Official Telegram channel✔️
?Nutti dhihaatta ?
?Jaalalaan nurraa qabamta?
?Garmalee Koflaan Fincaan ofirrati buusta?
?asuman waliin taane Afaan fi artii keenya gudifanna.
Any comments or messages:- @Orosarca_commentobot
Last updated 3 years, 4 months ago
😍🥰Jaalalaafii ergaalee jaalalaan wal qabatan gaggabaaboo as jalaa argattu❣😘🤩🥰😍😜❣️❤️🔥
😁😅🤣😂Dabalataan Qoosaa Bohaarsoo😇😋
Last updated 6 days, 10 hours ago
Chaanaalii kana keessatti Odeffannoo Waa'ee Maan Yunaayitidin walqabatan qofa argattu.
👉Jijjirraa Taphattoota Kan Maan Yunaayitid
👉Taphoota Maan Yunaayitid kallattiin.
👉Yaada qabdan karaa @AmaaaanG gaafachu dandeessu
Group 👉 @Oro_man_uniteds_Group
Last updated 3 days, 10 hours ago
Namoonni baayyeen ji'atti qarshii 30,000 ol irraa baafachaa jiru
Hojii kana irratti qarshii 550 recharge yoo goote guyyaatti qarshii 22 siif kenna
=Ji'atti qarshii =660
Total=1035
Yoo liinkii kee nama 1 affeerte qarshii 150 argatta
Yoo qarshii 3000 recharge gootee jalqabde guyyaatti qarshii 139argatta
=Ji'atti qarshii 4,170
Total=6255
Yoo linkii kee nama 1 affeerte qarshii 300 argatta
Yoo qarshii 5000 recharge gootee jalqabde
guyyatti qarshii 235argata.
Ji'atti 7,050
Total 10,571
yoo liinkii kee Nama 1 afeertee qarshii 500 argata.
Yoo qarshii 7800 recharge gootee jalqabde guyyaatti
= qarshii 374 argatta
=Ji'atti qarshii 11,220
Total=16,830
Yoo linkii kee nama 1 affeerte qarshii 400 argatta
Yoo qarshii 14,000 recharge gootee jalqabde guyyaatti qarshii 712 argatta
=Ji'atti =21,360
Total=31,328
Yoo linkii kee nama 1 affeerte qarshii 6
700 argatta
Yoo qarshii 32,000 recharge gootee jalqabde guyyaatti qarshii 1760 argatta
=Ji'atti qarshii 52,000 argatta
Total=77,440
Yoo linkii kee nama 1 affeerte qarshii 900 argatta
#Galmaa’uuf
1, link tuqi
2, lakkoofsa bilbilaa galchaa
3, lakkoofsa dhufe galchuudhaan
4, jecha icciitii mataa keetii uumi
5, jecha icciitii uumame irra deebi'ii galchi
6, registere tuquu
Sana booda ammas lakkoofsa bilbilaa
Password galchuun seena
?Ijii keenya lamaan walii isaani hin argan , waan duraa isaani jiru garuu al-takka argu haqa dhabaniif waliin boowu.
Kanaan #????????? jennaan!
?Imala irratti Miilli keenya lamaan walitti bu'u , wal sakaalu ; Garuu bakka gahuu fedhan waluma faana gahu!
Kanaan immoo #??????? jennaan!
?Irra deddeebi'ee ilkaan Arraba ciniinus wal danda'anii afaan keessa waliin jiraatu!
Kanaan immoo #???????? ????? ?????? jennaan!
Dhukkuba keessaa ; dhukkubni hamaa dha!
Follow , Like , share @Jireenya_jaalalaa
Dhugaa Dubbachuuf ? AVACOIN? Jechuun Hojii Ajaa'ibaati. Guyyaan arraa Kun Guyyaa adaati!?
Namoonni Gold⛏ Sassaabbatanii Turtaan Fi Kan isin Jaalaa Gadi Bu'e Ammallee Karaan Itti Foyyeeffatan Argameera.?
