Unlock a World of Free Content: Books, Music, Videos & More Await!

GAADDISA WOL-GA'II๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ

Description
Anaa dhufu๐Ÿ™

Chaanaaliin kun kan yeroo boqonnaa jalatti wolitti qabamanii
muuxannoo fi mudannoo itti wol-jijjiiraniidha.
Dhangaawwan kanneen akka wolaloo, baacoo, diraamaa, asoosam, sirboota, fi k,k,k,fakkaataniin kan guutameedha

By Mesud-jihad
Advertising
We recommend to visit

Jeet ek Nasha hai aur is Nashe ki Factory ka mai ek lauta Baadshah hoon !

My Telegram Channel Link
https://t.me/+S9lLIcfDkRrhG-VZ

For Any Query Contact
My Username - @RehanBaadshah

Last updated 3ย weeks, 1ย day ago

Youtube Irraattis nu Argattu

https://www.youtube.com/c/KaachuuEntertainment

Yaada qabdan kamiifuu bot kana fayyadamaa
@Walaloo_bot

Last updated 1ย month, 3ย weeks ago

๐—๐—ถ๐—ฟ๐—ฒ๐—ฒ๐—ป๐˜†๐—ฎ ๐—บ๐—ถ๐—น๐—ธ๐—ฎ๐—ฎ'๐—ฎ๐—ฎ ๐—ท๐—ถ๐—ฟ๐—ฎ๐—ฎ๐—ฐ๐—ต๐˜‚๐˜‚๐—ณ ๐—ธ๐—ฎ๐—ธ๐—ฎ'๐˜‚๐˜‚๐—บ๐˜€๐—ฎ ๐—ฌ๐—”๐—”๐——๐—”๐—” ๐—ณ๐—ถ ๐——๐—”๐—ก๐——๐—˜๐—˜๐—ง๐—ง๐—œ๐—œ ๐—ฑ๐—ต๐—ผ๐—ธ๐—ฎ๐˜๐—ฎ๐—ฎ ๐—ผ๐—ณ๐—ถ๐—ถ๐˜๐˜๐—ถ ๐—ณ๐—ฎ๐˜†๐˜†๐—ฎ๐—ฑ๐—ฎ๐—บ๐˜‚๐˜‚๐—ณ ๐—พ๐—ผ๐—ฝ๐—ต๐—ถ๐—ถ ๐˜๐—ฎ'๐˜‚๐˜‚ ๐—ฏ๐—ฎ๐—ฟ๐—ฏ๐—ฎ๐—ฎ๐—ฐ๐—ต๐—ถ๐˜€๐—ฎ!
๐Ÿ’ฅ @Oromoo_Inspire_YaadaafBot ๐Ÿ’ฅ

Last updated 3ย weeks, 2ย days ago

1ย month, 3ย weeks ago

Hi

2ย months, 3ย weeks ago
GAADDISA WOL-GA'II๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ
3ย months, 2ย weeks ago

DHUGAA!

Itti duultus daandii haqaa
Dhibba kumaa fi kitilaan
Inni hin taa'u bakka raqaa
Guyyaa Eeggatee biqila
๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ’–๐Ÿ’–๐Ÿ’–๐Ÿ’–๐Ÿ’–๐Ÿ’–
Faana buutee ari'attee
Abbaa dhugaa shororkitee
Tokko taatee mari'attee
Galma haqaa yoo yakkite
๐Ÿ’๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐Ÿ’๐Ÿ’๐ŸŒน๐Ÿ’๐Ÿ’
Luka cabsitu ni siqa
Jilbibbiidhaan shikkilfata
Utumati gad hacuuccuu
Dirreetti ba'ee mul'ata
๐ŸŸข๐Ÿ’š๐Ÿ’™๐Ÿ’œ๐ŸคŽ๐Ÿค๐Ÿค๐Ÿงก
Suuta deema akka Eelii
Ni mul'ata barootaanii
Egereedhaaf galaa ta'a
Abbaan darbu dhalootaani
๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ’ช๐Ÿ‘๐Ÿ‘Œ๐Ÿ‘Œ๐Ÿ‘Œ๐Ÿ‘Œ๐Ÿ‘Œ
Yoo hammaates daandiin sobaa
Hin danda'amu yakkuuni
Ni dubbata ni hasaasa
Afaan qabdu funyaaniini
โœ๏ธโœ๏ธโœ๏ธโœ๏ธโœ๏ธโœ๏ธโœ๏ธโœ๏ธโœ๏ธโœ๏ธ
DHUGAA!~~~
Utuma sirra ejjetanii
Gaardii sobaa luka dhoofta
Wocaniidhaaf baay'atanii
Ati takkaa hin dhabdu tooftaa
Kanaaf sitti of abdatani
Ilma rabbii ilma gooftaa.
๐Ÿ‘๐Ÿ‘๐Ÿ‘โค๏ธ๐Ÿงก๐Ÿค๐ŸคŽ๐Ÿ™
Masuud-Jihaadiin.

