Jeet ek Nasha hai aur is Nashe ki Factory ka mai ek lauta Baadshah hoon !
My Channel Link
https://t.me/Baadshah
For Any Query Contact
My Username - @RehanBaadshah
Last updated 2 months ago
Chaanaalli kun yeroo hundumaa Walaloowwan filatamoo fi ergaa guddaa qaban kan siniif dhiyeesaudha.
Yaada qabdan kamiifuu bot kana fayyadamaa
@Walaloo_bot
https://telega.io/?r=l9NDCHx-
Last updated 4 months, 3 weeks ago
Kaayyoon chanali kanaa faarfannaa haaraa fi kan durii isin biraan ga'uudhaafi
Dabalataan seenaalee garaa garaa isin biraan ga'uf
@Burqaa43
Last updated 1 year, 3 months ago
EEYYEEN NAN JAALLADHAA...❤️
Nan jaalladhaani
Dhugaa kootiin
Akkuma habaaboon
Xoolagde tokkoo
Cophaa bishaanii
Dheebottu?
Akkuma namni dukkana
Kessaa yeroo dheeraa ture
Ifaa aduu xiqqoosii
Yaadutti?
Akkuma daa'imni
Beela'e tokkoo
Harma hadhaa barbaadee
Boo'uu tokkotti?
Onneen kootis
Jaalala isaani
Dheebota
Hedduun jaaladhaaan♥️
Amma garuu...??
Deemtee hin fagaattu
Nattis hin dhiyaattu
Yaada waliin hirta
Fuullee kiyya jirta?
Yookaan aachi hin siqxu
Yookaan natti hin hiiqxu
Giddu gidduu taate
Garaakoo na nyaatte?
Anis akkumakeeti
Murtoo cimaan dhabe
Garaa murachuufis
Inuman dadhabe?
Elaa...
An daa'ima miti
Kan dalga baatamu
Takka na jibbitee
Takka hin jaalatamu!
Haqasaan dubbadhaa
Atis haqa dubbadhu
Garaakoon muradhaa
Garaakee kutadhu?
Nagaaa jiraadhuuu...??
@Sona_Official1
➖? BAGA NAGAAN DHUFTAN??
? Channelee filatamoo kanneen hin qabdan taanan gadi tuquudhaan join, follow taasisaa!
╔┓┏╦━━╦┓╔┓╔━━╗
║┗┛║┗━╣┃║┃║╯╰║
║┏┓║┏━╣┗╣┗╣╰╯║
╚┛┗╩━━╩━╩━╩━━~
? Channelee Barnootaa fi beekumsaa akkasumas odeeffannoo barbaaddan hunda irraa argachuu dandeessan kanneen tuquudhaan join taasisaa!
┃
● Join All Channel●
➿➿➿➿➿➿
┃_
┃ @Gaggeessummaa ?
┃_
┃ @Barruu_Beektotaa ?️
┃_
┃@Reading_PDF ?
┃_
┃@Arara_tv_world_wide ❤️
┃_
┃@Gaaela_Gaarii ?
┃_
┃@Singer_Megertu_Official ?
┃_
┃@Yerusaalem_Haaraa ?
┃_
┃@Kakuu_Studio ?
┃_
┃@Lebamsett ?
┃_
┃@Spiritual_PDF ✅
┃_
┃@Coba_Yaadaa ?
┃_
┃Hariiroo Jaalalaa ?
┃_
┃@Computer_Soln ?
┃_
┃Researchers Review ☁️
┃_
┃@Getu_Official ❤️
┃_
┃@Facts_and_quotes123 ❤
┃_
┃@MIIRA_JECHOOTA ‼️
┃_
┃ @Seenaa_Tube ⭐️
┃_
┃@Sona_Official1 ?
┃_
┃@kutannoo123 ✊
┃_
┃ @Walaloo_Faaruu?
┃_
┃ @Spritpoem ?
┃_
┃@DirreeGN ▶️
┃_
┃ @Walaloo_hafuuraa24 ?
