🌧F♡♡w͊z͊a͊n͊ R⃰i͜d͢w͡aͣaͣn︠🕊

Description
Assalamu Aleeykum Warahmattullahi wabaraakatu
inshaa Allaah wan kara chaanaali kanaan barsiifna jennee abdannu
👇
➪Fazakiir
➪Seenaa Rassulaa S A W,
➪ Barnoota kiitaban aqiida
➪Gaaffi fi deebii
➪ jeechoota haayyota,
➪ seenale adda addaa,
Yaadaf @Foowzan
Advertising
We recommend to visit

Last updated 3 weeks, 1 day ago

Channel kun dhimma barattoota oromoo irratt odeeffannoo garagaraa dhiyeessa

Yaada fi qeeqaa karaa @Barattootaorobot jedhun nuuf kenna

⚡️⚡️Karaa YouTube dhan nu hordofuuf https://www.youtube.com/@OroAcademy⚡️⚡️

https://telega.io/c/Barattootaoromo

Last updated 1 month, 3 weeks ago

Bu'aa qormaata keessanii asirratti argachuu dandeessu

Last updated 1 month, 2 weeks ago

2 months ago

كثير من الإخوة يعيشون في صمت لا مال لاعمل لا زواج يبتسمون بألم اللّهم أجعل لهم من كل ضيق مخرجا.🤲

2 months ago

Hadiisal Qudsiin keessatti RABBIIN akkana jedhe ;”
Ani bakka gabrichi koo karoorse isaan gaha,yoo inni bakka jabduuf of karoorse achumaan isa gaha. Yoo inni bakka rakkoof of karoorses akkasuma isaaf taha. Kanaafuu akka fedheef na haa abdatu “
حديث صحيح

Capha ofitti himnaan caccabdee dhukkee taata. Jabeenyaa fi guddina ofitti himtee guddicha Arshii ol jiru sanitti erkannaan numa goonfatta!

Yaa Khiyya! Meetira karoora keetii fageessi.

♡ ㅤ  ⎙ㅤ  ⌲        ✉️   
   ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
@Foowzn @Foowzn @Foowzn

2 months ago

Du'a Booda Namni Maaliin Akka si Yaadatu Feeta___?

5 months, 3 weeks ago

‏حٌباً لِرسول الله | صلُو عليه ? .

5 months, 3 weeks ago

Jannata keessa duuti hin jirtu; dhibeen hin jirtu; gaddaa fi gadadoon hin jirtu; dhiphachuun hin jiru; nyaatanii mana fincaanii deemuun hin jiru.... gammachuu qofa...

Anaaf isinillee warra Jannataa nu haa taasisu Rabbiin....?
جعلنا الله وإياكم من أهل الجنة.

5 months, 3 weeks ago
5 months, 4 weeks ago

Jaarsatu akkuma salaata jumu'aatirraa galeen jaartii isaatin salaamtaa je'ee san booda ol fuudhee seeqaa manarra naannahuunii eegale. Wanni inni dalagaa jiru tun jaartitti ajaa'iba taateti ar'a imaamatu akka itti romantic tahanirraa khuxbaa godhe moo? Jettee gaafatte

Lakkii rakkoo teessanii fi gadda kheessan seeqaa ba'atuudha qabdan je'eeti gorsa khenne" Je'eeti deebiseef jaarsi.?? smile it's sunnah.

♡ ㅤ  ⎙ㅤ  ⌲        ✉️   
   ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
@Foowzn @Foowzn @Foowzn

5 months, 4 weeks ago

Yaa Rabbi! Hiree Manaamaan Nabi Arkuudhaa Nuuf Khanni. [ﷺ]?

5 months, 4 weeks ago

Haadha Manaa qofa osoo hin taane
Haadha nama tahuuf qophaa’uu dha!
Dubartiin har’a diin hin baratin; bor ilma dhamaafti,abbaa warraa rakkifti,hawaasa digdi !

6 months ago

Nama tokkotu mobile isaa keessaatti maqaa haadhatiif haadha mana isaa akkana ja'e qabate.

~Haadha: Amana Rabbii ja'e qabate.

~Haadha mana: Amana Rasuula ﷺ ja'e qabate.

Maaf akkana jette qabata ja'ani gafaatan.

Lal Rabbiin subhan watta'aallah akkana ja'a..

وَوَصَّيْنَا الإِنْسَانَ بِوَالِدَيْهِ حَمَلَتْهُ أُمُّهُ وَهْنًا عَلَى وَهْنٍ

Jecha khana na yaadachisa akka haati tiyyaa haqaa ana irraa qabdu akkan yaadadhufi ja'en

~Khana haadha mana tiyyaa ammoo yoon isiti aare isin naati bilbiltee jecha baada hin ja'uni. jecha Ergama ﷺ Rabbii san na yadachifti jedhe.
استوصوا بالنساء خيرًا❣️

عليه افضل الصلاة والسلام ?

♡ ㅤ  ⎙ㅤ  ⌲        ✉️   
   ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ   ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
@Foowzn @Foowzn @Foowzn

We recommend to visit

Last updated 3 weeks, 1 day ago

Channel kun dhimma barattoota oromoo irratt odeeffannoo garagaraa dhiyeessa

Yaada fi qeeqaa karaa @Barattootaorobot jedhun nuuf kenna

⚡️⚡️Karaa YouTube dhan nu hordofuuf https://www.youtube.com/@OroAcademy⚡️⚡️

https://telega.io/c/Barattootaoromo

Last updated 1 month, 3 weeks ago

Bu'aa qormaata keessanii asirratti argachuu dandeessu

Last updated 1 month, 2 weeks ago