Jeet ek Nasha hai aur is Nashe ki Factory ka mai ek lauta Baadshah hoon !
My Channel Link
https://t.me/Baadshah
For Any Query Contact
My Username - @RehanBaadshah
Last updated 1 week, 3 days ago
Telegram irraa qarshii argachuuf link kana fayyadamaa.
https://telega.io/?r=l9NDCHx-
Yaada qabdan kamiifuu bot kana fayyadamaa
@Walaloo_bot
Last updated 2 months, 3 weeks ago
Kaayyoon chanali kanaa faarfannaa haaraa fi kan durii isin biraan ga'uudhaafi
Dabalataan seenaalee garaa garaa isin biraan ga'uf
@Burqaa43
Last updated 1 year, 1 month ago
Onnee halluu Kelloo qabu irratti Gadi tuquudhaan wanta siif bahu ilaali!?Itti Gammadi!
???????????
???????????
???????????
???????????
???????????
???????????
???????????
???????????
???????????
?[??????????
???????????
???????????
???????????
???????????
???????????
???????????
???????????
???????????
???????????
???????????
Go Click the Heart ????](https://t.me/addlist/RKY6Ux2qw65mMjhk)
[Funny Video ™:
ለወንዶች ብቻ ሴቶች እንዳትነኩት
°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°
⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️
⬜️⬜️⬜️ play▶️ ⬜️⬜️⬜️
⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️
_
ለሴቶች ብቻ ወንዶች እንዳትነኩት
°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°
⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️
⬜️⬜️⬜️ play▶️ ⬜️⬜️⬜️
⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️
ለወንዶች ብቻ ሴቶች እንዳትነኩት
°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°
⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️
⬜️⬜️⬜️ play▶️ ⬜️⬜️⬜️
⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️
_
ለሴቶች ብቻ ወንዶች እንዳትነኩት
°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°
⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️
⬜️⬜️⬜️ play▶️ ⬜️⬜️⬜️
⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️](https://t.me/addlist/xsvdjmMKg-41NTJk)
⦿ Waan gaarii nama gorsuun dura ofii kee gaarii hojjechuun dirqama. Yeroo hundumaa jechi kee fi gochi kee wal-madaaluu qaba.
Murteessuun Dura Haalicha Hubadhu!
◈ Sareen ishee baay'ee amanamaa waan ta'eef dubartii tokkotu mucaa ishee biratti dhiisuun manaa deddeemti. Yeroo hundumaa yommuu manatti deebitu mucaa hirribaan of gate saricha waliin argiti.
◈ Guyyaa tokko waan gaddisiisaatu (tragic) ta'e. Akkuma baratame, mucaa ishee harka saree amanamaa kanatti dhiisuun gara suuqii (dukkaana) deemti. Yeroo deebitu waan baayee sodaachisaa (horrible) fi waliin dhahame (mess) tokko mil'atti. Mucaanis siree isaarra (his crib) hin jiru, uffanni isaa dhiigaan laaqamee, fi dhiignis siree sana irra kan uffifamee dha. Dubartiin naasuu cimaa keessa jirtu kun hurgufamaa mucaa barbaachatti kaate. Sareen amanamaan kun dhiigaan haguugamuun, akka waan nyaata mi'aawaa (delicious) nyaatee fixee tokkootti afaan arraabaa siree jalaa osoo bahuu tasa argiti.
◈ Dubartiin kun, sareen akka mucaa ishee nyaateetti of amansiiste. Baay'ee osoo itti yaaduu hin dhaqiin, saree sana uleen reebuun ajjeeste. Kanaan boodas yoo xiqqaate irraa hafaa, qaamuma mucaa ishee arguuf barbaachatti kaate. Barbaacha xiqqoon booda, mucicha bocni isaa eegame qullaa isaa duuba sireettii fi rifeensa (fun) saree irraa harca'ee jiru afaa (carpet) irratti argiti. Siree jala immoo bofa ciccirame argite.
