The first Telecom operator in Africa https://t.me/EthiotelecomChatBot
Last updated 2 Monate, 1 Woche her
◉ Welcome to the 433 Films
Best Place To Find All Movies..
🤞For Promo - @Abusheymc
☕️Buy ads: https://telega.io/c/Films_433
Last updated 11 Monate her
"ይህ የቴሌግራም ቻናሌ ግንቦት1/2011ዓም የተከፈተ ነው። የእኔን የስልክ ወጪ ጨምሮ አገልግሎቴን መደገፍ የምትፈቅዱ ጓደኞቼ በ
👉🏿 https://donorbox.org/zemedemedia እና
👉🏿 https://www.paypal.com/paypalme/ZemedkunB በኩል ማገዝ ትችላላችሁ። በተረፈ ለቤተ ክርስቲያኔና ለኢትዮጵያ ሀገሬ የሚጠቅመውን ሁሉ አበረክት ዘንድ አብዝታችሁ ጸልዩልኝ።
Last updated 2 Wochen, 6 Tage her
ALLAAH EESSA JIRAA?
KUTAA 4FFAA
My Channel Join: @Rafiiqul_Islaam
Nabiyyiin (S.A.W) gaafa Makkatti da’awaa dhaamannaa (Hajjatal-wadaa'i) gorsa guddaa godhanii dhuma irratti quba isaanii gara samii ol fuudhanii! Yaa Rabbi ani geessuu koo ragaa bahi jedhan. Kun kan akeeku Rabbiin samii gubbaa jiraachuu akeeka.Osoo Rabbiin Samii (Arshi ) gubbaa hin jiraatinii" quba gara samii ol hin fuudha.
Akkasuma Hadiisa biraa keessattis, Ergamaan Rabbii (S.A.W) yeroo rooba kadhatu harka isaanii gara samii ol fuudhan.
Ammas osoo Rabbi Arshirra kan hin jirre tahee, silaa Nabiyyiin (S.A.W) samii hin deeman ture. Samii deemanii gaafa salaata Shantamaa Rabbi dirqama itti godhu, yeroo hedduu muusaan ummanni kankee salaata shantama hin dandeettuu deemii akka irraa xinneessu Rabbii kankee kadhu jedheen.
Nabiyyiinis ol deebi'anii kadhachaa turan. Osoo Gooftaan keenya Arshirraa kan hin jirre tahee Nabiyyiin ol hin deebi'an turan. Kun kan akeeku Rabbiin Arshirra jiraachuu isaati.
Hadiisni waa’ee kanaa dubbatu lakkaahamee dhumutti nin ulfaata. Jechi jecha caalu Qur’aana kabajamaa booda Hadiisa Nabiyyiiti. Kanaafuu! Waan isaan jedhan fudhannee ittii haa bullu.!
3FFAA: RABBI ARSHIIN IRRATTI OL TAHUU JECHOOT SAHAABAA.
Akkuma Qur’aana fi Hadiisa keessatti ibsametti ragaa gahaa waa’ee (ol ta’iinsa Rabbii) jechoota sahaabaa irraallee akka itti aanu kanatti tarreessina insha allaah.
عَنْ أَنَسِ بْنِ مَالِكٍ رَضِيَ اللَّهُ عَنْهُ قَالَ: كَانَتْ زَيْنَبُ رَضِيَ اللَّهُ عَنْهَا تَفْخَرُ عَلَى أَزْوَاجِ النَّبِيِّ صَلَّى اللَّهُ عَلَيْهِ وَسَلَّمَ وَتَقُولُ: "زَوَّجَكُنَّ أَهَالِيكُنَّ وَزَوَّجَنِي اللَّهُ مِنْ فَوْقِ سَبْعِ سَمَاوَاتٍ". رواه البخاري.
