https://t.me/+RSRVlLKGs5J_-PJg
Last updated 2 Wochen, 1 Tag her
Waliin kufnee
Waliin kaana
Osoo jirruu
Waliif taana
Yaadaaf??
? @Michuu_Fayisaa
---------------//---------------
Chaanaalaaf?
✍️ @Michuu_ko
Last updated 2 Monate, 3 Wochen her
Soo dhowoow is ku day inaad cid nagusoo biiriso hal qofna ha ahaatee adiga oo linkiga zhere gareynaya halkaan waxaad ka helaysaa fikrado ku cajabiya♥️
Wixii talo ah halkan igalasoo xidhiidh💚👇 @Maymuuncali
https://t.me/Audiobook2s
2021-5-24
Last updated 1 Monat, 1 Woche her
**Gaaffilee Jireenya Milkaa'inaa Jiraachuuf Nama Kakaasan:
❏ Gaaffileen jireenyatti hiika godhan kunniin nama milkaa’ina hawwu tokkoof baay’ee murteessoo dha.
⁃ Ani eenyu ?
⁃ Maalifan Uumame?
⁃ Ergamni koo maali?
⁃ Karoorri koo maali?
⁃ Mul'anni koo maali?
⁃ Kaayyoon koo maali?
√ Eessaan dhufe?
√ Eessan Jira?
√ Eessan Deema?
√ Har'a maalin hojjedhe?
√ Maal hojjechuun qaba?
√ Wanta haaraan hojjedhu maaltu jira?
❏ Jireenya kee keessatti wanta hojjettee itti gammadduu fi si hin gammachiifne tarreessuu dhaan addatti maal gochuu akka qabdu hundumaa dursuun sammuu kee waliin marii gaggeessi!
√ Your Future is on your hand!
√ Success is behind you!**
"Yeroo deemtu miilaa jalqaba irratti kaastee sana sirritti dhaabachuuf dhiisuu isaa osoo addaan hin baasiin kan hafe hin fudhatiin!"
" Barri hamaan utuu hin dhufin, waggoonni ati, "Anatti hin tolan" ittiin jettus utuu hin dhi'aatin, bara dargagummaa keetti uumaa kee yaadadhu!"
(Lallabaa 12: 1..??
" Tulloonni yoo raafaman iyyuu, gaaronnis yoo socho'an iyyuu, araarri koo si biraa hin mittiqu, kakuun nagaa koos si biraa hin socho'u' " jedha; Waaqayyo inni siif oo'u kana dubbateera."
(Isa 54: 10)
......❤❤❤??...❤❤❤❤.......
“Inni isiniif waan yaaduuf, yaaddoo keessan hundumaa Waaqayyotti gataatii dhiisaa!”
— 1Phe. 5:7
¹¹ yaada ani isiniif yaade anuma duwwaatu beeka; innis yaada nagaa fi yaada wanta isin gara fuula duraatti eeggattan isiniif raawwachuu ti malee, yaada isin balleessu miti.
¹² Yommus isin gara kootti deebitanii maqaa koo waammattanii ana in kadhattu, anis isiniif nan dhaga'a;
¹³ isin ana in barbaaddattu; garaa keessan guutuudhaan yoo ana barbaaddattan, ana in argattu;
¹⁴ anis immoo akka isin ana argattan nan godha; ani Waaqayyo boojuu keessaa isin nan deebisa; saba hundumaa fi iddoon itti isin tatamsaasee ture hundumaa keessaa walitti isin qabee gara biyya isan keessaa isin baasee isin boojisiiseetti isin nan deebisa" jedhe; kana Waaqayyotu dubbate.
Er. 29
¯¯¯¯¯¯¯¯¯¯
**Urgaa gaarii natti biiftee
Ati dhufnaan fuula iftee
Rakkinni koo na dhokata
Onneen kiyyas ni boqota
Miira gaddaa narraa qola
Kolfeen seeqa natti tolaa
Burqaa kootu ol mirgisaa
Haamileen koos ni lalisaa
~
Kanaafuu
Kanin baase sitti himadhu
Fuulla ifaan na simadhuu*❤️?*
???? ♡
✍Hamma ilaalcha ofii hin sirreesinetti wanti ilaallu sirrii ta'ee nutti hin mul'atu.
✍Namni kamiyyuu gara adunyaa kanaa kan dhufe adunyaa tana tajaajiluudha.
✍ Adunyaa kana keessatti baayyinaan namni tokko nama biratti nama qajeelaa ykn gaarii taa'ee kan hubatamu gaafa dhukkubsatee ykn du'e dha.
✍Ofitummaa guddichi tola ooltummaa dha.
✍Gammachuu guddaan nama biraa bira dhaabbattee namni sun gammadaa ta'ee arguudha.
✍Hubannoon sirrii hin taane sammuu sibiila omishe utuu hin taane sibiila omishamee bahe nama sodaachisa.
✍Kolfa sobaa kamiyyuu duuba imimmaan dhugaa guddaatu jira.
✍ Namni kamiyyuu du'uuf dhalata.
✍Jibbi jalqabaa of jibbuudha.
Coba Yaadaa ?✍️
https://t.me/+RSRVlLKGs5J_-PJg
Last updated 2 Wochen, 1 Tag her
Waliin kufnee
Waliin kaana
Osoo jirruu
Waliif taana
Yaadaaf??
? @Michuu_Fayisaa
---------------//---------------
Chaanaalaaf?
✍️ @Michuu_ko
Last updated 2 Monate, 3 Wochen her
Soo dhowoow is ku day inaad cid nagusoo biiriso hal qofna ha ahaatee adiga oo linkiga zhere gareynaya halkaan waxaad ka helaysaa fikrado ku cajabiya♥️
Wixii talo ah halkan igalasoo xidhiidh💚👇 @Maymuuncali
https://t.me/Audiobook2s
2021-5-24
Last updated 1 Monat, 1 Woche her