JECHOOTA HAYYOOTA

Description
Channel kana baanuf kanaan
murtesse dhalli nama jireenya
Isa guutuu waan gaarii hojjete
itti gamadu Caalaa waan tokkole
hojjechu akka hin dandenye
waanan hubadhefii!!!!!

YOUTUBE KEENYA ARGACHUUF
👇👇👇👇👇👇
https://youtu.be/p51FnhhOuDY
Advertising
We recommend to visit

Jeet ek Nasha hai aur is Nashe ki Factory ka mai ek lauta Baadshah hoon !

My Channel Link
https://t.me/Baadshah

For Any Query Contact
My Username - @RehanBaadshah

Last updated 1 month, 1 week ago

Chaanaalli kun yeroo hundumaa Walaloowwan filatamoo fi ergaa guddaa qaban kan siniif dhiyeesaudha.

Yaada qabdan kamiifuu bot kana fayyadamaa
@Walaloo_bot


https://telega.io/?r=l9NDCHx-

Last updated 3 months, 3 weeks ago

Kaayyoon chanali kanaa faarfannaa haaraa fi kan durii isin biraan ga'uudhaafi
Dabalataan seenaalee garaa garaa isin biraan ga'uf

@Burqaa43

Last updated 1 year, 2 months ago

1 day, 10 hours ago

Jireenya keessatti rakkoolee gurguddoon kan isa mudatuufi namoota biroottiis rakko kan fidu, nama namoota isaan waliin jiraniif waan gaarii hin yaanne ykn dhugaa hin jaalanneedha. Alfreed

@Jechootahayyoota

1 day, 10 hours ago

Kitaaba HIN GABBUU warri barbaadan asin @Ma_momye143 nu dubbisa.

3 days, 3 hours ago

👨‍🏫 Namni admin channel kanaa ta'uu barbaaddan karaa @Ma_momye143 nu dubbisaa.

☝️ulaagaa:
1. Fedhii qabaachuu
2. Channel kanarratti wantoota Barsiisoo seenaa Oromootiin walqabatan maxxansuu danda'u
3. Naamusaa qabachuufi namaan waliigaluu danda'uu

Hub: Namni ulaagaalee armaan olii guuttan karaa @Ma_momye143 nu dubbisuun admin ta'uu dandeessu.

4 days, 2 hours ago

Jiruun tun Qormaata hedduu ulfaataa taheedha. Irraa hedduun kheenya ni khufna! Sababninis namoota biroo waan hordafnuufii isaan san tahuuf waan yaalluuf, Garuu waraqaan qormaata ta hunda kheenya adda adda akka taate hin hubanne
!.🖤🥀

GORSA JIREENYAA

@JECHOOTAHAYYOOTA
@JECHOOTAHAYYOOTA

1 week, 2 days ago

"Ati ammas nama ta'uu barbaaddu ta'uu dandeessa jaalallee koo. Dogoggorri, duubatti deebi'uu fi guyyaan badaan guddina kee hin haqu. Yeroo kanatti jireenyi hammam cimaa fakkaachuu danda'us, ulfaataa ta'us ammallee ol ka'aa akka jirtu yaadadhu. Guyyoonni badaan " nama hamaa si hin godhin akkuma dhufanitti fudhadhuu irraa baradhu, Yeroon cimaan akkasii guddina si hin dhoorku nama ta'uu qabdu akka taatuuf si gargaara. hojii guddaa akkasii hojjechaa jirta."

GORSA JIREENYAA

@Jechootahayyoota

1 week, 3 days ago

Gaaffilee Jireenya Milkaa'inaa Jiraachuuf Nama kakaasa'an:
√~•~•~•~•~•~•~•~•√
Gaaffileen Jireenyatti hiika godhan kunniin nama milkaa’ina hawwu tokkoof baay’ee murteessoo dha.
👉 ANI EENYU ?
👉 Maalifan Uumame?
👉 Ergamni koo maali?
👉 Karoorri koo maali?
👉 Mul'anni koo maali?
👉 Kaayyoon koo maali?

📌 Eessaan dhufe?
📌 Eessan Jira?
📌 Eessan Deema?