Anas Bin Maalik irraa odeeffamee (R.D.A) nijedhe: Zeynabaan (R.D.A.) kan Jaartolee Nabiyyii (S.A.W) irratti uf dhaaddu taate. Nijetti" Isin warra keessantu isin heerumsiise! Ana garuu (Allaahatu) Samii torban gubbaa naheerumsiise. Jettiin. Hadiisa kan gabaase (Imaamu Bukhaarii).
Jecha kana keessaa kan nuti ragaa taasifannu! Samii torban gubbaa jechuu ishee sani. Osoo Rabbiin keenya akka namoonni gariin jedhan bakka hunda jiraatee. Samii torban gubbaa hin jettu isheen.
قال ابن مسعود رضي الله عنه : العرش فوق الماء والله فوق العرش لا يخفى عليه شيء من أعمالكم . أخرجه البيهقي في الأسماء
Ibnu Mas’uud (R.D.A.) akkana jedhe! Arshi Bishaan gubbaa jira. Rabbiin immoo Arshiin gubbaa jira. Isa irratti hin dhokatu homaa hojii keessan irraa. (Al-Beyhaqiyyii) kitaaba (Al-Asmaa'i jddhamu keessatti baase.
Cufti sahaabaa Nabiyyii (S.A.W) Rabbiin arshi irraa jiraachuu ragaa bahan. Warroonni kitaaba hiikan kan akka Abdillaah Ibnu Abbaasii fi Ibnu Umar akkasuma Abuu Bakri-Assiddiiq fi Ibnu Mas’uud Rabbiin akka Arshirra jiru nidubbatus ragaas bahu.
Masruuq namni jedhamu, kan Aa’ishaa jaartii Nabiyyii (S.A.W) irraa Hadiisa odeessu.
Yeroo Hadiisa ishee irraa dhagahe himu hundaa.
Tan naaf odeessite Dhuga dubbattuu intala dhugaa dubbataa, tan jaalallee jaalallee Rabbii Rabbii taate. Tan samii torba gubbaa qulqullooftetu naaf odeessse jedha.
Sahaabaan hundinuu akka Rabbiin Arshi gubbatti ol ta’iinsa isaan malu ol ta'e shakkii tokko malee dubbatan.
Yeroo sahaabaan jiranitti warroonni amma Rabbi bakka hunda jira, Bakkaan alatti jira jedhu kun hin jiran ture. Cufti sahaabaa Nabiyyii walii galaan, Rabbiin keenya (S.W) Arshiin irratti (ol ta’iinsa isaan malu) ol ta’ee jira jechuu irratti wal dhabbiin takkas hin turre.
4FFAA. RABBI ARSHIIN IRRATTI OL TAHUU JECHOOTA ULAMAA’II.
Ulamaa’iin islaamaa hundi Rabbi ol ta’iinsa isaan male ol tahe jecha jedhu irratti waliif galan. (Mazhabni) Afranis jechuma kana irra jiran. Ulamaa’ii duraaniitiif kan ammaas Rabbiin keenya Arshiin irratti ol ta’iinsa isaan male ol tahe jechuu kan faallessan hin jiru. Jechoota jara hundaas tahuu baatu, kan garii isaanii akka armaan gadii kanatti tarreessina.
Kutàa 1ffaa 👇👇👇👇
https://t.me/Rafiiqul_Islaam/865
Kutaa 2ffaa 👇👇👇👇
https://t.me/Rafiiqul_Islaam/873
Kutaa 3ffaa 👇👇👇👇
https://t.me/Rafiiqul_Islaam/1425
Kutaa 4ffaa 👇👇👇👇
[🔔🔔 TELEGRAM IRRA SEENTEE MAALAN DUBBISA HIN JEDHINII BARREEFFAMA ARMAAN GADII KANS GADI TUQUUDHAAN WAAN BARBAADDE ARGACHUU DANDEESSAA.
