Unlock a World of Free Content: Books, Music, Videos & More Await!

GOLA JAALALLEEWWANII

Description
channel Kun channel keenya kan lammataati kan jalqabaa sababa hin beekamneen waan nu jelaa hack ta'eef kana join godhaa
Advertising
We recommend to visit

Jeet ek Nasha hai aur is Nashe ki Factory ka mai ek lauta Baadshah hoon !

My Telegram Channel Link
https://t.me/+S9lLIcfDkRrhG-VZ

For Any Query Contact
My Username - @RehanBaadshah

Last updated 3 weeks, 1 day ago

Youtube Irraattis nu Argattu

https://www.youtube.com/c/KaachuuEntertainment

Yaada qabdan kamiifuu bot kana fayyadamaa
@Walaloo_bot

Last updated 1 month, 3 weeks ago

𝗝𝗶𝗿𝗲𝗲𝗻𝘆𝗮 𝗺𝗶𝗹𝗸𝗮𝗮'𝗮𝗮 𝗷𝗶𝗿𝗮𝗮𝗰𝗵𝘂𝘂𝗳 𝗸𝗮𝗸𝗮'𝘂𝘂𝗺𝘀𝗮 𝗬𝗔𝗔𝗗𝗔𝗔 𝗳𝗶 𝗗𝗔𝗡𝗗𝗘𝗘𝗧𝗧𝗜𝗜 𝗱𝗵𝗼𝗸𝗮𝘁𝗮𝗮 𝗼𝗳𝗶𝗶𝘁𝘁𝗶 𝗳𝗮𝘆𝘆𝗮𝗱𝗮𝗺𝘂𝘂𝗳 𝗾𝗼𝗽𝗵𝗶𝗶 𝘁𝗮'𝘂𝘂 𝗯𝗮𝗿𝗯𝗮𝗮𝗰𝗵𝗶𝘀𝗮!
💥 @Oromoo_Inspire_YaadaafBot 💥

Last updated 3 weeks, 2 days ago

1 month, 3 weeks ago

Akkam jirtu jaalatamtoota Koo turtii waggaa sadii oliif channel kana irraa waan adda addaa Akka argachaa turtan Nan amana. Garuu Har'a nama as duubaa taa'ee isin gorsaa tureenis wal barattu, akkasuma waan xiqqoo takka wayii isinirraan barbaada.
Innis Dorgommii dhaabbanii #BAJAI_NARASH Jedhamu barattoota qofaaf qopheesse irraatti anis Akka barataa tokkotti dorgomeera

"Abdii Aabbiyyoo jedhama. Yuuniversiitii Arsiitti Barataa saayinsii fayyaa waggaa Afraffaatti (medicine C-1). Miidiyaalee adda addaa fayyadamuun akkamitti barattonni Barnoota isaaniitiin Akka ciman tajaajila qayyabannaa fi gorsa kennaa jira.keessumaayyu Waggaa sadan darbaniif karaa telegram dhaan channela " milkaa'ina Jireenyaa" jedhuun gara barattoota 20,000 oliif gorsa adda addaa kennuun Akka barattonni haala kamiin qayyabatanii milkaa'oo ta'uu danda'an hubannaa kennaafii tureera. Kanumarraa ka'uun barattoota Kanaaf muxannoowwaani fi muudannoowwan ofii koofi hiriyyoota koo irraa walitti kuusee , research garagaraas kan jalqabe xumuree yeroo dhiyotti barattootaf gumaachuun fedha. Dorgommii kana yoon moo'adhe haala addaan nuffii tokko malee research kana xumureen barattoota sadarkaa olaanoo fi gadi aanootiif Nan gumaacha."

AKKUMA AN WAGGAA SADIIF NUFFII TOKKO MALEE GORSA ADDA ADDAA ISINIIF KEENNAA TURE , ISIN AMMOO SECOND SHAN NAAF KENNAATII NA MOOSISAA.
Link gadii kanaan seenaatii #like #comment #share naaf godhaa
👇👇👇👇👇

https://www.facebook.com/100002028524680/posts/pfbid02AfMi9JWgL4CxTqbsk1QHxQepz6vPLfGGryKoDP6bhedmGtxy78wjv4ddhC17eMNRl/?app=fbl

Isinan jaaladha!

Facebook

14ኛው mission 100k free fund!ተጀምሯል... - Bejai Nerash Naiker

14ኛው mission 100k free fund! ተጀምሯል ተወዳደሩ! "መመሪያውን አለማክበር ከውድድር ውጭ ያደርጋል" ይህ የንግድ ሥራ ሃሣብ ውድድር ለሁሉም ለሥራ የደረሡ ተማሪዎች (እዚህ ጋ ተሻሽሏል ) እና ለሁሉም መምህራን ነው።ከዛሬ...

