Infinite Entertainment, Zero Cost: Get Your Free Books, Music, and Videos Today!

Baankii Daldala Itiyoophiyaa

Description
Seenaan Baankii Daldalaa Itiyoophiyaa (CBE) bara 1942 hundeeffama Baankii Mootummaa Itiyoophiyaa irraa eegaleeti.
CBEn bara 1963tti akka dhaabbata aksiyoonaa tokkootti seeraan hundeeffame. Ergasii as guddina biyyaa keessatti gahee olaanaa taphachaa dhufee
Advertising
We recommend to visit

buy ad: https://telega.io/c/BurqaaIspoortii

CEO @Obsamilli


Youtube https://www.youtube.com/c/OdeeffannooIspoortii

Last updated 1 week, 2 days ago

📈 If stock market experts were so expert, they would be buying stock, not selling advice. 🤔
~Norman Ralph Augustine

Last updated 3 days, 18 hours ago

Chaanaalii kana irratti Faarsaa Kanneen Bara Durii,akkasuma Haaraa Qilleensarra kan Oolan @full Album,,, argachuu dandeessu #faarfannaa qabdan kara kana nuu ergu dandesu @Faarfannaahaaraa_bot
#group_keenya @faaruutuubee
#Channel keenya @OboroMedia
🙏🙏🙏

Last updated 1 month, 3 weeks ago

2 weeks, 4 days ago
Baankii Daldala Itiyoophiyaa
2 weeks, 4 days ago
Baankii Daldala Itiyoophiyaa
2 weeks, 4 days ago

Pireezidaantiin baankii daldalaa Itoophiyaa Abbee Saanoo gumaacha Baankiin Daldalaa Itoophiyaa Hidha Haaromsaa Guddichaaf taasisaa jiru ilaalchisee ibsa kennaniiru:
• Faayinaansii birrii biiliyoona 136.7 ol kan kenne yoo ta’u, kunis baasii waliigalaa pirojektichaa keessaa harka 95% ta’a;
• Hidhicha dhala gadi aanaa (harka 9%)n faayinaansii gochuun waggaa waggaan hir’ina birrii biiliyoona 15 taasiseera;
• Sharafa alaa ni kenna;
• Gumaacha hojjattoota baankichaa dabalatee birrii miiliyoona 319.7 ol arjoome; • Gurgurtaa kuupponii boondii Hidhichaaf birrii biiliyoona 9.6 ol ta'u raawwate;
• Naannawaa Hidhichaa keessatti damee baankii tokkicha banuun tajaajila kennaa jira.

3 weeks, 2 days ago
Baankii Daldala Itiyoophiyaa
3 weeks, 2 days ago
Baankii Daldala Itiyoophiyaa
3 weeks, 2 days ago

Yaa'iin Waggaa Gorsitoota Shari'aa Itoophiyaa 2ffaan gaggeeffameera.

Waldaan Ogeessota Faayinaansii dhala irraa Bilisaa Itoophiyaa Baankii Daldala Itoophiyaa waliin ta’uun, Yaa’ii Waggaa 2ffaa Gorsitoota Shari’aa har’a galma walgahii Baankii Daldalaa Itoophiyaa keessatti gaggeesse.

Konfiransii kanarratti Pireezidaantii Itti aanaan CBE NOOR Nuurii Huseen,  "waggoota 10 darban keessatti guddinni fi qormaanni tajaajila baankii dhala irraa bilisa maali" jechuun yaada mariif dhiheessaniiru. 
Kutaalee hawaasaa sababa dhalatiin, baankii irraa fagaatan tajaajilli baankii akka dhaqqabamu gochuun milkaa’inni guddaan argamuu eeran.
Keessayyuu baankiin daldalaa Itoophiyaa seera shari'aa bu'uura godhachuun, tajaajjilli baankii dhala irraa bilisaa mogaasa addaa CBE NOOR jedhuun hojii irra ooluu isaatiin, hojiin seena qabeessa ta'e hojjatameera jedhan.

