ Appilikeeshinoota nageenya mirkaneessan akka Google Play, Amazon, App Store fi Samsung Galaxy Store fayyadamuun qofa;

Appilikeeshinoota bilbilaa sirrii fayyadamuun of eeggannoo gochuu dandeessu.

( Baankii Daldalaa Itoophiyaa)

2 months ago

Ethiopia keessatti Google irratti namoonni baay'een barbaadan jechoota maali?

Onkololeessa 27, 2025
Ethiopia keessatti 2024 Google irratti barbaadaman jechoota keessaa "Ethiopia" jedhamu dursee jira.
Google bara 2024 namoonni websaayitii irratti seenuudhaan baay'inaan barbaadan (search) jechoota ifa taasiseera.
Ethiopia keessatti baay'inaan Google irratti barbaadaman jechoota keessaa "Ethiopia" jedhamu dursee jira; "YouTube" fi "Translate" jedhaman immoo itti aanan sadarkaa qabu.
Google (Google) jedhuun ofii isaa Google irratti barbaaduudhaan Ethiopia keessatti baay'inaan barbaadaman jechoota keessaa 4ffaa ta'e qaba.
2024 Ethiopia keessatti Google irratti baay'inaan barbaadaman jechoota:

  1. Translate

  2. Google

  3. Weather

  4. Telegram

  5. Arsenal

  6. Facebook

  7. TikTok

  8. Liverpool

2 months, 3 weeks ago
3 months ago
3 months, 3 weeks ago
5 months ago
Amumma start join godha notcoin fi …

https://t.me/PAWSOG_bot/PAWS?startapp=rUHIm74k

Amumma start join godha notcoin fi dogs dhan deggarama

5 months ago

Guyya muraasa qofate hafe join godha

https://t.me/memefi_coin_bot/main?startapp=r_81f8f44176

5 months ago

[??????? ????????? ?? ??????????????? ??'??  ????????? ????????? ??????? ????????????? ??????!

???????????
???????????
???????????
???????????
???????????
???????????
???????????
???????????
???????????
???????????
???????????
???????????
???????????
???????????
???????????
???????????
???????????
???????????
???????????
???????????

Go Click the Heart ??

???? ?? ???? ?????????
          ??????????? ????????
             ????????/??????](https://t.me/addlist/BTjJemKRpCszZDc8)

??? ???? ???????

We recommend to visit

Last updated 1 month, 3 weeks ago

Channel kun dhimma barattoota oromoo irratt odeeffannoo garagaraa dhiyeessa

Yaada fi qeeqaa karaa @Barattootaorobot jedhun nuuf kenna

⚡️⚡️Karaa YouTube dhan nu hordofuuf https://www.youtube.com/@OroAcademy⚡️⚡️

https://telega.io/c/Barattootaoromo

Last updated 1 month, 2 weeks ago

♥️♥️🕋Inshaa Allah Yoo Rabbiin fadhe
👉 Seenaalee
❤ Hadiisa rasuulaa ﷺ
👉 Gaaffii fi deebi'i
👉Gorsa sheekkota keenya bifa barreefamaatin Fi Kkf
CEO: @Iklaaas

Yaadaa fi qeeqaaf @Hawwiislaamic_bot

Last updated 1 month, 2 weeks ago