ᥫ᭡Jireenya Jaalalaa ?♡? Love ❤ ፍቅር ?

Description
??Jaalalaafii ergaalee jaalalaan wal qabatan gaggabaaboo as jalaa argattu❣?????❣️❤️‍?
????Dabalataan Qoosaa Bohaarsoo??
We recommend to visit

Official Telegram channel✔️

?Nutti dhihaatta ?
?Jaalalaan nurraa qabamta?
?Garmalee Koflaan Fincaan ofirrati buusta?
?asuman waliin taane Afaan fi artii keenya gudifanna.
Any comments or messages:- @Orosarca_commentobot

Last updated 4 years, 5 months ago

Chaanaalii kana keessatti Odeffannoo Waa'ee Maan Yunaayitidin walqabatan qofa argattu.

?Jijjirraa Taphattoota Kan Maan Yunaayitid

?Taphoota Maan Yunaayitid kallattiin.

?Yaada qabdan karaa @AmaaaanG gaafachu dandeessu

Group ? @Oro_man_uniteds_Group

Last updated 1 year ago

Faana beekumsaa irratti
Barnoota haala bashannansiisaan
Qoosaa nama kofalchiisan
Jechoota mimmiidhagoo
Text profile f ta'an bifa suuraatin
Seenaa nama bohaarsan
Ergaa qalbii nama jiisan yaada yoo qabaattan karaa
@Faana_beekumsaabot tiin nu qunnamaa

Last updated 1 year ago

1 year ago

Shammaran Hundii kessaan Na Janajanadha??

1 year ago

Cidha koo irratti "camera man" kolfi suura si kaasa jiraa gaafa naan jedhuu.?

Maalan kolfaa hiikan jira seete fuudhaan jira malee.?

1 year ago

Intalli finfinnee turtee dhiyeenya baadiyatti galte , yeroo karaa irratti si argitu..Izzi safar wifa yellem bro?

1 year, 1 month ago

"Nama si qabaachuu isaatti boonu, kan si dhabuu sodaatu, kan siif lolu, kan si kabaju, ka si kunuunsu barbaadi" ?

1 year, 1 month ago

Obboleettiin tee Xiqqoon
Gaafa
Galgala Hiriyaa kiyya waliin beellama qaba siin jettu
Awwaala kee waliin walirra si jalaa hin bu'uu ree!!

1 year, 1 month ago

Qorri finfinnee Yeroof Karooraa malee Ga'ilati Nuu Gashuf??

1 year, 1 month ago

Jaalalli jiraannan waanti hunduu namatti tola. ?

1 year, 1 month ago

Akka saayintistoonni jedhanitti namni tokko osoo hin fuudhin dura giddu galeessaan yoo xiqqaate yeroo 7 namoota biroo irraa jaalalaan qabamaa.

@Jireenya_jaalalaa?

1 year, 1 month ago

Roobert Mugaabee yeroo tokko akkas jechuun dubbatanii turan ⬇️⬇️

? Roobert Mugaabee | "Afriikaa keessatti Maatiin kee dhukkubsachuu kee kan baran gaafa ati nyaata nyaachu diddu qofadhaa" . ?

@Jireenya_jaalalaa?

1 year, 1 month ago

Siif Jedhee addunyaa kana nan gubaa jedhe àduun yeroo ji'aa janajanu?****

We recommend to visit

Official Telegram channel✔️

?Nutti dhihaatta ?
?Jaalalaan nurraa qabamta?
?Garmalee Koflaan Fincaan ofirrati buusta?
?asuman waliin taane Afaan fi artii keenya gudifanna.
Any comments or messages:- @Orosarca_commentobot

Last updated 4 years, 5 months ago

Chaanaalii kana keessatti Odeffannoo Waa'ee Maan Yunaayitidin walqabatan qofa argattu.

?Jijjirraa Taphattoota Kan Maan Yunaayitid

?Taphoota Maan Yunaayitid kallattiin.

?Yaada qabdan karaa @AmaaaanG gaafachu dandeessu

Group ? @Oro_man_uniteds_Group

Last updated 1 year ago

Faana beekumsaa irratti
Barnoota haala bashannansiisaan
Qoosaa nama kofalchiisan
Jechoota mimmiidhagoo
Text profile f ta'an bifa suuraatin
Seenaa nama bohaarsan
Ergaa qalbii nama jiisan yaada yoo qabaattan karaa
@Faana_beekumsaabot tiin nu qunnamaa

Last updated 1 year ago