Dive into the Ultimate Free Library: Your One-Stop Hub for Entertainment!

HAQA,BAACOO FI TAPHAWWAN.

Description
Kaayyoon keenya bashannansiisaa,kofalchiisaa,haqawwan
..
Youtube https://youtube.com/@odesitutube?si=uWwFA0Pk5UGOCn1m subscribe gochuun bohaaraa

Guddina artii, aadaafi afaan keenyaaf gahee nurraa eegamu haa baanu.
Yaada @Dhaloota nuun gahuu dandeessu
Advertising
We recommend to visit

Jeet ek Nasha hai aur is Nashe ki Factory ka mai ek lauta Baadshah hoon !

My Telegram Channel Link
https://t.me/+S9lLIcfDkRrhG-VZ

For Any Query Contact
My Username - @RehanBaadshah

Last updated 1 week, 4 days ago

Youtube Irraattis nu Argattu

https://www.youtube.com/c/KaachuuEntertainment

Yaada qabdan kamiifuu bot kana fayyadamaa
@Walaloo_bot

Last updated 1 month, 2 weeks ago

𝗝𝗶𝗿𝗲𝗲𝗻𝘆𝗮 𝗺𝗶𝗹𝗸𝗮𝗮'𝗮𝗮 𝗷𝗶𝗿𝗮𝗮𝗰𝗵𝘂𝘂𝗳 𝗸𝗮𝗸𝗮'𝘂𝘂𝗺𝘀𝗮 𝗬𝗔𝗔𝗗𝗔𝗔 𝗳𝗶 𝗗𝗔𝗡𝗗𝗘𝗘𝗧𝗧𝗜𝗜 𝗱𝗵𝗼𝗸𝗮𝘁𝗮𝗮 𝗼𝗳𝗶𝗶𝘁𝘁𝗶 𝗳𝗮𝘆𝘆𝗮𝗱𝗮𝗺𝘂𝘂𝗳 𝗾𝗼𝗽𝗵𝗶𝗶 𝘁𝗮'𝘂𝘂 𝗯𝗮𝗿𝗯𝗮𝗮𝗰𝗵𝗶𝘀𝗮!
💥 @Oromoo_Inspire_YaadaafBot 💥

Last updated 1 week, 5 days ago

3 days, 20 hours ago

Wa'ee jaalala fi Amala gaarii irraa maal baratte ??

3 days, 20 hours ago

#jecha_beektotaa

**"Nama gaarii hin barbaadiin waan nama gaarii si taasisu barbaadi malee"

𝗥𝗮𝗹𝗽𝗵 𝗪𝗮𝗹𝗱𝗼 𝗘𝗺𝗲𝗿𝘀𝗼𝗻

"akka nama bor du'uutti jiraadhu akka nama bor du'uutti hojjedhu"**.

𝗠𝗮𝗵𝗮a𝘁a𝗺𝗮 𝗚𝗮a𝗻𝗱i𝗶

#join_us
@baacoowwan

1 week, 3 days ago

[ Qubee maqaan keessan ittiin eegalu irratti gadi tuquudhaan 🍫 Affeerraa isiniif qophaa'e argadhaa!

🫧🄰🫧      🫧🄱🫧       🫧🄲🫧

🫧🄳🫧       🫧🄴🫧       🫧🄵🫧

🫧🄶🫧       🫧🄷🫧        🫧🄸🫧

🫧🄹🫧       🫧🄺🫧      🫧🄻🫧

🫧🄼🫧       🫧🄽🫧       🫧🄾🫧

🫧🄿🫧       🫧🅀🫧       🫧🅁🫧

🫧🅂🫧       🫧🅃🫧       🫧🅄🫧

🫧🅅🫧       🫧🅆🫧       🫧🅇🫧

🫧🅈🫧      🫧🅉🫧

Affeerraa Gaarii 🌄](https://t.me/addlist/7MBcJ93H1cVmOTBk)