┏━━━━━━━━━━━━━━┓
🔔 KARAA MILKAA'INAA
┗━━━━━━━━━━━━━━┛
┏━━━━━━━━━━━━━━┓
🔔 MILKAA'INA JIREENYAA
┗━━━━━━━━━━━━━━┛
┏━━━━━━━━━━━━━━┓
🔔 GAAFFII FI DEEBII
┗━━━━━━━━━━━━━━┛
┏━━━━━━━━━━━━━━┓
🔔 SEENAA MIMMIIDHAGOO
┗━━━━━━━━━━━━━━┛
┏━━━━━━━━━━━━━━┓
🔔 ODUU HAALA YEROO
┗━━━━━━━━━━━━━━┛
┏━━━━━━━━━━━━━━┓
🔔 AMANTAA ISLAAMAA
┗━━━━━━━━━━━━━━┛
┏━━━━━━━━━━━━━━┓
🔔 SEENAA MUSLIMOOTAA
┗━━━━━━━━━━━━━━┛
┏━━━━━━━━━━━━━━┓
🔔 SEENAA SAHAABOTA
┗━━━━━━━━━━━━━━┛
┏━━━━━━━━━━━━━━┓
🔔 SEENAA NABIYYII (S A W)
┗━━━━━━━━━━━━━━┛
┏━━━━━━━━━━━━━━┓
🔔 HADIISAAFI QUR'AANA
┗━━━━━━━━━━━━━━┛
███▓▒►JOIN ►▒▓███
███▓▒►JOIN ►▒▓███
███▓▒►JOIN ►▒▓███
███▓▒►JOIN ►▒▓███
███▓▒►JOIN ►▒▓███](https://t.me/addlist/WonR-7Gm7_pmMTc0)
Free Waver: @Rafiqul_Islaam
[🚁 𝐄𝐥𝐞𝐤𝐨𝐨𝐩𝐭𝐚𝐫𝐢𝐜𝐡𝐚 𝐊𝐚𝐧𝐚𝐯 𝐓𝐮𝐪𝐢𝐢 𝐌𝐚𝐚𝐥 𝐀𝐤𝐤𝐚 𝐐𝐚𝐛𝐚𝐭𝐞𝐞 𝐉𝐢𝐫𝐮 𝐈𝐥𝐚𝐚𝐥𝐢𝐢!! 𝐖𝐚𝐚𝐧 𝐊𝐞𝐞𝐬𝐬𝐚 𝐉𝐢𝐫𝐮 𝐘𝐞𝐫𝐨𝐨 𝐀𝐫𝐠𝐢𝐭𝐞 𝐆𝐚𝐦𝐦𝐚𝐜𝐡𝐮𝐮 𝐆𝐮𝐝𝐝𝐚𝐚 𝐀𝐫𝐠𝐢𝐭𝐚𝐚!!
▬▬.◙.▬▬
▂▄▄▓▄▄▂
◢◤█▀▀████▄▄▄▄◢◤
█▄ █ █▄ ███▀▀
◙ ◙
𝑰𝒍𝒂𝒂𝒍𝒖𝒖𝒅𝒉𝒂𝒂𝒇 𝑨𝒅𝒅 "𝑪𝒉𝒂𝒏𝒏𝒂𝒍𝒔" 𝑲𝒂𝒏 𝑱𝒆𝒅𝒉𝒖 𝑻𝒖𝒒𝒊𝒊 𝑺𝒆𝒆𝒏𝒊𝒊. 𝑾𝒂𝒂𝒏 𝑯𝒆𝒅𝒅𝒖𝒖 𝑺𝒊 𝑮𝒂𝒎𝒂𝒄𝒉𝒊𝒊𝒔𝒖𝒕𝒖 𝑲𝒆𝒆𝒔𝒔𝒂 𝑱𝒊𝒓𝒂𝒂](https://t.me/addlist/WonR-7Gm7_pmMTc0)
𝐅𝐫𝐞𝐞 𝐏𝐫𝐨𝐦𝐨𝐭𝐞𝐫: @Rafiqul_Islaam
Waan na ajaa'ibu hanga har'aatti an muslima dhugaa kan kiristaanaa tae hin argine??
