GOLA JAALALLEEWWANII

Description
channel Kun channel keenya kan lammataati kan jalqabaa sababa hin beekamneen waan nu jelaa hack ta'eef kana join godhaa
Advertising
We recommend to visit

Jeet ek Nasha hai aur is Nashe ki Factory ka mai ek lauta Baadshah hoon !

My Channel Link
https://t.me/Baadshah

For Any Query Contact
My Username - @RehanBaadshah

Last updated 3 days, 11 hours ago

Telegram irraa qarshii argachuuf link kana fayyadamaa.

https://telega.io/?r=l9NDCHx-

Yaada qabdan kamiifuu bot kana fayyadamaa
@Walaloo_bot

Last updated 2 months, 2 weeks ago

Kaayyoon chanali kanaa faarfannaa haaraa fi kan durii isin biraan ga'uudhaafi
Dabalataan seenaalee garaa garaa isin biraan ga'uf
@Burqaa43

Last updated 1 year, 1 month ago

2 months ago

Hubannoo waa'ee crypto, freelance, airdrop adda addaa baruu barbaadduu?
💲🔜
Channel bareeda afaan keenyaan waan isin fayyadu qofa isin barsiisu kana join godhaa👇👇👇

3 months, 1 week ago

➨Dog's keessan Tonkeeper tonspace fi my ton wallet keessatti irraa baafachuu ni dandeessu baafachuuf torban lama kennamee jira.

➨Hanga torban lamaatti yoo claim hin godhatin Dogs n keessan ni gubata.

➨Kanaafu hanga dandessaniin suuta jedhaa claim godhaa.

Garuu claim gochuuf ton 0.42 wallet irratti claim gochuu barbaaddan irraa qabaachuu qabdu

Namni ton 0.43 tonkeeper irratti akka isiniif ergamu barbaaddan
Qarshii 400 kaffaltanii ni argattu

Ykn ammoo $Dogs keessan wallet irraa qabdan direct gurgurachuu barbaaddanis gatii madaalawaan nutti gurgurachuu dandeessu

@thegreat21 irratti nu gaafadhaa

3 months, 3 weeks ago

Sifan Hassan irraa maal baranna?🏃‍♀️✊🏽❤️
#Siifan atileetii jabduu Oromoon qabu keessaa tokko mucayyoon kun carraa biyya kanaaf fiiguu dhabdee yeroo ammaa biyya Ormaa Netherlands jedhamuuf fiigaa jirti.
Siifan lamummaa ishee haa jijjirtu malee dhiigni ishee hin jijjiiramne, sun dhimma waraqaa qofaadha, maarree dhiigni ishee #Oromummaa fi hojiin ishee atileetummaa waan hedduu ishee barsiiseera.
Nutihoo maal irraa baranna?
#Waantoota_ani_irraa_baradhe_10n🤷🏼

  1. Abjuu moo’achuu guddaa qabu Siifan Meedaaliyaa injifachuu isheettu hedduu gammadde, sun ammoo abjuu moo’icha ishee agarsiisa🙌🏼
  2. Karoora jabaa baafattee Dorgommii fuuldura isaanii jiruuf hojjechaa turte, Siifan kunoo baatii 2f qophoofte injifannoo olaanaa kana argatte atiwoo karoora qabdaa??
  3. Qabxii argattu caalaa akkamitti akka milkeessitu (Process) isaa irratti hojjeti, Fiigicha Olompikii irraa gara Tiraakii deemuuf deemsa eegaluu, boqochuu, waldhaanamuu…
  4. Dadhabinaa fi cimina ishee beekti, waan uumame gammachuun fudhatti, Waaqa ishee ni galateefatti🙏Dadhabina ishee foyyessuufi irraa barachuuf of qopheessuu irratti xiyyeefachuun hojjetti
    5.Saba ishee, amantaa ishee fi Afaan ishee hedduu jaallatti, kabajji
  5. Boqonnaa, Nyaata fi yeroo hirribaa ishee ni eeggatti
    7.Yeroo hundumaa jabaattee xiyyeefannaa guddaan hojjechuu, waan xiiqii keessa ishee galchuu fi ishee #challenge godhu jaallachuu, yeroo dadhabii ishees, yeroo dhukkubbii ishee, yeroo ishee jibbisiisuus, yeroo abdii kutattuus….. itti fufu ….
    8.Jireenya wal fakkaataa hordofuu fi Sammuu ishee keessatti akkamitti akka mootu irra deddeebiin ni yaadu
    9.Erga injifattee booda gammachuu ofii akka itti ibsitu beekuu fi yoo moo’amuun jiraatees miira ofii to’achuun moo’icha fuulduraatiif of qopheessuu
    10.Namoota waliin fiigdu akka hiriyaa gaariiti ilaaluu fi jaallachuu, hojiin isaanii ispoortii malee haaloo dhuunfaa akka walirraa hin qabne beekuu.

Waan armaan olii kana yeroo ilaaltan hangam abjuu keessaniif waan #Siifan moo’achuuf gootu kana gochaan jira jedhaa of gaafadha🙌🏼😚
Kutannoon jijjiramuuf qabnu waan hundumaan oli kanaafuu nama kutannoo qabnu haa taanu, abjuu keenyaaf haa jiraannu

Bakka Nagaa Oolaa✊🏽🏃🏻‍♂️
Gammadaa.O
📢JOIN & 🔗SHARE
╔══════════════════╗
📚JOIN: @milkaainajireenyaa
📚JOIN: @milkaainajireenyaa
📚JOIN: @milkaainajireenyaa
╚══════════════════╝

7 months ago

Afur fuudhuu!
Dubbii Ajaa'ibaa tana Afaan Arabaatiin dubbisee natti tollaan Afaan Oromootiin translate isiniif godheen!

