Last updated 2 weeks, 6 days ago
Channel kun dhimma barattoota oromoo irratt odeeffannoo garagaraa dhiyeessa
Yaada fi qeeqaa karaa @Barattootaorobot jedhun nuuf kenna
⚡️⚡️Karaa YouTube dhan nu hordofuuf https://www.youtube.com/@OroAcademy⚡️⚡️
https://telega.io/c/Barattootaoromo
Last updated 1 month, 3 weeks ago
Bu'aa qormaata keessanii asirratti argachuu dandeessu
Last updated 1 month, 2 weeks ago
➊. Barattoonni Qabxii seensa Yuunivarsitii galmeessan filannoo Yuunivarsitii isaanii haala kamiin sirreeffachuu qabu?
➋. Bara darbe qabxiin Barattoonni Sagantaa Fooyya'iinsaa (#Remedial_Program) mooraa ittiin seenan meeqa?
➌. Barataan tokkoo sagantaa Fooyya'iinsaa(#Remedial_Program) mooraa yoo seene, waggaa itti aanutti darbuuf, qabxii meeqa galmeessuu qaba?
➍. Qabxii keenya irratti komii yoo qabaanne akkamitti ibsanna?
Gaaffiilee asii oliif deebii isaanii karaa liinkii asii gadiitiin isiniif maxxansina! ?????
https://t.me/students_Result
https://t.me/students_Result
https://t.me/students_Result
Akkamitti Komii Keenya Dhiyeeffachuu Dandeenya.
Jalqaba liinkii qormaata biyyaalessaa ittiin ilaallattan liinkii kana
? http://eaes.et keessa seentu.
Registration Number fi Maqaa keessan jalqabaa guuttu.
Check result bakka jedhu tuqxu.
Submit your complain if any bakka jedhu tuqxu.
Kana booda sanduuqa torbatu(7) isiniif dhufa.
Isaanis:
A. Yoo maqaan keessan dogoggora qubee qabaate sanduuqa jalqabaa tuquun sirreeffachuun ibsattu.
B. Yoo saalli keessan sirriitti hin guutamne sanduuqa lammaffaa irra jiru tuquun sirreeffachuun ibsattu.
C. Yoo suuraan keessan dogoggoraan kan nama biraa ta'e, sanduuqa sadaffaa irra jiru tuquun suuraa keessan erguun akka isiniif sirraaffamu gaafattu.
D. Yoo firiin keessan dogoggora qabaate, sanduuqa arfaffaa irra jiru tuquun akka firiin keessan dogoggora qabu beeksisuun komii keessan ibsattu.
E. Yoo Muummeen isin barattanu dogoggora qabaate sanduuqa shanaffaa irra jiru cuqaasuun komii keessan ibsattu.
F. Yoo rakkoon keessan dhimma qaroo dhabeeyyiitiin walqabate sanduuqa ja'affaa tuquun ibsattu.
G. Yoo komiin keessan dhimmoota asii olitti inbsamaniin ala ta'e, sanduuqa torbaffaa isa dhuma irra jiru cuqaasuun ibsattu.
Komii keessan yeroo ibsattan yeroo tokkoo ol hin ibsatinaa, kana jechuun yaada ibsachuu qabdan yeroodhuma tokko xumuruun submit godhaa.
Komii keessan barreesitanii yeroo ibsattan yeroo hojii yoo ta'e filatamaadha.
Deebii Gaaffiilee Barattootaan Ka'aa Jiranii Bal'inaan:
Qabxii keenya irratti komii yoo qabaanne akkamitti ibsachuu qabna?
Barattoonni qabxii seensa Yuunivarsitii galmeessan filannoo Yuunivarsitii isaanii haala kamiin sirreeffachuu qabu?
Bara darbe qabxiin Barattoonni Sagantaa Fooyya'iinsaa (#Remedial_Program) mooraa ittiin seenan meeqa? Bifa kamiin murtaa'e?
Barataan tokko sagantaa fooyya'iinsaa (#Remedial_Program) mooraa yoo seene, waggaa itti aanutti darbuuf, qabxii meeqa galmeessuu qaba?
Deebii isaa karaa channel kanaatiin waan isiniif maxxansinuuf Share, Join gochuudhaan nu eegaa!
https://t.me/Students_Result
https://t.me/Students_Result
https://t.me/Students_Result
QABXII keessan boru ganama irraa kaastanii ilaallachuu dandeessu
Liinkiin ittiin ilaallattanis kan armaan gadii kana join gochuunidha????
https://t.me/Students_Result
https://t.me/Students_Result
https://t.me/Students_Result
Qabxiin sa'aatii meeqatti Ifooma?
Hordofuun kan isiniin geenyu ta'a.
Last updated 2 weeks, 6 days ago
Channel kun dhimma barattoota oromoo irratt odeeffannoo garagaraa dhiyeessa
Yaada fi qeeqaa karaa @Barattootaorobot jedhun nuuf kenna
⚡️⚡️Karaa YouTube dhan nu hordofuuf https://www.youtube.com/@OroAcademy⚡️⚡️
https://telega.io/c/Barattootaoromo
Last updated 1 month, 3 weeks ago
Bu'aa qormaata keessanii asirratti argachuu dandeessu
Last updated 1 month, 2 weeks ago