ABDULHALIM ARABU - Official

Description
🌴🌴Maal barbaaddu?🌴🌴
😍walaloo adda addaa
😍seenessa
😍Qoosaa
😍gaaffii fi deebii
😍dorgommii
😍Seenaa dhugaa gaggabaaboo
😍Raajilee addunyaa irraa
😍nashiidaalee babbareedoo fi kaanis.

⚠yaada,ilaalchaa fi gaafii qabdaniif
👉 @a_haliiiim
We recommend to visit

Official Telegram channel✔️

?Nutti dhihaatta ?
?Jaalalaan nurraa qabamta?
?Garmalee Koflaan Fincaan ofirrati buusta?
?asuman waliin taane Afaan fi artii keenya gudifanna.
Any comments or messages:- @Orosarca_commentobot

Last updated 4 years, 5 months ago

??Jaalalaafii ergaalee jaalalaan wal qabatan gaggabaaboo as jalaa argattu❣?????❣️❤️‍?
????Dabalataan Qoosaa Bohaarsoo??

Last updated 1 year, 1 month ago

Faana beekumsaa irratti
Barnoota haala bashannansiisaan
Qoosaa nama kofalchiisan
Jechoota mimmiidhagoo
Text profile f ta'an bifa suuraatin
Seenaa nama bohaarsan
Ergaa qalbii nama jiisan yaada yoo qabaattan karaa
@Faana_beekumsaabot tiin nu qunnamaa

Last updated 1 year ago

11 months, 3 weeks ago
Namoota kitaaba maaliif barreessuu dhaabde? Jechuun …

Namoota kitaaba maaliif barreessuu dhaabde? Jechuun na gaafataa jirtanuuf.

1➨ Kitaaba barreessuu hin dhaabne; maxxansiisuu irraan ture malee. Suuraan isin gubbaa irratti argitanu qola kitaaba koo 5ffaa ani barreessee xumureeti.
2➨ Kitaaba kana maxxansiisuu kootiin duratti qorannoo salphaa kitaabota koo dabarfataniin wal qabatanu gochuuf yaaleen ture. Garuu na hin gammachiifne. Kitaabichi namoota hedduu bira qaqqabeera. Garuu irra hedduun namoota kitaaba kana bitanii "Isatu barreesse" jedhamnaanuna na tumsuudhaaf; ykn ammoo ... tiif bitatani malee kitaabicha dubbisanii hubatanii kaayyoon kitaabicha barreesseef galma naan dhoofne.

Kun ammoo akkan kitaaban barreesse maxxansiisee hawaasatti hin baafnee fi barruu hawaasaaf dhihaatu kan biraas hin qopheessine na godhe.
Tarii anatu miira haphatee jedhees barreessitoota tokko tokko dubbachiisuuf yaaleen ture. Miirri jara bira jirus isuma na bira jiru ta'e. Kanatu duubatti na harkise.
Mee ammas yoo dubbiftanii as geessaniif yaada maal naaf qooddu?

✍️ Abdulhalim A.

We recommend to visit

Official Telegram channel✔️

?Nutti dhihaatta ?
?Jaalalaan nurraa qabamta?
?Garmalee Koflaan Fincaan ofirrati buusta?
?asuman waliin taane Afaan fi artii keenya gudifanna.
Any comments or messages:- @Orosarca_commentobot

Last updated 4 years, 5 months ago

??Jaalalaafii ergaalee jaalalaan wal qabatan gaggabaaboo as jalaa argattu❣?????❣️❤️‍?
????Dabalataan Qoosaa Bohaarsoo??

Last updated 1 year, 1 month ago

Faana beekumsaa irratti
Barnoota haala bashannansiisaan
Qoosaa nama kofalchiisan
Jechoota mimmiidhagoo
Text profile f ta'an bifa suuraatin
Seenaa nama bohaarsan
Ergaa qalbii nama jiisan yaada yoo qabaattan karaa
@Faana_beekumsaabot tiin nu qunnamaa

Last updated 1 year ago