QAROO JAALALA ❤️

Description
Chan @QAROOJAALALA ❤️jaalati wantoota argaman kessa hanga muraasa argatan👇
✅ Gorsa jaalala fi oduu jaalala
✅Jechoota jaalala
✅Walaloo jaalala fi sirba
✅Seenaa jaalala
✅Wantoota jaalala wajjin wal qabate
📥 Yaadaf 👇
📥 @Ruhiiko 💕
📥 @Ruhiikoo 💙
Advertising
We recommend to visit

Jeet ek Nasha hai aur is Nashe ki Factory ka mai ek lauta Baadshah hoon !

My Channel Link
https://t.me/Baadshah

For Any Query Contact
My Username - @RehanBaadshah

Last updated hace 3 semanas, 5 días

Telegram irraa qarshii argachuuf link kana fayyadamaa.

https://telega.io/?r=l9NDCHx-

Yaada qabdan kamiifuu bot kana fayyadamaa
@Walaloo_bot

Last updated hace 2 días, 3 horas

Kaayyoon chanali kanaa faarfannaa haaraa fi kan durii isin biraan ga'uudhaafi
Dabalataan seenaalee garaa garaa isin biraan ga'uf
@Burqaa43

Last updated hace 10 meses, 3 semanas

3 weeks, 6 days ago

Dhaamsaa jaalalaa♥️

Jaalalli dhugaan bifa bareedaa qabaachuu osoo hin taane,onnee qulqulluu qabaachuudha!
♥️Diimachuuf gurracha'uun ulaagaa jaalalaa miti!

''Jaalala jechuun nama jaalataniif jiraachuu jechuudha''.
Maxxansa kiyyaaf ♥️gochuu hin dagatiinaa hamilee keenyaaf!
#Guyyaan_Gaarii !!!
🌹
//💙\💙//💙\
@Qaroojaalala ❤️
#share
#join
Yaadni kessan utubaa keenya Hanqina keenyas nutti himaa Yoo sinitti toles nu jajabeessaa
Yaadaaf @Ruhiikoo quunnama

1 month ago

Bareedduu koo kuula too
Qal'oo mudhiin migiraa
Mootiin kee rakkatee
Siif mammaraachaa jiraa

Maaliif sammuu hiitaa
Jalaa diddee calliftee
Maalumaaf boochiftaa
Garaa isaa raaftee

Sin jaaladha jechaa
Maali callisuunii
Jaalalloo jaalalaa
Maali fagaachuunii.

@Qaroojaalala

1 month ago

Ilaalcha" Waan jaallatuuf, haadha warraatti inaafa, waan jaallatuuf rukuta, waan jaallatuuf of miidha, waan jaallatuuf akkana akkasi" jedhamu hafuu qaba.
💙💙💙
Jaalalli warra of miidhus, warra wal miidhus hin fedhu. Warri wal jaallatu, sababni jiraachuu isaanii, walii isaaniiti.
💙💙💙
Isheedhaaf jedhee inni of miidhus, isaaf jettee isheen of miitus, Jaalalaaf jedhee inni inaafus, jaalala jettee isheen taa'ii dhaabii dhirsa dhoowwitus, Jaalalaaf jedhee inni ilaalchaaf dubbii haadha warraa isaa eegus, kan dirqama waan jaallatuuf kan koo taatu malee jedhus, jaalala miti.Ilaalchi akkanaa rakkoo biraati.
💙
Jaalalli dirqamsiisaa miti. Jaalalli dheekkamaa miti. Jaalalli aaragalfiidha.
//💙\💙//💙\
@Qaroojaalala
#share
#join

1 month ago

❤️❤️❤️❤️❤️❤️

I woke up this morning thinking of the smiles and laughter and all the happiness that we have experienced,all I want to say is I love you very much.

Good Morning sweet heart!

