Official Telegram channel✔️
?Nutti dhihaatta ?
?Jaalalaan nurraa qabamta?
?Garmalee Koflaan Fincaan ofirrati buusta?
?asuman waliin taane Afaan fi artii keenya gudifanna.
Any comments or messages:- @Orosarca_commentobot
Last updated 3 years, 4 months ago
😍🥰Jaalalaafii ergaalee jaalalaan wal qabatan gaggabaaboo as jalaa argattu❣😘🤩🥰😍😜❣️❤️🔥
😁😅🤣😂Dabalataan Qoosaa Bohaarsoo😇😋
Last updated 6 days, 10 hours ago
Chaanaalii kana keessatti Odeffannoo Waa'ee Maan Yunaayitidin walqabatan qofa argattu.
👉Jijjirraa Taphattoota Kan Maan Yunaayitid
👉Taphoota Maan Yunaayitid kallattiin.
👉Yaada qabdan karaa @AmaaaanG gaafachu dandeessu
Group 👉 @Oro_man_uniteds_Group
Last updated 3 days, 10 hours ago
" ani hafuura koo isin keessa nan kaa'a, isinis in jiraattu; biyya keessanittis isin nan galcha' yommus ani Waaqayyo kana akkan dubbadhe, akkan godhes isin in beektu" jedhe; kana Waaqayyotu dubbate."
(M Hisqi'el Raajichaa 37: 14)
#maranaataa_Yesuus
#Yesuus_dafii_koottu
#maranaataa
#Yesuuskoo
(Roomaa 5 )
------------
8 Waaqayyo garuu, utuma nuyi cubbamoota taanee jirruu, Kristos nuuf du'uu isaatiin hammam akka nu jaallate in argisiisa.
9 Kanaafis amma nuyi dhiiga isaa isa dhangala'een qajeelota erga taanee, hammam caalaatti isumaan immoo dheekkamsa Waaqayyoo jalaa ooluuf jirra!
10 Nuyi amma illee diinota utuma jirruu, du'a ilma isaatiin Waaqayyotti erga araaramnee, amma immoo nuyi warri isatti araaramne jireenya isaatiin hammam caalaatti ooluuf jirra!
11 Kana duwwaas miti, gooftaa keenya Yesus Kristosiin amma araara waan qabnuufis Waaqayyotti gammaduu keenya in himanna malee.
#maranaataa.
#maranaataa_Yesuus
#Yesuus_ni_dhufa
#Yesuus_dafii_koottu
Abboomamuu nama tokkoon qajeelota taane
" Akkuma abboomamuu diduu nama tokkootiin baay'een cubbamoota ta'an, abboomamuu nama tokkootiin immoo akkasuma baay'een qajeelota in ta'u. "
(Roomaa 5: 19)
#maranaataa_Yesuus
#Yesuus_dafii_koottu
#Yesuus_ni_dhufa
#maranaataa
?Yaa Kiristaanota Yesuusitti amantanii Hordoftootaa fi duukaa buutota Yesuus taatanii sin jajjabeessuuf miti iddoon isiniif qophaa'eera karaa Yesuus Mootummaa Waaqayyoo keessaa.
Bakkuma inni nuyi hordofnu jiraatu Akka jiraannu quba qabaadhaa malee waan biyya lafaaf dhiphinashee waliin hin fiiginaa. Hin fiignuu nuyi galma keenya beeknaam #maranaataa.
(Yohannis 17 )
------------
24 Yaa abbaa, isaan ati anaaf kennite kun iddoon ofii jiraadhu haa jiraataniif, ulfina isa ati biyyi lafaa utuu hin uumamin waan na jaallatteef anaaf laattes, haa arganiif nan fedha.
25 Yaa abbaa ko, qajeelaa! Biyyi lafaa kun si hin beeku, ani garuu si beeka, isaan kunis immoo ati akka na ergite beekaniiru.
26 Maqaan kee isaan biratti akka beekamu godheera, jaalalli ati ittiin na jaallatte isaan keessa akka jiraatuuf, anis isaan keessa akkan jiraadhuuf, ammas akka beekamu nan godha" jedhe.
#maranaataa_Yesuus
#maranaataa
#Yesuus_dafii_koottu
#Yesuus_ni_dhufa
? sagalichi ofii isaa Waaqayyo ture.
Uumaan waan hundumaa ilmaan namootaa (anaaf isiniin) barbaacha nama ta'ee karaa namaa namoota barbaacha
✍️cubbuu namootaa baachuuf,
✍️lubbuusaa furee dhala namaa gochuuf
✍️ dhiifamuun cubbuu karaasaa Akka argamuuf,
✍️ Walumaaa galatti ifa biyya lafaa ta'uuf gara biyya lafaa dhufe.
