Jeet ek Nasha hai aur is Nashe ki Factory ka mai ek lauta Baadshah hoon !
My Telegram Channel Link
https://t.me/+S9lLIcfDkRrhG-VZ
For Any Query Contact
My Username - @RehanBaadshah
Last updated 3ย weeks, 1ย day ago
Youtube Irraattis nu Argattu
https://www.youtube.com/c/KaachuuEntertainment
Yaada qabdan kamiifuu bot kana fayyadamaa
@Walaloo_bot
Last updated 1ย month, 3ย weeks ago
๐๐ถ๐ฟ๐ฒ๐ฒ๐ป๐๐ฎ ๐บ๐ถ๐น๐ธ๐ฎ๐ฎ'๐ฎ๐ฎ ๐ท๐ถ๐ฟ๐ฎ๐ฎ๐ฐ๐ต๐๐๐ณ ๐ธ๐ฎ๐ธ๐ฎ'๐๐๐บ๐๐ฎ ๐ฌ๐๐๐๐๐ ๐ณ๐ถ ๐๐๐ก๐๐๐๐ง๐ง๐๐ ๐ฑ๐ต๐ผ๐ธ๐ฎ๐๐ฎ๐ฎ ๐ผ๐ณ๐ถ๐ถ๐๐๐ถ ๐ณ๐ฎ๐๐๐ฎ๐ฑ๐ฎ๐บ๐๐๐ณ ๐พ๐ผ๐ฝ๐ต๐ถ๐ถ ๐๐ฎ'๐๐ ๐ฏ๐ฎ๐ฟ๐ฏ๐ฎ๐ฎ๐ฐ๐ต๐ถ๐๐ฎ!
๐ฅ @Oromoo_Inspire_YaadaafBot ๐ฅ
Last updated 3ย weeks, 2ย days ago
Namoota ofii isaanii irrattis ta'e hariiroo namoota biroo wajjin qaban irratti amantaa gahaa hin qabneef yaada ykn miira isaanii ibsachuuf ofitti amanamummaa hin qabneeni๐๐พ๐๐พapp kunni baay'ee isin gargara buufadhaa๐๐พ
https://sifanoro.com/2023/04/12/ofitti-amanamummaan-jiraachuu-living-with-self-confidence/
Yoo jabaachuu barbaaddee, kophaa kee qabsaa'uu baradhu
Kaleessa kee sirreessuuf deemta yoo ta'e boruu kee balleessaa akka jirtu hin dagatin, addunyaa kana irraa namni kaleessa isaa jijjire hin jiru๐๐พ๐
https://obsii.com/there-is-nothing-on-it-the-land-is-disgusting-to-look-at-let-alone/
Gahumsa kan qabu sammuu isaa fayyadama malee arraba isaa miti.
Milkaa'insi akka balaa tasaa nama hin mudatu, dadhabiikee fii yeroo kee gaafata kanaf waantota abjuukee galmaan ga'an sana hundumaaf humna kee fi yeroo kee kenni๐๐พ๐๐พ๐
https://obsii.com/2024/04/22/it-is-easy-to-know-and-identify-the-right-paying-companies/
Karoorakeetti daangaa godhi!
โกKaayyookee amala mulโata keetiitti hidhi!
โกDogoggorri jireenyakeetti yoo dhufe haaraa akka sitti hin taanetti of qopheessi.
โก Mulโata gurguddaatti ceโuuf karoorota xixiqqoo milkeessi!๐๐พ๐๐พ๐
https://obsii.com/2024/04/20/lets-get-to-know-the-truth/
Namoonni gatii gaarii ofiif kennan yeroo hundaa addunyaa mataa isaanii keessa jiraatu. Waan isaan biratti fudhatama argate jajanii jaallachuun, wanta isaan biratti kiiloo hin kaafne tuffatanii dhiisu.
๐๐พ๐๐พ๐๐
https://shorturl.at/cMPST
https://shorturl.at/cMPST
โกAmalli gaariin obsa qabaachuu si barsiisa.
โก Amalli gaariin waan si hin madaalle si tuffachiisa.
โกAmalli gaariin gorsee si deebifata.
โก Amalli gaariin milkaaโina biraan si gaha.
