Last updated 2 months, 2 weeks ago
Channel kun dhimma barattoota oromoo irratt odeeffannoo garagaraa dhiyeessa
Yaada fi qeeqaa karaa @Barattootaorobot jedhun nuuf kenna
⚡️⚡️Karaa YouTube dhan nu hordofuuf https://www.youtube.com/@OroAcademy⚡️⚡️
https://telega.io/c/Barattootaoromo
Last updated 3 weeks, 1 day ago
Bu'aa qormaata keessanii asirratti argachuu dandeessu
Last updated 1 week, 5 days ago
Dooktar Abiy Ahimad Biilgeets waliin kilaastara qamadii fi horsiisa lukkuu daawwatan
Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Sooressa Addunyaa Biilgeetis waliin kilaastara misooma qamadii fi horsiisa lukkuu daawwataniiru.
Dooktar Abiy gama miidiyaa hawaasummaa isaaniin Biil Geet bara 2010 booda yeroo 2ffaaf gara Itiyoophiyaatti baga nagaan dhuftan jechuun simataniiru.
**SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
? MIIDIYAA @ABDII_SABAA1 ?**
Si’a sadii ol nama murteen du’aa itti murteeffamee ture, Daawit Dirribaa.
Eeliyaas Dirribaa Badhaaneen kana dura yakka cimaan himatamee murtoon adabbiin du’aa yeroo 3 irratti darbee kan ture ta’uu ibsame
Namoota qajeelfamaa fi hojmaata Siiviil Ayiveeshinii camsuun to’annoon jala oolaan keessa Eeliyaas Dirribaa Badhaaneen kana dura maqaa Daawwit Dirribaa Badhaanee jedhuun yakka cimaan himatamee murtoon adabbii du’aa si’a 3 irratti kan darbe ta’uu Poolisiin Federaalaa beeksiise.
Yakkamaan kun bara 1989 hanga 1999tti maqaa Daawwiit Dirribaa Badhaanee jedhuun yakkoota adda addaan himatamuun manni murtii yeroo 3 adabbii du’aa irratti murteessee turuu Poolisiin Federaalaa ibseera.
Manni Murtii Olaanaa Federaalaa Dhaddacha yakkaa 2ffaa Mudde 25, 1999 ooleen yakka saamichaa, hannaa, reebichaa, ajjeechaa fi seera camsuun himata irratti dhiyaateen adabbii cimaa umrii guutuu irratti murteessee turuu qorannoon poolisiin mirkaneesseera.
Shakkamaan kun maqaa Eeliyaas Dirribaa Badhaanee, Jamaal Nuuruu fi Daawwit Dirribaa Badhaanee jedhu fayyadamuun meeshaalee waraanaa 11 saamuu, hanna garaagaraa, nama 3 ajjeesuu dabalatee yakkoot adda addaa hedduun himatamuun murtoon adabbii cimaa umrii guutuu itti murtaa’ee turuu eereera.
Akkasumas Shakkamaan kun saamicha meeshaa waraanaan deeggarame raawwachuu, yakka mana hidhaa miliquu fi yakka hannaa garaagaraa raawwachuu himatamuun Manni Murtii Olaanaa Federaalaa Dhaddacha yakkaa 2ffaa Ebla 30, 2000 ooleen irra deebiin adabbii cimaa umrii guutuun adabuu himeera.
Shakkamaan kun murtoo du’aa irratti darbe ol iyyannoon gara umrii guutuutti akka jijjiiramuuf taasiisus, irra deebiin iyyannoo dhiyeeffachuun gara adabbii waggaa 25tti jijjiiramuun waggaa 17 mana amala sirreessaa erga turee booda dhiifamaan gadi lakkifamuu Poolisiin qorannoo taasiiseen mirkaneessuu ibseera.
**SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
? MIIDIYAA @ABDII_SABAA ?**
Manni Murtii Shakkamtoota Ja’an Irratti Guyyoota Qorannoo 14 EeyyameManni Murtii Olaanaa Federaalaa Ramaddii Lidataa Dhaddachi Beellama Yeroo, shakkamtoota ja’an nageenya daandii qilleensaa balaarraa buusuuf socho’aniiru jedhamuun shakkamuun yakka shorokeessummaan himatamanirratti guyyoota qorannoo 14 eeyyeme.
Manni murtichaa kaleessa Yaada Qorannoo Poolisii Federaalaa fi qabxii falmii Abukaatoonni shakkamtootaa kaasanirraatti yaada murtoo kennuuf har’atti beellamuun ni yaadatama.
Haaluma kanaan dhaddacha har’aan Galmee himataa Yohaannis Daani’eel Barihee (Joon Daani’eel) jalatti kan hammataman ja’arratti Poolisii qorataaf yeroo qorannoo dabalataa eyyamuun amansiisaa ta’uurraan Manni Murtichaa guyyoota qoranoo 14 eeyyameera.
**SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
? MIIDIYAA @ABDII_SABAA1 ?**
Shakkamtoonni 6 haala hojimaata aviyeeshinii cabsuun jeequmsaa fi doorsisa uumaniiru jedhaman, har'a mana murtiitti dhiyaataniiru.
Dhaddachi Mana Murtii Olaanaa Federaalaa falmii bitaa fi mirgaa ergaa dhaggeefatee booda qorannaaf guyyoota 14 Poolisiin Federaalaa gaafateef guyyaa boruu Hagayya 21, 2016 murtii kennuuf beellamee jira.
Shakkamtoonni kunneen karaa abukaatoo isaaniitiin mirga wabii gaafataniiru.
**SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
? MIIDIYAA @ABDII_SABAA1 ?**
Xiyyaarri Itti Aanaa Pireezidaantii Maalaawii dabalatee namoota 9 fudhattee dhabamte kuftee caccabuu ibsame
Xiyyaarri Itti Aanaa Pireezidaantii Maalaawii Saawuloos Chiiliimaan dabalatee namoota 9 fudhattee dhabamte kuftee caccabuun mirkanaa’eera. Balaa qaqqabeen imaltoonni hundi du’uu isaanii Pireezidaantiin biyyattii Laazaaruus Chaakweeraan beeksiisuu BBCn gabaaseera. #Oromiyaa #Ityoophiyaa
**SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
? MIIDIYAA @ABDII_SABAA1 ?**
Namoota dursanii banan 10 qofaaf fayyada. Carraa gaarii!
t.me/BlumCryptoBot/app?startapp=ref_UGveJG5NJD
Telegram
Blum
Trade, connect, grow and… farm Blum Points! Made by @blumcrypto team ***🌸***
Qormaanni xumuraa barattoota sagantaa sirreeffamaa bara 2016 waxabajjii 3-10, 2016 akka kennamu himamee turuun isaa ni yaadatama.
Haa ta'u malee waxabajjii 9/2016 Ayyaana Iid al-Adhaa waan ta'eef qormaanni guyyaa sana kennamu gara waxabajjii 11/2016 akka darbe Ministeerri Barnootaa beeksise.
**SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
? MIIDIYAA @ABDII_SABAA1 ?**
Hojii Rabbii hin beekanuu waan kana yaalaamee ???
https://t.me/hAmster_kombat_bot/start?startapp=kentId623498942
Telegram
Hamster Kombat
Just for you, we have developed an unrealistically cool application in the clicker genre, and no hamster was harmed! Perform simple tasks that take very little time and get the opportunity to earn money!
Last updated 2 months, 2 weeks ago
Channel kun dhimma barattoota oromoo irratt odeeffannoo garagaraa dhiyeessa
Yaada fi qeeqaa karaa @Barattootaorobot jedhun nuuf kenna
⚡️⚡️Karaa YouTube dhan nu hordofuuf https://www.youtube.com/@OroAcademy⚡️⚡️
https://telega.io/c/Barattootaoromo
Last updated 3 weeks, 1 day ago
Bu'aa qormaata keessanii asirratti argachuu dandeessu
Last updated 1 week, 5 days ago