Why Pay for Entertainment? Access Thousands of Free Downloads Now!

Aliyad Abdo Official

Description
Asirraa kanneen armaan gadii argattu

☑️Walaloo
☑️ Oduuf odeeffannoo tokko tokko
☑️ Seenessa garaa garaa


Created November 16/ 2021
Nu qunnamuuf
👇👇👇👇
@Sabaa_Ifaa
Advertising
We recommend to visit

Jeet ek Nasha hai aur is Nashe ki Factory ka mai ek lauta Baadshah hoon !

My Telegram Channel Link
https://t.me/+S9lLIcfDkRrhG-VZ

For Any Query Contact
My Username - @RehanBaadshah

Last updated 3 weeks, 1 day ago

Youtube Irraattis nu Argattu

https://www.youtube.com/c/KaachuuEntertainment

Yaada qabdan kamiifuu bot kana fayyadamaa
@Walaloo_bot

Last updated 1 month, 3 weeks ago

𝗝𝗶𝗿𝗲𝗲𝗻𝘆𝗮 𝗺𝗶𝗹𝗸𝗮𝗮'𝗮𝗮 𝗷𝗶𝗿𝗮𝗮𝗰𝗵𝘂𝘂𝗳 𝗸𝗮𝗸𝗮'𝘂𝘂𝗺𝘀𝗮 𝗬𝗔𝗔𝗗𝗔𝗔 𝗳𝗶 𝗗𝗔𝗡𝗗𝗘𝗘𝗧𝗧𝗜𝗜 𝗱𝗵𝗼𝗸𝗮𝘁𝗮𝗮 𝗼𝗳𝗶𝗶𝘁𝘁𝗶 𝗳𝗮𝘆𝘆𝗮𝗱𝗮𝗺𝘂𝘂𝗳 𝗾𝗼𝗽𝗵𝗶𝗶 𝘁𝗮'𝘂𝘂 𝗯𝗮𝗿𝗯𝗮𝗮𝗰𝗵𝗶𝘀𝗮!
💥 @Oromoo_Inspire_YaadaafBot 💥

Last updated 3 weeks, 2 days ago

3 days, 1 hour ago

𝐎𝐃𝐔𝐔 𝐆𝐀𝐌𝐌𝐀𝐂𝐇𝐈𝐈𝐒𝐀𝐀

𝑪𝒉𝒂𝒂𝒏𝒂𝒂𝒍𝒐𝒕𝒂 𝑨𝒇𝒂𝒂𝒏 𝑶𝒓𝒐𝒎𝒐𝒐𝒕𝒊𝒊𝒏 𝑩𝒂𝒓𝒔𝒊𝒊𝒔𝒐𝒐𝒇𝒊𝒊 𝑩𝒂𝒔𝒉𝒂𝒏𝒏𝒂𝒏𝒔𝒊𝒊𝒔𝒐𝒐 𝑻𝒂'𝒂𝒏 𝑰𝒔𝒊𝒏𝒊𝒊𝒇 𝑸𝒂𝒃𝒂𝒏𝒏𝒆𝒆 𝑫𝒉𝒖𝒇𝒏𝒆𝒆𝒓𝒓𝒂𝒂 𝑲𝒂𝒏𝒂𝒂𝒇𝒖𝒖 𝑪𝒉𝒂𝒂𝒏𝒂𝒂𝒍𝒐𝒕𝒂 𝑨𝒇𝒂𝒂𝒏 𝑶𝒓𝒐𝒎𝒐𝒐𝒕𝒊𝒊𝒏 𝑩𝒂𝒓𝒔𝒊𝒊𝒔𝒂𝒏 𝑰𝒔𝒊𝒏𝒊𝒊𝒇 𝑸𝒂𝒃𝒂𝒏𝒏𝒆𝒆 𝑫𝒉𝒖𝒇𝒏𝒆𝒆𝒓𝒓𝒂𝒂 𝑲𝒂𝒏𝒂𝒂𝒇𝒖𝒖 𝑱𝒐𝒊𝒏 𝑮𝒐𝒅𝒉𝒖𝒖𝒅𝒉𝒂𝒂𝒏 𝑵𝒖 𝑯𝒐𝒓𝒅𝒐𝒇𝒂𝒂.

