Official Telegram channelโ๏ธ
?Nutti dhihaatta ?
?Jaalalaan nurraa qabamta?
?Garmalee Koflaan Fincaan ofirrati buusta?
?asuman waliin taane Afaan fi artii keenya gudifanna.
Any comments or messages:- @Orosarca_commentobot
Last updated 3ย years, 4ย months ago
๐๐ฅฐJaalalaafii ergaalee jaalalaan wal qabatan gaggabaaboo as jalaa argattuโฃ๐๐คฉ๐ฅฐ๐๐โฃ๏ธโค๏ธโ๐ฅ
๐๐
๐คฃ๐Dabalataan Qoosaa Bohaarsoo๐๐
Last updated 6ย days, 10ย hours ago
Chaanaalii kana keessatti Odeffannoo Waa'ee Maan Yunaayitidin walqabatan qofa argattu.
๐Jijjirraa Taphattoota Kan Maan Yunaayitid
๐Taphoota Maan Yunaayitid kallattiin.
๐Yaada qabdan karaa @AmaaaanG gaafachu dandeessu
Group ๐ @Oro_man_uniteds_Group
Last updated 3ย days, 10ย hours ago
HAATI RAKKOO DESSE
AMMAAS ULFA JA'ANII?
DHAGEEYSANII ISIN
๐๐๐๐๐๐๐๐
Jiruun sii ballataa
Kaznaa birrii guutaa.
Gamoos balloo jaartaa.
Yabbiis ni arkattaa.
Kan feetee galchitaa
Kan feetee Ariitaa.
Rakkana lagatta.
Quufuma arkatta.
Tan feete filattee
Dubartiis ni fuutaa.
Hanga feetee turtuus.
Garuu irraa duuta
Irraa duuta hbb hbbt Ibaada jabeeysi.
Ta yoo dutellee si jalaa hin hafne.
JOIN GODHAA ๐
๐๐๐๐๐๐๐๐๐
โ@Ammaar_Mohaammad
๐@hamdi_abdujabar
#JAALALA_GAR_GAR_MURE
๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐
Jecha naamatu
Maqaa koo balleesse.
Gocha namaatuu
Onnee koo madeessee.
Kijiba naamaatu
Fanjii nattii dhoosee.
Gara wal jaalatu
Gargar nu fageesse.
Soba dhuga godhee
Tabba dharaa guutee.
Jalala kichuu san
Muree gar gar kutee.
Dhugaan ni mullatti
Akkatti waan hafu
Hundaaf rabbii jira
Kan nuuf garaa laafu.
JOIN GODHAA ๐
๐๐๐๐๐๐๐๐๐
๐@hamdi_abdujabar
โ@Ammaar_mohaammad
Aniin kun da'iifa
Wly dakkamaa.
Biyyee irraan dhufe
Biyyeeniin waamama.
Bekkymsaas hin qabuu
Hedduudhaan awaamaa.
Garuu immo hadaraa
Tokkummaa dhaan dhaama.
Yeroo takka takka
Nafsiyyaa niin laala.
Kibrii natti fiddi
Osumaan wallalaa.
Umariin yaadadha
Isaa gaaf kaliifaa.
Nafsiyyaa too badduu
Akkasiiniin cufaa.
Kanaaf yaa shanyii too
Tokkumma jabeeysaa.
Hedduun dogongoraa
Anaafiis sirreeysaa.
JOIN LAKE GODHAA ๐
๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐
โ@Ammaar_Mohaammad
๐@Hamdi_abdujabar
Waamtee na gorfachuuf
Kharaan si dheeratee.
Akkam na hamachuuf
Haalli siif mijatee?
Na wajjiin jiraachaa
Dhibdee anaaf laattee.
Sobdee fakkeyfachaa
Summii na waraantee.
Khaniin sitti himeef
Iccitti koo sana
Akka baaftuuf mitii
Beeki yaa namana.
Meeqa jechaa oola
Hiriyaan yoo ganu.
Ja'ii of gaafadhu
Amanamaa anuu.?
Amanamaa tanaan
Rabbiin sin salphisuu.
Xiyyi adawwiidhaa
Abad sin rakkisu.
YOO SI Tolte lake coment godhi
JOIN GODHAA ๐
๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐
๐@Hamdi_abdujabar
โ@Ammaar_Mohaammad
Si wajjin
Osoon jiruu
Akkamitti seeqee
hin kofalle me...
https://t.me/Hamdi_abdujabar
https://t.me/Hamdi_abdujabar
๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐
Join Join share share
Yo sitti tole โค๏ธ
Yokanis ๐
Yaada yo qabaatte COMMENT
Glt.
Mee waan na keessa jiru sii ibsuu
miraan siif qabu irraa sii odeessu
Sin jaaladha je'ee firraa baasuu
Garuu debisan ke qalbi nan cabsuu?
https://t.me/Hamdi_abdujabar
https://t.me/Hamdi_abdujabar
๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐
Join Join share share
Yo sitti tole โค๏ธ
Yokanis ๐
Yaada yo qabaatte COMMENT
Glt.
Official Telegram channelโ๏ธ
?Nutti dhihaatta ?
?Jaalalaan nurraa qabamta?
?Garmalee Koflaan Fincaan ofirrati buusta?
?asuman waliin taane Afaan fi artii keenya gudifanna.
Any comments or messages:- @Orosarca_commentobot
Last updated 3ย years, 4ย months ago
๐๐ฅฐJaalalaafii ergaalee jaalalaan wal qabatan gaggabaaboo as jalaa argattuโฃ๐๐คฉ๐ฅฐ๐๐โฃ๏ธโค๏ธโ๐ฅ
๐๐
๐คฃ๐Dabalataan Qoosaa Bohaarsoo๐๐
Last updated 6ย days, 10ย hours ago
Chaanaalii kana keessatti Odeffannoo Waa'ee Maan Yunaayitidin walqabatan qofa argattu.
๐Jijjirraa Taphattoota Kan Maan Yunaayitid
๐Taphoota Maan Yunaayitid kallattiin.
๐Yaada qabdan karaa @AmaaaanG gaafachu dandeessu
Group ๐ @Oro_man_uniteds_Group
Last updated 3ย days, 10ย hours ago