???????? ??????

Description
Advertising
We recommend to visit

Last updated 1 month, 3 weeks ago

Last updated 2 months ago

Bu'aa qormaata keessanii asirratti argachuu dandeessu

Last updated 2 months, 1 week ago

1 month, 4 weeks ago

???? ????????????

Namni Wol Dorgommii Qarshii Kuma 150 Irratti Hirmaattanii Dorgomuu Fedha Qabdan ????? Kan Jedhu Tuquudhaan Haa Eegaluu. Amma Gara Xumuraatti Waan Deemaa Jiruuf Haa Hirmaatuu!!!

ሰበር ዜና

በ150ሺህ ???? ውድድር መወዳደር የሚፈልግ ማንኛውም ሰው እባክዎ ጀምርን ????? ያድርጉ። አሁን እንሳተፍ ወደ ፍፃሜው ይሄዳል!!!

???????? ????

Anyone Who Wants To Compete In The 150 Thousand ???? Competition Please Click ?????. Let's Get Involved Now It's Going Towards the Final!!!

3 months, 3 weeks ago

Kiristiyaanummaan amantaa dhiiga dhangalaasutti amanu.

Kiristiyaanummaan amantaa bu'uura "yoo waaqni du'e malee ilmi namaa jireenya hin argatu" jedhu irratti hundeeffame. Kunis ilaalcha kufaa amantaalee ujubaafi tulluu waaqeffatan durii irraa waraabamedha. Nuti Muslimoonni maddi amataa keennaa samiidha. Ergaan samii dhufe ammoo dur durii boodatti hafaa akkanaa kana irraa qulqulluudha.Rabbiin dhala namaa jiraachisuudhaf mataa isaatii du'uu isa hin barbaachisu.inni jiraatadha.warra isatti amananiif osomaa hin duune jireenya dhuma hin qabne kennaaf. dhiigni dhangala'u malee cubbuun hin dhiifamu ilaalchi jedhu ilaacha warra xaa'ota waaqeffatuuti.keenna uumaan dhiiga dhangala'u irraa dhimma hin qabu.osoo cubbuu hanga duumessa samii heddummaatu qabaattellee atummaan garaa kee guutuun gara isaa deebinaan hanga dhiigni dhangala'uu dhiifama siif hin godhu jedhee sirraa gara hin galu. Cubbuu kee hunda siif dhiisee dhiifama siif godhee tola isaa sitti dhangalaasa malee.

Filannoo  gaarii??

Amantaa " dhiigni dhangala'u  malee cubbuun kee siif hin dhiifamu" jedhu filatta moo

Amantaa  "cubbuun kee hanga fedhees yoo heddummaate dhifama na gaafannaan dhiifama siif godha" jedhu filatta.
https://t.me/Calaqqee_Dhugaa
@Jemal89

4 months ago

Yeuus "gooftummaa" eessaa argate?

Baaybilii keessatti gooftummaa gosa lamaatu jira.isaanis Gooftummaa amalaatifi Gooftummaa kennaa(moggaasati) sababa kanaafi Baaybilii keessatti namoonnifi malaa'ikoonni gooftaa jedhamanii yeroo hedduu kan waamamaniifi.

Garaagarummaa gooftummaa amalaatiifi Gooftummaa kennaan argamuu:-

Gooftummaa amalaa
•Gooftaan dhugaa gooftummaan isaa jalqabaafi xumura hin qabu
•kennaan hin argamu.
•Gooftaan dhugaa ofii olitti gooftaa biraa hin qabu.

Gooftummaa moggaasaa
√Jalqabaafi xumura qaba
√ qaama biroo irraa kennaan argama
√ Gooftaa mataa isaa qaba.

Baaybilii keessatti namoonnis Maalaa'ikoonnis  gooftaa jedhamanii jiru.

Malaa'ikoota
Iyyaasuu 5:14 " Innis deebisee, “Ani gara eenyuu iyyuu miti; garuu ani amma akka ajajaa loltoota Waaqayyootti dhufeera” jedhe. Iyyaasuunis addaan lafatti gombifamee sagadee, “Ergaan Gooftaan koo garbicha isaatiif qabu maali?” jedhee isa gaafate.