โก Amalli gaariin akka ati of sirreessitu sitti hima. Beekumsi qabaa barbaada. Beekumsi akkaataa qabataa wallaalan burqaa oftuulummaan irraa maddu taโa.๐๐พ๐๐พ๐
https://sifanoro.com/2023/06/03/amalli-gaariin-waan-si-hin-madaalle-si-tuffachiisa/
Yoom iyyuu Joobira ol kaสผee qarqara galaanaa ykn muka gubbaa taaสผee yoo argitan, sirriitti ilaalaa, simbirroon sun hammam xiyyeeffannaa akka kennitu ilaalaa.Baruumsa guddaa akka irraa argattan abdii guddaan qaba Waaโee Joobiraa guutummaa isaa dubbisuuf ๐๐พ๐๐พ
https://siinan.sifanoro.com/?p=16
Yoo isinitti tole Hiriyyoota keessaniifis share godha
Jireenya kee jijjiiruuf namni dandeettii qabu si qofa; namni homaa siif gochuu hin danda'u sababni hammam siif gochuu hin danda'u illee, Karaan salphaan of jijjiiruu dandeessu wantoota guyyaa guyyaan ati hojjettu jijjiiruudha.๐๐พ๐
https://obsii.com/dhugaawwan-soba-fakkaatan-garuu-si-jabeessan/
๐จ๐ฎแดแฃแตแฒแซแ แแแญ แตแ แ แแชแซ แแแซ แแแ แฒแแแญแก "แ แจแแณแ แแแ แแณแต แตแแตแฐแแแตแฉ แฐแแญแฌ แแแฅแณ แแแ แแ แญ แแแญ แแ แแตแแ แฎแแ แแฐแ แแฃแ "แญแ
แจแดแฃแ แตแซ แแ แฒแซแฅแแต แฅแจแแแฐแ
แแแฃ แแญ แฅแแณแตแแฃ" แ แแแข แฅแแ แแจแ แฅแแ แจแฅแแต แฐแแแแฝ แ แแ แจแแธแแแซแแ แแ แ แตแแ แญแฉแข" ๐จ๐ฎ
๐จ๐ฎSebastian Haller waa'ee xumura waancaa Afrikaa yeroo dubbatu: "Walakkeessa taphaatti miidhaan narra ga'ee jijjiiramee deemuun barbaade, garuu Gislin Konan natti dhufee, "Kun hojii seexanaa ti, sheyxaanni qormaata ta'a" naan jedhe ati, hin deemin." jedheen hafee daqiiqaa muraasa booda goolii injifannoo galche." ๐จ๐ฎ
Kufaatiin hammuma si mudachaa deemu; ofitti amanamummaa kee cimsaa Kanaaf kufaatii hin jibbiin kufaatiin daandii milkaa'inaa ti.๐๐พ๐
https://obsii.com/2024/02/12/dont-hate-failure-failure-is-the-path-to-success/
Jeet ek Nasha hai aur is Nashe ki Factory ka mai ek lauta Baadshah hoon !
My Telegram Channel Link
https://t.me/+S9lLIcfDkRrhG-VZ
For Any Query Contact
My Username - @RehanBaadshah
Last updated 3ย weeks, 1ย day ago
Youtube Irraattis nu Argattu
https://www.youtube.com/c/KaachuuEntertainment
Yaada qabdan kamiifuu bot kana fayyadamaa
@Walaloo_bot
Last updated 1ย month, 3ย weeks ago
๐๐ถ๐ฟ๐ฒ๐ฒ๐ป๐๐ฎ ๐บ๐ถ๐น๐ธ๐ฎ๐ฎ'๐ฎ๐ฎ ๐ท๐ถ๐ฟ๐ฎ๐ฎ๐ฐ๐ต๐๐๐ณ ๐ธ๐ฎ๐ธ๐ฎ'๐๐๐บ๐๐ฎ ๐ฌ๐๐๐๐๐ ๐ณ๐ถ ๐๐๐ก๐๐๐๐ง๐ง๐๐ ๐ฑ๐ต๐ผ๐ธ๐ฎ๐๐ฎ๐ฎ ๐ผ๐ณ๐ถ๐ถ๐๐๐ถ ๐ณ๐ฎ๐๐๐ฎ๐ฑ๐ฎ๐บ๐๐๐ณ ๐พ๐ผ๐ฝ๐ต๐ถ๐ถ ๐๐ฎ'๐๐ ๐ฏ๐ฎ๐ฟ๐ฏ๐ฎ๐ฎ๐ฐ๐ต๐ถ๐๐ฎ!
๐ฅ @Oromoo_Inspire_YaadaafBot ๐ฅ
Last updated 3ย weeks, 2ย days ago