𝐇𝐮𝐛𝐚𝐜𝐡𝐢𝐢𝐬𝐚: 𝑪𝒉𝒂𝒂𝒏𝒂𝒂𝒍𝒊𝒊 𝑨𝒇𝒂𝒂𝒏 𝑶𝒓𝒐𝒎𝒐𝒐 𝑻𝒂'𝒂𝒏 3𝑲 𝒇𝒊 𝑰𝒔𝒂𝒂 𝑾𝒐𝒍𝒊𝒊𝒏 𝑲𝒂𝒏 𝑯𝒐𝒋𝒋𝒂𝒏𝒏𝒖 𝑻𝒂'𝒂𝒂 𝑲𝒂𝒏𝒂𝒂𝒇𝒖𝒖 𝑵𝒂𝒎𝒏𝒊 𝑵𝒖𝒕𝒕𝒊 𝑫𝒂𝒃𝒂𝒍𝒂𝒎𝒖𝒖 𝑭𝒆𝒆𝒕𝒂𝒏 𝑨𝒔𝒊𝒊𝒏 𝑵𝒖 𝑸𝒖𝒏𝒏𝒂𝒎𝒂𝒂

𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥 𝐀𝐟𝐚𝐚𝐧 𝐎𝐫𝐨𝐦𝐨𝐨 𝐐𝐨𝐟𝐚 3𝐊+
𝐅𝐫𝐞𝐞 𝐏𝐫𝐨𝐦𝐨𝐭𝐞𝐫: @Rafiiqul_Islaam2

3 days, 14 hours ago

**Addunyaan kun kan warra dafqanii dafqa isaanii soorataniiti.

Ati garuu yeroo hojjettu dafqa kee keessa dafqa namaa hin buusin dafqa namaa soorattaa!

Sobaanis maqaa namaa hin ballessin Rabbi si gaafataa!

Halkan gaarii!**

4 days, 13 hours ago

Keessa namaa seennee
hanga namaa beekne.
Keessa namaa dabarree
hanga hiriyaa agarre.

1 week, 2 days ago

🧶Chaanaalota   Akkamii  barbaadduu
Chaaneloota afaan oromoo chaanaalii filatamoo ta'an kaneen armaan gadiitti dabalamaa

🧶ምን አይነት ቻናል ይፈልጋሉ
ከታች የተመረጡትን ቻናሎች ይቀላቀሉ

𝐓𝐡𝐢𝐬 𝐈𝐬 𝐇𝐨𝐩𝐞 𝐏𝐫𝐨𝐦𝐨𝐭𝐢𝐨𝐧
         𝐀𝐝𝐯𝐞𝐫𝐭𝐢𝐬𝐢𝐧𝐠 𝐓𝐞𝐥𝐞𝐠𝐫𝐚𝐦
          𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥𝐬//𝐆𝐫𝐨𝐮𝐩𝐬
       ---------------

𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥𝐬//𝐆𝐫𝐨𝐮𝐩𝐬 10𝐊+
𝐅𝐫𝐞𝐞 𝐖𝐚𝐯𝐞𝐫 @Rafiqul_Islaam

1 week, 3 days ago
**''Tarii harka kee irratti sa'atii hidhachuu …

''Tarii harka kee irratti sa'atii hidhachuu dandeessa, kan sirraa hiiku garuu nama si dhaalu ta'uu danda'a, balbala konkolaataa keetii cufachuu dandeessa, kan banu garuu hojjattoota yeroo balaa tasaa ta'uu danda'u, qulfii shaamizii keetii cufachuu dandeessa, namni jana*azaa dhiqu sirraa hiikuu danda'a, yeroo raftu agartuu kee gara ija manaa keessa erga ol ilaaltee cufachuu dandeessa, sana booda erga gara mootii dacheefi samii deemtee banachuu dandeessa''#Dr_Mohammad_al_Arefe Yaa Allaah khaatimaa keenya nuuf tolchi#Amar_Temam

2 weeks, 6 days ago

**Sitti hammaatus....

Dachii jala dhokadhu
Duumessa keessas badi,
Guyyaa lama jiraachuuf
Hin yaadin guyyaa sadii!

Yookii'mmoo.......

Warra jirataan irraa
Tooftaa jiruu qoradhu,
Waan abdatamu dhabdus
Cichii abdii horadhu !

Malee.....

Hangamuu yoo si xaxe
Kiyyoon shiraaf ka'ame,
Gufuuf gufaata malee
Galma kamtu ga'ame ?

Wal ga'uun murteessanis
Guyyaa gaafa qalmakee,
"Waaqni jedheeraa ?" jedhii
Ga'uuf fiigi galmakee !

Lati Chali Likasa**

3 weeks, 2 days ago

Osoo hin dhageenye deebisuu, osoo hin hubatin faallessuufi waan hin beeknetti murteesuun; amala namoota hin baranneeti.

