ARARA TV WORLD WIDE

Description
Barsiisa Raajii Masarat Taayyee,
Yeroo Waaqeffannaa, Dhuga baatii, gama Tv Araaraa tamsaasamu asiin ni argattu!

https://adsly.me/@arara_tv_world_wide

Buy ads: https://telega.io/c/arara_tv_world_wide
Contact: @Yaadafigaaffii_bot
We recommend to visit

Jeet ek Nasha hai aur is Nashe ki Factory ka mai ek lauta Baadshah hoon !

My Channel Link
https://t.me/Baadshah

For Any Query Contact
My Username - @RehanBaadshah

Last updated 2 months ago

Chaanaalli kun yeroo hundumaa Walaloowwan filatamoo fi ergaa guddaa qaban kan siniif dhiyeesaudha.

Yaada qabdan kamiifuu bot kana fayyadamaa
@Walaloo_bot


https://telega.io/?r=l9NDCHx-

Last updated 4 months, 3 weeks ago

Kaayyoon chanali kanaa faarfannaa haaraa fi kan durii isin biraan ga'uudhaafi
Dabalataan seenaalee garaa garaa isin biraan ga'uf

@Burqaa43

Last updated 1 year, 3 months ago

3 weeks, 1 day ago
***?******?*** Dubbiilee jaalalaa kanneen hubannaan jaalalaaf …

?? Dubbiilee jaalalaa kanneen hubannaan jaalalaaf bakka guddaa qabaachuu dandeessa,... Itti Fufaa dubbisaa

? ? See More
See More

☁️ Dubbiilee jaalalaa onnachiisoo,... See More

3 weeks, 2 days ago
***?*** "Waldorgommii humnatu caalamoo jaalalatu caalaa?... …

? "Waldorgommii humnatu caalamoo jaalalatu caalaa?... As tuqaa

↪️ See More
See More

? "Humni jaalalaa, maalirratti akka hundaa'u?... As tuqaa

3 weeks, 2 days ago

? Hafuura ejjaa Waaqayyo Rukuteera

@Arara_tv_World_Wide
@Arara_tv_World_Wide

3 weeks, 4 days ago
***?*** Miiraa fi jaalala dhugaa karaalee …

? Miiraa fi jaalala dhugaa karaalee ittiin adda baafannu,... Itti fufaa dubbisaa

➡️ See more
See more
?

▶️Jaalalli dhugaa akkamitti beekama?.... Itti fufaa dubbisaa

3 months, 1 week ago
***⭐️******⭐️******⭐️******⭐️***

⭐️⭐️⭐️⭐️
?????
???????
Waldaan Tv Lattuu Hafuura Waaqayyoo Addunyaa Sagantaa Eebba Album Faarfannaa - Faarfattuu Megertu Dhugasa qopheessitee waan jirtuuf saganticha irratti gaafa Guyyaa 23-24 jechuun Qidaamee waaree booda eegaluun Sanbata Guddaa guyyaa guutuu qopheessitee jirti. Sagantaa kana irratti Tajaajiltoonni fi faarfattoonni affeeramanii jiru.

? Isinis Eebba kana Akka nu waliin hirmaattan kabajaan isin affeerree jirra.

? Tajaajiltoonni affeeraman:

Faarfataa Abraham Tarree
Faarfataa Amaanuel Gaaddisaa
Faarfataa Yohaannis Tolosaa
Faarfataa Amaanuel Magarsaa fi kanneen biroo affeeramaniiru.

? Teessoo: Amboo Addis Katamaa Daandii Gamshuu 100m seentanii Waldaa Lattuu Hafuura Waaqayyoo Addunyaa keessatti.
?????
???????

@Singer_Megertu_Official
@Megertu_Dhugasaa
@Kakuu_Studio
@Arara_tv_World_Wide
@Getu_Official
@Tv_Lattuu

? ????

?✈️? https://www.youtube.com/channel/UCvpcYir67IWsfZWQSccumig?sub_confirmation=1

3 months, 3 weeks ago

⭐️⭐️⭐️ **Website keenya Subscribe Gochuudhaan Odeeffannoo haaraa fi Ergaalee jajjaboo guyyaa guyyaadhaan gadhiifamu bilisaan argachuu dandeessu!

Galatoomaa ? Website:** Gaggeessummaa.com

6 months, 1 week ago

Faaraffaana Caalaa bultume

itti Eebbifamaa ?

@Arara_Tv_World_Wide
@Singer_Megertu_Official
@Getu_Official

We recommend to visit

Jeet ek Nasha hai aur is Nashe ki Factory ka mai ek lauta Baadshah hoon !

My Channel Link
https://t.me/Baadshah

For Any Query Contact
My Username - @RehanBaadshah

Last updated 2 months ago

Chaanaalli kun yeroo hundumaa Walaloowwan filatamoo fi ergaa guddaa qaban kan siniif dhiyeesaudha.

Yaada qabdan kamiifuu bot kana fayyadamaa
@Walaloo_bot


https://telega.io/?r=l9NDCHx-

Last updated 4 months, 3 weeks ago

Kaayyoon chanali kanaa faarfannaa haaraa fi kan durii isin biraan ga'uudhaafi
Dabalataan seenaalee garaa garaa isin biraan ga'uf

@Burqaa43

Last updated 1 year, 3 months ago