@QAROOJAALALA 💕

1 month, 1 week ago
***🔴***Wooow osoo nuti HAMSTER eegnu project …

🔴Wooow osoo nuti HAMSTER eegnu project hedduun qarshiiti jijjiramaa jira😀

Guyyaan 1 qoftii kan hafe Airdrop monorix kan ammuma eegaluu qabdan📣📣📣

Wantii nama gamachisu bakka inni irratti List ta'udha sababiin isaa platform beekama addunyaa kana BINANCE, OKX fi ByBit irratti kan List ta'uuf jedhuu

Amma yoo eegaltaan taskota qofa hojjechuun coin million 3 ol argachuu dandeessu😮

Qarshii gashuuf baasu kan isin dandeessisu (withdraw and Deposit) ni qaba 📱

Akkasumaas Taptap ni qaba namaaf illee share gochuu coin bayyee ni argatu

🔽Yeroo hin guubiin ammuma eegalii
🆗👇
https://t.me/monorixbot?start=5139888022

1 month, 1 week ago

Jalaala kee💞

Rafe hiribaa hin qabu
Ta'ee boqqonaa hin qabu
Ejaanon koo sumaa xinxaala
Malumatu naf falaa
~
Ana baradhee ebbifameen jiraa
Si kunnusudhaf masteri dhan
Si faana turuf phd dhan
Si buharsuf digiri dhan
Si kofalchisudhaf profesaruman
Yaa jalaale kiyaa
Sartfiket hundaa qaba
Maloo na rammadii
Onnee kee kessatii
Bakkaa hojii
Banaa ilaliii

Dukkana manati jalaa galani
Jalaala hamtu kee kanaa
Onnee kee kessaatiin jalaa galaa
Mee balbaala naf banii
~
Robati hucuu hin balisaani
Gabaa dhiteeti hin demaani
Leencaa bellaati jiruu itti hin demanii
Jalaale kiyaati namuu harka hin lataani
🤔🤔🤔🤔🤔🤔♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️💓💓💓💓💞💞💞💞💞👇👇👇👇👇👇
@QAROOJAALALA
namni chan kan hin qabne 👉 @qaroojaalala yoo yaada fi qeeqa yoo qabatan kan linki kanan na argatu @Ruhiiko galatooma warri chan kanaatti dabalamu fedhii qabatan karaa linki kanan argaatu 👉 @Ruhiiko argaatu Galatoomaa

1 month, 2 weeks ago
Ahmed professional Hojii Ifaa/ibsaa***💡*** diriirsu

Ahmed  professional Hojii Ifaa/ibsaa💡 diriirsu

Tajaajila nuti kenninu
♻️ manneen haaraa ni galchina💡
♻️ Ifaa gubate ni sirreessina 💡
♻️ Manneen gammoo ni galchina💡
♻️ Ijaarsa manneenii fi waajjiraalee mootummaa  ni galchina💡
Magaalota kanneen keessatti nu argattu.
Dessie
Kombolchaa
Kamisse
Harbuu
Baatii
sanbate
Magaalota walloo kessati ni argaman

👆Magaalota kanneen keessati ni hojjenna
Hojii keenya arganii ragaa bahu
Nuuf bilbilaa,
deebii keenya saffisaa dha lakkoofsa bilbilaa
📞0929423494
📞0922581898
Irratti bilbila
Odeeffannoo dabalataaf T.me/Ruhiikoo jedhamuun beekama

1 month, 2 weeks ago
Ahmed Hojii Ifaa/ibsaa diriirsu

Ahmed Hojii Ifaa/ibsaa diriirsu

Tajaajila nuti kenninu
♻️ manneen haaraa ni galchina
♻️ Ifaa gubate ni sirreessina
♻️ Manneen gammoo ni galchina
♻️ Ijaarsa manneenii fi waajjiraalee mootummaa ni galchina
Magaalota kanneen keessatti nu argattu.
Dessie
Kombolchaa
Kamise
Harbuu
Baatii
sanbate

👆Magaalota kanneen keessati ni hojjenna
Hojii keenya arganii ragaa bahu
Nuuf bilbilaa,
deebii keenya saffisaa dha lakkoofsa bilbilaa
📞0929423494
📞0922581898
Irratti bilbila
Odeeffannoo dabalataaf T.me/Ruhiikoo jedhamuun beekama

1 month, 2 weeks ago

Seena dhiifama hin qabne....kuta 1ffaa

Guyyaa tokko haadha abba manan irra boqate fi ilma ishe isa lubbu ishee ol jaalatu marartu haadha ture.....!

