Jaalala♡Qulqulluu💖

Description
Jaalalaafii ergaalee jaalalaan wal qabatan gaggabaaboo as jalaa argattu❣

Yaadaafii gaafii keessan @Yaada_Keessaan_Bot gubbaan dhiheeffachuuf karaan banaadha.
We recommend to visit

??Jaalalaafii ergaalee jaalalaan wal qabatan gaggabaaboo as jalaa argattu❣?????❣️❤️‍?
????Dabalataan Qoosaa Bohaarsoo??

Last updated 2 months, 2 weeks ago

Chaanaalii kana keessatti Odeffannoo Waa'ee Maan Yunaayitidin walqabatan qofa argattu.

?Jijjirraa Taphattoota Kan Maan Yunaayitid

?Taphoota Maan Yunaayitid kallattiin.

?Yaada qabdan karaa @AmaaaanG gaafachu dandeessu

Group ? @Oro_man_uniteds_Group

Last updated 2 months, 1 week ago

Faana beekumsaa irratti
Barnoota haala bashannansiisaan
Qoosaa nama kofalchiisan
Jechoota mimmiidhagoo
Text profile f ta'an bifa suuraatin
Seenaa nama bohaarsan
Ergaa qalbii nama jiisan yaada yoo qabaattan karaa
@Faana_beekumsaabot tiin nu qunnamaa

Last updated 2 months, 1 week ago

3 weeks, 1 day ago

Pls kitaaba dubbisaa🙏****

Barataa taataniis hojjataa taataniis kitaaba dubbisaa. Aalama kitaabaa keessatti boqonnaa argattan❤️****

Dubartiinfaan kitaaba dubbisaa maaloo🙏****

3 weeks, 2 days ago

Namoonni group bara 2022, 2021, 2020, 2019... bantan qabdan @Wabii2N irraan na dubbisaa !

Link group teessanii natti ergaa laaleen gatii isii isiniif himaa !

3 weeks, 2 days ago

Ngyn bultanii🙏****

Barruu Ganamaa kan buna dhugaa katabne dheeraa tokko link gadii kana tuquun dubbisaa.👇****https://t.me/JaQu2/64

3 months ago

Dubbattanii yoo waliif hin galle, callistanii yoo wal hin dhageeffanne, kabajjanii yoo wal hin guddisne, walii keessan irra kan halaalaa dinqisiifachuu irra yoo xiyyeeyfattan guyyaa eegu jirtan malee gargar yaatanii akka kiyyaatti "single" tahuuf teessan.?*?*

Wantoonni olii kun bu'uura jaalalaati?
:¨·.·¨:
 `·.** @Jaalala_qulqulluu

3 months ago
3 months, 1 week ago
3 months, 1 week ago

-------------------------------------------

**Odoo si taatee maal goota?

Jireenya kee keessa Nama lamaatu jira.
1ffaa, Hedduu si jaalatti dhooyfattees, ifa baafattees si hordofti. Mallattoo akka si jaalattu argisiisu mara irratti argitee jirta. Hedduu "care" si goote, waan siin taheefii sirraa argame cufaaf hedduu bakka laatti, si dinqisiifatti, Garuu ulaagaalee ati lafaa qabdu, Nama tokko jireenya keetti dabaluuf waan kana kana guutuu qaban jattee kan ati tarreeffattee qabdu siif hin guuttu. Ulaagaalee tee San keessaa ulaagaa si jaalachuu qofa naaf guutti jattee yaadda.

2ffaa, Mallattoolee akka si jaalattu isii irraa mullisan xiqqollee irratti hin argitu. Yoo ati itti dhiyaachuu feetees karaa itti dhiyaattuun siif hin mijjeessitu, xiqqollee "care" si hin gootu, na jaalatti jachuuf xiqqollee mallattoo hin argitu. Ija laafummaaf akkana gooti akka hin janne immoo nama si hin tahiniif immoo bakka siif qabdu kan caalu itti argisiisti.
Tahuus garuu ulaagaalee jireenyaa kan naaf guutuu qaban jattee nama tokko irraa eeydu irra caalaa isaa guuttattee jirti. Namni kun bultii keessatti naaf gargaara, maatii guddisuu keessatti nama itti gaafatamummaa isaa bahachuu dandahu jattee tilmaamtee jirta. Ulaagaalee ati lafaa qabdu keessaa tan na jaalachuu qaban jatte qofa siif hin guutini.

Nama lamaan kana keessaa eenyuun filattee isaanii wajjiin bultii gad dhaabuu filatta?

Yaada keessaan "comment" jala barreessaa, hirmaannaan keessan bareedaa taanaan isiniifiin itti fufa.

Namni keessaan na qunnamuu feetan immoo?** @K12vy3

An join zis channel?
@JaQu2

3 months, 1 week ago

**Odoo si taatee maal goota?
Arra sa'aa booda isiniif maxxansuu?

Ni hirmaattanii?**

3 months, 1 week ago

Amantaa waliif faallaa qabatanii bultii jaaruun ulfaatina ulfinni isa ibsu hin jirre ulfaata. Amantaa wal fakkaatu qabaachuun isiniif irra wayya.?

3 months, 2 weeks ago

Namni atiin si jaaalatee waan ati jaalattuufii maatii kee si waliin hin jaalanne ulaagaan jaalala isaa guutuu miti. Yeroon gaggeesi, Ykn hangam akka si Rakkisuuf jiru bultee argita?****

Namni dhugaan si jaalate:- kaayyookee, hojii kee, maatiifii firoota kee akkasuma waan siin wal qabatu hundaafuu jaalala qabaachuufii qaba, yoo hin jaalanne illee hedduu siif kabajuu qaba.

Intala na jaalattee hojii koo narratti tuffatte takka iqaamaa koo furadheen biraa sokkeera, ati biyya Arabaa jirtaa naan ja'igaa ammaas?****

We recommend to visit

??Jaalalaafii ergaalee jaalalaan wal qabatan gaggabaaboo as jalaa argattu❣?????❣️❤️‍?
????Dabalataan Qoosaa Bohaarsoo??

Last updated 2 months, 2 weeks ago

Chaanaalii kana keessatti Odeffannoo Waa'ee Maan Yunaayitidin walqabatan qofa argattu.

?Jijjirraa Taphattoota Kan Maan Yunaayitid

?Taphoota Maan Yunaayitid kallattiin.

?Yaada qabdan karaa @AmaaaanG gaafachu dandeessu

Group ? @Oro_man_uniteds_Group

Last updated 2 months, 1 week ago

Faana beekumsaa irratti
Barnoota haala bashannansiisaan
Qoosaa nama kofalchiisan
Jechoota mimmiidhagoo
Text profile f ta'an bifa suuraatin
Seenaa nama bohaarsan
Ergaa qalbii nama jiisan yaada yoo qabaattan karaa
@Faana_beekumsaabot tiin nu qunnamaa

Last updated 2 months, 1 week ago