Last updated 2 months ago
♥️♥️🕋Inshaa Allah Yoo Rabbiin fadhe
👉 Seenaalee
❤ Hadiisa rasuulaa ﷺ
👉 Gaaffii fi deebi'i
👉 Islaamummaa
👉Gorsa sheekkota keenya bifa barreefamaatin Fi Kkf
Yaadaa fi qeeqaaf @Hawwiislaamic_bot
Last updated 3 days, 12 hours ago
Empowering Generation
Dambi Dollo University Telegram Channel
Last updated 1 month, 2 weeks ago
Yuunivarsitiin Dambii Dolloo tajaajila baqaqsanii yaaluu mooraa ijaa kenne
Hospitaalli Inistiitiyuutii Saayinsii Fayyaa Yuunivarsitii Dambii Dolloo walta’iinsa dhaabbata HCP (Himalayan Cataract Project) fi Kilinika Ijaa Makaane Yesuus Naqamtee wajjin ta’uun tajaajila duula baqaqsanii yaaluu moora ijaa bilisaan kenne. Duula yaala baqaqsanii yaaluu kanarratti namoota dhibee kanaan rakkachaa jiran dhibba afurii ol ta’aniif bilisaan tajaajila kenneera.
ደምቢ ዶሎ ዩኒቨርሲቲ ነጻ የአይን ሞራ የቀዶ ህክምና አገልግሎት ሰጠ
በደምቢ ዶሎ ዩኒቨርሲቲ የጤና ሳይንስ ኢንስቲትዩት ሆስፒታል ከHCP (Himalayan Cataract Project) እና ከነቀምቴ መካነ ኢየሱስ የዓይን ክሊኒክ ጋር በመተባበር ነፃ የአይን ሞራ ቀዶ ጥገና አገልግሎት ሰጥቷል። በቀዶ ሕክምና ዘመቻም የአይን ሞራ ለሚሠቃዩ ከአራት መቶ በላይ ለምሆኑ ሰዎች ነፃ የቀዶ ሕክምና አገልግሎት ሰጥቷል።
https://www.facebook.com/DambiDolloUFC?mibextid=2JQ9oc
Log in to Facebook
Log in to Facebook to start sharing and connecting with your friends, family and people you know.
Last updated 2 months ago
♥️♥️🕋Inshaa Allah Yoo Rabbiin fadhe
👉 Seenaalee
❤ Hadiisa rasuulaa ﷺ
👉 Gaaffii fi deebi'i
👉 Islaamummaa
👉Gorsa sheekkota keenya bifa barreefamaatin Fi Kkf
Yaadaa fi qeeqaaf @Hawwiislaamic_bot
Last updated 3 days, 12 hours ago
Empowering Generation
Dambi Dollo University Telegram Channel
Last updated 1 month, 2 weeks ago