Dive into the Ultimate Free Library: Your One-Stop Hub for Entertainment!

Ajaaibsiisoo Telegram Channel

Description
Guyyaa guyyaan dhugaawwan hawwataa, barreeffamoota hubannoo namaaf kennan, fi wantoota xixxiqqoo sammuu namaa Gabbisanii fi bohaarsan argachuuf Miseensa Channelii keenyaa ta'aa!๐Ÿ”ฅ

@Ajaaibsiisoo_Telegram_Channel
Advertising
We recommend to visit

Jeet ek Nasha hai aur is Nashe ki Factory ka mai ek lauta Baadshah hoon !

My Telegram Channel Link
https://t.me/+S9lLIcfDkRrhG-VZ

For Any Query Contact
My Username - @RehanBaadshah

Last updated 1ย week, 4ย days ago

Youtube Irraattis nu Argattu

https://www.youtube.com/c/KaachuuEntertainment

Yaada qabdan kamiifuu bot kana fayyadamaa
@Walaloo_bot

Last updated 1ย month, 2ย weeks ago

๐—๐—ถ๐—ฟ๐—ฒ๐—ฒ๐—ป๐˜†๐—ฎ ๐—บ๐—ถ๐—น๐—ธ๐—ฎ๐—ฎ'๐—ฎ๐—ฎ ๐—ท๐—ถ๐—ฟ๐—ฎ๐—ฎ๐—ฐ๐—ต๐˜‚๐˜‚๐—ณ ๐—ธ๐—ฎ๐—ธ๐—ฎ'๐˜‚๐˜‚๐—บ๐˜€๐—ฎ ๐—ฌ๐—”๐—”๐——๐—”๐—” ๐—ณ๐—ถ ๐——๐—”๐—ก๐——๐—˜๐—˜๐—ง๐—ง๐—œ๐—œ ๐—ฑ๐—ต๐—ผ๐—ธ๐—ฎ๐˜๐—ฎ๐—ฎ ๐—ผ๐—ณ๐—ถ๐—ถ๐˜๐˜๐—ถ ๐—ณ๐—ฎ๐˜†๐˜†๐—ฎ๐—ฑ๐—ฎ๐—บ๐˜‚๐˜‚๐—ณ ๐—พ๐—ผ๐—ฝ๐—ต๐—ถ๐—ถ ๐˜๐—ฎ'๐˜‚๐˜‚ ๐—ฏ๐—ฎ๐—ฟ๐—ฏ๐—ฎ๐—ฎ๐—ฐ๐—ต๐—ถ๐˜€๐—ฎ!
๐Ÿ’ฅ @Oromoo_Inspire_YaadaafBot ๐Ÿ’ฅ

Last updated 1ย week, 5ย days ago

1ย Monat, 2ย Wochen her
Shamiziin dhiiraa akkaataa idileetti cuftuu (qulfii) โ€ฆ

Shamiziin dhiiraa akkaataa idileetti cuftuu (qulfii) gama mirgaa kan qabu yoo ta'u, shamiziin dubartootaa ammoo cuftuu (qulfii) gama bitaatiin qaba. Duudhaan kun jaarraa 19ffaa keessa yeroo dhiironni shamizii ofiisaaniitiin uffatan, dubartoonni immoo hojjettoota manatiin kan uffatan waan taโ€™eef, Shamiziin dubartootaa gama faallaa taโ€™e qabaachuun isaa, hojjettoonni manaa shamizii dubartootaa salphaatti akka isaan uwwisaniif isaan gargaara.

Umriin kee meeqa ta'a, yeroo waan kana adda baafatte?๐Ÿ™ƒ

@Ajaaibsiisoo_Telegram_channel

1ย Monat, 2ย Wochen her
Sagaleen yeroo maallaqa kara ATM tiin โ€ฆ

Sagaleen yeroo maallaqa kara ATM tiin baafattan, akka waan qarshiin keessan lakkaa'amaa jiruutti isinitti dhagaa'amu, sagalee sobaati!! Sagaleen sun, jajjabina "qarshiin keessan dhufaa jira" jedhu isiniif kennuuf ykn obsa godhattanii akka eeggataniifidha kan waraabame. ๐Ÿ˜
Sagaleen kun ispiikeeriin waraabamee, maashinii ATM tti kan fe'amedha.

@Ajaaibsiisoo_Telegram_channel

1ย Monat, 2ย Wochen her
Gosti Mukaa 'Victoria water lilly' jedhamuun โ€ฆ

Gosti Mukaa 'Victoria water lilly' jedhamuun beekamu, biqiltuu baala gurguddaa qabu yemmuu ta'u, dandeettii nama baachuu danda'u qaba. Namni akka fedhetti baala muka kanaa irra akka bidiruutti itti gargaarama. Biqiltuun kun kan argamu bosona Amaazoon keessatti yoo taโ€™u, balโ€™inni baala kanaa meetira 8 ol guddachuu fi fee'isa hanga paawundii 70 qabachuu dandaโ€™a.