3 weeks, 6 days ago

#YAADACHIISAA

Namoonni tapswap irratti galmooftan irra seenaa coin keessan baayyifadhaa

Namoonni hin galmoofne ammuma galma'aa

Carraan kun xumuramuuf guyyaa 22 qofatu  hafe
↓↓↓↓↓↓↓↓↓↓↓↓↓↓↓↓↓↓

𝐒𝐭𝐚𝐫 𝐆𝐨𝐝𝐡𝐢 𝐃𝐚𝐚𝐟𝐢

https://t.me/tapswap_mirror_bot?start=r_5285886302
↑↑↑↑↑↑↑↑↑↑↑↑↑↑↑↑

Hojii kana waan salphaatti hin ilaalinaa yoo coin miliyoona 10 geessan qarshii itoophiyaa kuma 12 olitti gurgurattu

Coin miliyoona kudhan gahuuf guyyaa 10 caala isinitti hin fudhatu

Akkaataa Tapswap irratti coin hojjetan viidiyoo kana ilaalaa

Hojiin kun carraa guddaadha waan ta'eef ariifadhaa hojjechuu jalqabaa

hojii jaqabuuf

https://t.me/tapswap_mirror_bot?start=r_5108418906
play godhi tap tap godhi.

1 month ago

**Yeroo baay'ee rakkoon karaa Nu yaannu dhiise karaa biraan nutti dhufa.
Namni ati na miidha jettee shakkiin ofirraa eegdu si miidhu dhiise kan ati na fayyada jettee abdattu si miidhuu danda'a.

Bara durii gurbaa dargaggoo tokkotu ture, gurbaan Kun sinbira xiqqoo tokko lafaa argatee gara mana isaatti fuudhee gale. Nyaachisee obaase hanga isheen guddattee balali'uu dandeessutti waan hunda guutee fi kunuunsa ture. sinbirri kun guddattee Balalii'uu jalqabdee akkuma obboloota ishee ganama barii manaa baate galgala gara manaatti galti turte.

Guyyaa tokko utuu mukarra ta'aa jirtuu xiyyaan rukatamte garuu hin kufne, yeroo gara boodaatti naannoftee ilaaltu Kan Xiyyaan ishee rukute gurbaa isiin akka Abbaa fi Haadhaatti ilaaltudha.

Simbirri kun akkas jette "Kan na dhukkubse, Kan na ajjeese waraanamuu kiyya miti, Nama na waraane arguu kooti" Jette

Seenaa kana irraa waan hedduu barachuu dandeenya. nama tokko nu miidha jennee Shakkii cimaa keessa galuu hin qabnu, akkasumas nu fayyada jennees abdii guutuu keessa galuu hin qabnu. Giddu gla taanee arraba Keenya to'annee jiraachuu qabna. Waan guyyaa keessa jijjiiramu hin beeknu waan ta'eef.**

We recommend to visit

Jeet ek Nasha hai aur is Nashe ki Factory ka mai ek lauta Baadshah hoon !

My Telegram Channel Link
https://t.me/+S9lLIcfDkRrhG-VZ

For Any Query Contact
My Username - @RehanBaadshah

Last updated 3 weeks, 1 day ago

Youtube Irraattis nu Argattu

https://www.youtube.com/c/KaachuuEntertainment

Yaada qabdan kamiifuu bot kana fayyadamaa
@Walaloo_bot

Last updated 1 month, 3 weeks ago

𝗝𝗶𝗿𝗲𝗲𝗻𝘆𝗮 𝗺𝗶𝗹𝗸𝗮𝗮'𝗮𝗮 𝗷𝗶𝗿𝗮𝗮𝗰𝗵𝘂𝘂𝗳 𝗸𝗮𝗸𝗮'𝘂𝘂𝗺𝘀𝗮 𝗬𝗔𝗔𝗗𝗔𝗔 𝗳𝗶 𝗗𝗔𝗡𝗗𝗘𝗘𝗧𝗧𝗜𝗜 𝗱𝗵𝗼𝗸𝗮𝘁𝗮𝗮 𝗼𝗳𝗶𝗶𝘁𝘁𝗶 𝗳𝗮𝘆𝘆𝗮𝗱𝗮𝗺𝘂𝘂𝗳 𝗾𝗼𝗽𝗵𝗶𝗶 𝘁𝗮'𝘂𝘂 𝗯𝗮𝗿𝗯𝗮𝗮𝗰𝗵𝗶𝘀𝗮!
💥 @Oromoo_Inspire_YaadaafBot 💥

Last updated 3 weeks, 2 days ago