JECHOOTA XIIN-SAMMUU

Description
Kaayyoo qabaachuu kee malee kaayyoo kee maal akka ta'e namatti hin odeessin. Maalif yoo jatte? Namni kaayyoo kee yoo itti himte karaa itti kuftu siif mijjeessa waan ta'eef
Advertising
We recommend to visit

Chaanaalli kun yeroo hundumaa Walaloowwan filatamoo fi ergaa guddaa qaban kan siniif dhiyeesaudha.

Yaada qabdan kamiifuu bot kana fayyadamaa
@Walaloo_bot


https://telega.io/?r=l9NDCHx-

Last updated 3 months, 1 week ago

Kaayyoon chanali kanaa faarfannaa haaraa fi kan durii isin biraan ga'uudhaafi
Dabalataan seenaalee garaa garaa isin biraan ga'uf

@Burqaa43

Last updated 1 year, 2 months ago

Last updated 2 days, 19 hours ago

8 months ago

Oduu Gammachiisaa

#Hulupay kaffaltii Duraanii irraa Dachaan dabalee jiraa carraa kun akka isinin darabinee Guyyaa 3 qofaaf turaa dafaa galama'a hojjedhaa!!

Namoota hojii online hojechuu feetan maraaf

Karaa Telegram osoo homaayyuu hin dhama'iin, namaaf share taasisuu qofaan qarshii hedduu argadhaa!

Step 1 :-

Jalqaba link kana tuquun Start tuqaa!

https://t.me/hulepay_official_bot?start=r07255829184

Step 2 :-

Channel lamaan isiniif dhufan join taasisaa! Sana booda «Check» kan jedhu tuqaa!

Kaffaltii karaa Telebirr kan fudhattan yoo ta'u, Referral link keessan namaaf erguun qarshii hedduu hojjechuu dandeessu!

Nama tokkoon ? birrii 3 kan kaffaluu yoo ta'uu guyyaa guyaanis bonus qabaa

8 months ago
ODUU GAMMACHIISAA

ODUU GAMMACHIISAA

Ammas carraan kun osoo isin hin darbin hojjechuu qabdu

Hojiin kun TAPSWAP jedhama

Hojiin kun akkaataan isaa akkuma notcoin yoo ta'u yeroo muraasa keessatti miseensa baayyee horatee jira

Hojii kana jalqabuuf liinkii kana ? tuquudhaan start godhaa sana booda play godhaa ???
https://t.me/tapswap_bot?start=r_5088560307

Hojii kana hojjechuun baayyee salphaadha screen mobaayila keessan tuquu qofaan ykn tap tap gochuudhaan qarshii baayyee argachuu dandeessu

Akkasumas task kan jedhu keessa seenuudhaan hojii xiqqoo hojjechuudhaan qarshii baayyee argachuu dandeessu

Kana malees linkii keessan namaaf share gochuu qofaan qarshii guddaa irraa argattu

Akkasumas Boost kan jedhu keessa seenuudhaan galii keessan guddifachuu dandeessu

Akkamitti akka qarshii irraa baafattan yeroo dhihootti viidiyoo hojjennee isin barsiifna

Hojicha jalqabuuf ?
https://t.me/tapswap_bot?start=r_5088560307

Gaaffii yoo qabaattan?
@Gaaffii_hojii_bot

8 months, 1 week ago

???? ????????????

??????????? ????? ?????????? ???????????? ??????????????? ??'?? ??????? ???????? ??????????? ???????? ??????????? ????? ?????????? ????????? ??????? ???????? ??????????? ???????? ???? ??????????? ?? ????????.

??????????: ?????????? ????? ?????? ??'?? 3? ?? ???? ?????? ??? ???????? ??'?? ???????? ????? ????? ????????? ?????? ????? ?? ????????

??????? ????? ?????? ???? 3?+
???? ????????: @Rafiiqul_Islaam2

8 months, 2 weeks ago

???? ????????????

??????????? ????? ?????????? ???????????? ??????????????? ??'?? ??????? ???????? ??????????? ???????? ??????????? ????? ?????????? ????????? ??????? ???????? ??????????? ???????? ???? ??????????? ?? ????????.

??????????: ?????????? ????? ?????? ??'?? 3? ?? ???? ?????? ??? ???????? ??'?? ???????? ????? ????? ????????? ?????? ????? ?? ????????

??????? ????? ?????? ???? 3?+
???? ????????: @Rafiiqul_Islaam2

8 months, 2 weeks ago

???????? ???????? ???????? ?????????? ????? ??????????????? ???? ????? ??? ??????? ???????? ?????? ???????? ??????????

https://cdrmoneyeasily.buzz/47998467228407

https://cdrmoneyeasily.buzz

🌹Earn ETB 10000 Easily in Two Hours a Day 🌹

[email protected] invites you to make money with your mobile phone, no investment, no requirements.

???????? ???????? ???????? ?????????? ????? ??????????????? ???? ????? ??? ??????? ???????? ?????? ???????? ??????????
8 months, 3 weeks ago

????????? ???????? ??????????????? ??????????????

