Last updated 3 Wochen, 3 Tage her
Channel kun dhimma barattoota oromoo irratt odeeffannoo garagaraa dhiyeessa
Yaada fi qeeqaa karaa @Barattootaorobot jedhun nuuf kenna
⚡️⚡️Karaa YouTube dhan nu hordofuuf https://www.youtube.com/@OroAcademy⚡️⚡️
https://telega.io/c/Barattootaoromo
Last updated 1 Monat, 4 Wochen her
Bu'aa qormaata keessanii asirratti argachuu dandeessu
Last updated 1 Monat, 2 Wochen her
قال الإمام ابن القيم - رحمه الله تعالـى -:
أربعة تهدم البدن :
❶ - الهم
❷ - والحزن
❸ - والجوع
❹ - والسهر
☆ وأربعة تيبِّس الوجه وتذهب ماءه وبهجته وطلاوته :
❶ - الكذب
❷ - والوقاحة
❸ - وكثرة السؤال عن غير علم
❹ - وكثرة الفجور
وأربعة تزيد في ماء الوجه وبهجته :
❶ - المروءة
❷ - والوفاء
❸ - والكرم
❹ - والتقوى
☆وأربعة تجلب البغضاء والمقت :
❶ - الكبر
❷ - والحسد
❸ - والكذب
❹ - والنميمة
وأربعة تجلب الرزق :
❶ - قيام الليل
❷ - وكثرة الإستغفار بالأسحار
❸ - وتعاهد الصدقة
❹ - والذكر أول النهار وآخره
☆وأربعة تمنع الرزق :
❶ - نوم الصبحة ..
❷ - وقلة الصلاة
❸ - والكسل ..
❹ - والخيانة
? [ زاد المعاد (٣٧٨/٤) ]
*??((لا تنس قيـــام الليـــل ))??
? فأنت في الأشهر الحرم *
*??حــــــ نـــبـــوي ــــــديث??*
? قَالَ رَسُولُ اللَّهِ ﷺ
((⬅ أيُّهَا النَّاسُ :
*✅ أفْشُوا السَّلامَ
✅ وَأطْعِمُوا الطَّعَامَ
✅ وَصَلُّوا بِاللَّيْلِ وَالنَّاسُ نِيَامٌ
? تَدْخُلُوا الجَنَّةَ بِسَلاَمٍ ))
?* رواه الترمذي
?قَالَ رسولُ اللهِ ﷺ
(( أفْضَلُ الصِّيَامِ بَعْدَ رَمَضَانَ : شَهْرُ اللهِ المُحَرَّمُ ، وَأفْضَلُ الصَّلاَةِ بَعْدَ الفَرِيضَةِ : صَلاَةُ اللَّيْلِ ))
?رواه مسلم .
?قَالَ رسولُ اللهِ ﷺ
(( صَلاةُ اللَّيْلِ مَثْنَى مَثْنَى ، فَإذَا خِفْتَ الصُّبْحَ فَأوْتِرْ بِوَاحِدَةٍ ))
?متفقٌ عَلَيْهِ .
---------------------------------
*?{وَذَكِّرْ.فَإِنَّ.الذِّكْرَىٰ.تَنفَعُ.الْمُؤْمِنِينَ.ar}*
•••━════════━•••
Dhagaan yeroo deemtu si gufachiisee,yeroo deebitus si gufachiisu eddoo tokko jiraate taanaan,situ itti bu’e malee,dhagaan sitti hin buunee uf argi.
ila
Yeroo hedduu,muka bakka tokko dhaabataa oolutti bu’uun fafaa beeki,soodduu waggarraa waggatti bakka tokkoo hin sochoone komachuun qaanyiidhaa hubadhu.
Jaaloo
Ka dubbattu si hin dhageeffanne,ka itti himtu hin galleef,ka cal’istu si hin hubanne bira oolta taanaan, situ uf galaafatee xiinxalli.
Obbolaa
Qormaata siifi nama si jidduu jiru addaan baasee sitti agarsiisu jaaladhu,guyyaa hadhdhaafi mi’aa addaan sii baasu dafii simadhu.
Namana
Osoo hunduu dhimma namaa biraa dhiisee dhimma mataa ufiitiin dhama’ee,dhama’aan jidutti bakka dhabaa hubadhu.
Hey
Amma irraa jalqabii,lubbuu teetiif itti gaafatamummaa fudhadhu,gatii siin malu kaahadhu,ol uf hin rarraasinii, gadis uf hin buusinii uf qusadhu.