(Yohannis 1 )
------------
1 Sagalichi jalqaba waan hundumaa dura ture; sagalichi Waaqayyo bira ture; sagalichi ofii isaa Waaqayyo ture.
2 Inni kun jalqabumaa jalqabee Waaqayyo bira ture.
3 Wanti hundinuus isumaan ta'e; waan ta'e keessaas isa malee kan ta'e tokko illee hin jiru.
4 Jireenyi isa keessa ture; jireenyichis ifa namootaa ture.
#Yesuuskoo
#maranaataa
#Yesuus_dafii_koottu
#maranaataa_Yesuus
Dogs warri hojjechaa turtan har'a guyyaatti gatii dadhabbii keessanii argattan dha.
Baafachuu dandeessu
Information waa'ee crypto wajjin wal qabatu yoo barbaaddan Orocyrpto
Join godhaa
Waaqayyo waanuma hojjete hundumaa in ilaale; kunoo, innis baay'ee gaarii ture
(Seera Uumamaa 1 )
------------
26 Kana booddee Waaqayyo, "Kottaa! Akka bifa keenyaatti, akka fakkaattii keenyaattis nama in umnaa! Isaan qurxummii galaanaa irratti, simbiraa fi allaattii qilleensa keessa balali'an irratti, horii qe'ee irratti, bineensa lafaa hundumaa irratti, munyuuqaa lafa irra munyuuqu hundumaa irrattis mootummaa haa qabaatan!" jedhe.
27 Egaa Waaqayyo akka bifa isaatti nama uume, akka bifa Waaqayyootti isa uume; dhiiraa fi dubartii isaan uume;
28 Waaqayyo isaaniin, "Horaa, baay'adhaas, lafa guutaa, isas harka jala galfadhaa! Qurxummii galaanaa irratti, simbirroota qilleensa keessa balali'an irratti, uumama lafa irra munyuuqan hundumaa irrattis mootummaa qabaadhaa!" jedhee isaan in eebbise.
29 Yommus Waaqayyo, "Kunoo, ani biqila sanyii godhatu isa irra lafaa hundumaa irra jiru, muka ija godhatee sanyii isaas ija isaa keessaa qabu, isiniif kenneera; isaan nyaata isiniif haa ta'an!
30 Bineensa lafaa hundumaa fi simbira qilleensa keessa balali'an hundumaaf, wanta lubbuu qabaatee jiraatuu fi lafa irra munyuuqu hundumaaf, biqila lalisaa hundumaa nyaataaf kenneeraaf" jedhe; innis akkasuma in ta'e.
31 Waaqayyo waanuma hojjete hundumaa in ilaale; kunoo, innis baay'ee gaarii ture; galgallis ta'e, ganamnis ta'e; kun guyyaa ja'affaa dha.
[❤️ለ ፍቅረኛዎ i ❤️ u
ለ እሷ?
ለ እሱ?
Hiriyaa keen sin jaalladha jechuun kenna jaalala kana itti buhuun kenniif❗️❤️
????? ??
?
?
██─▄███▄███▄─██──██
██─█████████─██──██
██──▀█████▀──██──██
██────▀█▀────▀████▀
❤️ለ ፍቅረኛዎ i ❤️ u
ለ እሷ?
ለ እሱ?
Hiriyaa keen sin jaalladha jechuun kenna jaalala kana itti buhuun kenniif❗️❤️
????? ??
?
?
██─▄███▄███▄─██──██
██─█████████─██──██
██──▀█████▀──██──██
██────▀█▀────▀████▀](https://t.me/addlist/7MBcJ93H1cVmOTBk)
Waver?
@tamisha11
Official Telegram channel✔️
?Nutti dhihaatta ?
?Jaalalaan nurraa qabamta?
?Garmalee Koflaan Fincaan ofirrati buusta?
?asuman waliin taane Afaan fi artii keenya gudifanna.
Any comments or messages:- @Orosarca_commentobot
Last updated 3 years, 4 months ago
😍🥰Jaalalaafii ergaalee jaalalaan wal qabatan gaggabaaboo as jalaa argattu❣😘🤩🥰😍😜❣️❤️🔥
😁😅🤣😂Dabalataan Qoosaa Bohaarsoo😇😋
Last updated 6 days, 10 hours ago
Chaanaalii kana keessatti Odeffannoo Waa'ee Maan Yunaayitidin walqabatan qofa argattu.
👉Jijjirraa Taphattoota Kan Maan Yunaayitid
👉Taphoota Maan Yunaayitid kallattiin.
👉Yaada qabdan karaa @AmaaaanG gaafachu dandeessu
Group 👉 @Oro_man_uniteds_Group
Last updated 3 days, 10 hours ago