Jeet ek Nasha hai aur is Nashe ki Factory ka mai ek lauta Baadshah hoon !
My Channel Link
https://t.me/Baadshah
For Any Query Contact
My Username - @RehanBaadshah
Last updated 1 week, 3 days ago
Telegram irraa qarshii argachuuf link kana fayyadamaa.
https://telega.io/?r=l9NDCHx-
Yaada qabdan kamiifuu bot kana fayyadamaa
@Walaloo_bot
Last updated 2 months, 3 weeks ago
Kaayyoon chanali kanaa faarfannaa haaraa fi kan durii isin biraan ga'uudhaafi
Dabalataan seenaalee garaa garaa isin biraan ga'uf
@Burqaa43
Last updated 1 year, 1 month ago
Maqaa jalqabaa fi Id keessan qofa galchuun fayyadamaa
Badhaasa Telebirr Ayyaana sababeeffachuun qopheesse qubee ykn lakkoofsa kamtu isin hir'ate.
Na bira #tirfiin waan jiruuf na qunnamaa kan na hir'ates waan jiruuf Naa ergaa?
Tigraayitti bara kana qormaanni 700 keessaa kan qorame yommuu ta’u qabxii guddaan yeroo maraa 700 keessaa 675 galmaa’eera.
Barattoota naannoolee biroo irraa ammoo qabxii guddaan bara kana galmaa’e shamarraniin yommuu ta’u , Saayinsii uumamaan mana barnootaa Kaateediraal irraa 575/600 , Saayinsii hawaasaan mana barnootaa Itiyoo Paarent irraa 538/600
@baacoowwan ??
...mee dubbifadhu?!
Akka....,
Sosochiin qaama koo
si barbaacha arreedu,
Adeemsi faana koo
Ejjeta keen bareedu;
Akka...,
dubbiin arraba koo
jaalala keef danqamu,
Ilaaltuun ija koo
Si arguun saaqamu;
Mee dubbifadhu
Ani sitti hin himuu,
suuta qalbifadhu
Kunoo sitti hin cimuu!
✍️Walaloon_Jaalala
Namootni Dogs gurgurachuu barbaaddan na qunnamaa
????❤️❤️
@dhaloota
?breaking
◈ hundeessaa dhaabbata Telegram kan ta'e Paavel Duuoroov mana adabaa keessaa gadhiifameera.
?♀- Har'a wal hin arginuu❓
?♂- Dilbata yoo wal argine wayya guyyaansaas waan dheeratuuf wajjin oolla?
?♀- Guyyichi waan dafee hin dhiineef natti #dabbaramuuf na barbaaddeeyii?
?♂- Tole kaa har'a sa'a 8 irratti wal agarra naaf bilbili ...
?♀-Ahaa Dilbata nama kan biraa qaxaruu yaaddeettuu?
?♂- Haa ta'u har'as Dilbatas wal agarra
?♀- sana booda natti maxxante, natti rarraate bahumsaaf galumsa na dhowwatte jechuufii?
?♂- ?
?
#YEROOS_KA’I!
Obboroo san yeroo golollisaa
Osoo hin saaqamin ulaan biiftuu
Yeroo uumamni marti callisaa
Garuu simbirri uumaa faarsituu
Ka’ii
Atis waaqa nagaa gaafadhuutii
Raftee ka’uuf galata dhiyeessii
Yeroos ka’i, karra saaqqadhuutii
Oolmaa keef hudhii yeroo kiyyeessii
Ka’i Simbirruu si kaastii
Kaastee faaruu siif faarsitii
Faaruu simbiraa dhaggeeffataa
Imala kees fageeffattaa
Yoo san yoo hin kaanee
Hirribatti ija babaasaa
Subii yoo hin baanee
Deegi harka-ol sitti kaasaa
Ykn
Lukkuu bitadhu Lukkuu kormaa
Yoo hin taane, yoo hir’ibni si’iif ormaa
Yeros ka’i
Achii eegalti jiruuni
Ganamaan miti muguunii
Achitti eegalti kufuunii…!
Yeroos ka’i
Yaa qaxalee
Simbira irra
Wayyi malee
Eeyyee ,Yeroos ka’ii
Bakka eda jette ga’ii!
Gaarii Abbaa Booraa
Dogs warri hojjechaa turtan har'a guyyaatti gatii dadhabbii keessanii argattan dha.
Baafachuu dandeessu
Information waa'ee crypto wajjin wal qabatu yoo barbaaddan Orocyrpto
Join godhaa
Jeet ek Nasha hai aur is Nashe ki Factory ka mai ek lauta Baadshah hoon !
My Channel Link
https://t.me/Baadshah
For Any Query Contact
My Username - @RehanBaadshah
Last updated 1 week, 3 days ago
Telegram irraa qarshii argachuuf link kana fayyadamaa.
https://telega.io/?r=l9NDCHx-
Yaada qabdan kamiifuu bot kana fayyadamaa
@Walaloo_bot
Last updated 2 months, 3 weeks ago
Kaayyoon chanali kanaa faarfannaa haaraa fi kan durii isin biraan ga'uudhaafi
Dabalataan seenaalee garaa garaa isin biraan ga'uf
@Burqaa43
Last updated 1 year, 1 month ago