┃_
┃@Kii_Sii ❤️
┃_
┃@kuusaa_Kitaabota_Haaraa
┃_
┃@Naar_dos ?
┃_
┃@Daandii_Guddinaa ♨️
┃_
┃Oro Inspire Center ✊
┃_
┃ @Walaloo_Jaalalaa24 ❤️
┃_
┃ kottaakolfaa ?
┃_
┃@Dhimma_Fayyaa ?
┃_
┃@Gorsa_Ganamaa ❤️
┃_
┃@AsoosamaafiWalaloo ?
┃_
┃@Afoola_Oromoo24 ✍️
┃_
┃@Walaloo_jaalalaa24 ❤️
┃_
┃ @Kutannoo123 ?
┃_
┃ @top_books_store ?️
┃_
┃@Gech_pdf ?
┃_
┃ @MarsilTvWorldWide ?
┃_
┃@timevalue24 ?
┃_
┃@miira_jaalalaa ❤️
┃_
┃@hariiroo_jaalalaa ❤️
┃_
┃@BPEMBASSY ?
┃_
┃@prophetamo ✅
┃_
┃@Online_job724 ?
┃_
┃@Amharic_proverb ❌
┃_
┃ @Maaranaataa_Yesuus ✉️
┃_
┃ @Dirree_Faarfannaa➕
┃_
┃@Now_speak_English ⚙
┃_
┃@English_Oromoo ?
┃_
┃@Spoken_English24 ?
┃_
┃Plumbing Work ?
┃_
┃@Academy_365?
┃_
┃@gitim_alem ➖
┃_
┃@haadha_manaa_ogeettii ❤️
┃_
┃@DayStarBooks ?
┃_
┃@Gaggeessummaa ?
┃_
┃Bible Quotes ?
┃_
┃Kottaa Kolfaa ?
┃_
┃@Diraamaa_Hirkoo99 ?
┃_
┃@oro_liverpool_fc ?
┃_
┃@Walaloo_Faaruu ?
┃_
┃@Dirree_Faarfannaa ?
┃_
┃@Alwayskeepsmile_24 ?
┃_
┃Kottaa Kolfaa ?
┃_
┃Goal Tv ?
┃_
┃@Jaala_Dhugaa ✉️
┃_
┃ Best Classicals ?
┃_
Garee Telegram Banaa
┃ ??
┃_
┃@Daandii_Guddinaa ?
┃_
┃@caaffata_qulqullaaa ?
┃_
┃@research_helping ?
┃_
┃@orotv24 ?
┃_
┃@learningtips123 ?
┃_
┃@graphicsmaker123 ?
┃_
┃@real_Madridfc123 8️⃣
┃_
┃@gaaela_gaariifamily ?
┃_
┃@dubbiilee_hayyootaa ?
┃_
┃@dirree_bohaartii ?
┃_
┃@Dargaggootaaf1 ?
┃_
┃@haadhamanaaogeettii ❤️
┃_
┃@Afoola_Oromoo24 ?
┃_
➿➿➿➿➿➿
● Join All Channels ●
┃@hopepromotion ?
┃@bittaafigurgurtaachannel ?
Contact: @Getu_Abera ☑
MAALTU QOFUMMAA CAALE?
Maaltu qofummaa caalee
Gaafan waa'ee kee yaaduu
Duraaniyyuu gowwaan ta'ee
Gaafan siif dhukkubee aaduu!?
♡ Si jaallachuun maal buusaa
Jaalalaa-koo hin qabduu bakkaa
Namni dhugaa isaa si jaallatuu
Yoomiyyuu si biratti yakkaa?
♡ Kanaafuu ani sirraa Citeeraa
Jaalala kees nan goolabee
Utuun baayyee si jaalladhun
Jaalala haqaa sirraa dhabee?
♡ Gaafan sin Jaalladha-jedhuu
Ati galtee kolfa natti duutaa
Utuuma anaan hin xumuriin
Onnee namaa keessa buutaa?