Abbootii Murtii 6:12-13 "Ergamaan Waaqayyoos isatti mulʼatee, “Yaa loltuu goota nana, Waaqayyo si wajjin jira” jedheen.
Gidewoon garuu akkana jedhee deebise; “Garuu yaa gooftaa, utuu Waaqayyo nu wajjin jiraatee wanni kun hundi maaliif nurra gaʼa? Dinqiiwwan isaa kanneen abbootiin keenya, ‘Waaqayyo biyya Gibxiitii nu baaseera’ jedhanii nutti himan sun hundi eessa jiru ree? Amma garuu Waaqayyo nu dhiisee harka Midiyaanotaatti dabarsee nu kenneera.”

Namoota

Uumama 32:4 "Innis akkana jedhee isaan ajaje: “Isin gooftaa koo Esaawuun akkana jedhaa: ‘Garbichi kee Yaaqoob akkana jedha; ani Laabaa bira jiraadhee hamma ammaattis isuma biran ture.”

Lakkoobsa 11:28 "Iyyaasuun ilmi Nuuni kan ijoollummaa ofiitii jalqabee gargaartuu Musee ture sun kaʼee, “Yaa Musee, yaa gooftaa ko, isaan dhowwi!” jedhee dubbate.

1 Saamuʼeel 24:8 "Ergasii Daawit holqa sana keessaa baʼee, “Yaa gooftaa koo mootii!” jedhee Saaʼolin waame. Yeroo Saaʼol of irra garagalee ilaaletti Daawit gad jedhee, addaan lafatti gombifamee sagae

Maalaa'ikoonni fi Namoonni kunniin Gooftaa jedhamuun isaanii akkuma Waaqa tokkicha waaqeffatamu isaan hin taasifne Yesuusis gooftaa jedhamuun isaa waaqa waaqeffatamu isa hin taasisu.
Yesuus Gooftummaan isaa kennaadhan kan argame yoo ta'u inni mataan isaatuu gooftaa waaqeffatu qaba.

Hojii 2:36. “Kanaafuu Yesuusuma isin fanniftan kana akka Waaqni Gooftaa fi Kiristoos isa godhe manni Israaʼel hundi dhugumaan haa beeku.”  Yesuusin waaqatu akkuma Yoseefiin gibxiin irratti gooftaa taasise goofta isa taasise malee Yesuus mataa isaatii gooftummaa hin qabu

"Ammas dafaa gara abbaa kootti deebiʼaatii akkana isaan jedhaa; ‘Ilmi kee Yoosef akkana jedha: Waaqni Gibxi hunda irratti gooftaa na godheera. Gara kootti gad buʼi; hin turinis.

Yoseef waan waaqni gooftaa isa godheef akkuma Waaqa waaqeffatamu hin taane Yesuusis sababa guyyaa keessa gooftaa godhameef  Gooftaa tokkicha kophaa isaa waaqeffatamu kan Yesuus sagaduuf sana waliin gonkumaa Waaqeffatamuun sirrii miti.
Maatewos 4:10 Yesuusis, “Seexana nana, narraa fagaadhu! ‘Waaqa kee Gooftichaaf sagadi; isuma qofa tajaajili’ jedhamee
barreeffameeraatii” jedheen. isuma qofa tajaajili’  Gaaleen jedhu kun Waaqeffannaa yoo ta'u qaama  qeenxee baamaqaa " isa" jedhamuun waamamu qofatu waaqeffatama Qaama san Yesuusis namoota biroo waliin waaqeffata.
Yohannis 4:22 Isin waan hin beekne waaqeffattu; nu sababii fayyinni Yihuudoota keessaa dhufuuf kan beeknu waaqeffanna.Kanaafi Yeuus mataan isaa yeroo hedduu adda isaatiin gombifamee kan sagaduuf

Maatewos 26:39 Innis xinnoo achi hiiqee adda isaatiin lafatti gombifamee, “Yaa Abbaa ko, yoo dandaʼame xoofoon kun narra haa darbu. Garuu akka fedhii keetii malee akka fedhii kootii hin taʼin” jedhee kadhate.

Maarqos 14:35 "Innis xinnoo achi hiiqee lafatti gombifamee, yoo dandaʼame akka saʼaatiin sun isa irra darbituuf kadhate.

Gooftummaan Yesuus osoo kan amalaa(dhugaa ) taatee silaa Yesuus waaqa irraa gooftummaa hin argatu,Gooftaa waaqeffatu,kan addaan gombifamee sagaduuf hin qabaatu ture.