Akka obbo Nuuriin ibsanitti, qormaanni guddaan ture immoo humna namaa gama kanaan beekumsa qabu baay’inaan argachuu dadhabuudha.
Konfiraansii waggaa gorsitoota shari'aa irratti yaadota dhiyaatan irrattis mari'atamee, gaaffilee hirmaattonni kaasaniifis deebiin kennameefii jira.
Yaa'ii kana irratti qooda fudhattoonni hirmaataniiru.

1 month ago
[#CashGo](?q=%23CashGo) Appilikeeshinii mobaayilaa maallaqa biyya alaa …

#CashGo Appilikeeshinii mobaayilaa maallaqa biyya alaa irraa erguuf isin gargaaru

Visa fi MasterCard keessan karaa mobaayila keessanii fayyadamuun Maallaqa kallattiin biyya alaa irraa gara herrega maatii fi Aantee keessanii CBE irratti bilisaan erguu dandeessu.
Appii mobaayilaa kana Play Store ykn App Store irraa buufachuun fayyadamaa.
• Bilbiloota Andirooyidiif
https://play.google.com/store/apps/details?id=com.bankofabyssinia.cashgo&hl=en&gl=US

• Bilbiloota Appiliif
https://apps.apple.com/us/app/cashgo/id155934630

#biyyoota #alaa #maallaqa #cbe #CashGo #visa #mastercard #maallaqadabarsuu

1 month ago

Gareen CBE garaagarummaa guddaan injifate.

Tapha Piriimiyer liigii Itoophiyaa torbee 25ffaa Istaadiyeemii Yunivarsiitii Hawaasaatti taphataniin gareen kubbaa miilaa dhiiraa baankii daldalaa Itoophiyaa Walaayittaa Diichaa goolii 5 fi 0'n mo'ate.
Injifannoo kana hordofuun Baankiin Daldalaa Itoophiyaa qabxiin isaa 53 gahuun gara waancaatti dhihaachaa dhufeera.
Dorgommii kana irratti garee kamiyyuu caalaa gooliwwan hedduu kan galche CBE'n, walumaa galatti goolii 48 morkattootaa irratti kan galche yoo ta'u, waggoota booda bara jalqabaa kanaan, Piriimiyer liigii Itoophiyaa keessatti ga'umsi agarsiisaa jiru dubbii cimaa ta'eera.

1 month ago

Tajaajilaa fi bifiyyee Addaan hundaaf kan dhiyaate damee guddichi Abiyyi!``*``*** Dameen Abiyyi gamoo waajjira muummee haaraa Baankii Daldalaa Itoophiyaa jalatti argamu tajaajila ammayyaa, gahumsaa fi mijataa ta'e kennuuf addatti gurmaa'ee jira. Maamiltoonni baankii keenyaa hundi tajaajila kana fayyadamuu ni dandeessu! Itti tajaajilamuu qofa osoo hin taane, daawwachuus ni dandeessu! \#CBE \#main \#branch

1 month, 1 week ago
Baankii Daldala Itiyoophiyaa
We recommend to visit

buy ad: https://telega.io/c/BurqaaIspoortii

CEO @Obsamilli


Youtube https://www.youtube.com/c/OdeeffannooIspoortii

Last updated 1 week, 2 days ago

📈 If stock market experts were so expert, they would be buying stock, not selling advice. 🤔
~Norman Ralph Augustine

Last updated 3 days, 18 hours ago

Chaanaalii kana irratti Faarsaa Kanneen Bara Durii,akkasuma Haaraa Qilleensarra kan Oolan @full Album,,, argachuu dandeessu #faarfannaa qabdan kara kana nuu ergu dandesu @Faarfannaahaaraa_bot
#group_keenya @faaruutuubee
#Channel keenya @OboroMedia
🙏🙏🙏

Last updated 1 month, 3 weeks ago