Kush Mood™ 😁

Description
ʙᴀɢᴀ ɢᴀʀᴀ ᴄʜᴀɴɴᴇʟ ᴋᴜꜱʜ ᴍᴏᴏᴅ ᴅʜᴜꜰᴛᴀɴ !!

Koottaa nu waliin kolfaa buhaaraa. ᴄʀᴇᴀᴛᴏʀ:- @Joniorkiyou

Sirboota Afaan oromoo durii fi Ammayyaas ni argattu!
We recommend to visit

Jeet ek Nasha hai aur is Nashe ki Factory ka mai ek lauta Baadshah hoon !

My Channel Link
https://t.me/Baadshah

For Any Query Contact
My Username - @RehanBaadshah

Last updated 3 weeks, 4 days ago

Chaanaalli kun yeroo hundumaa Walaloowwan filatamoo fi ergaa guddaa qaban kan siniif dhiyeesaudha.

Yaada qabdan kamiifuu bot kana fayyadamaa
@Walaloo_bot


https://telega.io/?r=l9NDCHx-

Last updated 5 months, 4 weeks ago

Kaayyoon chanali kanaa faarfannaa haaraa fi kan durii isin biraan ga'uudhaafi
Dabalataan seenaalee garaa garaa isin biraan ga'uf


@Burqaa43

Last updated 1 year, 4 months ago

1 month ago

Ganama Ciree erga nyaadhee booda Qorraaf Waan hoo'aa dhuga jedhee Restoranti wayii seenee shaayii Ajajadhee Osoo taa'u.. Namichi Dheeraa dhaabbata bareeda qabu Wayii Uffata midhaagaa uffatee Boorsaa Baatee Restorantii kana keessa ol seene; yegguma kana Dubartiin takkas isa duubaan ol seenuun namicha kana bira dhaqxeeti "Abbaan warraa koo narraa du'eera Ijoollee waan ittiin waradhu dhabe" jetteen... Namichi kunis yegguma boorsaa isaa Banee osoo ijji koo argu Birrii kuma 50k laakka'ee kenneef.
Anis keessa kootti Wow Nama Gaarii akkamiiti jedhe. Ammas daqiiqaa muraasa booda dargaggeessi tokko dhufee isa bira dhaqee Mummu'amee boo'aa "Haadhaa fi abbaan koo narraa du'anii Waan ittiin jiraadhu dhabe Birrii kuma 40k naaf kenni Hojii dhuunfaa koo ittiin jalqabadhaa" jedheen.. Namichis Ceem'aa tokko malee yegguma Boorsaa isaa banee Kuma 40k inni gaafate kenneef. Anis illllllll Namicha kana waaqni rakkina koo argee naaf erge! Jedhee keessa koo amansiise.
Sirritti boo'ichaaf akka na gargaaru Shaayii Hoo'aa naaf fidan Dhudha'ee Utaalee miila namichaa jalatti kufee Surree isaa harkaan qabadhee Boo'ee "Gooftaa koo Ijoollee 4 qaba hojii garuu hin qabu Haati manaa koo ammoo ulfadha birrii bizinasii dhuunfaa ittiin jalqabu kuma 300 naaf kenni" jedheen..!

:

Yegguma kana Namoonni Restoraantiin Ala dhaabbatan Kkkkkkkk📹 jedhanii kolfuu jalqaban. Namichis namoota Ala dhaabbatan sanaan Cut Cut Cut.. Jedheenii Sorry Brother Waraabbii Fiilmii🎥 irra jirraam....
Lafaa ka'i naan jedhe😳😭😂

♡ ㅤ   ⎙ㅤ  ⌲          🔕   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ    ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ ᶜʰᵃⁿⁿᵉˡ
Join Us//😏 @kushmood

1 month ago

Har'a Nama 1 Onnee koo irraa galateenfachuu barbaada 🙂

Namni kun erga kush Mooditti makamee kaasee #SHARE #REACT fi akkasuma #POSITIVE_COMMENT gochuun Hanga Har'aa nu waliin imalaa jira💞

Waan hanga ammaa fi kana booda gootuufis Baayyee galatoomi 😎

Mucichi isa kanadha👉 @UROMIA1 👑

♡ ㅤ   ⎙ㅤ  ⌲          🔕   
ˡᶦᵏᵉ    ˢᵃᵛᵉ    ˢʰᵃʳᵉ    ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ ᶜʰᵃⁿⁿᵉˡ
Join Us//😏 @kushmood💠

1 month ago
6 months, 2 weeks ago
6 months, 2 weeks ago
8 months, 2 weeks ago

Chaayinaa tokkotu Haadha warraa isaa waliin Osoo deemanii iddoo dukkanaa wayiitti dhufan Sana booddee inni akkas jedheen:...