Gooftummaan Yesuus akkuma jalqaba qabu xumuras ni qaba Inshaa Allaah kutaa itti aanu keessatti ni ilaalla...

Obboleessa keessaan Jamaal Kadiir

4 months, 3 weeks ago

???? ????????????

??????????? ????? ?????????? ???????????? ??????????????? ??'?? ??????? ???????? ??????????? ???????? ??????????? ????? ?????????? ????????? ??????? ???????? ??????????? ???????? ???? ??????????? ?? ????????.

??????????: ?????????? ????? ?????? ??'?? 3? ?? ???? ?????? ??? ???????? ??'?? ???????? ????? ????? ????????? ?????? ????? ?? ????????

??????? ????? ?????? ???? 3?+
???? ????????: @Rafiiqul_Islaam2

4 months, 3 weeks ago

???????? ???????????? ???????????? ????? ????????? ??? ????? ???'????? ??? ??????? ????? ??? ???? ?????????? ??? ????????!!

https://t.me/Rafiiqul_Islaam

﴿مِنْ أَجْلِ ذَٰلِكَ كَتَبْنَا عَلَىٰ بَنِىٓ إِسْرَٰٓءِيلَ أَنَّهُۥ مَن قَتَلَ نَفْسًۢا بِغَيْرِ نَفْسٍ أَوْ فَسَادٍۢ فِى ٱلْأَرْضِ فَكَأَنَّمَا قَتَلَ ٱلنَّاسَ جَمِيعًۭا وَمَنْ أَحْيَاهَا فَكَأَنَّمَآ أَحْيَا ٱلنَّاسَ جَمِيعًۭا ۚ وَلَقَدْ جَآءَتْهُمْ رُسُلُنَا بِٱلْبَيِّنَٰتِ ثُمَّ إِنَّ كَثِيرًۭا مِّنْهُم بَعْدَ ذَٰلِكَ فِى ٱلْأَرْضِ لَمُسْرِفُونَ﴾

Sababa kanaan Ilmaan Israa’iil irratti ’’namni lubbuu tokko lubbuu biraatiin yookiin dachii keessa balleessuun alatti ajjeese akka waan nama hunda ajjeeseti; namni ishee jiraachises akka waan nama hunda jiraachiseeti’’ jechuu murteessineDhugumatti, ergamoonni keenya ragaawwan ifa ta’aniin isaanitti dhuftee jirtiErgasii irra hedduun isaanii sana booda dachii keessatti daangaa dabroodha.

[ المائدة]-(32 : 5)

“Iddoo koo isa qulqullaa'aatti jalqabaatii, jaarsa, dubartii, dargaggeessa, durba, ijoollee xixinnoo, ajjeesaa! Haa ta'u iyyuu malee, warra milikkita of irraa qaban keessaa nama tokkotti illee hin dhi'aatinaa!" jedhe; isaanis jaarsolii mana qulqullummaa dura turanitti in jalqaban.”
  — His. 9:6

“"Isin kan abbaa isa tokkoo, kan Seexanaa ti; kajeellaa hamaa isa kan abbaa keessaniis gochuu in feetu. Jalqabumaa jalqabee inni sun nama ajjeesaa ture; dhugaan isa keessa waan hin jirreef, inni dhugaa irra hin dhaabanne. Inni sobaa dha, abbaa sobaa tis; kanaaf yommuu sobu isa garaa isaa keessa jiru in dubbata.”
  — Yoh. 8:44

“Egaa yaada keessan wanta lafa irra jirutti isa hidhu, halalummaa fi xuraa'ummaa, kajeellaa fi hawwa hamaa, sassata isa waaqayyolii tolfaman waaqessuutti lakkaa'amus, of keessaa ajjeesaa.”
  — Qol. 3:5

“Yoyaadaan lubichi isheen mana qulqullummaa keessatti akka ajjeefamtu waan hin barbaanneef, "Tarree keessan gidduudhaa gad ishee baasaa! Nama ishee duukaa bu'uu barbaadus billaadhaan ajjeesaa!" jedhee, angafoota dhibbaa in abboome.”
  — 2Mot. 11:15

