Jeet ek Nasha hai aur is Nashe ki Factory ka mai ek lauta Baadshah hoon !
My Telegram Channel Link
https://t.me/+S9lLIcfDkRrhG-VZ
For Any Query Contact
My Username - @RehanBaadshah
Last updated 3ย weeks, 1ย day ago
Youtube Irraattis nu Argattu
https://www.youtube.com/c/KaachuuEntertainment
Yaada qabdan kamiifuu bot kana fayyadamaa
@Walaloo_bot
Last updated 1ย month, 3ย weeks ago
๐๐ถ๐ฟ๐ฒ๐ฒ๐ป๐๐ฎ ๐บ๐ถ๐น๐ธ๐ฎ๐ฎ'๐ฎ๐ฎ ๐ท๐ถ๐ฟ๐ฎ๐ฎ๐ฐ๐ต๐๐๐ณ ๐ธ๐ฎ๐ธ๐ฎ'๐๐๐บ๐๐ฎ ๐ฌ๐๐๐๐๐ ๐ณ๐ถ ๐๐๐ก๐๐๐๐ง๐ง๐๐ ๐ฑ๐ต๐ผ๐ธ๐ฎ๐๐ฎ๐ฎ ๐ผ๐ณ๐ถ๐ถ๐๐๐ถ ๐ณ๐ฎ๐๐๐ฎ๐ฑ๐ฎ๐บ๐๐๐ณ ๐พ๐ผ๐ฝ๐ต๐ถ๐ถ ๐๐ฎ'๐๐ ๐ฏ๐ฎ๐ฟ๐ฏ๐ฎ๐ฎ๐ฐ๐ต๐ถ๐๐ฎ!
๐ฅ @Oromoo_Inspire_YaadaafBot ๐ฅ
Last updated 3ย weeks, 2ย days ago
๐ค๐ถ๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐, ๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐ป๐น๐ธ
๐ฃ๐๐๐๐ฃ ๐๐๐๐๐ช ๐๐ง๐๐๐ ๐๐ค๐๐๐๐ ๐ ๐๐ ๐๐จ๐๐ ๐ ๐๐ฃ ๐๐๐ง๐๐ ๐ ๐ค๐ค ๐ข๐ช'๐๐๐๐ฉ๐.....
Aอmอeอeอnอ aอmอeอeอnอ aอmอeอeอnอ..๐
Jaalalaa...
Maal jedhe akkan jalqabu hn beekuu garuu jaalali maal akka taeen sii irra baree๐ ni beekta c dura akkan nama baayeeti siqee jaalala egaluf yaale.. fedhiikoo ati anaf barsisa jaalalakoti akkan baayee heddumesee sii jaaladhus ni beekta dhiraa kaminu sii madalchise hin beekuu siin maadalchisus fedhikoo ergaan sii barree namaa kaminu barruf fedha qabadhe hin beekuu takkaa obbolesa naf tata takka obboleti takka abbaa takka immoo hiriyaa takkamoo jaalale mal jedhe sii ibsuu sif jechan ittin waaee jaalalke ibsu hin qabnu waqni sin naf kene ha eebbifamuu ... Fedhikoo cn jaaladha yomiyu ati mootii onnekoti bareddaakoo...naf jiradhu waliin umuri dheera nuf ha kenu hamaa nurra ha qabu naf amanami akkan sif amanamee si amanuti....
Nafi ke irraa AU
Fedhiikoof finfinee
Ergaa kaa'uf ๐ @Walaloo_bot
@Dambalii_Jaalalaa
โ Namni wangeelaaf hojjechaa ture tokko akkas jedha:
"Rakkattee osoo hin milkaa'in hafte yoo ta'e, kan si booda milkaa'u dhaloota tokkotu jira; osoo hin rakkatin milkoofte yoo ta'e garuu si dura nama rakkatetu ture." jedha.
โ Dubbiin namicha kanaa 100% dhugaa dha.
โข Maalifan milkaa'uu dhabee?
โข Maalif milkaa'inni ana irraa fagaatee?
โข Maalif kufaatiin natti baay'atee? Jettee Komii ofii kee irratti nama irrattii fi waaqayyo irratti hin kaasin!
โข Yoo ofii kee rakkattee, dadhabdee milkaa'uu baatte, rakkina kee kanatti ilmi kee, dhaloonni si boodaa milkaa'uu danda'a.