? Ammuma Kaaraa AVACOIN jedhu Tuquun Hiriyoota keessan afeeraa. Nama tokko Gaafa affeerte ✅ [AVA 1 argatta
Gabaa:- 1AVA =0.7$ ✨✨](https://t.me/avagoldcoin_bot?start=bac40fd65becfde6270c)
Telegram
AVACOIN
Gold is where you find it.
BAGAN HIN TA'IN!!
Ani bagan hin ta'in
Bineensa bosona keessaa
Silaa gaafa hundumaa
Sokoksaa namaan dheessa
Ani bagan hin ta'in
Beelada manaa horii
Silaa waan har'aa malee
Hin abdadhu waan borii
Utuun biqilaa ta'ees
Kan daarii lagaaf bakkee
Silaa qottoon na mura
Akka waanin waa yakkee
Ani bagan hin ta'in
Cirracha bishaan biraa
Isa adda baasee hin beekne
Foolii alagaaf firaa
Ani bagan hin ta'in
Bubbee isa saafaa fiigu
Isa sababii malee
Godoo hiyyeessaa diigu
Ani bagan hin ta'in
Jirma isa karaa cufu
Kan dhaloonni gufatee
Bowwaa keessatti kufu
Ani bagan hin tain
Seenaa sobaan barraa'e
Isa haqni dhokatee
Yaanni namaa tarraa'e
Haqakoo ukkaamsanii
Na dhowwatanus hirbuu
An Baga nama ta'e
Nama ta'uukoo hin jibbu
Karaarratti hidhamus
Adeemsaaf manaa ba'ee
Lakkii ofitti hin gaabbuu
An bagan nama ta'ee
Moo'achuuu utuun qabuu
Gaafa haalli na moo'u
Gaafa obsi na dhumnaan
Gaddaa guutamee boo'u
Adeemuuf manaa ba'ee
Gaafan danqamee dhaabbu
Yaaddoon yoo natti hammaates
Nama ta'uukoo hin gaabbu
Bagan dhaladhee arge
Loogiif qoqqooddaa dachee
Baga na deesse aayyoon
Baga aabboon na dhalche
-Elsay Adinootiin
University Madda Walaabuu irraa-
????????????
?JOIN☟︎︎︎❂✪❂✪❂✪❂✪❇️
❂✪ @Shaashaa_Miidiyaa
❂✪ @Shaashaa_Miidiyaa
#Kana_Bektuu
~Namoonni hedduun osoo eenyummaa kee hin hubatin jireenya kee karaa heddutti hiikkatu.
~Namni biraa akka si jaallatuuf of hin jijirin;Namni dhugaa akka si jaallatuuf of tahi.
~Gatii osoo hin baasin kaayyoon ati galmaan geessu hin jiraatu.
~iImi namaa gaafa gad jettuuf si tuffata. Garuu, Waaqni gaafa jinbilfattuuf ol si qaba.
~Kan baatu ni ulfaata yoo jedhu.Kan baachiisu salphaadha jedha
~Namoota nu cunqursanif dhiifama gochuun mooyamuu osoo hin taane,Jaalala barsiisudha
Tarii adunyaa kanatu cubbuu tahe taha malee Gaarii yaaduu fi hamaa jibbuun gowwaa fi wallaalaa nama hin taasisu.
~Nama huccuu xuraaye uffatu maraataa jettee hamma baqattu.Nama uffanni isaa qulqulluu tahee sammuun isaa
xuraawee baqadhu.
~Namoonni tokko tokko akka hurreetti,Yeroo sirraa deeman guyyaan siif ifa.
~Imalli kee tirataa tahullee,Garuu Gonkuma of duuba hin deebi'in
~Manni kitaaba hin qabne akka foon lubbuu hin qabneeti.
~Namni hanguma gammachuuf of qopheesse gammada.
~Nama gaarii tahuuf yeroo fi sababa barbaadachuun hin barbaachisu.Nama gaarii tahuuf hojiin jalqabaa ilma
namaatif yaada gaarii qabaachuudha.
