Dhaamsa Jaalalaa ?

Description
"Ganama hunda yeroon hirriba irraa dammaqu garaakoo jalaa yoon sidhabe silkii koo keessan 'text' kee barbaada".
?
Haala kanaan ergaa jaalalaa waan garaa kan keetii nama akka lubbutti jaalattu afaan feeteen argachuu ni dandeessa!.
Advertising
We recommend to visit

Jeet ek Nasha hai aur is Nashe ki Factory ka mai ek lauta Baadshah hoon !

My Channel Link
https://t.me/Baadshah

For Any Query Contact
My Username - @RehanBaadshah

Last updated 2 months, 1 week ago

Telegram irraa qarshii argachuuf link kana fayyadamaa.

https://telega.io/?r=l9NDCHx-

Yaada qabdan kamiifuu bot kana fayyadamaa
@Walaloo_bot

Last updated 1 month, 1 week ago

Kaayyoon chanali kanaa faarfannaa haaraa fi kan durii isin biraan ga'uudhaafi
Dabalataan seenaalee garaa garaa isin biraan ga'uf
@Burqaa43

Last updated 1 year ago

1 month, 2 weeks ago
Airdrop Blum caalaa kaffalu hin jiru …

Airdrop Blum caalaa kaffalu hin jiru jedheetan tilmaamaa jira. ??

Ani akka dhuunfaatti hanga ammaatti Dogs fi Notcoin hojjedheera gaaru Blum $Dogs fi NOT caala buha isinif qabachuu hin holu ????

Akkaawuntii adda addaatiin hojechuu itti fufa bu'aa hedduu argachuun keessan hin oolu jabadha hojedhaa.?

Blum warra hin jalqabneef ???
https://t.me/blum/app?startapp=ref_XApJUMtgmG

1 month, 3 weeks ago

⭐️ Telegram stars

Akkuma beektan TikTok'n namootni hedduun Kennaa coin TikTok jedhamu kanaan jireenyi isaanii akka jijjiiramu gargaareera.

TikTok hordofuun Telegram ammoo Gift Coin haaraa, Telegram Stars jedhamu, kan maamiltootni Telegram kennaa isaanii gara maallaqaatti jijjiiruuf dandeessisu dhiyaateera.

Kana beeksisuuf Telegram waan Airdrop fakkaatu Major jedhamu kan namoota affeeruun salphaatti Telegram Star Coins argachuuf isin dandeessisu baasee jira.

Yeroo nama 1 affeertan urjii 500⭐️⭐️ argattu

Kana akka airdrop hin ilaalinaa, qarshii dhugaa waan ta'eef jarana, ammuma jalqaba ????
https://t.me/major/start?startapp=6865794652

@orolovechats

Telegram

Major

Welcome to @Major bot. Boost your rating by stars and completing tasks. Convert rating to $MAJOR token soon.

***⭐️*** Telegram stars
1 month, 3 weeks ago

Osoo jennuu Ani dubartoonni akkanaa Kun hedduu na dhiban

Ani dubartiidha garuu Amala akkanaa khana qabaachuu dhabuun kiyya daranuu akkaan ofitti gammadu na taasisa alhmdulillaah! Waanuma maraafuu Jireenyi kanuma private godhatanii jiraataniidha!?

Innis maali beeytuu...
Kaayyoo dhabuu Ta'ii of wallaaluu ta'ii Ani hin beeku waan akkana nama godhaa tana?
Geeleen tiyya waan akkasii bitatte Ebaluun waan akkasii godhatee an isaanii gadii ? Mimaanin ifii ol utaaluu waan hin qabne Akka qabanitti fakkeessuu waan hin dandeenyetti rarra'uu Akka ofii dhiisanii Akka ormaatti sirbuu jaarsa ifii dhiphisuu dhiiga dhaabuu?

Ani khana hundarraa wanni naaf hin galin namni Akka ofii dhiisee Akka namaatti Maaliif jiraata ?
Yoo qabaatan namaa godhateef osoo hin taane ofuma bakka bu'ani godhatuun homaa miti

keesumattuu warri biyya kanaa hedduu nama ajaa'iban Waggaa meeqaantamii meeqa hojjataniiti Aruuza Akka Ebaluu maarree Akka Ebaluu kha mana keessattuu waliif hin galle osoo guyyaa muraasa boodafaa Wal dhiisuu ta'anii yeroo ofiitiif Huurkaa) dadhabbii ofiillee qisaasuu! Gariifaa osoo suuraan Aruuza isaanii studio keessaa baatee hin dhufne Wal hiikan ??
Sun hundi maalirraa dhufa jattee yoo if gaafatte gabaabumatti fakkeessuummarraa dhufa baqqaa gurra barbaaduu bichaa shit !

bara nikaa Wal godhatanii waliin gammaduu caalaa suuraadhaafii jinniidhaan haawaasa duratti mul'achuun nama gammachiisu keessa jirra! ?