Yes
Fagaachuu barbaadda taanaan,fagaattee deemuu osoo hin taane,bakkuma jirtutti uf jijjiiruu baradhu. namni akkaan ufirraa eegan,nama dhugaafi haqa bira dhaabbatuufi haqarra ijjatu waan taheef,namni haqa hin feene innuu ufirraa si fageessaa,fagaattee deemuu dhiisii achumatti nagaan jiraadhu,santu seera!!!!
Gorsi kiyya kanuma!
https://t.me/Alrisala1
*??تـذكيــــر.بـالصــلاة.والســــلام.عـلى.مـن.ادخـــر.دعــوتـه.شـفــــاعـة.لأمـتـه.ar*
*?? {{ الـلـهـم صــــل وســــلـم وبـارك عـــلى نـبـيـنا مـحــــــــمـد ﷺ }} ??*
*??حــــــ نـــبـــوي ــــــديث??*
? قال رسول الله ﷺ
((أكثروا الصلاة علي، فإن الله وكل بي ملَكًا عند قبري، فإذا صلى علي رجل من أمتي قال لي ذٰلك الملك: يا محمد إن فلان بن فلان صلىٰ عليك الساعة)).
? حسنه الألباني
قـ✍️ـال العلامة الشنقيطي
- رحمه الله تعالى -
"إن الصلاة علىٰ النَّبِي ﷺ تُعد من بر الرجل بأبيه"
وذٰلك أن الـمَلَك الذي يبلغ النَّبِي ﷺ صلاة الناس عليه يقول ((يا محمد، إن فلان بن فلان صلىٰ عليك))
*? فيكون المرء سببًا في ذكر اسم أبيه عند رسول الله ﷺ وهٰذا من أعظم البر والإحسان.*
*? {{ الـلــــــهـم صــــــــل وســــــــلـم وبــــــارك عــــــلى نـبـيـنا םבםב ﷺ }}
ِ ------------------------------
?مـَـن أحـَـب الا يَنقَطِع عَمَلُه بَعدَ مَوتِه فَليَنشُر العِلم [ابن الجوزى]* •••━════════━•••
*??تـذكـيـر.الـكــــــــــــرام.بـالـصــــــلاة.والســــــــــلام.علـى.خـــــــــــير.الأنـــام.ar*
*?? {{ الـلـهـم صــــل وســــلـم وبـارك عـــلى نـبـيـنا مـحــــــــمـد ﷺ }} ??*
ﷺ صــــــلَّى عـلـيـك الله ياخــيرَ الـورى ﷺ
ﷺ تـعـداد حــبــــات الرمــــال وأكــثـرا ﷺ
ﷺ صــــــلَّى عـلـيـك الله مـا غيـثٌ همى ﷺ
ﷺ فــوق السـهـول وبالـجـبـال وبالقرى ﷺ
ﷺ صــــــلَّى عـلـيـك الله فـــي عـلـيـائه ﷺ
ﷺ مـا صـــــــاح داع للأذان وكــــــبــرا ﷺ
ﷺ يـا رب صــــــل عــلـى الـنـبــي وآلـه ﷺ
ﷺ مـا فـاض نبع بالجداول أو جـــــرى ﷺ
ﷺ يـا رب صــــــل عـلى النبي محــــمد ﷺ
ﷺ ما شُـج جـــرح في سبيـلك وانبـرى ﷺ
ﷺ صـــلّوا عـلـى المـخـتـار أحــمد إنّـه ﷺ
ﷺ أزكى الأنام وخير من وطِيءَ الثرى ﷺ
*? {{ الـلــــــهـم صــــــــل وســــــــلـم وبــــــارك عــــــلى نـبـيـنا םבםב ﷺ }}*
•••━════════━•••
Yaada Umer kana irratti qaamoleen walgahii biroos irratti waliif galanii jiru. Dubbiin kanaan goolabamte. Akka haasawa umer irraa hubannutti jiini muharram akka hajjiin itti yaadamuuf filatamte.
Hajjiin bu'uuraalee islaamaa keessaa tokko fi namni hajjii karaa sirrii ta'een fudhatama argate waan darberraa barachuu fi yakka irraa bilisa ta'uudha. Haala hajjii godhatanii yakka irraa bilisa ta'uu. Ergamaa Rabbii (S A W) .. ሳ) "Akkuma haati isa deesseen deebi'a" jedhee haala Meendaa "Meendaan jannata qofa" jedhee ibse. Haala kana yoo ilaallu hajjiin akka daa’ima reefuu dhalattuutti waan gaarii hojjachuuf akka carraa lammaffaatti ilaalama.