Kiristaanaa islaamaye garuu lakkoofsin hin fixi
Batii Gurraandhalaa, 2023 ALA Manni amantaa Kiristaanaa Itiyoophaa keessatti argamtu hundi mata duree " Deemii Wangeela Lallabi" jedhuu irratti marii jabaa godhanii turan. Dhimmoota hedduu irratti dubbatan. Keessaa tokko akkaataa itti Muslimoota Kiristaanessuu danda'an irratti gadi fageenyaan dubbataa turan. Yaadota achi irratti dhiyaatan irraa:
a. Naannoo Muslimni itti baay'atan qooddatanii akka irratti hojjachuun Kiristaanessuu qaban dubbatan.
b.Namoota Muuxannoo Kiristaanessuu qaban biyyoota adda addaa irraa affeeranii akka irraa baachuu qaban.
c. Bakka barbaachisaa ta'etti osoo damee amantaan wal hin qoodin maallaqaan akka walbira dhaabbachuu qaban.
Wanti jarri amma Muslimoota of fakkeessuun ittiin nu gowwosuuf yaalan kun bu'aa marii jaraa san ta'uu hin oolu. Garuu kun of gowwomsuudha malee Muslimni kanaan sobamu hin jiru. As miti biyyoota dhihaattiyyuu amantiin Islaamaa Saffisaan guddachaa jira. Fkn:
Akka Gabaasni Janury 27, 2019 Dhaabbata #Pew #Research #Center jedhammun bahe argisuusutti amantiin Islaamaa saffisaan dabalaa deemaa jira. Akka inni jedhetti guddinni waggaa giddu galeessaan Musliimootaaf %1.5 yoo ta’u, Musliimoota hin taaneef ammoo %0.7 ta’a. Inumaa akka dhaabbani biraa ibsutti immoo guddini woggaa Muslimootaa 2.5% ol akka ta'e ibsa. Inumaa Awurooppaa keessatti lakkoofsi Muslimootaa saffisaan dabalaa jira jedha. Akka fakkeenyaatti immoo yaada armaan gadii kana dhiheessee jira.
Yunaayitid Kingidam keessatti Muslimoonni
amma %4.6 yoo ta’an bara 2030tti %8.2 akka ga'an tilmaama.
Oostiriyaatti har’a %5.7 yoo ta'an bara 2030tti %9.3 akka gahan tilmaamameera.
Siwiidinitti har’a %4.9 bara 2030 %9.9
Beeljiyeem keessatti har’a %6 bara 2030tti %10.2 Faransaayitti har’a %7.5 bara 2030 ammoo %10.3
Kanaafu Jarri Pheenxee of hin gowwomsina!
????
???? ????????????
??????????? ????? ?????????? ???????????? ??????????????? ??'?? ??????? ???????? ??????????? ???????? ??????????? ????? ?????????? ????????? ??????? ???????? ??????????? ???????? ???? ??????????? ?? ????????.
??????????: ?????????? ????? ?????? ??'?? 3? ?? ???? ?????? ??? ???????? ??'?? ???????? ????? ????? ????????? ?????? ????? ?? ????????
??????? ????? ?????? ???? 3?+
???? ????????: @Rafiiqul_Islaam2
https://t.me/+0puaGJwLzLgyY2U8
https://t.me/+zOTmz0fXj3pkMTk0
https://t.me/+HzNEski01TRkN2Jk
MAQAA RABBIITIININ EEGALA ?*?*?
GAAFFII GABAABADUU OBBOLEEWWAN KEENYAA KIRSTAANAAF Yesus isin waaqa jettanuun isa kami?
YESUUS HEDDUU WAAN TA'EEF ISA KAMTU ANI WAAQA JEDHE?