“Ahaaziyaan mootiin Yihudaa wanta ta'e kana yommuu arge, karaa Bet-Haagan irra ol in baqate; Yehuun garuu sagalee guddaadhaan, "Isas immoo ajjeesaa!" jechaa, isa in ari'e; ol ba'a Guuritti mandara Yible'aam bukkeetti konkolaataa isaa keessatti isa in madeessan; inni garuu Megidootti baqatee achitti in du'e.”
  — 2Mot. 9:27

“Namoota wayyi irraa hin bunne, 'Utuu inni Waaqayyoo fi mootii arrabsuu dhageenyeerra' jedhanii sobaan dhugaa irratti ba'an lama qopheessaatii fuullee isaa teessisaatii isa irratti dhugaa baasisaa! Kana booddees mandarattii keessaa gad baasaatii dhagaadhaan dha'aatii isa ajjeesaa!" kan jedhu ture.”
  — 1Mot. 21:10

“Iizaabel yeroo raajota Waaqayyoo ajjeesaa turtetti, Obaadiyaan immoo raajota dhibba tokko jalaa fuudhee, shantama shantamaan holqa dhagaa keessa isaan dhoksee, achitti buddeenaa fi bishaan in kennisiisaaf ture.”
  — 1Mot. 18:4

“Saa'ol kana irratti, "Daawitin ajjeesaa!" jedhee, ilma isaa Yonaataanitti, hojjetoota isaa hundumaattis in hime; Yonaataan garuu Daawitin baay'isee waan jaallatuuf,”
  — 1Sam. 19:1

“Warra mandara sana keessa jiraatan hundumaa billaadhaan ajjeesaa! Saba sanaa fi horii isaanii hundumaa qara billaatiin raawwadhaa balleessaa!”
  — Kes. 13:15

“Museen kana irratti abboota firdii warra Israa'eliin, "Isin tokkon tokkon keessan nama keessan keessaa Ba'aal isa Phe'or nama waaqeffatu ajjeesaa!" jedhe.”
  — Lak. 25:5

???????????: ???????? ??????

https://t.me/Rafiiqul_Islaam
https://t.me/Rafiiqul_Islaam

4 months, 4 weeks ago

???????? ???????, ????? ?????????? ?????????

Mootiin mootummaan isaa baraa fi yeroon hin daangeffamne, tan Rabbii qofa. Rafiitii fi mugaatiiniis isa hin qabdu. Qaamni amala Rafiitiitiin beekaman, uumamtoota. Kiristaanonni hedduun Yesuusiin Rabbi jedhanis, Rafeera. Garuu Rabbi hin Rafu. Waa'ee kanatiifis Macaafni akkana jedheera.

"Kunoo, inni Israa'elin eegu, matumaa hin mugu, hin rafus." (Far 121: 4)

Qur'aannis Rabbiin akka hin Rafne dubbata. Rafiitii fi mugaatii irraayis bilisa.

Rabbiin Isa malee haqaan gabbaramaan hin jiru; (Inni) jiraataadha; waan hundaan dhaabbataadha. Mugaatiis ta’ee hirribni Isa hin qabatu. Wanti samii keessa jiruufi wanti dachii keessa jiru (hundi) kan Isaati. Inni hayyama Isaatiin ala Isa biratti araarsu eenyuma? Waan fuuldura isaaniitiifi waan duuba isaaniis ni beeka. Beekumsa Isaa irraas waan Inni fedhetti malee hin marsan. Kursiin Isaa samiifi dachii irra bal’ateera. Isaan lamaan tiksuun Isa hin dadhabsiisu. Innis ol ta’aa, guddaadha.(Suuraa Baqaraa 2:255)

Rabbiin uumamtoota hunda uume tasumaa rafiitii fi mufaatiinus isa hin qabdu. Garuu yesuus ilma namaa waan ta'eef rafeera.

Gaaf tokko Yesus bartoota isaatii wajjin bidiruu yaabbatee, "Kottaa bishaan ciisaa kana gamatti ceenaa" isaaniin jedhe; achumaanis bishaanicha irra bu'an.Utuu bidiruudhaan ce'aa jiranii, Yesus achuma keessa rafe. Qilleensi jabaan immoo gara bishaanichaatti gad bubbisaa dhufe; bidiruu isaaniittis bishaan itti guutuu jalqabnaan, jireenya isaaniitiif sodaatan. (Luqaas 8:22_23)

"Utuu bidiruudhaan ce'aa jiranii, Yesus achuma keessa rafe. Qilleensi jabaan immoo gara bishaanichaatti gad bubbisaa dhufe; bidiruu isaaniittis bishaan itti guutuu jalqabnaan, jireenya isaaniitiif sodaatan. " (Luqaas 8: 23)

"Kunoos qilleensi jabaan bishaanicha irratti ka'ee hamma dha'aan bishaanii bidiricha irra danbali'utti ga'e; Yesus garuu rafee ture. "
(Maatiwoos 8: 24)
Kanaafuu, yesuusiin Rabbi jechuun, adeemsa gara milkaa'inaatti nama geessu odoo hin taane, jallina booddeen isaa hammeenyaati.