◈ Lola hamaatu saree fi bofa gidduu ture. Sarichi bofa baay'ee beela'e ( ravenous snake) mucaa irraa ittisee lubbuu mucaa kanaa oolchee ture. Ta'us osoo hin hubatin du'atti dabarsite. Waan ta'e sirreessuun barfateera; sababni isaas, aarii (angry) fi obsa dhabuu (impatience) ishee keessaan saree ishee baay'ee amanamaa ajjeestee jirti waan ta'eef!
ERGAA:
❍ Haala waan tokko bira gahuuf yeroo osoo hin qabaatin, yeroo meeqa kan nuyi jecha ulfaatan namatti faradnuu fi dubbii sobaa waa'ee isaanii faffacaafnu?
❍ Mooralii (Seexaa): Waan goonu miiraan deeggaramuun ceephoo keessa galuu fi murtee obsa dhabuun deeggarame irraa of haa eegnu! Rabbi nu haa gargaaru!
YAADADHU!!
✪ Kan yeroo hunda kadhatu kennaa of dhoowwa!
✪ Kan yeroo hunda kakatu amantii of dhoowwa!
✪ Kan yeroo hunda jarjaru hiree of dhoowwa!
✪ Dubbachuun immoo gootummaa miti!
✪ Callisuun sodaaf miti!
✪ Kaayyoo kee hin dagati!
✪ Dhageesseef hin dubbatin!
✪ Argatteedhaaf hin nyaatin!
✪ Waan xiqqoon hin gowwoomfamin!
Affeerraa Hope Promotion
⇣
Channel Kana irratti:
? Lallabaa fi Barsiisa Wangeelaa
? Jireenya Hafuuraa
? Ijaarsaa fi Haaromsa
? Faarfannaa Haarawaa fi Kan Durii
? Ergaa Ganamaa
? Guddina Dinagdee
HOPE PROMOTION
Telegram Advertising
Channels & Groups
@Hope_Promo
@Getpostbot
01 AFFEERRAA CHANNEL
HOPE PROMO 01 [╔╦╦╦═╦╗╔═╦═╦══╦═╗
║║║║╩╣╚╣═╣║║║║║╩╣
╚══╩═╩═╩═╩═╩╩╩╩═╝
❍ Kuufama / Walitti qabama channel armaan gadii tajaajila isaanii waliin isiniif dhiheessinee jirra! Itti dhihaadhaa!
«JOIN ALL CHANNEL»
►JOIN ►
►JOIN ►
►JOIN ►
►JOIN ►
❍ Itti Gammadaa!
❍ Wɑliin bɑrɑnnee wɑliis hɑɑ bɑrsiifnu!](https://t.me/+mJkQuG4m6GE1NjA0)
:¨·.·¨: ♥
`·.. HOPE PROMOTION
Telegram Advertising
Channels & Groups
@Hope_Promo
@GetPostBot
▣ Yeroo tokko tokko wantoonni jireenya keenyatti danqaa ta'an, waan baay'ee hojjechuuf karaa waan dhabneef utuu hin taane, waan baay'ee hojjechuudhaaf karaa waan arganneefidha.
Jeet ek Nasha hai aur is Nashe ki Factory ka mai ek lauta Baadshah hoon !
My Channel Link
https://t.me/Baadshah
For Any Query Contact
My Username - @RehanBaadshah
Last updated 1 week, 3 days ago
Telegram irraa qarshii argachuuf link kana fayyadamaa.
https://telega.io/?r=l9NDCHx-
Yaada qabdan kamiifuu bot kana fayyadamaa
@Walaloo_bot
Last updated 2 months, 3 weeks ago
Kaayyoon chanali kanaa faarfannaa haaraa fi kan durii isin biraan ga'uudhaafi
Dabalataan seenaalee garaa garaa isin biraan ga'uf
@Burqaa43
Last updated 1 year, 1 month ago