#Isa ፡- Sikuti

#Ishee ፡- nu kunini

#Isa ፡_ taka kanchi rudi yumba yaku

#Ishee ፡- mimi naku binda nu Masmiha

#Isa ፡- nunukano miha

#Ishee ፡- nuwanko nyonyo Ohana
.

.
. .
.
.
. .

.
Indeee Bro! Akka nama galeefii itti lixxee Dubbistaa?

hundaafuu kuni dhimma maatiiti hirriba keessan rafaa! ????

HALKAN GAARII!!

nu waliin ta'aa//?? @kushmood

9 months, 1 week ago

[❤️Jaalallen kee inni sirriin gara fulduratti wajin jiraattu baruu barbaaddamoo

Onnee halluu Kelloo qabu irratti Gadi tuquudhaan nama siif bahu ilaali!?
???????????
???????????
???????????
???????????
???????????
???????????
???????????
???????????
???????????
???????????
???????????
???????????
???????????
???????????
???????????
???????????
???????????
???????????
???????????
???????????

Go Click the Heart ????](https://t.me/addlist/7MBcJ93H1cVmOTBk)
Waver? @tamisha11

9 months, 1 week ago

? Open Home - Get Best Channel
       ┏┓
       ┃┃╱╲
      ┃ ╱╱╲╲
       ╱╱╭╮╲╲
       ▔▏┗┛▕▔
   ╱▔▔▔▔▔▔▔▔▔  ╲
╱ ╱      ωєℓ¢σмє           ╲╲
╱╱  ┏┳┓╭╮ ┏┳┓   ╲╲
  ▔▏ ┗┻   ┃┃ ┗┻┛  ▕▔
?ᴊᴏɪɴ?
Click here - Open Home

▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬

[10K+ Channels!
     ↓Click and join us↓

??????????????????????
??????????????????????
??????????????????????
??????????????????????
??????????????????????
?? ????  Click Here  ??????
??????????????????????
??????????????????????
??????????????????????
??????????????????????
??????????????????????](https://t.me/addlist/dSC8qBl07Wg2MTI8)
Ads:
@hopepromotion
@bittaafigurgurtaachannel

???? ?????????
   ??????????? ????????
     ????????/??????

Contact: @Getu_Abera

9 months, 1 week ago

[ Qubee maqaan keessan ittiin eegalu irratti gadi tuquudhaan ? Affeerraa isiniif qophaa'e argadhaa!

???      ???       ???

???       ???       ???

???       ???        ???

???       ???      ???

???       ???       ???

???       ???       ???

???       ???       ???

???       ???       ???

???      ???

Affeerraa Gaarii ?](https://t.me/addlist/7MBcJ93H1cVmOTBk)

Waver ?@tamisha11

9 months, 2 weeks ago

[❤️Jaalallen kee inni sirriin gara fulduratti wajin jiraattu baruu barbaaddamoo

Onnee halluu Kelloo qabu irratti Gadi tuquudhaan nama siif bahu ilaali!?
???????????
???????????
???????????
???????????
???????????
???????????
???????????
???????????
???????????
???????????
???????????
???????????
???????????
???????????
???????????
???????????
???????????
???????????
???????????
???????????

Go Click the Heart ????](https://t.me/addlist/7MBcJ93H1cVmOTBk)
Waver? @tamisha11

We recommend to visit

Jeet ek Nasha hai aur is Nashe ki Factory ka mai ek lauta Baadshah hoon !

My Channel Link
https://t.me/Baadshah

For Any Query Contact
My Username - @RehanBaadshah

Last updated 3 weeks, 4 days ago

Chaanaalli kun yeroo hundumaa Walaloowwan filatamoo fi ergaa guddaa qaban kan siniif dhiyeesaudha.

Yaada qabdan kamiifuu bot kana fayyadamaa
@Walaloo_bot


https://telega.io/?r=l9NDCHx-

Last updated 5 months, 4 weeks ago

Kaayyoon chanali kanaa faarfannaa haaraa fi kan durii isin biraan ga'uudhaafi
Dabalataan seenaalee garaa garaa isin biraan ga'uf


@Burqaa43

Last updated 1 year, 4 months ago