Jeet ek Nasha hai aur is Nashe ki Factory ka mai ek lauta Baadshah hoon !
My Telegram Channel Link
https://t.me/+S9lLIcfDkRrhG-VZ
For Any Query Contact
My Username - @RehanBaadshah
Last updated 1ย week, 4ย days ago
Youtube Irraattis nu Argattu
https://www.youtube.com/c/KaachuuEntertainment
Yaada qabdan kamiifuu bot kana fayyadamaa
@Walaloo_bot
Last updated 1ย month, 2ย weeks ago
๐๐ถ๐ฟ๐ฒ๐ฒ๐ป๐๐ฎ ๐บ๐ถ๐น๐ธ๐ฎ๐ฎ'๐ฎ๐ฎ ๐ท๐ถ๐ฟ๐ฎ๐ฎ๐ฐ๐ต๐๐๐ณ ๐ธ๐ฎ๐ธ๐ฎ'๐๐๐บ๐๐ฎ ๐ฌ๐๐๐๐๐ ๐ณ๐ถ ๐๐๐ก๐๐๐๐ง๐ง๐๐ ๐ฑ๐ต๐ผ๐ธ๐ฎ๐๐ฎ๐ฎ ๐ผ๐ณ๐ถ๐ถ๐๐๐ถ ๐ณ๐ฎ๐๐๐ฎ๐ฑ๐ฎ๐บ๐๐๐ณ ๐พ๐ผ๐ฝ๐ต๐ถ๐ถ ๐๐ฎ'๐๐ ๐ฏ๐ฎ๐ฟ๐ฏ๐ฎ๐ฎ๐ฐ๐ต๐ถ๐๐ฎ!
๐ฅ @Oromoo_Inspire_YaadaafBot ๐ฅ
Last updated 1ย week, 5ย days ago
๐ ๐๐ซ๐๐๐ง๐ง๐ 40:8
yaa Waaqayyoo ko, fedha kee gochuun anatti in tola,
seerri kees garaa koo keessa jiraโ nan jedhe.
*6 50:8-13; 51:18; 1Sam 15:22; Ibr 10:5-1
Filannoo keessan tuquudhaan ilaalladhaa!
[1--โฅ๏ธโฅ๏ธ
2--๐๐
3--๐๐
4--๐ฅ๐ฅ
5--๐๐](https://t.me/+F29iJnDKops5Y2Fk)
๐ฃ ALL Telegram Channel you want here Just Click To Join
โข Gadi Tuquudhaan Add godhaa!
โฟป Channelee kanneen irratti gadi tuquudhaan Add, Join, follow godhadhaa! Barruulee ajaa'ibaa ni argattu!
โฃ
ยซ๐ฒ๐ป๐ธ๐ฒ๐บ ๐ท๐ด๐๐ดยป
ยซ๐ฒ๐ป๐ธ๐ฒ๐บ ๐ท๐ด๐๐ดยป
ยซ๐ฒ๐ป๐ธ๐ฒ๐บ ๐ท๐ด๐๐ดยป
๐ ๐บ๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐: https://t.me/+F29iJnDKops5Y2Fk โญ
"๐๐๐๐'๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐'๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐๐" ๐๐ฎ๐ญ๐๐ 1๐๐๐๐๐ ๐๐ ๐๐ฅ๐ ๐ฃ๐ข๐ซ๐๐.. โฌ Warri mulโata isaanii milkeeffachuu dadhaban; mulโata kee akka sin gachisiifne of eeggadhu! Sababa warra gatii kaffalanii mulโata isaanii milkeeffachuu sodaataniif; ati karaa kee irraa maquu hinโฆ
Tajaajila Channel Kanaan dhiyaatu:
๐
ยป Barnoota Amantii Cimsannaa
ยป Dhugaa Wangeelaa
ยป Ergaa Ganamaa
ยป Leenjiilee Hafuuraa
ยป Ergaa Dargaggootaa
ยป Qo'annaa Macaafa Qulqulluu
ยป Kadhata Qulqullaa'aa
ยป Barnoota Gaa'elaa
๐
โโบ Join โโบ
โโบ Join โโบ
โโบ Join โโบ
ยฏยฏยฏยฏยฏยฏยฏยฏยฏยฏยฏยฏยฏยฏยฏยฏยฏยฏยฏยฏยฏยฏยฏยฏยฏยฏยฏยฏยฏ
Thฮนส ฮนส ๐ท๐พ๐ฟ๐ด ๐ฟ๐๐พ๐ผ๐พ๐๐ธ๐พ๐ฝ
ฮฑิสาฝษพฦฮนสฮนษณษ ฦาฝส
าฝษ ษพฮฑษฑ
ฦิฮฑษณษณาฝส
ส/ษ ษพฯ
ฯฯส
ยฏยฏยฏยฏยฏยฏยฏยฏยฏยฏยฏยฏยฏยฏยฏ
๐ฐ๐๐ ๐ข๐๐๐ ๐ฒ๐๐๐๐๐๐
แฅฒแซแซ แฅกแฅแฅr แฅดาปแฅฒแฅแฅแฅฑแฅฃ
NAMNI QOFAA TAโUUN GAARII MITI!