??????? ?????? ????? ??????? ??????????!!

????? ???????????? ????? ?????? ????????? ????? ????? ??????? ???????

8 months, 3 weeks ago

??????? ???? ???? ????

Akka Ogeeyyiin Xiin-sammuu jedhanitti Sammuun gosa afur qaba:
1) KutaaSammuu /Intelligence Quotient/ (IQ)
2) KutaaMiiraa /Emotional Quotient (EQ)
3) KutaaHawaasummaa /Social Quotient/ (SQ)
4) Kutaa_Rakkoo /Adversity Quotient/(AQ)

  1. Kutaa sammuu (IQ): kun safartuu sadarkaa hubannoo keetii ti. Herrega furuuf, wantoota sammuutti qabachuuf, fi barnoota yaadachuuf IQ si barbaachisa.
  2. Kutaa Miiraa (EQ): kun safartuu dandeettii namoota biroo wajjin nagaa eeguu, yeroo eeguu, itti gaafatamummaa qabaachuu, amanamaa ta’uu, daangaa kabajuu, gad of qabuu, dhugaa fi namaaf yaadu ta’uudha.
  3. Kutaa Hawaasummaa (SQ): kun safartuu dandeettii ati networkii hiriyoota ijaaruu fi yeroo dheeraaf kunuunsuu keeti.
    Namoonni EQ fi SQ ol'aanaa qaban jireenya keessatti warra IQ ol'aanaa qaban garuu EQ fi SQ gadi aanaa qaban caalaa deemuu barbaadu. Manneen barnootaa baay’een isaanii sadarkaa IQ fooyyessuu irratti kaappitaala kan fayyadaman yoo ta’u EQ fi SQ ammoo gadi taphatamu.
    Namni IQ ol'aanaa qabu tokko IQ giddu galeessaa qabaatus dhumarratti nama EQ fi SQ ol'aanaa qabuun qacaramuu danda'a.
    EQ kee Amala kee bakka bu'a, SQ kee ammoo Kaarizimaa kee bakka bu'a. Amala Q sadan kana fooyyessuuf harka kennadhu, keessumaa EQ fi SQ kee.
  4. Kutaa Rakkoo(AQ): Safartuu dandeettii jireenya kee keessatti bakka rakkisaa keessa darbuu, fi sammuu kee osoo hin dhabin keessaa bahuu.
    Yeroo rakkoon isaan mudatu AQ eenyu akka harka kennatu, eenyu akka maatii isaa dhiisu, eenyu akka of ajjeesuu yaadu murteessa.
    Warri mee ijoollee keessan Barnoota qofa osoo hin taane naannoo jireenyaa biroof saaxilaa. Hojii harkaa (hojii gonkumaa akka bifa adabbiitti hin fayyadaminaa), Ispoortii fi Aartii waaqeffachuu qabu.
    IQ isaanii, akkasumas EQ, SQ fi AQ isaanii guddisuu. Nama roga hedduu qabuu fi warra isaanii irraa walaba ta’anii waan tokko hojjechuu danda’an ta’uu qabu.
    Dhumarratti ijoollee keessaniif karaa hin qopheessinaa. Ijoollee keessan karaadhaaf qopheessaa.

@XIIN_SAMMUU
@XIIN_SAMMUU
@XIIN_SAMMUU

8 months, 4 weeks ago

Milkaa'inni irra deddeebi'anii yaaluu fi Abdii muruu dhiisuu irraan dhufti

#Toomaas Ediisan abbaan argannoo ‘Ampuulii’ ijoollummaa isaatti barnoota dadhabuudhaan mana barumsaa irraa akka ar'atamu taasifame. Guyyaa tokko barsiiftuun isa barsiiftu xalayaa akkas jedhu barreessitee itti laattee akka inni galee maatii isaatti kennuuf itti himte. Xalayichi akkas jedha. “Toomiin kee barumsa waan hin dandeenyeef,akka lammata mana barumsaatti hin ergine!’’ jettee xalayaa barreessitee isumatti laatte.

Ediisan dubbisuu waan hin dandeenyeef, xalayicha osoo banee hin ilaaliin akkuma jirutti galchee harmee isaatti laate. Harmeen isaa xalayicha dubbistee, hirqistee boosse.  Innis harmee isaatiin.....“Maal taate?” jedhee gaafate. Isheenis....“Toomiin kee cimaadha!” jettee barsiiftuun kee xalayaa naaf barreessite......“Kana booda mana barumsaa hin deemtu. Manumattin si barsiifadha!” jetteen Toomiidhaan.

Akka seenaan isaa jedhutti ji'oota lama qofa barate Toomaas Ediisan. Garuu, abbaa argannoo addunyaa kanaa ifa nuuf laataa jirtuuti. Ampuulii kalaquuf yeroo 9999 yaalee, si'a 10000 irratti milkaa'e. Isayyuu xumura irratti ampuulii kalaqee hojjettoota isaa keessaa nama tokkotti akkanni bakka wayii ka'uuf itti laate. Innis harkaa fuudhee battaluma sanatti ampuulichi lafa harkaa rukutee caccabe. Eediisan dadhabbii amma kanaa itti dadhabee.....yeroo amma kanaa itti fixee yommuu jalaa caccabu, baay'ee nama hin aarsu. Nama aarsa dhugaa dubbachuuf! Ammas abdii muree hin dhiisne. Irra deebi'ee hojjechuu isaati. Hojjetee ammas hojjetaadhuma gaafa jalqabaa sanatti deebisee laate.