Fakkeenya tokkon siif fudhadha.
โ Seenaa Dr. Maartiin Luuter King Juuniyeer waan beektu natti fakkaata. Inni bara isaa waggaa 38 jiraate keessatti mirga walqixxummaa gurraachotaaf falmu hoogganaa ture. Sababa kanaaf yeroo baay'ee mana hidhaatti darbatamaa akka ture rakkinni gurguddaan isa irra gahaa akka ture beekamaa dha. Haa ta'u malee mirgi gurraachotaa kabajamee, warri adii fi gurraachonni mirga walqixaa qabaatanii akka jiraatan osoo hin argin lubbuun isaa addunyaa kana irraa namoota badiin dabarte. Garuu inni ofii isaa rakkachaa turee milkaa'ina rakkoo isaa osoo hin argin du'u iyyuu, har'a ilmaan isaa bu'aa rakkina isaatii dhamdhamaa jiru.
โ Ilaali rakkina kee har'aa kana ilaaltee abdii hin kutin!
Diinni milkaa'inaa inni guddaan abdii kutuu dha. Waan hojjettu kamiyyuu hamma du'aatti yoo ta'e iyyuu cichii jabeessii itti fufi! Bor yoo duute iyyuu dhaloota boriif eebba taate duuta.
Dhaloonni si boodaa "rakkina inni rakkachaa ture nuti immoo har'a bu'aa isaa jiraanna" siin jechaa seenaa kee yaadachaa jiraatu.
โ Hammuma kufaatiin sitti baay'atu milkaa'ina keetti dhiyaachaa akka deemtu beeki!
โ Kufaatiin tokko gaafa si quunnamu deemsa gara galma milkaa'ina keetti gootu dheerina isaa gabaabfachaa jirta jechuu dha.
โ Imala gara milkaa'inaatti deemuu kee, karaa milkaa'inaa irra imalaa jiraachuu kee kan siif mirkaneessu kufaatii si mudachaa jiru dha.
โ Kufaatiin yoo si mudachaa jira ta'e, jabaadhu ati karaa milkaa'naa irra jirtaati. Garuu hamma yoonaa kufaatiin si mudatee hin jiru yoo ta'e ati milkaa'ina keef deemsa hin eegalle jechuu dha.
โ Namni osoo hin kufin milkaa'e nama hin hojjanne dha yookiin kufaatii nama biraatti kan milkaa'e dha.
โ Kufaatiin hammuma si mudachaa deemu; ofitti amanamummaa kee cimsaa, waan darbe irraa barachaa, karaa kaleessa irratti kufte irra akka hin deddeebine hubachaa, karaan biraa akka jiru xiinxalaa akka deemtu si gargaara.
โ Kanaaf kufaatii hin jibbiin kufaatiin daandii milkaa'inaa ti.
โข Jireenya kee jijjiruuf sammuu jijjiiramaan har'a jijjiirama eegali!
Filannoo keessan tuquudhaan ilaalladhaa!
[1--โฅ๏ธโฅ๏ธ
2--๐๐
3--๐๐
4--๐ฅ๐ฅ
5--๐๐](https://t.me/+F29iJnDKops5Y2Fk)
๐ฃ ALL Telegram Channel you want here Just Click To Join
โข Gadi Tuquudhaan Add godhaa!
โฟป Channelee kanneen irratti gadi tuquudhaan Add, Join, follow godhadhaa! Barruulee ajaa'ibaa ni argattu!
โฃ
ยซ๐ฒ๐ป๐ธ๐ฒ๐บ ๐ท๐ด๐๐ดยป
ยซ๐ฒ๐ป๐ธ๐ฒ๐บ ๐ท๐ด๐๐ดยป
ยซ๐ฒ๐ป๐ธ๐ฒ๐บ ๐ท๐ด๐๐ดยป
๐ ๐บ๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐: https://t.me/+F29iJnDKops5Y2Fk โญ
"Anatu siif gaarii" kan jedhee waakkatu
Hundumtuu naa toluuf anattin fakkaatu
An nan beeka garuu addaan baasee fira
Isan anin beeknes rabbi guddaan jiraโ
Kufee ka'ee boolla qotee kan naaf sirbu
Ilkaan qaree jechaan kuulee kan na irbu
Cabakoo eeggatee yoo natti gammadu
Argeetuman dhiise animmoo xamaduu
Buqqee gannaa gaarii se'ee hin leellisu
Bagan dhiise deemee rabbi nahaa eebbisuโ
.
