Official Telegram channel✔️
🔛Nutti dhihaatta 🚶
🔛Jaalalaan nurraa qabamta💓
🔛Garmalee Koflaan Fincaan ofirrati buusta😀
🔛asuman waliin taane Afaan fi artii keenya gudifanna.
Any comments or messages:- @Orosarca_commentobot
Last updated 2 Jahre, 9 Monate her
😍🥰Jaalalaafii ergaalee jaalalaan wal qabatan gaggabaaboo as jalaa argattu❣😘🤩🥰😍😜❣️❤️🔥
😁😅🤣😂Dabalataan Qoosaa Bohaarsoo😇😋
Last updated 1 Monat, 2 Wochen her
Supporters of the greatest President of our lifetimes, @real_DonaldJTrump!
Last updated 1 Monat, 2 Wochen her
Konkolaataa 🚙 bitachuu barbaadeen Dalaalaa tokko waliin wal argee yeroon Amala Konkolaatichaa isa gaafadhu....
Yoo Boba'aa(Nadajii) fixxeeyyuu hin dhaabattu sheemiin qabeeti deemti malee.😂
@Orosarcasm
Jirtu Jirtu......✋
@Orosarcasm yeroo Dhihootti Bashanana isaa bifa Ajaa'ibatiin Qabatee isiniif dhufaa jira.
Ni Jirtani mii.....?
Dubartoonni Dhiira qarshii qabdu qofatti heerumu enyuutu jedhe?
Kan doolara 💵 qabu Yoo argatanis itti heerumu.🤣*😂***
Sirba na affeeri jetteeni Yoo isheen Sirba #Ali_Birra si Afeerte......
Maal eegda gaa daaftee Fuudhuu qabda tana 😘😘😍
Jallee koo hin kufin Adaraa,.... Dhaloonni zamana kana yoo kuftees Camera📸** qofaan si kaasuu Waan ta'eef.
@Orosarcasm
@Orosarcasm
Hatanii Miliyoona1💵** Argachuurra
Dafkitee Hojjattee Miliyoona5 💵 argachuutu irra wayya.**
Naaf Dhiisa
Gutumatti isii💞
Naaf Dhiisa
Narraa tuqinaa 🚫**
@Orosarcasm Appreciated Video Music of M-Pako Shek-Issa(Backo Shakkisa)
The Best Artist=Tilahun Gasase and Dr.Ali BirraThe Best Athlete= Abebe Bekila
The Best Actor= Abebe Balcha
The Best Patriot= Belay Zalake Kiltu
The Best poets= Tsagaye Gabremadin
The Best Painter= Lama Guya
The Best Sciencetist= Gabisa Ejeta
🚸 The so called Ethiopia🇪🇹 is nothing without Oromo!
Official Telegram channel✔️
🔛Nutti dhihaatta 🚶
🔛Jaalalaan nurraa qabamta💓
🔛Garmalee Koflaan Fincaan ofirrati buusta😀
🔛asuman waliin taane Afaan fi artii keenya gudifanna.
Any comments or messages:- @Orosarca_commentobot
Last updated 2 Jahre, 9 Monate her
😍🥰Jaalalaafii ergaalee jaalalaan wal qabatan gaggabaaboo as jalaa argattu❣😘🤩🥰😍😜❣️❤️🔥
😁😅🤣😂Dabalataan Qoosaa Bohaarsoo😇😋
Last updated 1 Monat, 2 Wochen her
Supporters of the greatest President of our lifetimes, @real_DonaldJTrump!
Last updated 1 Monat, 2 Wochen her