5ย months ago

Guyyaa har'aa Aartist Mizbaa'uu Dammee dammaa wojjin Oolmaa ajaa'ibaati๐Ÿ™๐Ÿ™

5ย months, 1ย week ago
GAADDISA WOL-GA'II๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ
5ย months, 2ย weeks ago

Yooyyaa akkam jirtu
Kabajamtootaa fi jaallatamtoota
Maatii gaaddisa wol-ga'ii
Rakkoon dhuunfaa abbaa garichaa mudatee baduu keenyaaf nuuf godhaa jechoo yeroo dhihootti dhangaa keenya guurrannee wolitti dachaana

Rakkichis rakkoo addaatii miti bilbilatu restory ta'ee ture kanumaafi.
๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™โ˜•๐Ÿต

6ย months ago

ARAADA KEETU CIME

Marartuu marii tiyya
lookottii looshaa durbaa
Wallaale jiruu biyyaa
Ani maraataan gurbaa

Halkaniif guyyaa hinbeeku
Yaada keet naan dabaalaa
Namni waa nan akeeku
Naaf sit hunda naa caalaa

Dhageettii hin qabu ormaaf
Yoo siif ta'e maleessa
Garaan jaalalaa sumaaf
Raafamee na rooressaa

Kan dabarsine sana
Turtii yeroo jaalalaa
Silaa wal dhandhamannaa
Narraa jirta halaala

Barsiifataa koo jabaa
Araada koo isa cimaa
Waa maraaf suman qabaa
Maashoo ati kootumaa

Utuun nyaadhuun huuqqadhe
Waa'een Kee kun naaf game
Jiraachuu koon dagadhe
ARAADA KEETU CIME

6ย months, 1ย week ago

Yooyyaa harka fuune maatii chaanaalii keenya martinuu
Jidduudhaan baduu keenyaaf nuf ofkolcha amma garuu wolaloowwan bohaarsoo fi barsiisoo gara garaa fudhannee dhufaa jirra
Nu hordofaa๐Ÿ‰๐ŸŒถ๐Ÿฅ•
GAADDISA WOL_GA'II

6ย months, 2ย weeks ago

https://www.facebook.com/100091291214250/posts/248638951522477/?mibextid=3amO3DAFELuS4Abp

Facebook

Log in or sign up to view

See posts, photos and more on Facebook.

6ย months, 4ย weeks ago
GAADDISA WOL-GA'II๐ŸŒฒ๐ŸŒฒ
We recommend to visit

Jeet ek Nasha hai aur is Nashe ki Factory ka mai ek lauta Baadshah hoon !

My Telegram Channel Link
https://t.me/+S9lLIcfDkRrhG-VZ

For Any Query Contact
My Username - @RehanBaadshah

Last updated 3ย weeks, 1ย day ago

Youtube Irraattis nu Argattu

https://www.youtube.com/c/KaachuuEntertainment

Yaada qabdan kamiifuu bot kana fayyadamaa
@Walaloo_bot

Last updated 1ย month, 3ย weeks ago

๐—๐—ถ๐—ฟ๐—ฒ๐—ฒ๐—ป๐˜†๐—ฎ ๐—บ๐—ถ๐—น๐—ธ๐—ฎ๐—ฎ'๐—ฎ๐—ฎ ๐—ท๐—ถ๐—ฟ๐—ฎ๐—ฎ๐—ฐ๐—ต๐˜‚๐˜‚๐—ณ ๐—ธ๐—ฎ๐—ธ๐—ฎ'๐˜‚๐˜‚๐—บ๐˜€๐—ฎ ๐—ฌ๐—”๐—”๐——๐—”๐—” ๐—ณ๐—ถ ๐——๐—”๐—ก๐——๐—˜๐—˜๐—ง๐—ง๐—œ๐—œ ๐—ฑ๐—ต๐—ผ๐—ธ๐—ฎ๐˜๐—ฎ๐—ฎ ๐—ผ๐—ณ๐—ถ๐—ถ๐˜๐˜๐—ถ ๐—ณ๐—ฎ๐˜†๐˜†๐—ฎ๐—ฑ๐—ฎ๐—บ๐˜‚๐˜‚๐—ณ ๐—พ๐—ผ๐—ฝ๐—ต๐—ถ๐—ถ ๐˜๐—ฎ'๐˜‚๐˜‚ ๐—ฏ๐—ฎ๐—ฟ๐—ฏ๐—ฎ๐—ฎ๐—ฐ๐—ต๐—ถ๐˜€๐—ฎ!
๐Ÿ’ฅ @Oromoo_Inspire_YaadaafBot ๐Ÿ’ฅ

Last updated 3ย weeks, 2ย days ago