Waver 👉@tamisha11

1 week, 3 days ago

Guyyaa dimismisaa
ifa nuu waakkatu
Kan callaa gaarummaan
Hammeenya daakkatu

Jiruu akka dhabe
Bitaacha'aa jiruu
Bara Tiruun lafee
Lafeen immoo Tiruu

Kan miidhes miidhames
Wal qixuma iyya
Dubbii bara kanaa
Wallaalle yaa biyya

Bara fuggifatuu
Kan dubbiif qoccolloo
Qamaleef Jaldeessa
Eegsisu Boqqolloo

Bikiltu W

@baacoowwan

1 week, 3 days ago

Roorroo!
Yeroo ammaa kana roorroo cimaa fì gidiraa cimaatu ummata Harargee irratti deemaa jira Oromoon marti ummata Harargee cinaa haa dhaabannuu Qabeenyi ummanni Harargee qabu Jimaadha ummanni Harargee jimaa isaa gurguratee jiruufii jireenya isaa itti gaggeeffata har'a jimaa Harargee qaraxa humnaa oliifii uggura gabaa cimaatu irratti gaggeefamaa jira ummanni Harargee ummata hammachuu malee jibba hin beekneedha oromoon marti Bira dhaabannee sàgalee haa taanuufii
@walaloo430
@walaloo430
@walaloo430

2 months, 2 weeks ago
Namoonni baay’een hojii website hojjettu, hojiin …

Namoonni baay’een hojii website hojjettu, hojiin kunimmoo hojii galii gaarii argamsiisudha. yoo xiqqaate guyyaatti dollaara $50 - $125 ol kan itti hojjetamu jechuudha. kana jechuun geemii taphachuu, video ilaaluu, maxxansa garaa garaa maxxansuu qofaan kan kaffaluudha. Biyyoota awuurooppaa keessatti hojiin kun baay'ee beekamaadha. Isinis hojjechuu yoo barbaadan liinkii gadii tuquun erga keessa seentanii booda iddoo install jedhu tuquun appii isaa buufadhaa, itti fayyadamaa.
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
https://sifanoro.com/2023/10/02/easy-ways-to-make-online-money-upto-50-dollar-per-day/

2 months, 2 weeks ago
Afaan Ingiliiffaa, Hindii, Arabiffaa, Faransaay, fi …

Afaan Ingiliiffaa, Hindii, Arabiffaa, Faransaay, fi kanneen biroo akka salphaatti barachuu ni feetu mitii? Kanaafuu yeroo gabaabaa keessatti isin barsiisuuf kan isin gargaaru Appii bilbilaa, haaraa ta'e kanatti fayyadamaa. App kun kan baay'ee isin gammachisu sagalee, video fi barreefamaan barachuu isin dandeessisa, Appicha argachuuf liinkii gadii tuquun keessa seenaa iddoo install jedhu tuquun buufadhaa itti fayyadamaa.
👇👇👇👇👇👇👇👇👇
https://sifanoro.com/2023/08/16/learn-any-language-using-this-application/

2 months, 2 weeks ago

Maqaa abbootii Gadaa Jaarraa 14 ffaa irraa kaasee hanga ammaatti abbootii Gadaa Gujii ta'anii gaggeessaa turan