Sehaabonni hajjii isaanii xumuranii, dilii isaanii tan dabarte araaramanii, carraa fi abdii waan gaarii dalaguu argatanii, daandii dadhabsiisaa Makkaa irraa gara Madiinaa deemanii guyyaa 15niif gara maatii isaaniitti deebi'an, baatiin Zulhijaa dhumattee baatiin Muharram seente. Khalifa Umer (R) ዐ) filannoowwan biroo irra ji’a Muharram kan filataniif kanaafi.
Seenaan guddaan biraa dalagamus seenaa dabre irratti xiyyeeffachuun muharram waan filatan fakkaata seenaa dabre irratti xiyyeeffachuun seenaa nama dagachiisu irratti xiyyeeffachuun gahee ofiif gaarii dalaganii abdii horachuu irratti xiyyeeffachuun seenaa.
Rabbiin (SW) waa’ee ji’a kalandara ergamaa isaatiif (SAW) gaggeeyse ilaalchisee .. W) Yeroo gaaffiiwwan waljijjiirraa ji’aa deebii kennu, ibaadaawwan biroo irraa Hajjii moggaasuu (waaqeffannaa) yeroo waliin. Kanatu jedhe ፦
Waa'ee maatii keetii si gaafatan, "jedhiin, yeroo namaafis haajaafis. "
Yaa Muhammad! ) ji’oota gannaa irraa akka ati (waljijjiirtu) si gaafatu. Itti himi jarri mallattoo faayidaa ummataatiif. »(Al-Bekerah:189)
Achumaanis nabiyyii Muhammad (S A W) wajjiin .. W) Godaansa waggaa 16 booda Muharram ji'a jalqabaa hijiraa irraa waggaa 17ffaa lakkaa'e. Seenaawwan duraan turan akka bara hijiraatti duubatti deebi’an godhaman. Bara lakkaa'aa bara hijiraa 1445ffaa kaleessa nagaatti jenne har'a 1446 ji'a jalqabaa (muharram) guyyaa jalqabaa bara haaraa- 1/1/1446 bara hijiraa. Alhamdullilaah yaa rabbii
Yaa rabbii yaa Allah Barri haaraan bara nagaa, amantii, fi hojii gaarii isiniif haa ta'u.
*??حــــــ نـــبـــوي ــــــديث??*
? قَالَ رَسُولُ اللَّهِ ﷺ
*⬅️ تَبَسُّمُكَ فِي وَجْهِ أَخِيكَ لَكَ صَدَقَةٌ
⬅️ وَأَمْرُكَ بِالْمَعْرُوفِ وَنَهْيُكَ عَنِ الْمُنْكَرِ صَدَقَةٌ
⬅️ وَإِرْشَادُكَ الرَّجُلَ فِي أَرْضِ الضَّلاَلِ لَكَ صَدَقَةٌ
⬅️ وَبَصَرُكَ لِلرَّجُلِ الرَّدِيءِ الْبَصَرِ لَكَ صَدَقَةٌ
⬅️ وَإِمَاطَتُكَ الْحَجَرَ وَالشَّوْكَةَ وَالْعَظْمَ عَنِ الطَّرِيقِ لَكَ صَدَقَةٌ
⬅️ وَإِفْرَاغُكَ مِنْ دَلْوِكَ فِي دَلْوِ أَخِيكَ لَكَ صَدَقَةٌ
?* صححه الألباني
----------------------------
?مـَـن أحـَـب الا يَنقَطِع عَمَلُه بَعدَ مَوتِه فَليَنشُر العِلم [ابن الجوزى]*
•••━════════━•••
Barsiisummaafi barsiisaa!!!
ila
Barsiisuufi barsiisummaan wal -adda,namni hundinuu waan barate barsiisuu dandaha,garuu immoo,haalli baruu barsiisuu ulaagaa fi seera mataa isaa qabaa, barsiisaafi barsiisummaa addaan baafadhuu beeki.