Hojii Eedisan kana irraa irra deddeebi'anii yaaluun milkaa'ina akka namaaf argamsiiftu barachuun baay'ee salphata. Abdii muruu dhiisuu dabalatee jechuudha.

#HeneriiFoordii abbaan argannoo konkolaataa, guyyaa  tokko akkas jedheen Eedisaniin...“Wanti kun tasumaa hin danda'amu;koottuutii na waliin kaampaanii koo keessa hojjennaa!” jedheen. Kanas hin dhageenye inni. Xumura irratti ampuulii hojjetee...“Inni ati hin danda'amu jette sun;ni danda'ama!” jechuun ampuulicha itti agarsiisuu danda'eera. Ajaa'iba!

Pirezedaantii Ameerikaa 16ffaa kan ture #AbrahaamLiinkan waggaa isaa 52ffaatti Ameerikaa bulchuuf carraa argate. Sanaan dura garuu kufaatii danuu jireenya isaa keessatti nama keessummeessedha. Garuu, mormiiwwanii fi kufaatii amma kanaatiif abdii muree dhiisuu hin dandeenye. Irra deddeebi'ee yaaluudhaan milkaa'eera!

Bulchaan guddaan Afrikaa Kibbaa duraanii, #NelsanMaandellaan bilisummaa uummata gurraachaa fiduuf waggoota 27'f mana siirreessaa keessa ture. Achiitii ba'ee Pirezedaantii Afrikaa Kibbaa ta'uu danda'eera. Wal-qixxummaa Adiif Gurraachaas mirkaneessuu danda'eera. Badhaasa beekamaa Addunyaa ‘Nobel Peace Prize’ fudhachuus danda'eera. Ajaa'iba. Wanti hundi kutannoo gaafatti!

Walumaagalatti, waan hundi kutannoo, irra deddeebi'anii yaaluu, abdii muruu dhiisuu irraan dhufa! Galatoomaa!

Egaa jedhaa! Walitti deebina yeroo biraa! Dubbisaa! Dubbisuun hanga du'aattiidha!

@XIIN_SAMMUU
@XIIN_SAMMUU
@XIIN_SAMMUU

8 months, 4 weeks ago
Guutuu biyyattiitti Humni Elektirikaa addaan cituun …

Guutuu biyyattiitti Humni Elektirikaa addaan cituun Humni Elektirikaa Itiyoophiyaa beeksise.

Har’aa sa’aatii 9:46 irraa eegalee naannawaa Baahirdaarirraa kan hafe guutuu biyyattiitti Humni Elektirikaa guutummaatti addaan cituu eerameera.

Rakkoo siistamaa mudateen walqabatee humni Elektirikaa kan addaan cite yoo ta’u, ka’umsa rakkichaa beekuuf tattaaffiin taasifamaa jiraachuu dhaabbatichi ibseera. 

Humna Elektirikaa addaan cite deebisuuf tattaaffiin eegalamuu ragaandhaabbaticharraa argame ni mul'isa via FBC

https://t.me/KARDAR_MEDIA

9 months ago

ℹ️ "Mobile Card" Guyyaa guyyaadhaan ittiin guuttachuu dandeessu, Maallaqa hedduus hojjechuu dandeessu!
             ⇣
Namoota hojii online hojjettan maraaf!

Karaa Telegram osoo homaayyuu hin dhama'iin, namaaf share taasisuu qofaan qarshii hedduu argadhaa!

Step 1 :-

Jalqaba link kana tuquun Start tuqaa!

https://t.me/hulepay_official_bot?start=r07255829184

Step 2 :-

Channel lamaan isiniif dhufan join taasisaa! Sana booda «Check» kan jedhu tuqaa!

Kaffaltii karaa Telebirr kan fudhattan yoo ta'u, Referral link keessan namaaf erguun qarshii hedduu hojjechuu dandeessu!

Nama tokkoon birrii tokko kan kaffalu yoo ta'u, akkasumas guyyaa guyyaadhaan bonus qaba!

We recommend to visit

Chaanaalli kun yeroo hundumaa Walaloowwan filatamoo fi ergaa guddaa qaban kan siniif dhiyeesaudha.

Yaada qabdan kamiifuu bot kana fayyadamaa
@Walaloo_bot


https://telega.io/?r=l9NDCHx-

Last updated 3 months, 1 week ago

Kaayyoon chanali kanaa faarfannaa haaraa fi kan durii isin biraan ga'uudhaafi
Dabalataan seenaalee garaa garaa isin biraan ga'uf

@Burqaa43

Last updated 1 year, 2 months ago

Last updated 2 days, 19 hours ago