1.Jaajee Gobbaa (1424-1431).
2.Jiloo Wolaagoo (1432-1439).
3.Jirruu Utaa (1440-1447).
4.Guluu Gaararroo (1448-1455).
5.Heebanuu Jaldoo (1456-1463).
6.Biilaa Mannakkoo (1464-1471)
7.Bariisoo Gumii (1472-1479).
8.Adoolaa Aanolee (1480-1487).
9.Gobbuu Shaaroo (1488-1495).
10.Goluu Subbaa (1496-1503).
11.Cirrii Galoo (1504-1511).
12.Buurcisaa Shaabuu (1512-1519).
13.Aagaa Kallachaa (1520-1527).
14.Jiloo Bidoo (1528-1535).
15.Gannaalee Roobee (1536-1543).
16.Duuba Adii (1544-1551).
17.Aboo Rasoo (1552-1559).
18.Halakee Lulee (1560-1567).
19.Gobbuu Daayyee (1568-1575).
20.Gannaalee Lolee (1576-1583).
21.Qandhashoo Aanolee (1584-1591)
22.Jaboo Sibuu (1592-1599)
23.Qalqalcha Tukashoo (1600-1607)
24.Gololcha Sharuu (1608-1615).
25.Abbaa Doolaa (1616-1623).
26.Aagaa Saqoo (1624-1631).
27.Jiloo Bansaa (1632-1639).
28.Haroo Shotee (1640-1647).
29.Jaarsoo Dhugoo (1648-1655).
30.Ushoo Waaree (1656-1663).
31.Gannaalee Dambalaa (1664-1672)
32.Godaanaa Aagaa (1672-1679).
33.Godoree Bokkoo (1680-1687).
34.Jaarsoo Soree (1688-1695).
35.Aagaa Buudee (1696-1703).
36.Tukee Shifaa (1704-1711).
37.Jiloo Badhaa (1712-1719).
38.Aagaa Waaree (1720-1727).
39.Birraa Lukee (1728-1735).
40.Jiloo Xuulloo (1736-1743).
41.Balakkoo Jiloo (1744-1751)
42.Budhushoo Halakee (1752-1759)
43.Soraa Bulultaa (1760-1767)
44.Ijuu Gallabee (1768-1775)
45.Surroo Cekoo (1776-1783)
46.Jiloo Waaree (1784-1791)
47.Galchuu Kemaa (1792-1799)
48.Miidhee Niitii (1800-1807)
49.Daadaa Kuraa (1808-1815)
50.Xiloo Soolee (1816-1823)
51.Bunoo Dhaa’ee (1824-1831)
52.Dasee Halakee (1832-1839)
53.Bunee Boruu (1840-1847)
54.Aagaa Kallachaa (1848-1855)
55.Adulaa Karaa (1856-1863)
56.Waaqoo Gaararroo (1864-1871)
57.Birraa Cuqqee (1872-1879)
58.Aanolee Badhaa (1880-1887)
59.Roobaa Boruu. (1888-1895)
60.Jiloo Kendhoo (1896-1903)
61.Galchuu Curruuqoo (1904-1911)
62.Jiloo Bokkoo (1912-1919)
63.Jiloo Sayee (1920-1927)
64.Aagaa Adii (1928-1935)
65.Ushoo Jiloo (1936-1943)
66.Tukee Guyyee (1944-1951)
67.Jiloo Mixoo (1952-1959)
68.Adoolaa Jiloo (1960-1967)
69.Girjaa Jiloo (1968-1975)
70.Adoolaa Aagaa (1976-1983)
71.Godaanaa Kattaa (1984-1991)
72.Aagaa Xeenxanoo (1992-1999)
73.Waaqoo Duubee (2000-2007)
74.Jiloo Maandhoo (2008-2015).

#join_us
@baacoowwan

2 months, 3 weeks ago
We recommend to visit

Jeet ek Nasha hai aur is Nashe ki Factory ka mai ek lauta Baadshah hoon !

My Telegram Channel Link
https://t.me/+S9lLIcfDkRrhG-VZ

For Any Query Contact
My Username - @RehanBaadshah

Last updated 1 week, 4 days ago

Youtube Irraattis nu Argattu

https://www.youtube.com/c/KaachuuEntertainment

Yaada qabdan kamiifuu bot kana fayyadamaa
@Walaloo_bot

Last updated 1 month, 2 weeks ago

𝗝𝗶𝗿𝗲𝗲𝗻𝘆𝗮 𝗺𝗶𝗹𝗸𝗮𝗮'𝗮𝗮 𝗷𝗶𝗿𝗮𝗮𝗰𝗵𝘂𝘂𝗳 𝗸𝗮𝗸𝗮'𝘂𝘂𝗺𝘀𝗮 𝗬𝗔𝗔𝗗𝗔𝗔 𝗳𝗶 𝗗𝗔𝗡𝗗𝗘𝗘𝗧𝗧𝗜𝗜 𝗱𝗵𝗼𝗸𝗮𝘁𝗮𝗮 𝗼𝗳𝗶𝗶𝘁𝘁𝗶 𝗳𝗮𝘆𝘆𝗮𝗱𝗮𝗺𝘂𝘂𝗳 𝗾𝗼𝗽𝗵𝗶𝗶 𝘁𝗮'𝘂𝘂 𝗯𝗮𝗿𝗯𝗮𝗮𝗰𝗵𝗶𝘀𝗮!
💥 @Oromoo_Inspire_YaadaafBot 💥

Last updated 1 week, 5 days ago