๐Ÿ”Š @Ajaaibsiisoo_Telegram_channel

1ย Monat, 3ย Wochen her

ยป Fakkicha Hubannoodhaan Ilaali!
โ˜๏ธ              โ˜๏ธ                       ๐Ÿ›ฐ
โ˜๏ธ              โ˜๏ธ      โ˜๏ธ             โ˜๏ธ
โ˜๏ธ
โ˜๏ธ     โ˜๏ธ โ˜€๏ธ  
โ˜๏ธ             โœˆ๏ธ
โ˜๏ธ              โ˜๏ธโ˜๏ธ  โ˜๏ธ
โ˜๏ธ           ๐Ÿš      ๐Ÿ“ก โ˜๏ธ
๐Ÿก๐Ÿฌ๐Ÿฅ๐Ÿก๐Ÿญ.    ๐Ÿจ๐Ÿฃ๐Ÿฆ
                     / | \
     _๐Ÿš‚๐Ÿšƒ  /   |   \ ๐Ÿšฉ___
๐Ÿ‘ฌ๐Ÿšฆ /    |     \ ๐Ÿšฆ๐Ÿšถ
๐ŸŒณ   /      |        \  ๐ŸŒณ
              /        |          \    ๐Ÿ         ๐ŸŽก
๐ŸŒณ  /  ๐Ÿš”   |  ๐Ÿš”     \ โ›ฝ๏ธ       ๐ŸŸ
          /            |             \
๐ŸŒต /      ๐Ÿš–   |  ๐Ÿš˜          ๐Ÿšด
      /                |       ๐Ÿš”     \
    /         ๐Ÿš    |                   \
  /                    |

ยป Konkolaataa diimaa fakkicha irra jiru tuqii garam akka deemu ilaali! Itti Gammadda! Hope Just ยซJOINยป Now!

Affeerraa Gaarii ๐ŸŒ„

  • Subscribers Free Promoter

๐ŸŽ† ๐‘บ๐’‘๐’๐’๐’”๐’๐’“๐’†๐’… ๐’ƒ๐’š: ๐—›๐—ข๐—ฃ๐—˜ ๐—ฃ๐—ฅ๐—ข๐— ๐—ข
๐€๐๐ฏ๐ž๐ซ๐ญ๐ข๐ฌ๐ข๐ง๐  ๐“๐ž๐ฅ๐ž๐ ๐ซ๐š๐ฆ
 ๐‚๐ก๐š๐ง๐ง๐ž๐ฅ๐ฌ/๐†๐ซ๐จ๐ฎ๐ฉs
@Oromoon_Oromoof_PostBot Ads
   โ€ข
@hope_promo

1ย Monat, 3ย Wochen her
1ย Monat, 3ย Wochen her
1ย Monat, 4ย Wochen her
Akka qorannon jedhutti Wal qunnamti saalaa โ€ฆ

Akka qorannon jedhutti Wal qunnamti saalaa booda ijolleen durbaa ijollee dhiiraa caala carraa dafanii hirribaan qabamuu qabu.

๐ŸŽ‰ @Ajaaibsiisoo_Telegram_channel

1ย Monat, 4ย Wochen her

Bakkeewwan 6 Addunyaarraa sa'a 24 ifa aduu qofa beektaa?
Bakkeewwan addunyaa kana irraa aduun hin baane hedduutu jira. Iddoowwan kana halkan yeroo baay'eef tura. Faallaa kanaa garuu bakkeewwan kanneen kaan immoo gonkumaa halkan hin qabaatiin ji'oota lakkoofsisu. Isaan kana dubbisuu dandeessa.

Jireenya keenya guyya guyyaa keessatti sa'a 24 qabbu keessaa 12 ifa kan hafe immoo duukana. Bakkeewwan addunyaa kana irraa guyyaa 70f ifni aduu hin banne ykn aduun hin lixne nii beektaa?
1. NOORWEY
Noorwey naannoo sarara Arkitiikti kan argamtu yoo taatu lafa aduu halkan walakkaa jedhamuun beekkamti. Aduun xumura ji'a Caamsaa irraa hanga Adoolessaatti gonkumayyuu hin lixxu. Kana jechuun aduun sa'a 76 hin lixxu jechuudha. Kutaa biyya Noorwey Isvaalnardi jedhamu handaara kaaba ardii Awurooppaa yommuu taatu aduun walitti fufinsaan ji'oota Eebila 10 hanga Hagayya 23tti ifti. Gara biyya kanaa deemtee ji'oota kanaaf guyyaa duukana hin qabne jiraachuu dandeessa.

2.AYISLANDI
Biyyoota cabbii jidhamuun beekkaman keessaa Ayislandi biyya ballinaan sadarkaa lammaffaa irratti argamu yoo taatu biyya bookee hin qabne jedhamuun beekkamti. Ji'a Waxabajjii keessa aduun gonkumaa hin lixxu.