๐๐๐'๐๐๐ ๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐ ๐ ๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐ !
Gaaโelli dhaabbata ulfina qabeessaa fi qulqullaaโaa jalqaba Waaqayyoon hundeeffameedha.
Ibroota 13/4, S/Uum 1/27,28
@/Dhaabbatni guddaan Waaqayyoon hundeeffame immoo dhaabbata ulfina qabeessa, dhaabbata qulqullaaโaadha, dhaabbata eebbifamaadha.
Waaqayyo gaaโela yoo hundeessu immoo dhiira tokkoo fi dhalaa tokko gidduutti hundeesse Addaamii fi Heewaan gidduutti jechuudha.
@/Jalqaba uumamaatti garuu, โWaaqayyo dhiira, dubartiis uume; โSababii kanaaf dhiirri abbaa isaa fi haadha isaa ni dhiisa [haadha manaa isaattis ni maxxana] isaan lachanuus foon tokko ni taโu. Egaa isaan lama miti, foon tokko malee.
Kanaafis waan Waaqayyo walitti qabsiise, namni gargar hin baasin!โ isaaniin jedhe.โ
(๐๐๐๐ซ๐ช 10/6-9)
Addaam qofaa taโuun gaarii miti jedhee Waaqayyo gargaartuu godhee Heewaan uumeef (S/๐ฎ๐ฎ๐ฆ๐ 2/18) Kanaafi Sagaleen Waaqayyoo,
โNamni haadha manaa isaaf taatu argatu, wanta gaarii ni argata, Waaqayyo biraas ayyaana ni argata;โ
(Fakk 18/22)๐ค๐๐ง ๐ฃ๐๐๐ก๐ฎ๐ฎ๐ .
Lamaan isaaniiyyuu wal deeggaraa, wal gammachiisaa, hidhata gaarii qabaatanii akka waliin jiraataniif abbaa warraatii fi haadha warraa taasisee gaaโela gidduu isaaniitti hundeesse.
๐๐๐ ๐ ๐ฎ๐๐ ...
๐๐๐๐๐๐ @Alem_Bedada
=
๐๐๐๐๐๐ @Getu_Abera
=
๐๐๐๐๐๐ @Megertu_Dhugasa
๐ ๐๐ค๐ค๐๐ง๐ฒ๐๐ 12:4 ๐ค๐๐ง๐ ๐ฃ๐๐๐ก๐๐ แแณแ 12แฅ4
4\ Haati manaa dandeessuun
abbaa manaa isheetiif gonfoo dha,
isheen yeellaasiftuun garuu,
akka dhukkuba lafee bososiisuu ti;
โแแฃแ แดแต แแฃแแ แแแต แแตโ
5 \yaadni qajeelotaa
wanta Waaqayyo duratti
qajeelaa ta'ee fudhatamee dha,
gorsi jal'ootaa garuu gowwoomsaa dha.
6 \Dubbiin jal'ootaa utuu hin beekamin
dhiiga in dhangalaasisa;
dubbiin warra qajeelotaa garuu,
dhiiga dhangala'uu in oolcha;
7\ jal'oonni in figgimfamu,
deebi'aniis hin argaman;
manni qajeelotaa garuu jabaatee in dhaabata.
4 31:10-12
6 10:21
*7 10:24-25; 14:11
๐๐ฎ๐๐๐๐๐๐ก๐ฎ๐ฎ๐๐๐
๐๐จ๐ก๐๐ง๐ข๐ฌ 13:34. ๐๐ค๐ค๐๐ง ๐ฃ๐๐๐ก๐๐ ๐
34 \Akka isin wal jaallattaniif abboommii haaraa isiniif nan kenna; ani akkuman isin jaalladhe, isinis immoo akka wal jaallattan isin abboomeera.
35 \Jaalala yoo waliif qabaattan, kanaan namoonni hundinuu akka isin bartoota koo taatan in beekuโ jedhe.