~Yeroo argatte humnaa ol hin utaalin, Yoo dhabdes hamileen sin cabin dachii kanaratti wanti hundi ni dabarti.
~Nan beeka jattee namoota irratti sobdu keessaa gonkumaawuu namni ati hin beeyne akka jiru hin dagatin.
~Yoo ati hayyamteef malee wanti sammuu kee dhiphisuu dandahu hin jiru.
~Dadhabinni jireenya kee keessatti si qunnamu waan beekuu qabdu beekuu dhabuudha.
~Eenyummaafillee taatus jaalala akka malee hin qabaatin,
Sababni,Namoonni yeroo fedhan jijjiiramuu malu waan ta'eef.
~Namoota biroo too'achuuf, Jalqabarratti mataa kee too'achuu qabda.
~Yoo namni tokko si shakke hin gaddin. ilmi namaa hundi warqii fi Daayimandii akka shakku yaadadhu.
~Wanti na gaddisiise isa ati na sobde osoo hin taane, Isa ani kana booda sin amanneedha
~Hiriyyaan guyyaa rakkoo nama yaadate yoomiyyuu burqaa jireenya keetii ta'uu danda'a.
~Kufaatiin ka'uumsa milkaayinaaf sababa.
~Gufuu fi qoruumsi riqicha ce'uumsaa ta'anii nu tajaajilu.
~Jabaa namaati jechuun nama yeroo aareaarii isaa liqimsuudha.
~Namni kaayyoo qabuufi mukti firii qabu gadi jedha.
????????????
?JOIN☟︎︎︎❂✪❂✪❂✪❂✪❇️
❂✪ @Shaashaa_Miidiyaa
❂✪ @Shaashaa_Miidiyaa
?Kana Beektuu!?
#Funyaan namaa fooliiwwan gara garaa Tiriliyoona tokkoo ol adda baasuu danda'a jedhu Saayintistoonni.
Rabbiin akka dinqiitti nu uume?.
????????????
?JOIN☟︎︎︎❂✪❂✪❂✪❂✪❇️
❂✪ @Shaashaa_Miidiyaa
❂✪ @Shaashaa_Miidiyaa
??ADARAA DUBBISAA??
?Kaleessa hiriyyaa koo, kan ija hin qabne tokko daawwadheen ture. Halkan waan ta'eef immoo waan barumsa na barsiisu hojjete.
⭐️Yeroo mana seenu ibsaa qabsiise. Anis "maaliif ibsaa qabsiifte ammas arguu hin dandeenye?" Jedheen.
⭐️Yeroo dheeraaf kolfee ibsaa dhaamsee gara mana nyaataa deeme.
⭐️Yeroo gabaabaa booda shaayii fi hanqaaquu qodaa tokko qabate dhufee, minjaala irra haala gaariin kaa'ee ammas ibsaa qabsiise.
⭐️Wanti inni jedhe imimmaan naarra dhangalaase sababni isaas obbo Dhugumaan Ani ibsaa ofii kootiif jedhee hin qabsiisne ykn waan na barbaachisuuf miti, ati akka koo jaamaa waan hin taaneef waan si barbaachisuuf siif godhe ".
⭐️Sana booda Obbo Dhugumaan Yeroo meeqa namoota biroof ibsaa dhaamsitee ati ofii keetii waan hin barbaachifneef qofa carraa ifa arguu dhorkite?" jedhee na gaafate?"*
?Sana baay'ee gadi fageenyaan yaadeen ture, ammas har'as gaaffii wal fakkaatu isin gaafachaa jira.
????????????
❂✪ @Shaashaa_Miidiyaa
✨Yeroo meeqa ibsaa kee dhaamsitee namoota biroo osoo dukkana keessa jiranii ifa arguuf carraa dhowwatte?✨
✨Mucaan obboleessa keessanii miila qullaa osoo deemaa jiruu maaliif akkaawuntiin keessan gara miliyoonaan fi biliyoonaan illee akka guddatu hayyamta?