3 months, 2 weeks ago
GOLA JAALALLEEWWANII
5 months ago

documentary seenaa Raachuu tasfaayee yeroo dhiyotti RACHU ENTERTAINMENT ...
https://youtube.com/watch?v=7vLco-SVZpw&si=rj_nAdbZI8WviwJn

YouTube

documentary seenaa Raachuu tasfaayee yeroo dhiyotti RACHU ENTERTAINMENT irratti isiniif dhiyaata

#Best instrumental music, #oromo\_music

5 months ago
GOLA JAALALLEEWWANII
5 months ago
ODUU AAGAA

ODUU AAGAA

"HIRIYYAA GRAPHICS" hojiilee dizaayinii garagaraa bifa ajaa'ibaatiin hojjachuudhaan yeroo gabaabaa keessatti beekamtii kan argate yoo ta'u, hojiilee dizaayinii, kanneen Akka #Qola_kitaabaa, #baanerii, #Biizines_kaardii, #YouTube_thumbnail , #promoshiinii fi #adivertayizimentii gargaraa gatii madaalawaadhaan haala isin barbaaaddaniin isiniif hojjata.

Toora Facebook keenya like gochuun nu hordofuu fi argachuu dandeessu
Facebook page : 👉 HIRIYA GRAPHICS

5 months, 1 week ago

"Rache entertainment hundeessuu kiyyatti gammachuu guddatu natti dhagahame"
Rachuu tasfaayee jedhama miidiyaalee hawaasaa qofa sirnaan fayyadamee jireenya isaa jijjiiree Amma ammoo entertainment mataa isaa hundeessee kaayyoo isaa kan ganamaa dhugoomse. Namni waan hojjachuu qabu itti cichee hojjannan milkaa'inni itti dhiyoo jira.

Waa irraa baradhaa👇👇
https://youtube.com/watch?v=_ue5LN2Aq0U&si=TfU8sbKcCIB9ct44

YouTube

Rache entertainment hundeessuu kiyyatti gammachuu guddatu natti dhagahame

#Best instrumental music, #oromo\_music ENTERTAINMENT haaraa hundeessee sagamtaalee babbareedoo aartii oromoo guddisan isin biraan gahuuf qophii hunda xumureera hundi keessan itti dhiyaadhaa. #Garmaamu\_tola #tiridantii\_oromoo #Girrigirrii\_dhiisaa #Foon\_haadha\_koo…

5 months, 1 week ago

🧑‍🦯
Gorsa shamarran qofaaf. 🧕☺️

Hiriyaan shamaraa tee akka gorsa dhimma bultii tee irratti siif laattu hin Eeyyamin.

Bultii keessatti ykn jaalala keessatti shamarran keenya akka itti hiriyaa shamaraa ofiitiin Bultii/Jaalala ofii of diigan ykn qilleensa dhoofsiftan tokkotu jira. Akkamitti seetu? Hiriyyaan tee tun akkaataa ati Abbaa manaa ykn Jaalallee kee itti jaalattu tarii lafarratti argiti, ykn simatu bilbilaan illee taatu akkaataa isa itti jaalattu isa faarsaa, mararfataa itti himta. Gaafa kana akka nama siif yaadee si gorsaa jiruutti deebiin ati argattu, jecha "Dhiiratti amantee of hin kennin, akkaataa ati itti jaalattu kana yoo bare sitti of tuula ykn sitti jijjiirama. Kanaaf dhiira yoma kostor irraa jette wayya, gaafa jaalala qulqulluu ati jaalattu kana argee sitti boone ykn si gate immoo ni miidhamta" jechoota jedhu fayyadamtee akkuma nama siif yaadeetti si gorsiti.

Atis miskiinni tiyya gaafa kana dhugeeffattee akkaataa dura abbaa manaa keetiif jechoota gaggaariin jaalala itti ibsitu gochaanis taatee jechaan waan dura gootu irraa ykn jettu irraa of qusatuu ykn xiqqeessuu eegalta. Gaafa kana inni immoo Shakkii biroo keessa seenuu eegala. Maaliif jennaan akkaataa dura jaalala ibsituuf ta'ee mararfattu irraa yoo hir'achaa jijjiiramte, Tarii kan biraa jaalattee laata? tarii maal itti balleessee natti jijjiiramte laata jechuun innis fuula jijjiiratutu dhufa. Fuula jijjiiratuu bira darbee wal shakkiin wal diigutu itti Aana. Gaafa kana of ajiifatta moo Hiriyaa tee si gorsite tana ajiifatta ree?

Kanaaf akkuma paartii 1ffaa irratti kaase, Hiriyaa tee waan biraa itti mari'adhuun, waan biraa irratt tarii amanii ittiin gahadhu, ittiin mari'adhu. Garuu dhimma gidduu Siif abbaa manaa/ Jaalallee keetii waan gootuuf dhiiftus sammuu tee qofaan mari'adhu. Namoonni hedduun akkasitti wal diigan ni jiru. Gorsi koo kun nama tokkos yoo if barsiise gahaadha. 🥰

Paartii biraan walitti deebina. Nagaan Oolaa /Bulaa! ✌️
Obsee Utaa waayyuu.

