Why Pay for Entertainment? Access Thousands of Free Downloads Now!

Faana beekumsaa

Description
Faana beekumsaa irratti
Barnoota haala bashannansiisaan
Qoosaa nama kofalchiisan
Jechoota mimmiidhagoo
Text profile f ta'an bifa suuraatin
Seenaa nama bohaarsan
Ergaa qalbii nama jiisan yaada yoo qabaattan karaa
@Faana_beekumsaabot tiin nu qunnamaa
Advertising
We recommend to visit

Official Telegram channel✔️

🔛Nutti dhihaatta 🚶
🔛Jaalalaan nurraa qabamta💓
🔛Garmalee Koflaan Fincaan ofirrati buusta😀
🔛asuman waliin taane Afaan fi artii keenya gudifanna.
Any comments or messages:- @Orosarca_commentobot

Last updated 2 Jahre, 9 Monate her

😍🥰Jaalalaafii ergaalee jaalalaan wal qabatan gaggabaaboo as jalaa argattu❣😘🤩🥰😍😜❣️❤️‍🔥
😁😅🤣😂Dabalataan Qoosaa Bohaarsoo😇😋

Last updated 1 Monat, 2 Wochen her

Supporters of the greatest President of our lifetimes, @real_DonaldJTrump!

Last updated 1 Monat, 2 Wochen her

1 month, 3 weeks ago

Ashamaa harka fuune kabajamtootaa fi jaallatamtoota hordoftoota chaanaalii keenyaa nagaan keenya kan jaalalaa fi kan kabajaa iddoo jirtan maratti isin haa dhaqqabu Jedha Channel YouTube Afaan Oromoo Fi Afaan Adda Addatin Barnoota Adda Adda Qoosa Akkasuma #Franki🤣 Afaan Oromo Akkasumas Haala Online Irraati #Qarshi💸 Ittin Hojeetanu Dabarsuf Qopeefame Kana Dafati Dursa #Subscribers Godha

↓↓↓↓↓↓↓↓↓

https://youtube.com/@Asadfamily1
https://youtube.com/@Asadfamily1
https://youtube.com/@Asadfamily1

1 month, 3 weeks ago

Ustaaz Raayyaa Abbaa Macca 37ffaa Gadhifamera Guutusa Seenaa Dhageefadha Sher Gootu Maale Biraa Hin Darbin
↓↓↓↓↓↓↓↓↓↓↓
https://www.facebook.com/share/v/PsZMY3YBswUCczjp/?mibextid=qi2Omg

Facebook

Log in or sign up to view

See posts, photos and more on Facebook.

2 months ago

Maaltu na Galche?
~
Maaltu na gaalchee"dha
Kan biyya balleesse
Jedhee katabuudhaf
Waraqaa qopheessee
Nas maaltu na galche?
Jedheen itti dhiise....
~ Please👇Subscriber👇Godhi link kana
https://youtube.com/@Asadfamily1

5 months, 3 weeks ago

Jireenya kiyya keessatti bakki an itti miidhamee hin daganne jaalala, bakki an itti boqonnaa argadhe kaniin yoomuu hin dagannees jaalala.

Jaalala keessa hundatu jira.

Ergaa dabalataaf @Faana_beekumsaa join godhi

Join @Faana_beekumsaa

,,,,,,, . ..,,,,,

5 months, 3 weeks ago

Taaksiin an amma ittiin deemaa jiru guutuu isaa irraa kan ka'e Raddaatiin taaksii biraatiin nu faana dhufaa jira😁😁

Qoosaa dabalataa argachuuf @faana_beekumsaa join godhi

6 months ago

Oduu gammachiisaa
Telegram irratti nama 1 affeeruun qarshii 5 argachuun danda'amee jira

Linkii armaan gadii tuquudhaan ammuma jalqabaa👇👇👇
https://t.me/money_refferbot?start=r02249677410

Start👇
https://t.me/money_refferbot?start=r02249677410

6 months, 1 week ago

ATI HIRIYYAA koo 👫qofa miti
   ➛Ati JAALALLEE kooti 💑

ATI JAALALLEE koo 💏qofa miti
   ➛Ati ONNEE kooti 💕.  

ATI ONNEE koo♥️ qofa miti
  ➛Ati JIREENYA kooti .  

ATI JIREENYA koo qofa miti
  ➛Ati waan HUNDUMAA kooti .
..............♡           ....❍..............          

Ergaa dabalataa argachuuf @Faana_beekumsaa join godhi

Join👇
@Faana_beekumsaa

,,,,,,,.,,,.,,,.''''''''''',,,,,.,,,,,.,,,.,,,.

6 months, 2 weeks ago

Jireenyi hangam sitti hammaatullee ofiif post gootee ofii like hin godhin

😁😁😜
Join @Faana_beekumsaa

6 months, 2 weeks ago

Qoosaa gabaabduu

Hattuu

gurbaa tokkotu halkan qophaa isaa osoo deemaa jiruu hattoonni isa arganii  hordofuu eegalan

Bakka dukkana gahanii gurbaa kana qaban.
Qabanii waan inni qabu irraa humnaan harkaa fuuchuudhaaf wol qabatanii baayyee wol lolanii booda laaffisanii gurbaan of dadhabnaan yeroo hattoonni kun kiisii isaa seenan qarshii tokko qofaatu keessa jira😳

Sana booda hattoonni kun aaranii "qarshii takkoof jecha akkanatti if cinqitii akkasitti akka nuti si rukunnu of gootee?" Jedhanii gaafatan

Gurbaan kunis akkas jedhee deebiseef
"an qarshii kuma afurin kaalsii keessaa qaba diqqa isa najalaa fuutu jedheetani malee,
An  goowwaadha moo kanin qarshii 1f jedhee akkanatti tumamu". Jedheen 😂😂😂😂😂😂😂😂

Sana booda qarshicha hunda jalaa fudhatan

Qoosaa dabalataa argachuuf @Faana_beekumsaa join godhi

Join👉 @Faana_beekumsaa

7 months, 1 week ago

......Sin jaaladha.....

Sin jaaladha hedduu
Baayyeesaa garmalee
Kiiloon biran gahuu
Hangasaa madaalee
.........
Ciisu suman yaadaa
Ka'ullee bar sumaa
Jaalalli akkasii
Maaluma jedhamaa?
........
Onneen koo siif rukutti
Dachaa dachaadhaanii
Hunduma caalchisee
Sin jaaladha anii
..........

Wolaloo dabalataa argachuuf @Faana_beekumsaa join godhi

Join 👉 @Faana_beekumsaa

We recommend to visit

Official Telegram channel✔️

🔛Nutti dhihaatta 🚶
🔛Jaalalaan nurraa qabamta💓
🔛Garmalee Koflaan Fincaan ofirrati buusta😀
🔛asuman waliin taane Afaan fi artii keenya gudifanna.
Any comments or messages:- @Orosarca_commentobot

Last updated 2 Jahre, 9 Monate her

😍🥰Jaalalaafii ergaalee jaalalaan wal qabatan gaggabaaboo as jalaa argattu❣😘🤩🥰😍😜❣️❤️‍🔥
😁😅🤣😂Dabalataan Qoosaa Bohaarsoo😇😋

Last updated 1 Monat, 2 Wochen her

Supporters of the greatest President of our lifetimes, @real_DonaldJTrump!

Last updated 1 Monat, 2 Wochen her