1ffaa kan kakuu moofaa keessatti ibsames hedduudha. Fkan macaafa iyyaasuu jedhamee kan afaan oromoo irratti barreefe sun yesuus jedhama kunoo ilaali.
?“Now after the death of Moses the servant of the LORD it came to pass, that the LORD spake unto Joshua the son of Nun, Moses' minister, saying,”
— Joshua 1:1 (KJV)
Yesuus inni kun gargaaraa muusee ykn isa ilma Nuun jedhamuun beekamu sana.
Yesuus isa kanaan waaqa jettan isa kana yoo ta'e inni ofiifuu gargaaraa muuseeti
2ffaa yesuus kakuu haaraa isa ilma Maryam yoo ta'e innis Ana waaqessaa hin jenne inni immoo tasuma akkas jedhee of ibse
?? ani humna kootin homaa gochuu hin danda'u..., waqayyoo kootif keessan tokkicha, (W yuh 5:30 fi mr 12:29 ) ilaali ✍
yoo isa kanaan waaqa jette baay'ee dogongora maalif jennaan 1ffaa ani waaqa hin jennee 2ffaa ani hin qabin aniyyuu ganaan gara Waaqayyo kootiif keessan dhaqaa ..w yuh 20 :17 ilaali.
Kanaafuu inni kunis waaqa ta'uu hin danda'u
3ffaa yesuus kakuu haaraa booda hawaasaa keessaan dhalate.
Akka gabaasa SMITHSONIAN Magazine ibsettu bara 2012 qofa keessa Namoonni US qofa keessatti maqaan isaanii yesuus jedhaman Namoota ykn yesuusota 240.000(kuma dhibba lamaaf kuma afurtama) ta'u jedha‼️
Yesuusota kana keessa tokko Ani Waaqayyoo jedhe yoo ta'e ani hin beekne seenaa isaanii adda addaan hin qoranne waanaan ta'eef .
Garuu yesuus kakuu haaraa fi moofaa irratti ibasaman 100% waaqaa miti Ragaa irratti hundaa'uuun kanneen 240.000 keessaa yoo argitan nuuf ibsaa jechuun barbaada ✍
Mee yaa Maali jettee kadhatta yoo ati yaa yesuus jette hunduu hin dhagahanuu osuma dhagahanii hunduu Abeet ,Abeet jedhu mee kamiin kadhatta?, isa kamiin kadhatta?
Osoo dhugaa jera hunda keessaa Namni tokko waaqa dhugaa ta'ee Namni biraa tokkoyyuu ittin moggaafatu kanaafuu hundi isaaniiyyuu waaqa ta'uu hin danda'anu✍??
Ani waaqni kiyya Allaah dha
Isa maqaa gaggaarii qabu maqaa isaatti namuu hin moggaafanne
Ani muslima❤️✍
﴿وَلِلهِ ٱلْأَسْمَآءُ ٱلْحُسْنَىٰ فَٱدْعُوهُ بِهَا ۖ وَذَرُوا۟ ٱلَّذِينَ يُلْحِدُونَ فِىٓ أَسْمَٰٓئِهِۦ ۚ سَيُجْزَوْنَ مَا كَانُوا۟ يَعْمَلُونَ﴾
Rabbiif(Allaahf) maqaalee gaariitu jiru Isheedhaan Isa kadhaa Warra maqaalee Isaa jallisanis dhiisaa Waan dalagaa turan fuulduratti mindeffamu.
-----------------------------------------
[ الأعراف]-(180 : 7)
By Tofiq Abarashaad
Wassalaamualeykum
???**https://t.me/Tofik_Abarashad_channelhttps://t.me/Tofik_Abarashad_channel
*☝️*☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️☝️
Rabbiin tokkichi nuti gabbarru:- "Allaah" qofa.**
Nuti muslimoonni Rabbiin tokkichi nuti gabbarru, 'Allaah'n:-
?1. Maalummaa tokko irratti Maalummaa lama yookiin sadi kan hin qabne.