✨Uffata ati hin uffatin maaliif osoo namni ala jiru qullaa deemuuf jedhuu bakka itti kuufamu keessa kaa'atta?
✨Osoo namni beela'ee rafe ala jiruu maaliif nyaanni mana keessan keessatti manca'a?
✨Carraa daldalaa argitee osoo itti hin fayyadamne beektu osoo hiriyoota keetiif hin qoodin dhoksita?
✨Maaliif nama guddina sadarkaa ykn hojii haaraa akka argatu gargaaruuf haala keessa jirta namni sun maatii, gosa ykn amantii kee irraa waan hin taaneef qabattee jirta?
✨Maaliif obboleessa ykn obboleettii kee kan nama isaan gargaaru waan hin qabneef qofa maqaa balleessita?
✨Gaaffilee armaan olii tokkoon tokkoon isaanii Deebii Yoo qabaatte "Ibsaa cufte qabsiis!"
Wantoota akka namaatti sammuu keenya keessa galchuu qabnu kana.
Kun amantii dhugaa, rakkataa gargaaruu fi warra sagalee hin qabneef argamudha.
✨Ibsaa cufte qabsiisi!✨
????????????
?JOIN☟︎︎︎❂✪❂✪❂✪❂✪❇️
❂✪ @Shaashaa_Miidiyaa
❂✪ @Shaashaa_Miidiyaa
✅Jechoota Xiin-sammuu!?
"Addunyaan eenyu akka taate si gaafatti, yoo hin beekne immoo addunyaan sitti hima."
"Namni nama caalaa yoo beeku kophaa ta'a."
"Waanti waa'ee namoota biroo nu aarsu hundi of hubachuuf nu geessuu danda'a."
"Jireenyi dhuguma waggaa afurtama irraa eegala. Hanga sanatti qorannoo qofa hojjechaa jirta."
"Ati waan hojjettu malee waan hojjedha jettu miti."
"Dukkana ofii beekuun dukkana namoota biroo wajjin wal'aansoo qabuuf mala hundarra gaarii dha."
"Hanga waan hin dammaqne dammaqsitutti jireenya kee qajeelcha ati immoo hiree jettee waamta."
"Rakkoo fi qormaata keetif galateeffadhu, eebba waan qabataniif."
Dhugaa dubbachuuf... Namni rakkina barbaada; guddina dhuunfaa fayya qabeessa, dhuunfaa fi of dhugoomsuudhaaf barbaachisoo dha."
"Namni ati qunnamu hundi waan ati hin beekne garuu beekuu qabdu beeka. Isaan irraa baradhu."
“Ani waan na mudate miti, ani waan ta’uuf filadhedha.”
????????????
?JOIN☟︎︎︎❂✪❂✪❂✪❂✪❇️
❂✪ @Shaashaa_Miidiyaa
❂✪ @Shaashaa_Miidiyaa
Official Telegram channel✔️
?Nutti dhihaatta ?
?Jaalalaan nurraa qabamta?
?Garmalee Koflaan Fincaan ofirrati buusta?
?asuman waliin taane Afaan fi artii keenya gudifanna.
Any comments or messages:- @Orosarca_commentobot
Last updated 3 years, 4 months ago
😍🥰Jaalalaafii ergaalee jaalalaan wal qabatan gaggabaaboo as jalaa argattu❣😘🤩🥰😍😜❣️❤️🔥
😁😅🤣😂Dabalataan Qoosaa Bohaarsoo😇😋
Last updated 6 days, 10 hours ago
Chaanaalii kana keessatti Odeffannoo Waa'ee Maan Yunaayitidin walqabatan qofa argattu.
👉Jijjirraa Taphattoota Kan Maan Yunaayitid
👉Taphoota Maan Yunaayitid kallattiin.
👉Yaada qabdan karaa @AmaaaanG gaafachu dandeessu
Group 👉 @Oro_man_uniteds_Group
Last updated 3 days, 10 hours ago