Yesuusin Rabbi jechuun waan hin fakkaannee fi kijiba dhugaarraa fagaateedha. Kanaafuu, Yesus Kiristosin Rabbi jechuu dhiisaatii, Rabbii yesuus sanatti amanaa.

#Karaan Iyyasuus Islaamummaa waan ta'eef koottaa Islaamummaa qabadhaa.......

Qindeessaan//Xaahir Galatoo

https://t.me/Rafiiqul_Islaam

4 months, 4 weeks ago
???????? ???????, ????? ?????????? ?????????

???????? ???????, ????? ?????????? ?????????

5 months ago

Dhugumatti, ati akkaan beekaa waan fagooti.[Suuraa Al-Maa'idaa 5:116]

" Yesus immoo, "Maaliif gaarii naan jetta? Waaqayyo isa tokkicha duwwaa malee, namni gaariin tokko illee hin jiru. "(Marqoos 10: 18)

Iyyasuus erga tokkochummaa Waaqayyoo barsiise, akkamitti Waaqayyoodha kedhame? Deebii Kiristaanotaaf haa dhiifnu____

Qopheessaan: Xaahir Galatoo

https://t.me/Rafiiqul_Islaam
https://t.me/Dhugaa_Dhokatee

5 months ago

Barsiisa Iyyasuus kiristoos
__

Barsiisni Iyyasuus kiristoos maal ture?
Xiyyeeffannoon guddaan barsiisa Iyyasuus kiristoos, waa'ee Tokkochummaa Rabbii akka ta'e Qur'aanaa fi macaafa keessattis dubbatamee jira. Mee haa ilaalluu!

" Yesus deebisee, "Inni hundumaa irra caalu, 'Dhaga'i, yaa Israa'el! Gooftichi Waaqayyo keenya kophaa isaa gooftaa dha. "
(Wangeela Marqoos 12: 29)

Kiristaanonni hedduun, ilaalchota dogoongora irratti hundaa'uudhaan Iyyasuus kiristoos gabbaru. Garuu barsiisni isaa akkas hin turre. Yesuus kiristoos waaqqessuun gati dhabeessa ta'uu dubbatee jira.

" ana waaqessuun isaanii akkasumaan, abboommii namaa akka seera Waaqayyootti barsiisu isa jedhe ba'eessa dubbate" jedhe." (Maatiwoos 15: 9)

Iyyasuus kiristoos gaaffii yahuudotaan gaafatame ennaa deebisu akkana jedheera.

Gurguddoota Yihudootaa keessaa tokko, "Yaa barsiisaa gaarii, jireenya bara baraatti galuudhaaf maal godhu?" jedhee isa gaafate. Yesus immoo deebiseefii, "Maaliif gaarii naan jetta? Waaqayyo isa tokkicha duwwaa malee, namni gaariin tokko illee hin jiru. [Wangeela Luqaas 18:18_19]

Namni tokkos gaafa tokko gara yesuus dhufuudhaan, yaa barsiisaa gaarii jannata (jireenya bara baraa) argachuudhaaf maal hojjachuu qaba jedhee gaafate. Innis deebiseefii akkana jedheen;

Kunoo, namni tokko gara Yesus dhufee, "Yaa barsiisa! Jireenya bara baraa qabaachuuf hojii gaariin gochuun anaaf ta'u maal inni?" jedheen. Yesus immoo, "Waa'ee hojii gaarii maaliif ana gaafatta? Isa tokkicha sanatu gaarii dha; jireenya sanatti galuuu yoo feete garuu, abboommota eegi! ittiin jedhe. [Wangeela Maatiwoos 19:16_17]

Yesuus kiristoos seera waada moofaa keessa jiru tokkos shaaruudhaaf, akka hin ergamnes dubbateera. Waa'ee kanaa Maatiwoos haala armaan gadii kanaan barreesseera.

