Last updated 2 weeks, 6 days ago
Channel kun dhimma barattoota oromoo irratt odeeffannoo garagaraa dhiyeessa
Yaada fi qeeqaa karaa @Barattootaorobot jedhun nuuf kenna
⚡️⚡️Karaa YouTube dhan nu hordofuuf https://www.youtube.com/@OroAcademy⚡️⚡️
https://telega.io/c/Barattootaoromo
Last updated 1 month, 3 weeks ago
Bu'aa qormaata keessanii asirratti argachuu dandeessu
Last updated 1 month, 2 weeks ago
Barattoota kuma 684 fi 405 keessaa barattoonni kuma 36 fi 409 darbaniiru;
Kana arguun egeree Itoophiyaa maal akka mudatu tilmaamuun baay’ee rakkisaadha.
?
Walumaagalatti manneen barnootaa 1363 barattoota tokkollee hin darbine.?
Barattootni 5.4% ta'an qofti qabxii gara yuuniversitii isaan seensisu galmeessaniiru jedhameera.
Join and share??
Prof. Birhaanuu Negaan, "Walumaa galatti bu'aan bara kanaa qormaata lamaan darban caalaa gaariidha" jedhan. ?
Join and share??
Qormaanni biyyaalessaa kutaa 12ffaa halkan sa'a 6 tti Akka gadhiifamu himameera
Jireenya Milkaa'inaa: Gaaffilee Murteessaa
Jireenya milkaa'inaa fi galma ga'uuf, gaaffilee armaan gadii hubachuun baay'ee murteessaa dha. Yoo milkaa'ina hawwitu, gaaffilee kana irratti xiyyeeffachuun siif gorsa kennu:
Ani Eenyu?
- Eenyu akka ta’e fi maalif beekamu sirritti hubachuun, ilaalcha fi murteewwan jireenya keetiif bu’uura ta’a.
Maalifan Uumame?
- Maalif jiraachuu fi maalif uumame. Kuni, jireenya kee irratti muuxannoo fi gorsa siif kenna.
Ergamni Koo Maali?
- Ergamni fi kutannoon jireenya keeti maal akka ta’e hubachuun, galma fi kaayyoo sirriitti gahuuf si gorsa.
Karoorri Koo Maali?
- Karoorri jireenya keeti maal akka ta’e hubachuun, hojii fi galma keeti keessatti bu’aa qabeessa ta’e argachuuf si gorsa.
Mul’anni Koo Maali?
- Mul’anni fi agarsiisa jireenya keeti maal akka ta’e hubachuun, milkaa’ina galmeessuuf haala gaarii siif agarsiisa.
Kaayyoon Koo Maali?
- Kaayyoo fi galmi jireenya keeti maal akka ta’e hubachuun, galma fi kaayyoo siif qajeelfama ta’a.
Har’a Maal Hojjedhe?
- Har’a maal hojjedhe?
- Har’a maal hojjedhe fi haala jiru ilaalchisee, hojii fi tarsiimoo keeti sirnaan qindoomsuu danda’a.
- Maal hojjechuun qaba?
- Maal hojjechuun qaba, jireenya keeti keessatti milkaa'ina argamsiisuu akka danda’amu si gorsa.
- Wanta Haaraan Hojjedhu Maaltu Jira?
- Wanta haaraa hojjedhuu qabduu, jireenya keeti keessatti fooyya’iinsa fi guddina fiduuf si gorsa.
Jireenya milkaa'inaa fi galma ga’uuf, gaaffilee fi kutannoon armaan olii irratti xiyyeeffachuun, haala gaarii fi kaka’umsa siif uuma. Furtuun kee harka keeti jira! Milkaa’inni kee dhugumaan si eegaa jira! Gamaaggammi fi qophii gaaffilee kana irratti xiyyeeffachuun, milkaa'ina siif mirkaneessa.
Join and share??
Kutaa 7ffaa Osoo Baratuu.
Barsiisaan akkana ja'ee Jechoota 300 Fayyadamun Wa'ee Haadha gababsi Kewwata Tokko Barreessi. Sa'atiin sif kanname daqiiqa 30 qofa.
Mucaan Tokko daqiiqa tokko keessatti Hima tokko qofa Barreesse Qabxii guutu argate.
Himni Tokkichi Mucaan Barressees akkana jedha.
"Akkaan Barbaadetti qubee 32 jirtu Walitti dabalullee Haadha koo naf Ibsuu hin danda'u.
❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️
@Hawwiiislamictube
Jireenyi biyya lafaa
Yoo ulfaatees nutti
Jabadhu nama ko
Abshiir ni dabarti
Akka heddu jira
Bar dachii tanarra
Waan mara obsinu
Hunda bira tarra
Gammachuu ykn gadda
Takka lameen irraa
Akkaaf akka hundatti
Dabareen wal garraa
Hunduu ni dabarti
Gammachuu tahe rakko
Dhaamsi koo kanumaa
Obsi yaa nama koo
Yoo Gammachuu argachuu barbaadde:
*
1. Nama hin miidhiin!
2. Nama hundaa gammachiisuuf ammoo hin dhama'iin!
3. Namootarraa waan guddaa hin eegiin!
4. Jijjiirama/jijjiiramuu hin sodaatiin!
5. Waan darbe yaadattee itti miidhamiin, irraa baradhu malee!
6. "Ani namaa gadi" jettee hin yaadiin!
7. Waa'ee jiruu jireenyaa yaadi malee humnaa ol hin dhiphatiin (hin yaadda'iin)!
8. Dhiifama namaa gochuu amaleeffadhu!
@Hawwiiislamictube
SHARE
JOIN
ASSELAAMU ALEEYKUM Wr wb jechama kana hubadhu isaan booda cinqiin duniyaa sirraa deemtiitii.??????????
لا سعيد إلا من أسعده الله" ف الله هو الذي أضحك وأبكى وهو الذي أسعد وأشقى وأغنى "
"Milkaawuun hin taane rabbiin isa milkeesse malee" rabbiin isa yeroo takka uumaa isaa kofalchiisuu kan yeroo biraa isa boochisu. ammas rabbiin isa yeroo takka milkeessee yeroo takka rakkisu . ammaas isa nama duroomsu. "" kanuma jiruun duniyaa takkaa kana bira dabartee hin beeytu
???????????
@Hawwiiislamictube join forward godhi hiriyyoota keetii
Last updated 2 weeks, 6 days ago
Channel kun dhimma barattoota oromoo irratt odeeffannoo garagaraa dhiyeessa
Yaada fi qeeqaa karaa @Barattootaorobot jedhun nuuf kenna
⚡️⚡️Karaa YouTube dhan nu hordofuuf https://www.youtube.com/@OroAcademy⚡️⚡️
https://telega.io/c/Barattootaoromo
Last updated 1 month, 3 weeks ago
Bu'aa qormaata keessanii asirratti argachuu dandeessu
Last updated 1 month, 2 weeks ago