Intala Aalimaa takkaatu Muhaadaraa dhalaan qofti irratti hirmaattu takka qopheeysitee, dhalaa biyyaa hunda afeerte. Muhaadaraan tun dhalaa keessaahiis warra heerumee jiru qofa ilaallatti ture. Kana Muhaadaraa tanarratti haasawuuf ol kaate. Haasawa eegalte. Mata dureen gorsa isii "afur fuudhuu (تعدد الزوجة)" isa ja'amu ture. Hoggaa kana Aalimtittiin tun "afur fuudhuu jaarsa keessaniif hayyamaa. Akka fuudhan deeggaraa. Sunnaan afur fuudhuu deebi'uu qabdi." jachaa haasawa isii xumurte.

Da'awaa isii booda intalti 'Rabii'aa' ja'amtu sheekhtittii tanatti dhuftee, eega dubbistee booda "baay'ee galatoomi! Ati dhugumaan dubartii jabduu dha. Waggaa hedduuf akka itti sidubbisu dhabeen ture. Arra garuu, waa siif himuu barbaada" jatteen. Hoggaa kana Aalimtittiin tun "rakkoon qabu. Himadhu" jattee. Jannaan Rabii'aan "eegaa! Ani waggaa hedduuf jaartii jaarsa keetiiti. Anaa fi ati jaarsa tokko qabna" jatteen. Hoggaa kana Aalimtittiin tun of wallaaltee gaggabde. Fuudhanii hospitaala geessan. Waa xiqqo booda beeyfatte. Hoggaa isiin beeyfattu kana intalli tun itti dhuftee "yaa Sheekha! Ani jaarsa kee hin beeku. Jaarsi kiyya jaarsa kee miti. Garuu, waan akkanaa gorsuu osoo dhiiftee gaarii dha" jatteen! ??

Maal irraa hubatte?!?JOIN & ?SHARE
╔═══════════════════╗
JOIN:???????
@GOLA_JAALALLEEWWANII_2nd
╚═══════════════════╝

8 months, 1 week ago

Akkam jirtu jaalatamtoota Koo turtii waggaa sadii oliif channel kana irraa waan adda addaa Akka argachaa turtan Nan amana. Garuu Har'a nama as duubaa taa'ee isin gorsaa tureenis wal barattu, akkasuma waan xiqqoo takka wayii isinirraan barbaada.
Innis Dorgommii dhaabbanii #BAJAI_NARASH Jedhamu barattoota qofaaf qopheesse irraatti anis Akka barataa tokkotti dorgomeera

"Abdii Aabbiyyoo jedhama. Yuuniversiitii Arsiitti Barataa saayinsii fayyaa waggaa Afraffaatti (medicine C-1). Miidiyaalee adda addaa fayyadamuun akkamitti barattonni Barnoota isaaniitiin Akka ciman tajaajila qayyabannaa fi gorsa kennaa jira.keessumaayyu Waggaa sadan darbaniif karaa telegram dhaan channela " milkaa'ina Jireenyaa" jedhuun gara barattoota 20,000 oliif gorsa adda addaa kennuun Akka barattonni haala kamiin qayyabatanii milkaa'oo ta'uu danda'an hubannaa kennaafii tureera. Kanumarraa ka'uun barattoota Kanaaf muxannoowwaani fi muudannoowwan ofii koofi hiriyyoota koo irraa walitti kuusee , research garagaraas kan jalqabe xumuree yeroo dhiyotti barattootaf gumaachuun fedha. Dorgommii kana yoon moo'adhe haala addaan nuffii tokko malee research kana xumureen barattoota sadarkaa olaanoo fi gadi aanootiif Nan gumaacha."

AKKUMA AN WAGGAA SADIIF NUFFII TOKKO MALEE GORSA ADDA ADDAA ISINIIF KEENNAA TURE , ISIN AMMOO SECOND SHAN NAAF KENNAATII NA MOOSISAA.
Link gadii kanaan seenaatii #like #comment #share naaf godhaa
?????

https://www.facebook.com/100002028524680/posts/pfbid02AfMi9JWgL4CxTqbsk1QHxQepz6vPLfGGryKoDP6bhedmGtxy78wjv4ddhC17eMNRl/?app=fbl

Isinan jaaladha!

Facebook

14ኛው mission 100k free fund!ተጀምሯል... - Bejai Nerash Naiker

14ኛው mission 100k free fund! ተጀምሯል ተወዳደሩ! "መመሪያውን አለማክበር ከውድድር ውጭ ያደርጋል" ይህ የንግድ ሥራ ሃሣብ ውድድር ለሁሉም ለሥራ የደረሡ ተማሪዎች (እዚህ ጋ ተሻሽሏል ) እና ለሁሉም መምህራን ነው።ከዛሬ...

We recommend to visit

Jeet ek Nasha hai aur is Nashe ki Factory ka mai ek lauta Baadshah hoon !

My Channel Link
https://t.me/Baadshah

For Any Query Contact
My Username - @RehanBaadshah

Last updated 3 days, 11 hours ago

Telegram irraa qarshii argachuuf link kana fayyadamaa.

https://telega.io/?r=l9NDCHx-

Yaada qabdan kamiifuu bot kana fayyadamaa
@Walaloo_bot

Last updated 2 months, 2 weeks ago

Kaayyoon chanali kanaa faarfannaa haaraa fi kan durii isin biraan ga'uudhaafi
Dabalataan seenaalee garaa garaa isin biraan ga'uf
@Burqaa43

Last updated 1 year, 1 month ago