DHANGAA WALALOO

Description
Live for your purpose and die for your purpose!
Advertising
We recommend to visit

Jeet ek Nasha hai aur is Nashe ki Factory ka mai ek lauta Baadshah hoon !

My Channel Link
https://t.me/Baadshah

For Any Query Contact
My Username - @RehanBaadshah

Last updated 3 days, 11 hours ago

Telegram irraa qarshii argachuuf link kana fayyadamaa.

https://telega.io/?r=l9NDCHx-

Yaada qabdan kamiifuu bot kana fayyadamaa
@Walaloo_bot

Last updated 2 months, 2 weeks ago

Kaayyoon chanali kanaa faarfannaa haaraa fi kan durii isin biraan ga'uudhaafi
Dabalataan seenaalee garaa garaa isin biraan ga'uf
@Burqaa43

Last updated 1 year, 1 month ago

4 months, 4 weeks ago

***(1) Gaafa kolfa kootii,kan naaf seequ hin dhabu
gaafa booha kootii, kan naaf beeku hin qabu

(2) Gaafa gammachuu koo, kan dibbee naaf tumu
Gaafa caba kootii, kan jibbee na tumu

(3) gaafa naddoo keessaa, kan hidhaa kee hiiku
Gaafa yandoo keessaa, kan si gatee fiigu

(4) Gaafa cidha keetii, kan farda kee qabu
Gaafa iyya keetii, kan birmachuu dadhabu

(5) Irra kee madalee, kan jaalala kuusu
Keessa kee ilaalee, kan bulee sii buusu

(6) Harreen gara haraddaa, loon ttu gara horaa***#Atis__narraa_gori_Anis_sirraan_goraa

5 months, 1 week ago

Group walee walisoo kana seenaa wal jajjabeessinaa

5 months, 1 week ago

https://facebook.com/groups/748754260437532/?mibextid=rS40aB7S9Ucbxw6v

Facebook

Log in or sign up to view

See posts, photos and more on Facebook.

5 months, 1 week ago

Akkan jiru beekta malee, Akkan itti jiruufi akkan ittiin jiru rabbitu beeka.

6 months, 3 weeks ago

***Gatii kee hin dhabinii

Dhooqqee isaa borciitee
Galanatti yaaftee
Ilkaanin kolfitee
Afaan natti laaftee

Miiraan tasgabbooftee
Anaan naasiifattee
Cubbuu narratti oltee
Damma afaan dibaattee

Suphuuf garaa yaabdee
Waan hundeen isaa citee
Mutaa ijatti of dhaabdee
Dura koo ijaajjitee

Kutaa haa uffatuu
Yaa ayyaana jootee
Waaqni haa dubbatuu
Wan ati na gootee!

Warra abootee gamaa
Maaf daftee hin dhaqinii
Wan naa goote sanaaf
Gatii kee hin dhabinii!***

7 months, 2 weeks ago

"Gaafa roobee hin qiqqichuu"jedha oromoon arfaan walisoo yeroo muraasan booda madda @artistootaa ***ta'uuf jirti.

Waa malee hin jenne ijoollee qaqqaliin reefu lafaa dhufaa jiran dhuguma nama jechisisa artistoota gameeyyii hedduu qabna kan hamma ilaallu warra reefu gara hojii artitti dhufaa jirudha.

Shubbisaafi leenjisaa wellisaa biniyam lammaa torbeewwan darbaan keessa marsaa lamaaf shubbistoota eebbisisee ture akkasuma welluu tokkos qabatee akka dhufaa jiru gurran nu gahee nagaan koottu jedhan

Wellisaa biqilaa gizawuu marsaa lamaaf weelluu ebbisisee ture

Haacaaluu Likkiisaa gaafa guyyaa19/8/2016 ebbisisuuf qophii xumurera nagaan koottu!

Seenaa Intala Oromticha (seenaa tamam) kitaaba mata dureen Isaa madaa kaayyoo jedhu barreesitee ummata biraan gahuf jirti gaafa guyyaa11/9/2016 irratti hirmaadha. Nagaan koottu

Oliqaa gaarradaa weelluu haaraa qabatee dhufaa akka jiruu gurra naa bu'ee jira gaafa guyyaa 18/9/2016 nagaan koottu

Artiistoonni keenya gameeyyiin karaa nutti agarsiiftaan gootonni keenya gameeyyiin ofiif duutanii nuu jiraachiftan galatoomaa!***

7 months, 2 weeks ago

***Eyyeen akkumaan yeroo darbee dubbachuuf yaale seenaa nama jabduu tokkoo isiniif dhiyeessa jedhee waadaa galeen ture kunoo itti dhiyaadhaa.

Seenaa tamam jedhamti nama oromummaa isheef bakka laattu,
Nama oromummaa ishee guddisuuf kallattii argamee maratti fayyadamtee oromummaa ishee calaqqisistudha.

Kessattuu yeroo hamma tana shammarran baay'een gara heerumanii mana godhachuu malee waa'een oromummaa dagatamee fakkata.

Ta'uus seenaan yeroo hammaan tanaa kitaaba quuqqaa saba ishee, aadaa saba ishee, afaan saba ishee
Eenyummaa saba ishee ibsuu addunyatti mul'isuuf kitaaba tokkoo hojjattee sadarkaa hunda xumurtee jirti.

Eegaa guyyaa murta'een booda ummata biraan gahuuf jirti.anis yeroo murta'een booda qola kitabaa fi mata duree kitabaa nan maxxansaa obsan naa eegaa.
share gochun wal bukkee haa dhabbannu!***

We recommend to visit

Jeet ek Nasha hai aur is Nashe ki Factory ka mai ek lauta Baadshah hoon !

My Channel Link
https://t.me/Baadshah

For Any Query Contact
My Username - @RehanBaadshah

Last updated 3 days, 11 hours ago

Telegram irraa qarshii argachuuf link kana fayyadamaa.

https://telega.io/?r=l9NDCHx-

Yaada qabdan kamiifuu bot kana fayyadamaa
@Walaloo_bot

Last updated 2 months, 2 weeks ago

Kaayyoon chanali kanaa faarfannaa haaraa fi kan durii isin biraan ga'uudhaafi
Dabalataan seenaalee garaa garaa isin biraan ga'uf
@Burqaa43

Last updated 1 year, 1 month ago