โค๏ธโค๏ธ Hanqinni dubartoota bareedoo ๐ta'anii maali?๐โโ? ... See more
๐๐๐๐
๐โจbanaaโจ๐
๐โจbanaaโจ๐
๐๐๐๐
โค๏ธโค๏ธ Dubartoota maaltu hawwata? ๐๐ฑ๐? .... See more
๐๐๐๐
๐โจbanaaโจ๐
๐โจbanaaโจ๐
๐๐๐๐
๐๐คฆ Wantoota 7 dubartoonni dhiira irraa eegan malee dubbachuuf ija hin jabaanne๐คท hoo maalfa'i?... See more
๐๐๐๐
๐โจbanaaโจ๐
๐โจbanaaโจ๐
๐๐๐๐
๐ [Join Us ยซ๐ฐ๐ป๐ป ๐ฒ๐ท๐ฐ๐ฝ๐ฝ๐ด๐ปยป
โ Itti Gammadaa!
โ Irraa Baradhaa!
โ Nu waliin turaa!
โ Gฮฑโฮฑัฯฯะผฮฑฮฑ!!!!
๐](https://t.me/+F29iJnDKops5Y2Fk)
โ
โ Join All Channel โ
โ_
โVision ToDo
โ_
โHambisaa Motivation
โ_
โ Bilchina Sammuu
โ_
โ Barruu Beektotaa
โ_
โ ๐ผ๐ด๐ถ๐ด๐๐๐ ๐พ๐ต๐ต๐ธ๐ฒ๐ธ๐ฐ๐ป
โ_
โ @Gaggeessummaa
โ_
โ Oromoof
โ_
โ@Reading_PDF
โ_
โ@Grace_Media24
โ_
โ๐๐๐๐๐ท ๐ต๐พ๐ ๐ป๐ธ๐ต๐ด
โ
โ@Gaaela_Gaarii
โ_
โ@Nan_Baradha
โ_
โ@Spiritual_PDF
โ_
โGech PDF
โ_
โ GetuVsMegertu
โ_
โGrow In Christ
โ_
โ Bible Quotes
โ_
โ@Computer_Soln
โ_
โ Android App
โ_
โ@Research_Paper
โ_
โ@Getu_Official
โ_
โ Kakuu Studio
โ_
โSeenaa Tube
โ_
โ Alem Official
โ_
โ Ijoollee Ifaa
โ_
โ Motivational Tips
โ_
โ Words Of The Day
โ_
โ@Daandii_Guddinaa
โ_
โOro Inspire Center
โ_
โDaily Quotes
โ_
โKottaa Kolfaa
โ_
โ@Dhimma_Fayyaa
โ_
โDawit (Gurree) poem
โ_
โ@AsoosamaafiWalaloo
โ_
โMammaaksa Oromoo
โ_
โ แ แแญแ แ แฃแฃแแฝ
โ_
โ๐๐ฐ๐ป๐ฐ๐ป๐พ๐พ ๐น๐ฐ๐ฐ๐ป๐ฐ๐ป๐ฐ๐ฐ โฅ๏ธโฟโฅ๏ธ
โ_
โ Walaloo Faaruu ๐๏ธ
โ_
โ Kutannoo
โ_
โTop Books
โ_
โArara Tv
โ_
โMarsil Tv
โ_
โStudents Book
โ_
โLearn English
โ_
โ Mo'attoota
โ_
โCoba Qalamaa
โ_
โ Dhaloota Qaroo
โ_
โ Dhaloota Dhugaa
โ_
โ ๐๐ ๐๐๐ฅ๐๐ ๐ ๐ข๐ฉ๐๐
โ_
โRise and Shine
โ_
โWaliin Waliif
โ_
โ Coba Yaadaa
โ_
โGodaannisa Sammuu
โ_
โ Success Tips
โ_
โ Walaloo Hafuuraa
โ_
โ Falaasama Ooshoo
โ_
โWorship Time
โ_
โNaol Tube
โ_
โAmazing Picture
โ_
โ แขแตแฎ แแแแ
โ_
โ แแซแช แฅแ
แถแฝ
โ_
โ English books
โ_
โ Spiritual Books
โ_
โ Books Wallpapers
โ_