[Yesus, "Seeraa fi barsiisa raajotaa diiguudhaaf waanan dhufe hin se'inaa, ani isaan raawwachuudhaafan dhufe malee, diiguudhaaf hin dhufne. Ani dhuguman isinitti hima, hamma waaqnii fi lafti badanitti seericha keessaa fidalli xinnaan tokko yookiis gar tokkoon fidalaa odoo fiixaan hin ba'in hin badu].(Wangeela Maatiwoos 5:17_18)

Ergamaan anaan booda ergamu, waanuma hunda isiin barsiisa jedhees dubbateera.

" Inni isiniif dubbatu hafuurri qulqulluun, inni abbaan maqaa kootiin ergu garuu, waan hundumaa isin in barsiisa, waanan isinitti hime hundumaas isin in yaadachiisa. "(Yohaannis 14: 26)

Kitaabani seera uumama waa'ee dhagna qabachuu ilaalchisee akkana jedha:

Ammas kakuun koo inni anaa fi si gidduutti, namoota kee gidduutti, si booddeedhaanis sanyii kee gidduutti eeguun isiniif ta'u, 'Isin keessaa dhiirri hundinuu dhagna haa qabamu!' isa jedhuu dha. Isin gogaa foon keessan haguuge dhagna qabadhaa! Kunis kakuu isa anaa fi isin gidduutti dhaabateef milikkita in ta'a.[Seera uumamaa 17:10-11]

" Waaqayyo isa tokkicha, isa dhugaa, Yesus Kiristosin isa ati ergites beekuun isaanii jireenya bara baraa ti."
(Yuhaannis 17: 3)

Dubbiin kanneen armaan olii fakkaatan, Qur’aana keessattis bakka heddutti dubbatamaniiru.

إِنَّ ٱللَّهَ رَبِّى وَرَبُّكُمْ فَٱعْبُدُوهُۗ هَٰذَا صِرَٰطٌ مُّسْتَقِيمٌ

Dhugumatti Rabbiin Gooftaa kiyyaafi Gooftaa keessan; kanaafuu Isa gabbaraa. Kun karaa qajeelaadha.” [Suuraa Aal-Imraan 3:51]

Karaan qajeela Iyyasuus kiristoos barsiise, karaa Islaamummaa qofa. Daandii tokkochummaa Rabbiiti. Qur'aanni akkana jedha.

وَإِذْ قَالَ ٱللَّهُ يَٰعِيسَى ٱبْنَ مَرْيَمَ ءَأَنتَ قُلْتَ لِلنَّاسِ ٱتَّخِذُونِى وَأُمِّىَ إِلَٰهَيْنِ مِن دُونِ ٱللَّهِۖ قَالَ سُبْحَٰنَكَ مَا يَكُونُ لِىٓ أَنْ أَقُولَ مَا لَيْسَ لِى بِحَقٍّۚ إِن كُنتُ قُلْتُهُۥ فَقَدْ عَلِمْتَهُۥۚ تَعْلَمُ مَا فِى نَفْسِى وَلَآ أَعْلَمُ مَا فِى نَفْسِكَۚ إِنَّكَ أَنتَ عَلَّٰمُ ٱلْغُيُوبِ

Yeroo Rabbiin "Yaa Iisaa Ilma Maryam! sila situ namootaan anaafi haadha kiyya Rabbii gaditti gabbaramaa lama taasifadhaa jedhee?" jedhu [yaadadhu][Inni] ni jedhe: "Ati qulqulloofte! Ani waan dhugaa naaf hin taane jechuun anaaf hin ta'u. Yoo ani isa jedheera ta'eef, ati dhugumatti isa barteetta. Waan lubbuu kiyya keessaa ni beekta. Ani waan nafsii kee keessaa hin beeku.

5 months ago

Maddi ykn bu'uurri Amantaa Islaamaa; Rabbiin biraa akka ta'e, Qur'aanaan mirkanaa'eera.

Amantaan keessan hoo maddi isaa eessa?

https://t.me/Rafiiqul_Islaam

We recommend to visit

Last updated 1 month, 3 weeks ago

Last updated 2 months ago

Bu'aa qormaata keessanii asirratti argachuu dandeessu

Last updated 2 months, 1 week ago