  1. Baarrowu, Alaskaa
    Xumura ji'a Caamsaa irraa hanga Adoolessaatti aduun kunis jalqaba ji'a Sadaasa irraa ka'uun guyyoota 30f aduun gonkumaa kan hin baaneen bakka bu'a. duukkana keessa Kana jechuun biyyattiin ji'oota gannaa keessa dukkanaan uwwifamtee jiraatti jechuudha. Yoom raawwachuu barbaadda? Gannamoo bona?
  2. Fiinlaandi.

Biyya kanatti immoo guyyoota 73f aduun otoo hin lixin turuun ajab jechisiisa. Yeroo kana aduun guyyoota 73f walitti fufinsaan ifti. Sababa kana irraa kan ka'e namoonni biyya sana keessa jiraatan ji'a gannaa yeroo muraasa, ji'a bonaa immoo yeroo dheeraa ta'uu amaleefatan. Yoo carraa argattee daawwate mana igiluu keessatti yeroo dabarsuu dandeessa.

Nunavut magaalaa namoonni kumni 30 ga'an keessa jiraatan yommuu taatu sarara Arkitiikti irraa digirii lama gara kaabaatti kaaba-lixa Kanaadaatti argamti. Magaalaan kun ji'oota lamaaf ifa aduu 24x7 kan argamtu yoo ta'u yeroo gannaa guyyoota 30f walitti fufinsaan dukkana keessa jiraatu.

  1. Iswiidin

Jalqaba ji'a Caamsaa irraa hanga xumura ji'a Hagayyaatti aduun halkan walakkaa lixuun ganama sa'aatii 4tti baati. Haala kanan biyyattiin ji'oota 6f kan turu yoo taatu deemtee daawwachuu guyyoota hedduu dabarsuu dandeessa.

  1. Nunavut, Kanaadaa
    Nunavut magaalaa namoonni kumni 30 ga'an keessa jiraatan yommuu taatu sarara Arkitiikti irraa digirii lama gara kaabaatti kaaba-lixa Kanaadaatti argamti. Magaalaan kun ji'oota lamaaf ifa aduu 24x7 kan argamtu yoo ta'u yeroo gannaa guyyoota 30f walitti fufinsaan dukkana keessa jiraatu.

๐ŸŽ‰ @Ajaaibsiisoo_Telegram_channel
๐ŸŽ‰ @Ajaaibsiisoo_Telegram_channel

2ย Monate her
3ย Monate, 4ย Wochen her
Ameerikaa Bulchiinsa Filooriidaa keessatti, Mucaan waggaa โ€ฆ

Ameerikaa Bulchiinsa Filooriidaa keessatti, Mucaan waggaa 13 yeroo tokko, Mana Barumsaa keessatti, Dhuufuu garmalee dhuufuu isaarraan kan ka'e, To'annoo Poolisii jala oolee ture.๐Ÿ™‰

๐Ÿ“ข @Ajaaibsiisoo_Telegram_Channel

We recommend to visit

Jeet ek Nasha hai aur is Nashe ki Factory ka mai ek lauta Baadshah hoon !

My Telegram Channel Link
https://t.me/+S9lLIcfDkRrhG-VZ

For Any Query Contact
My Username - @RehanBaadshah

Last updated 1ย week, 4ย days ago

Youtube Irraattis nu Argattu

https://www.youtube.com/c/KaachuuEntertainment

Yaada qabdan kamiifuu bot kana fayyadamaa
@Walaloo_bot

Last updated 1ย month, 2ย weeks ago

๐—๐—ถ๐—ฟ๐—ฒ๐—ฒ๐—ป๐˜†๐—ฎ ๐—บ๐—ถ๐—น๐—ธ๐—ฎ๐—ฎ'๐—ฎ๐—ฎ ๐—ท๐—ถ๐—ฟ๐—ฎ๐—ฎ๐—ฐ๐—ต๐˜‚๐˜‚๐—ณ ๐—ธ๐—ฎ๐—ธ๐—ฎ'๐˜‚๐˜‚๐—บ๐˜€๐—ฎ ๐—ฌ๐—”๐—”๐——๐—”๐—” ๐—ณ๐—ถ ๐——๐—”๐—ก๐——๐—˜๐—˜๐—ง๐—ง๐—œ๐—œ ๐—ฑ๐—ต๐—ผ๐—ธ๐—ฎ๐˜๐—ฎ๐—ฎ ๐—ผ๐—ณ๐—ถ๐—ถ๐˜๐˜๐—ถ ๐—ณ๐—ฎ๐˜†๐˜†๐—ฎ๐—ฑ๐—ฎ๐—บ๐˜‚๐˜‚๐—ณ ๐—พ๐—ผ๐—ฝ๐—ต๐—ถ๐—ถ ๐˜๐—ฎ'๐˜‚๐˜‚ ๐—ฏ๐—ฎ๐—ฟ๐—ฏ๐—ฎ๐—ฎ๐—ฐ๐—ต๐—ถ๐˜€๐—ฎ!
๐Ÿ’ฅ @Oromoo_Inspire_YaadaafBot ๐Ÿ’ฅ

Last updated 1ย week, 5ย days ago