?2. Waaqummaa isaa irratti namummaa kan hin qabne.
?3. Gooftummaa isaa irratti garbicummaa kan hin qabne.
?4. Jireenya isaa keessatti du'a kan hin qabne.
?5. Eegumsa isaa irratti irriba kan hin qabne.
?6. Humna isaa irratti dadhabbii kan hin qabne.
?7. Uumaa ta'uu isaa irratti uummama ta'uu kan of keessaa hin qabne.
?8. Beekumsa isaa irratti wollaaluma kan hin qabne.
?9. Ogummaa isaa irratti hanqina kan hin qabne.
?10. Jiruu isaa keessatti jalqabaa fi dhuma kan hin qabne.
?11. Murtii isaa irratti kan hin gaabbii kan hin qabne.
?12. Gammachuu isaa keessatti gadda kan hin qabne.
Dhalachuun, guddachuun, du'uun, nyaachuun, dhuguun, boola'uun, gadduun, gaabbuun, cinqamuun, dhiphachuun, beela'uun, dadhabuun, muguun, rafuun, nama ta'uun, garbicha ta'uun, uumamuun, dhabamuun, fayyadamuun, dhukkubsachuun, wollaaluun, fi kkf amala Waaqayyo miti.
Rabbiin amala akka kanaa irraa Qulqulluuaa'aadha. Rabbiin amala taasisuu malee ofii ta'uu hin qabu. Rabbiin raawwataa malee, waan gochi irratti raawwatamu miti.
Telegram keenya ???
https://t.me/+VEf9ngIGA3DPgg3d
? Telegram channel https://t.me/Qoranno_Amantii_Kiristanaa
? Facebook https://www.facebook.com/profile.php?id=100091833153467&mibextid=ZbWKwL
? Ummaalife
https://ummalife.com/QorannooAmantiiKiristaana
المَطلَبُ 1: ثُبوتُ نُزولِه
Iisaa Ibnu Maryam gara lafaatti bu'uutii isaa.
الْمَطْلَبُ 2: مَوضِعُ نُزولِه
Eessatti akka bu'u
المَطلَبُ 3: صِفةُ نُزولِه
Haala akkamiin akka bu'u
الْمَطْلَبُ 4: أوَّلُ أعمالِه بَعدَ نُزولِه
Erga bu'ee maal akka dalagu
الْمَطْلَبُ 5: طَبيعةُ الحَياةِ في عَهدِ
عيسى
Jireenyi biyya lafaa maal akka fakkaatu yeroo inni bulchutti.
الْمَطْلَبُ 6: مُدَّةُ بَقائِه في الأرضِ
Lafarra hagam akka jiraatu
●▯ኢስላም የሚለው ቃል በባይብል
●▯የከሳት የቲክቶክ ቆይታችን
ሁሴን አህመድ ▯●
●ሸር አድርጉ
The first Telecom operator in Africa https://t.me/EthiotelecomChatBot
Last updated 2 Monate, 1 Woche her
◉ Welcome to the 433 Films
Best Place To Find All Movies..
🤞For Promo - @Abusheymc
☕️Buy ads: https://telega.io/c/Films_433
Last updated 11 Monate her
"ይህ የቴሌግራም ቻናሌ ግንቦት1/2011ዓም የተከፈተ ነው። የእኔን የስልክ ወጪ ጨምሮ አገልግሎቴን መደገፍ የምትፈቅዱ ጓደኞቼ በ
👉🏿 https://donorbox.org/zemedemedia እና
👉🏿 https://www.paypal.com/paypalme/ZemedkunB በኩል ማገዝ ትችላላችሁ። በተረፈ ለቤተ ክርስቲያኔና ለኢትዮጵያ ሀገሬ የሚጠቅመውን ሁሉ አበረክት ዘንድ አብዝታችሁ ጸልዩልኝ።
Last updated 2 Wochen, 6 Tage her