Eeee
Barsiisummaan ulaagaa addaa qaba,barsiisaa tahuuf, jalqaba,sadarkaa barsiisummaa gonfachuun dirqama, yoo dandahame,Mana barnootaa,sirna barnootaatiin leenjii kennu irraa beekkumsa gahaa argachuufi ragaa dandeettii barsiisummaa gonfachuudha,yoo haalli hin mijjanne tahe immoo,hayyuu barnootaa gurguddoofi amaanaa tiksan irraa,ragaa barsiisummaa dhugaa san gonfachuudha.
Obbolaa
Barsiisummaan faaya,faaya gatii qaaliin argatan,waan gatii qaaliidhaan argatan immoo,daddarbaa hin oolan, barsiisaan dhugaa,lubbuun isaa quuftuudha,qaamni isaa qandhafa,kiisa isaattu duwwaa malee,Aqliin isaa guutuudha,qalbiifi uffatni isaa adii qulqulluudha.
Jaaloo
Barsiisummaa gonfachuuf,beekkumsa, dandeettii, hubannoo,gahumsa,naamusa,qoohii barnootaa gahaa qabaachuun dirqama.
Namana
qabatama yeroo,haala qilleensaa,siyaasa biyyaa, diinagdee hawaasaa,aadaa fi barmaatilee naannoo sanaa,safuu ummataa,walitti dhufeenya hawaasaa beekuun ulaagaa barsiisummaa keessaa hangafaa beeki.
Ekaa
furtuu rakkoo,itti fayyadama yeroo,sirna Bulchiinsaa, tarsiimoofi tooftaa beekkumsa itti dabarsan beekuun immoo,sirna barnootaa keessaa argatamaa hubadhu.
Hey
keessaafi alaa nagaa qabaachuu,tasgabbii horachuu, qabatama barnoota sanaa beekuun,sirna barnootaa beekuu yoo tahu,gaachana Barsiisummaatii beeki.
Yes
Ogummaafi beekkumsi wal-simu malee,nama harkaa wal-dhoofnaan,kan jalqaba barnoota abaaru isuma barsiisaa ufiin jedhe san tahaa hubadhu.
Ihimm.
Hujiin qaama hundatti hajamu,Aqlii,qalbii,ija,gurra, harka,miila,qaama guututti hajamu,barsiisummaafi konkolaachisummaadhaa xiinxalli.
لا إلہ إلا اللُّٰہ مُحمد رسۆل اللُّٰہ ?♥️ﷺ♥️?آلـلُہـم صـل علـﮯ نْبْيَنا مُحمد??ﷺ??
??أشرفَ
❤️ ?آلخـلق
??ۆآلمرسليَنْ
??آلمبْعۆثْ
? ?رحمةّ للعآلميَنْ
??ۆ علی
❤️?آلہ
??ۆصحٍبْہ
?? أجمعيَنْ
? ?گمآ صليَت
?? علـﮯ
? ?إبْرآهہيَم
??ۆعلـﮯ آل
??إبْرآهہيَم
❤️?إنْگ حميَدِ مجٍيَدِ
????????????
Nama halkan rafee abjuu bareedaa arge yoo jetteen, silaa hirriba san keessaa si dammaqsanii siin jedhu wajji jiraatta taanaan,si homtuu sii hin galuu nagaatti.
Eeee
ati gowwaa cidha hiyyeessaa irraa hafee,awwaalcha dureessaatiif uffata ergifatu wajjiin garaagarummaa tokko hin qabduu achi siqi.
Namana
Funyaan shittoo yoo fuunfate haxxifatuufi yoo sijaaraa
fuunfate nagaa argatu,faarri isaa nagaa mitii irraa siqii taa’i.
Jaaloo
Muka hiddi guddaafi jirmi furdaa,keessi isaa hoffaa , rirmeen nyaattee kuffisuu akka dandeettu yoo hin hubatin,ganna lattee,bona harca’uuf deemaa jirtaa uf qusadhu.
Hohohoo
Jiruu dabarsite irraa,waa barachuu yoo dadhabde, beekkamaa taata malee beekaa mitii uf daawwadhu.
Last updated 3 Wochen, 3 Tage her
Channel kun dhimma barattoota oromoo irratt odeeffannoo garagaraa dhiyeessa
Yaada fi qeeqaa karaa @Barattootaorobot jedhun nuuf kenna
⚡️⚡️Karaa YouTube dhan nu hordofuuf https://www.youtube.com/@OroAcademy⚡️⚡️
https://telega.io/c/Barattootaoromo
Last updated 1 Monat, 4 Wochen her
Bu'aa qormaata keessanii asirratti argachuu dandeessu
Last updated 1 Monat, 2 Wochen her