OLA File

Description
ABO/WBO ❤💚❤ OLA 👈
We recommend to visit

Jeet ek Nasha hai aur is Nashe ki Factory ka mai ek lauta Baadshah hoon !

My Channel Link
https://t.me/Baadshah

For Any Query Contact
My Username - @RehanBaadshah

Last updated 2 months ago

Chaanaalli kun yeroo hundumaa Walaloowwan filatamoo fi ergaa guddaa qaban kan siniif dhiyeesaudha.

Yaada qabdan kamiifuu bot kana fayyadamaa
@Walaloo_bot


https://telega.io/?r=l9NDCHx-

Last updated 7 months ago

Kaayyoon chanali kanaa faarfannaa haaraa fi kan durii isin biraan ga'uudhaafi
Dabalataan seenaalee garaa garaa isin biraan ga'uf


@Burqaa43

Last updated 1 year, 5 months ago

3 months, 2 weeks ago
OLA File
3 months, 2 weeks ago
OLA File
3 months, 2 weeks ago

"SAFARTUU NAMA BIRAAF SAFARTEEN SIIF SAFARAMA"

akkuma jedhan sanatti Sanyii Nagaasaa fi Buchulloonni isaa Bilxiginnaa dhaan Ganamee Jira. Guyyoota Sadan kana Murni Kaadiree Abiy Ahmed Alii fi Gareen Gantootaa Battalee faa Hooteela SkyLight'tti Marii gubbaa turan.

Akkasiin Jeneraal Birhanu Julan "Gareen Harka Kennate kuni Kallattii dhaan Bosonatti ergamee ABOWBO loluu Qaba" yoggaa jedhutti Obbo Fiqaaduu Tasammaas Itti Dabaluu dhaan Kosii Marroon Mana Isaa Keessaa Qulqulleessee Gadi nutti Dabrate Kanaa waliin Rakkachuu hin qabnu, Yoo Barbaadan Milishaa waliin Deemanii Shanee Haa lolan yoo isaaniif ta'uu dide ammoo Akka walii galte Keenyaatti Seera Danbii waliigaltichaa Diigna" jechuu dhaan Fiqaaduun Sanyiifaatti ija Babbaasee jira.

Kauma Hordofee Komaander Araarsaa Mardaasaas harka Baasuu dhaan Muudamni Ajajaa Milishaa_Oromiyaa  taasisuudhaan Sanyii Nagaasaa tiif Kenname Yeroo isaa Kan Eeggate Miti" Jechuu dhaan Sanyii nagaasaa akka Saree Gabaa Seente godhanii Jiru.

Gareen Sanyii rifaatuu fi gaabbii Guddaa Keessa Jiru.

MADDA ODEEFFANNOO SIRRII irraa arganne!!
        Dubiin akkaa figaa galaanii mitti gabuunis Nii Jira
            Irbuun Erbee mitti liqiimsii Niqiiluu

5 months, 2 weeks ago
OLA File
5 months, 2 weeks ago
OLA File
5 months, 2 weeks ago
[#Injifannoo](?q=%23Injifannoo) WBO Zoonii Lixaa

#Injifannoo WBO Zoonii Lixaa

Ganama Sadaasa 4 godina Iluu Abbaa Booraa aanaa Daarimuu mooraa Beenaa 1ffaa keessatti cibraan Hangaasuu Gam-Lixaa waraana faashistii PP adabuun 75 ajjeesee 82 madeessuun 6 harkaan qabee jira.
AKM 60, bireena ( PKM) 2, Isnaayippera 2, rasaasa , boombii fi uffata  irraa hiikuun Injifannoo cululuqaa galmeesse jira
Injifannoon Uummata Oromoof ! video Isaa Arraata Biyyoolessa oromiyaa irraa hordofaa !
???
?

Oromiyaan biyyaa

5 months, 2 weeks ago
We recommend to visit

Jeet ek Nasha hai aur is Nashe ki Factory ka mai ek lauta Baadshah hoon !

My Channel Link
https://t.me/Baadshah

For Any Query Contact
My Username - @RehanBaadshah

Last updated 2 months ago

Chaanaalli kun yeroo hundumaa Walaloowwan filatamoo fi ergaa guddaa qaban kan siniif dhiyeesaudha.

Yaada qabdan kamiifuu bot kana fayyadamaa
@Walaloo_bot


https://telega.io/?r=l9NDCHx-

Last updated 7 months ago

Kaayyoon chanali kanaa faarfannaa haaraa fi kan durii isin biraan ga'uudhaafi
Dabalataan seenaalee garaa garaa isin biraan ga'uf


@Burqaa43

Last updated 1 year, 5 months ago