♡ Anaan maaltu na dhukkubsee
Maal kanan boqonnaa dhabuu
Utuuman ija koon ilaaluu
Kanan Abidda harkaan qabuu?
♡ Lammaffaa maqaakee hin dha'uu
Maqaa jaalalaas sitti hin kaasuu
Akka kanaan duraa maraadhees
Imimmaan jaalalaa hin lolaasuu!?
? Miiraa fi jaalala dhugaa karaalee ittiin adda baafannu,... Itti fufaa dubbisaa
➡️ See more
See more ?
▶️Jaalalli dhugaa akkamitti beekama?.... Itti fufaa dubbisaa
? Channelee Barnootaa Gurguddoo gadi tuquudhaan join taasisaa! *? *Click to join
➿➿➿
???
⇣
╔┓┏╦━━╦┓╔┓╔━━╗
║┗┛║┗━╣┃║┃║╯╰║
║┏┓║┏━╣┗╣┗╣╰╯║
╚┛┗╩━━╩━╩━╩━━~
? Best channel collection
Click to join
➿➿➿
???
⇣
▣ Click to join ▣
▣ Join ▣
▣ Join ▣
▣ Join ▣
? Wave 01 collection channels
Click to join
➿➿➿
???
⇣
█▓▒░JOIN░▒▓█
█▓▒░JOIN░▒▓█
█▓▒░JOIN░▒▓█
█▓▒░JOIN░▒▓█
█▓▒░JOIN░▒▓█
✍️ Contact: @Getu_Abera ☑
GARAA DHIIFAMAA!!!
▬▬▬▬▬▬▬▬▬
⬜ Jaalalli kan ibsamu garaa dhiifamaa qabaachuu dhaan!
⬜ Garaa dhiifamaa qabaachuun gufannaa baay'ee irraa nama hambisa.
⬜ Siif dhiise jechuunis eenyummaa namaatti kabaja olaanaa hora.
⬜ Dhiifama gochuun hubataa nama taasisa.
⬜ Garaa Dhiifamaa Qabaachuun wanta hundumaa obsaan bira darbuu gaafata. Dandeettiin hubannoo namaatiis obsa qabaachuu isaatiin ibsama.
⬜ Namni dhiifama godhu garaa qulqulluu qabaachuu isaatiif ragaa ba'a.
Gaabbii koo!?
Isan gaabbe sitti himuu?
Isan onnee tokko fuudhee
Aarsaa godhee si'iif qale
Isan otoo'ti nan waamiin
Dhufee bobaa keetti gale
Hundaa jala dhokadhe
Sih barbachaa biyyaa bahe
Suma arguf enyu jibbe
Maati koo addaani bahe
Isaa gaabbe?
Isan dhufee sitti halladhe
Isan safuu siif dagadhe
Isan kumaatama dheessee
Sit' baqadhe
Atii nadhistee kumatamtii baqat?
Isan si argachuuf jedhee
Of hanqadhe.
Isan gaabbe!?....
Ani fi Ati?
Ijaan wal argina
Qalbiin wal darbina
Qamaan - Waliin fiigaa
Yaadan - Wal diddiigaa
Irra dibaa - Soba kolfaa
Keessa keessa - Wal o'orfaa
Hin fakkannee fakkeessina
Waan hin taane odeessina
Qoraan baaqqee bobeessina
Mi'aa jechaa hadheessina?
Jiruun keenya duuwwaa dhoraa
Hireen keenya adda goraa
Mee maal baasuf dhama raasna
Kottu...
Adda baanet adda baasna.?....
?Fardii nii geesaa malee
ofii isaa waraana ree
Nii jaalatu malee
akka garaa ta'aa ree
Ofii keenanidhaf
algaan firaa ta'aa ree
Qofaa ofii jaalachun
jaalala milkeessa ree
Hamilee ofii jeequn
kan deemu deebisaa ree
Osoo wal jaaltani
wayi rakkoo Nidigaa ree
Jireenya aduunya
ishee burjajooftu
Ishee namaaf hin galee
hexoo irra hadhooftu
Kaamif garaa gubatuu
kaamif walif bohuu
Ergaa hin jiranee Wal tahani
Ergaa hin jirane Wal hubataani ?