Guyyaan sun haadhaaf qormaata salphaa kan fakkaatu garu kan ilaaluf waa salpha miti. Guyyittin sani Harmeen ganamaan kaate mana ishee qulquleeffate ilma ishe lubbu qadu ol jaalattuf waan isaaf kennu qabdu laatte oso qaamni ishee rifatu qoraan(hurraa) funaanuf xiqqo nano mana irra fagatte qorattin waraanama harkaanis qunca'aa waliti qabatte gara manatti deema jirtu naanno manatti yero dhihaatu aara gar- malee aaru fi ibidda boba'u mana ishee isaa citaa irra argite qoraan isa baattu lafati gate figichan yero mana geesu mani ishee gubachaa jiru argite ollaanis heduminaan itti naana'e ilaala mucaan ishees daa'iama sana raffifte inni jirus keessa gubachuuf jira namoonni ollaanis kessa gale daa'ima ishee baasus sodaate bishaan itti guura garu isheen luubu isheef qusachuf oso hin mamin dhala ishee basuuf ibidda sani keessa galte fuulan gubachaa uffani ishees ibiddan gubachaa dhala ishee osoo ibiddi hin gubin nagaan bafachuf garu bareeddun haati suun bareedina ishees kabaja ishees dhala isheef kennite daa'ima ishee lubbuuf qaama nagaan baafatte...........ollaanis ishee fuudhe gara mana yaala geessani lubbu ishee bararanif garu fuula ishe qunca'uf hin baraare yero sani boodas haati sun bayyee fuuli ishee waan qunca'eef ykn gubateef hiriyooni mucaa ishee hati ke fulli qunca'a jedhe akka isa hin qaanesinef of dhoksaa jiraachu eegalte.....
👇👇👇👇👇👇
@ruhiiko 👉👉👉👉 @ https://t.me/joinchat/WvA8ImTogOAyM2Zk👈👈

1 month, 2 weeks ago

Intala Feeneet jedhamtu takkaatu waggoota booda Jaalallee ishee duranii 'Supermarket' keessatti arga...
Yoo argitu inni daa'ima godhate jira.. intala isa kan umriin 6 harkan ishee qabe jira..
Yeroo kana waa yaaddee...
Jaalalleen Koo durii ( Ex..) kun ana ittin yaadachuuf jedhee maqaa koo yoo intala isaaf moggaase jiraate jettee "Feeneet" jechuun waamti...

Yeroo kana daa'imattin dhageesse ifirra naannoofte ishee ilaalte itti seeqxe.. gara abbaa isheetti deebite

"Abbaa koo ! Niitiittin sun maqaa saree keenya beeku hin ooltu 'Feeneet' jettee waamaa turte "😎

@orolovechats

We recommend to visit

Jeet ek Nasha hai aur is Nashe ki Factory ka mai ek lauta Baadshah hoon !

My Channel Link
https://t.me/Baadshah

For Any Query Contact
My Username - @RehanBaadshah

Last updated hace 3 semanas, 5 días

Telegram irraa qarshii argachuuf link kana fayyadamaa.

https://telega.io/?r=l9NDCHx-

Yaada qabdan kamiifuu bot kana fayyadamaa
@Walaloo_bot

Last updated hace 2 días, 3 horas

Kaayyoon chanali kanaa faarfannaa haaraa fi kan durii isin biraan ga'uudhaafi
Dabalataan seenaalee garaa garaa isin biraan ga'uf
@Burqaa43

Last updated hace 10 meses, 3 semanas