◾️Har'a maalin hojjadhe?
◾️Maal hojjechuun qaba?
◾️Wanta haaraan hojjedhu maaltu jira?

Jireenya kee keessatti wanta hojjettee itti gammadduu fi si hin gammachiifne tarreessuu dhaan addatti maal gochuu akka qabdu hundumaa dursuun sammuu kee waliin marii gaggeessi!

Your Future is on your hand!
√ Success is behind you!

Ganama obboroo yommuu hirriiba irraa kaatu wanta guyyaa kana hojjettu karooratti qabattee kaata. Galgala yommuu raftu immoo waan raawwatte miijanta, kunis ciminaa fi dandeettii kee fuulduratti itti adeemtuuf ragaa siif ta’a.
Kabajoomaa!
Turtii Gaarii!

Madda @Ma_momye143

Share💯share💯share

👉Join Us👈

@JECHOOTAHAYYOOTA
@JECHOOTAHAYYOOTA

1 week, 3 days ago

KITAABA MIILTOO
"EEBBISAA BAAYISAATIN kan barra'ee."
•••••••••••••••••••••••••••••••••••
Jechoota mimmidhagoo kitaaba"MIILTOO" keessa.
†††††††††††††††††††††
👉Namni kitaaba dubbisuu osoo danda'u kitaaba hin dubbifnee, namaa dubbisuu danada'urra hin caalu.
👉Ani hiyyeessaa, Yoon mallaqa xiqqoo argadhee kitaaba bitaadha, kan irraa hafeemmoo nyaata fi uffatan bitadha.(Erasmas)
👉 Namoonni hedduun hamma maqaa isaanii hin gahaan. Maqaa isaanitu isaan caala.✓
👉 Milkaa'inni waanta namoonni hin argiin arguu danda'udha.
👉Dandeetti( gahuumsa) keessa kee jiru qofaa dorgommii

#Bekuumsa qaban irratti hundaa'ee Namoota gosa afurtu jiru
#isaaniis
1.Namaa hin beeknee, akka hin beeknee, kan hin beeknee.
2.Namaa hin beeknee, Akka hin beeknee, kan beekuu.
3.Namaa beeku, akka beekuu, kan hin beeknee
4.Namaa beekuu, akka beekuu kan beekuu

(Kanneen keessa ati kam keessa jirta?. Deebiisa kan keeti.

Ani walitti coree siif barreessen jira forward gochuun immoo gahee keeti.
@JECHOOTAHAYYOOTA
@JECHOOTAHAYYOOTA

"Dubbisuun ogummadha"
❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️

2 weeks ago

Kabajni, jaalalli, ulfinni nuti isaanitti agarsiisne, akk isaan nu jaalataniif osoo hin taane, amala kheenya waan ta'eefi. Nuti akkasuma man ✌️

#Akkasuma😁 @JECHOOTAHAYYOOTA

2 weeks, 2 days ago

Addunyaan keenya addunyaa haala mijataa namaaf kennitu miti, ofii keenyaan nuti haala mijataa yoo uumne malee.
@jechootahayyoota
@jechootahayyoota

2 weeks, 2 days ago

Hamma qaama kee osoo hin taane hamma ilaalcha kee geessa. Kanaaf jireenya kee keessatti qaamaan ofii kees nama biroos hin tilmaamin.

@jechootahayyoota
@jechootahayyoota

We recommend to visit

Jeet ek Nasha hai aur is Nashe ki Factory ka mai ek lauta Baadshah hoon !

My Channel Link
https://t.me/Baadshah

For Any Query Contact
My Username - @RehanBaadshah

Last updated 1 month, 1 week ago

Chaanaalli kun yeroo hundumaa Walaloowwan filatamoo fi ergaa guddaa qaban kan siniif dhiyeesaudha.

Yaada qabdan kamiifuu bot kana fayyadamaa
@Walaloo_bot


https://telega.io/?r=l9NDCHx-

Last updated 3 months, 3 weeks ago

Kaayyoon chanali kanaa faarfannaa haaraa fi kan durii isin biraan ga'uudhaafi
Dabalataan seenaalee garaa garaa isin biraan ga'uf

@Burqaa43

Last updated 1 year, 2 months ago