Qofaa kachuun maali ree
Gubanaan onnes maal fudaa
Yoo walii galuun dhibee
yoo tokko hin tanee lamuu
Dhisuudha fagaachudha
Kan carra ofii hin dhabamuu?
Haati ormaa haadha hin tatuu ayyoo jedheen dadhabee
Abban ormaa Abba hin ta'uu abaaba jedheen dadhabee
Jedhu oromoon koo?
Isa kaara deemef deemisa garii
Isaa jaalalan midhameefi obsa
Inni hardha argee
baruu ilee karoorsa
Kaan yaa dhirroo koo
Hin muratiin abdii
Sii hin kufiin hamileen
Kan kee rabii beeka
Hin raafanin haalan ?
Jabaatuleen garaan
Midhamuleen onnen
Boruu Kan birati
guyyan dhufuufi jiru
Yoo ati ofiif jiratee malee enyuyyu siif hin hiluu?
EEGA DEEMTEE NAGAATTI?
Kobbee qabachuu dadhabee
Otoo qubni koo kirkiruu
Jabaadhu jedheen jabeesse
Carraan biraan jiruu?
Isan "hi" jedhee jalqabe
Nagaatti jedhee barreessuuf
Garaa koof abdii laadhee
Sabbataan jabeessuuf
Jireenyi kun imaltuudha
Tokko bu'ee tokko yaabaa
Isa tokko buqqisee gate
Tokkotu dhufee dhaaba?
Jireenya kun booraadha
Barruu bifa danuu
Isa tokko cufee deeme
Kan tokko dhufee banu
Jireenyi kun booruudha
Hin calalu dafee
Kanaaf aabjuun keenyas
Hawwii ta'e hafe
Kankoof kankees imalli
Akkasuma ta'e karaani
Daandiitu addaan nu baase
Otoo jaallatin garaani
Eega jaala koo jabaadhu
Anis nan jabaadhaa
Eebbaa koo guduunfeen
Galaa koo Siif laadha
Imalli miila keetii
Iddoon ati ejjattu
Hojiin harka keetii
Wanti ati hojjattu
Aabjuun kee haa dhugoomu
Imalli karaa kee
Waaqayyoo siif haa laatu
Nama akka garaa kee?
Jireenyi kee haa qajeelu
Akka faana lagaatti
Eega deemuuf kaatee
Jaala koo nagaatti!???
@Onneen koo,... ✍️
Sitti Hin Argamu Malee
Keessi Koo Akka Alaa
Silaa Dhugaa Jaalala Koo
Naaf Hubatta Siif Galaa
Dilbata Si Jaalladhee
Wiixata Sirraa Hin Maquu
Qalama Jaalala Keetii
Muka Jibbaan Hin Haqu
Biqiltuu Jaalala Dhaabe
Bishaan Jibbaa Itti Hin Coru
Onneen Koo Siif Jiidhadha
Bona Saafaas Hin Qooru.
Jeet ek Nasha hai aur is Nashe ki Factory ka mai ek lauta Baadshah hoon !
My Channel Link
https://t.me/Baadshah
For Any Query Contact
My Username - @RehanBaadshah
Last updated 2 months ago
Chaanaalli kun yeroo hundumaa Walaloowwan filatamoo fi ergaa guddaa qaban kan siniif dhiyeesaudha.
Yaada qabdan kamiifuu bot kana fayyadamaa
@Walaloo_bot
https://telega.io/?r=l9NDCHx-
Last updated 4 months, 3 weeks ago
Kaayyoon chanali kanaa faarfannaa haaraa fi kan durii isin biraan ga'uudhaafi
Dabalataan seenaalee garaa garaa isin biraan ga'uf
@Burqaa43
Last updated 1 year, 3 months ago