@orolovechats

2 months ago

Dubartii tahuun waan laafaa miti bar..

Waan qalbii te kheysa jiru oso hin dubbanne akka namni siif hubatu feeta

Nama tokko Aarsite namni san sirraa aaruu isaatin deebite aarta

Nama tokko block goote akkasiin akka siif bilbiluf eeyda

Bararo/balballaan akka sin nyaanne nibeeyta garu ni sodaatta?

Hanga nurraa hafe itti nuuf guutaa...

@orolovechats

2 months ago
Dhaamsa Jaalalaa ?
2 months ago
Dhaamsa Jaalalaa ?
4 months, 2 weeks ago

#Update
•Warri Telegram irratti coin funaanaa turtan nama isinitti qoosaa turee fi amma gaabbiin itti dhagahame yoo argitan ofirraa ari'uu dandeettu.
#Notcoin osoma itti qoosanuu dhugaa tahe. Hedduu keenyatu sheenawe.
#HamsterKombat nis kunoo gara dhugummaatti dhufuuf #TONblockchain @toncoin wajjiin hojjachuuf waliigaluu isaa har'a Channel isaa irratti ibsa baaseen ifoomsee jira. #TapSwap nis yeroo ji'a tokkoof dheeresse malee, itti aanee dhufuutti jira. Waan hundaafuu, akka carraan kun isin hin darbine, link armaan gadii tuquun gama business Telegram tti makamaa.??????
#Link 1ffaa???
http://t.me/BlumCryptoBot/app?startapp=ref_XApJUMtgmG
Play with me, become cryptoexchange CEO and get a token airdrop!
? 2k Coins as a first-time gift
? 25k Coins if you have Telegram Premium

#Link 2ffaa???
https://t.me/hamster_kombAt_bot/start?startapp=kentId6865794652 ?

#Link 3ffaa
https://t.me/tapswap_mirror_2_bot?start=r_6865794652

Galatooma?

@sammuukeef

Telegram

Blum

Trade, connect, grow and… farm Blum Points! Made by @blumcrypto team ***🌸***

[#Update](?q=%23Update)
4 months, 3 weeks ago

Uffata qarshii guddaa
Keessaa filtee uffatta
Hiyyeessa jalaan duudda
Saree caalaa tuffatta!

Aalbee jechaan kukkuttee
Boossiftee gadoochita
Xiinsammuusaa rukuttee
Jechootaan hadoochita

Kan jibbif of tuulummaan
Sammuu keerraa wal morku
Hin dagattemoo laata
Foon kee rimmi akka qorqu...?

@orolovechats
@dhwalaloo

5 months ago
Yeroon akkaataa ati itti na jaalattu, …

Yeroon akkaataa ati itti na jaalattu, akkaataa ati itti naaf yaaddu, akkaataa ati itti na mararfattu, akkaataa ati itti na hubattu, akkaataa ati itti na dhaggeeffattu, akkaataa ati itti na abdattuuf itti gaafatamummaa koo fudhattu ilaale. Anis akkan dachaa godhee itti gaafatamummaa keef kan jaalala kee fudhadhu na taasista!

Eeyyeen, anis itti gaafatamummaa keef kan jaalala keen qaba. Onneekee ishee na jaalattuuf na mararfattu san kunuunsa isheen narraa barbaaddu godheefii, ishee gammachiisuuf boqochisuuf yeroo hunda qophooftuudha.

Kunuunsa onneenkee narraa barbaadu godheefii ishee gammachiisuuf boqochisuun Anaaf gammachuu dachaati.
Yeroo hunda gammachuu keen arguu fedha, yeroo hunda sin jaaladha Tokkicha koo.❤️?

Wal jaalachaa bulaamee sabni.??

Leelloo

@orolovechats

5 months ago

Niiraa

Qaraatis qara'aatuma niiraa dalagachuu ni feetanii? Hayyee! Nama waa sodaatu hin tahinaatii link asii gadii tanaan seenaatii taptap godhaa! Dhugaa Rabbii dhugaadha.

https://t.me/tapswap_mirror_2_bot?start=r_6865794652 ? +2.5k Shares as a first-time gift

@orolovechats

We recommend to visit

Jeet ek Nasha hai aur is Nashe ki Factory ka mai ek lauta Baadshah hoon !

My Channel Link
https://t.me/Baadshah

For Any Query Contact
My Username - @RehanBaadshah

Last updated 2 months, 1 week ago

Telegram irraa qarshii argachuuf link kana fayyadamaa.

https://telega.io/?r=l9NDCHx-

Yaada qabdan kamiifuu bot kana fayyadamaa
@Walaloo_bot

Last updated 1 month, 1 week ago

Kaayyoon chanali kanaa faarfannaa haaraa fi kan durii isin biraan ga'uudhaafi
Dabalataan seenaalee garaa garaa isin biraan ga'uf
@Burqaa43

Last updated 1 year ago