31 12:23
32 17:1-5
33 7:33-34; 8:21
34 15:12, 13, 17; 1Yoh 2:8, 10; 3:11, 14; 2Yoh 5
*35 1Yoh 2:5; 4:20
๐ Channel Barnootaa fi Odeeffannoo addaa addaa kanneen join taasisaa!
โ
โ Join All Channel โ
โ_
โVision ToDo
โ_
โHambisaa Motivation
โ_
โ Barruu Beektotaa
โ_
โ ๐ผ๐ด๐ถ๐ด๐๐๐ ๐พ๐ต๐ต๐ธ๐ฒ๐ธ๐ฐ๐ป
โ_
โ @Gaggeessummaa
โ_
โ@Reading_PDF
โ_
โ@Grace_Media24
โ_
โ๐๐๐๐๐ท ๐ต๐พ๐ ๐ป๐ธ๐ต๐ด
โ
โ@Gaaela_Gaarii
โ_
โ@Nan_Baradha
โ_
โ@Spiritual_PDF
โ_
โGech PDF
โ_
โ GetuVsMegertu
โ_
โ@Computer_Soln
โ_
โ Android App
โ_
โ@Research_Paper
โ_
โ@Getu_Official
โ_
โ Kakuu Studio
โ_
โ Megertuu Official
โ_
โSeenaa Tube
โ_
โ Walaloo Faaruu
โ_
โ Ijoollee Ifaa
โ_
โ Motivational Tips
โ_
โ Words Of The Day
โ_
โ@Daandii_Guddinaa
โ_
โOro Inspire Center
โ_
โDaily Quotes
โ_
โKottaa Kolfaa
โ_
โ@Dhimma_Fayyaa
โ_
โDawit (Gurree) poem
โ_
โ@AsoosamaafiWalaloo
โ_
โ๐๐ฐ๐ป๐ฐ๐ป๐พ๐พ ๐น๐ฐ๐ฐ๐ป๐ฐ๐ป๐ฐ๐ฐ โฅ๏ธโฟโฅ๏ธ
โ_
โ Barreeffameera
โ_
โ Kutannoo
โ_
โTop Books
โ_
โArara Tv
โ_
โMarsil Tv
โ_
โStudents Book
โ_
โLearn English
โ_
โ Mo'attoota
โ_
โ Dhaloota Qaroo
โ_
โ Dhaloota Dhugaa
โ_
โRise and Shine
โ_
โWaliin Waliif
โ_
โ Success Tips
โ_
โ Join All Channels โ
โ@hopepromotion
โ@bittaafigurgurtaachannel
ยฏยฏยฏยฏยฏยฏยฏยฏยฏยฏยฏยฏยฏยฏยฏยฏยฏยฏยฏยฏยฏยฏยฏยฏยฏยฏยฏยฏยฏ
Thฮนส ฮนส ๐ท๐พ๐ฟ๐ด ๐ฟ๐๐พ๐ผ๐พ๐๐ธ๐พ๐ฝ
ฮฑิสาฝษพฦฮนสฮนษณษ ฦาฝส
าฝษ ษพฮฑษฑ
ฦิฮฑษณษณาฝส
ส/ษ ษพฯ
ฯฯส
ยฏยฏยฏยฏยฏยฏยฏยฏยฏยฏยฏยฏยฏยฏยฏ
๐ฐ๐๐ ๐ข๐๐๐ ๐ฒ๐๐๐๐๐๐
แฅฒแซแซ แฅกแฅแฅr แฅดาปแฅฒแฅแฅแฅฑแฅฃ
Jeet ek Nasha hai aur is Nashe ki Factory ka mai ek lauta Baadshah hoon !
My Telegram Channel Link
https://t.me/+S9lLIcfDkRrhG-VZ
For Any Query Contact
My Username - @RehanBaadshah
Last updated 1ย week, 4ย days ago
Youtube Irraattis nu Argattu
https://www.youtube.com/c/KaachuuEntertainment
Yaada qabdan kamiifuu bot kana fayyadamaa
@Walaloo_bot
Last updated 1ย month, 2ย weeks ago
๐๐ถ๐ฟ๐ฒ๐ฒ๐ป๐๐ฎ ๐บ๐ถ๐น๐ธ๐ฎ๐ฎ'๐ฎ๐ฎ ๐ท๐ถ๐ฟ๐ฎ๐ฎ๐ฐ๐ต๐๐๐ณ ๐ธ๐ฎ๐ธ๐ฎ'๐๐๐บ๐๐ฎ ๐ฌ๐๐๐๐๐ ๐ณ๐ถ ๐๐๐ก๐๐๐๐ง๐ง๐๐ ๐ฑ๐ต๐ผ๐ธ๐ฎ๐๐ฎ๐ฎ ๐ผ๐ณ๐ถ๐ถ๐๐๐ถ ๐ณ๐ฎ๐๐๐ฎ๐ฑ๐ฎ๐บ๐๐๐ณ ๐พ๐ผ๐ฝ๐ต๐ถ๐ถ ๐๐ฎ'๐๐ ๐ฏ๐ฎ๐ฟ๐ฏ๐ฎ๐ฎ๐ฐ๐ต๐ถ๐๐ฎ!
๐ฅ @Oromoo_Inspire_YaadaafBot ๐ฅ
Last updated 1ย week, 5ย days ago