5 months, 1 week ago

"Rache entertainment hundeessuu kiyyatti gammachuu guddatu natti dhagahame"
Rachuu tasfaayee jedhama miidiyaalee hawaasaa qofa sirnaan fayyadamee jireenya isaa jijjiiree Amma ammoo entertainment mataa isaa hundeessee kaayyoo isaa kan ganamaa dhugoomse. Namni waan hojjachuu qabu itti cichee hojjannan milkaa'inni itti dhiyoo jira.

Waa irraa baradhaa👇👇
https://youtube.com/watch?v=_ue5LN2Aq0U&si=TfU8sbKcCIB9ct44

YouTube

Rache entertainment hundeessuu kiyyatti gammachuu guddatu natti dhagahame

#Best instrumental music, #oromo\_music ENTERTAINMENT haaraa hundeessee sagamtaalee babbareedoo aartii oromoo guddisan isin biraan gahuuf qophii hunda xumureera hundi keessan itti dhiyaadhaa. #Garmaamu\_tola #tiridantii\_oromoo #Girrigirrii\_dhiisaa #Foon\_haadha\_koo…

5 months, 2 weeks ago
GOLA JAALALLEEWWANII
7 months, 2 weeks ago

.....Lafa waarisiisatti. Ijji koo ijashee baachuu dadhabdeetu lafa gudeedde. Ija hannaan yoon mil'adhu isheenis ija lafatti hagoogsiteetti. Yoona keessi koo na seeqe. Ofittin hasaase. "Baguman kophaa hin ta'in!" Jedheen ofitti seeqe. Tasa ijji keenya kiphee walitti bu'e. Hidhiishee xuuxxoo sana basaq gooteen arge. Ilkaan qimqima tole gubbaan hiddiddii agamsa bilchina tole fakkaatu sana natti sumuddee ragadasheetti gajjette. Ija koo dheefa ta'innaa laata?

Ani garuu hin se'inan guruc guruc godhe. Ayeetuu itita tole akkan liqimsaa jiruutti natti dhagahame. Gorora koo lilliqimseen akka waan dhungoon ishee gaggabseetti miireffadhe. Miirri jaalalaa na keessaa sirbe. Onneen jaalalaa na xajamtee hin se'in morma koo mormasheetti ragachiifte. Duumessuma karaa Waaqa dubartiin dhufe walitti taane kaa boodarra...Jaalalaan xirqaanuu...

Duumessi Dambalirraan dhufu hin roobu; roobu dimbiliqsu malee hin caamu hin jenneeree? Daabeeshee shambaa gootee, shaameeshee shaa gochaa, morma silliqqeen silliqeen yoo natti ragaddu lafan of fuudhun dhabe. Nan xirqaane. Humnan qabu itti hin qusatin morma baaseen itti lawwise. Dukkana dayeeffadheen hidhii koos itti loose. Isheenis akkan sodaadhe hin taane. Onnee koo jaalalasheen miciriqxe xoofoo jaalalaan busqitee xirqaansite. Akkasiin hanga gaafasheen geettii geessutti busqee walii taanee wal xirqaansaa turreem. Wayi dur..! Ammayyuu garaa wal nyaannam....😂
qorichoo sh.
📢JOIN & 🔗SHARE
╔═══════════════════╗
JOIN:📚👇👇👇👇👇👇
@GOLA_JAALALLEEWWANII_2nd
╚═══════════════════╝

We recommend to visit

Jeet ek Nasha hai aur is Nashe ki Factory ka mai ek lauta Baadshah hoon !

My Telegram Channel Link
https://t.me/+S9lLIcfDkRrhG-VZ

For Any Query Contact
My Username - @RehanBaadshah

Last updated 3 weeks, 1 day ago

Youtube Irraattis nu Argattu

https://www.youtube.com/c/KaachuuEntertainment

Yaada qabdan kamiifuu bot kana fayyadamaa
@Walaloo_bot

Last updated 1 month, 3 weeks ago

𝗝𝗶𝗿𝗲𝗲𝗻𝘆𝗮 𝗺𝗶𝗹𝗸𝗮𝗮'𝗮𝗮 𝗷𝗶𝗿𝗮𝗮𝗰𝗵𝘂𝘂𝗳 𝗸𝗮𝗸𝗮'𝘂𝘂𝗺𝘀𝗮 𝗬𝗔𝗔𝗗𝗔𝗔 𝗳𝗶 𝗗𝗔𝗡𝗗𝗘𝗘𝗧𝗧𝗜𝗜 𝗱𝗵𝗼𝗸𝗮𝘁𝗮𝗮 𝗼𝗳𝗶𝗶𝘁𝘁𝗶 𝗳𝗮𝘆𝘆𝗮𝗱𝗮𝗺𝘂𝘂𝗳 𝗾𝗼𝗽𝗵𝗶𝗶 𝘁𝗮'𝘂𝘂 𝗯𝗮𝗿𝗯𝗮𝗮𝗰𝗵𝗶𝘀𝗮!
💥 @Oromoo_Inspire_YaadaafBot 💥

Last updated 3 weeks, 2 days ago