โ Hika Tube
โ_
โ Oro Memes
โ_
โ Bilchina Sammuu
โ_
โ Daanii Jiloo
โ_
โ Spiritual Quotes
โ_
โHojii Online
โ_
โ Xinsammuu
โ_
โ Ergaa Jaalalaa
โ_
โ Oromoon Beekadha
โ_
โ Reveal Jesus
โ_
โ Dhugaatu Nu Baasa
โ_
โ Naardos
โ_
โ Tech info
โ_
โ ENDRE ACADEMY
โ_
โ Spiritual PDF
โ_
โ Plumbing Work
โ_
โ Birmadummaa
โ_
โ Best Classical Songs
โ_
โ Be Positive & Learn ๐ฅ
โ_
โ Oro Lawyers Family
โ_
โ Join All Channels โ
โ@hopepromotion
โ@bittaafigurgurtaachannel
ยฏยฏยฏยฏยฏยฏยฏยฏยฏยฏยฏยฏยฏยฏยฏยฏยฏยฏยฏยฏยฏยฏยฏยฏยฏยฏยฏยฏยฏ
Thฮนส ฮนส ๐ท๐พ๐ฟ๐ด ๐ฟ๐๐พ๐ผ๐พ๐๐ธ๐พ๐ฝ
ฮฑิสาฝษพฦฮนสฮนษณษ ฦาฝส
าฝษ ษพฮฑษฑ
ฦิฮฑษณษณาฝส
ส/ษ ษพฯ
ฯฯส
ยฏยฏยฏยฏยฏยฏยฏยฏยฏยฏยฏยฏยฏยฏยฏ
Sponsored by๐ [[๐พ๐๐ท๐พ๐พ ๐พ๐ต๐ต๐ธ๐ฒ๐ธ๐ฐ๐ป]
Ads
@hopepromotion
@bittaafigurgurtaachannel
โ Free Promoter: Getu Abera
Lakkoofsa Bilbilaa Qofaa Fayyadamuun, bakka namni kamiyyuu jiru beekuuf yookiin bakka jaalalleen kee yookaan ijoolleen keessan jiran hordofuuf... See more
An jaaladheen mitii
Callisuunkoo sirraa
Obsaan na eeggadhuu
Jaalakoo wal agarraa
Ani callisuun Koo
Si dagachuuf miti
Akkamiin dagadhaa
raabsaa dhiiga kootii
An sittin heerumee
Abbaa ijoollee kootii
Kuma naaf jiraadhuu
Biree Koo yaa mootii
Jeet ek Nasha hai aur is Nashe ki Factory ka mai ek lauta Baadshah hoon !
My Telegram Channel Link
https://t.me/+S9lLIcfDkRrhG-VZ
For Any Query Contact
My Username - @RehanBaadshah
Last updated 3ย weeks, 1ย day ago
Youtube Irraattis nu Argattu
https://www.youtube.com/c/KaachuuEntertainment
Yaada qabdan kamiifuu bot kana fayyadamaa
@Walaloo_bot
Last updated 1ย month, 3ย weeks ago
๐๐ถ๐ฟ๐ฒ๐ฒ๐ป๐๐ฎ ๐บ๐ถ๐น๐ธ๐ฎ๐ฎ'๐ฎ๐ฎ ๐ท๐ถ๐ฟ๐ฎ๐ฎ๐ฐ๐ต๐๐๐ณ ๐ธ๐ฎ๐ธ๐ฎ'๐๐๐บ๐๐ฎ ๐ฌ๐๐๐๐๐ ๐ณ๐ถ ๐๐๐ก๐๐๐๐ง๐ง๐๐ ๐ฑ๐ต๐ผ๐ธ๐ฎ๐๐ฎ๐ฎ ๐ผ๐ณ๐ถ๐ถ๐๐๐ถ ๐ณ๐ฎ๐๐๐ฎ๐ฑ๐ฎ๐บ๐๐๐ณ ๐พ๐ผ๐ฝ๐ต๐ถ๐ถ ๐๐ฎ'๐๐ ๐ฏ๐ฎ๐ฟ๐ฏ๐ฎ๐ฎ๐ฐ๐ต๐ถ๐๐ฎ!
๐ฅ @Oromoo_Inspire_YaadaafBot ๐ฅ
Last updated 3ย weeks, 2ย days ago