Infinite Entertainment, Zero Cost: Get Your Free Books, Music, and Videos Today!

Quwwatul'Islaam

Description
#Kaayyoo channel #Quwwatulislaam
1- #Odeeffannoo waytaawaa kennuu
2- #Da'awaa gabaabaa fi barsiisaa ta'e laachuu
3- #Seenaa babbareedaa
4- #Dhaamsa fayyaa
5-#Sagantaa Wal-dorgommmii fikkf as irraa argattu
@Yaadaaf @jamaalmuhammad4971 na argattu
Advertising
We recommend to visit

بســــــــــــم الله الرحمن الرحيــــــــــــم
Ku Dhawaad 3000 Buug-Somali
Free Ah
Youtube:
https://shorturl.at/auGJZ
Diclamer:
https://telegra.ph/HA-DEG-DEGIN-AKHRI-11-15
© Somalibooks Pro Inc
- All Rights Reserved-⤵️
@Cabasho_Bot
@Tusmobook

Last updated 5 months, 1 week ago

Somali National Television is the principal public service broadcaster in Somalia.

Headquartered in Mogadishu.

Last updated 1 month ago

Kala soco Xikmad iyo Qormooyin Markasta Io Meelkasta.

Last updated 1 month, 3 weeks ago

2 days, 21 hours ago

🔷Yaa obboleessa kiyya qaalii !🔷
🔸Yaa obboleettii tiyya qaalii 🔸
🎤Rabbiin;;;;;;;;;
🍁Sodaa: Abuu bakriif
🍁Gootummaa :Umariif
🍁Arjummaa :Usmaaniif kenne siifis haa kennu............!!
🤲*🤲*🤲آمين يارب العالمين 🤲*🤲*🤲
@quwwatulislaam

3 days, 20 hours ago

🔶*🔶*🔶أيتها المرأة المسلمة
🔷احذري عن التبرج والسفور والإختلاط باالرجال...
💬Yaa dubartii muslimaa💬*🔶#Dhiiraan walitti makamuu,Qullaa deemuu,fi Hayaa'a dhabuu irraa fagaadhu.....
🔷#Rabbiin *Gaafa Qaama kee haguuggadhu siin jedhu simaafi,garuu warroonni dhihaa gaafa surree fi Qumtaadhaan deemi siin jettu faaydaa isaaniitiifi.....
Https://t.me/quwwatulislaam‌‌

🔶🔶🔶Aitha is a Muslim woman
🔷Warning against confusion and confusion with men.
💬O Muslim woman💬
🔶*#Avoid *intercourse with men,going naked,and losing Hayaa'a.
🔷*#When *Allah tells you to cover your body, it is for you, but when the westerners tell you to go with surreal and Qumta, it is for their benefit.
@quwwatulislaam

4 days, 14 hours ago


اَلسَلامُ عَلَيْكُم وَرَحْمَةُ اَللهِ وَبَرَكاتُهُ‎
SEENAA GABAABAA WAA'EE NABI MUHAMMADII ﷺ FI WAAHILLAN ISAA
GAAF TOKKO:- nabi muhammad ﷺ waahillan isaanii waliin taa'anii yaada itti aanu kana lafa kaayan akkana jedhan:-
ADUNYAA tana irratti anaaf wanta waa hunda caalaa mi'aa qaban wantoonni 3 ni jiri
1⃣.shittoo
2⃣.haadha warraalee nikaahaan fuuddhe.
3⃣.salaata. wantoonni sadeen kun boqonnaawwan ija(👁) tiyyaati.
ABAA BAKRI -ASIDIIQ :-sirrii jettani. anaafille wantoonni sadi wanta kamiyyuu olitti gab na godhu
1⃣.FUULA keessan arguu.
2⃣.maallaqa koo wanta isin barbaaddaniif oolchuu.
3⃣.intalli tiyya isinitti heerumuu.
UMAR BIN AL KHAXXAAB:- dhugaa dubbattanii jirtu anallee wantoonni sadi waa hunda caalaa na gammachiisu
1⃣. WANTOOTA gaarii raawwachuu.
2⃣. wanta badaarraa of qusachuu fi
3⃣. uffannaawwan MOOFAA uffachuu kootiin!!!
Usmaan.....
Aliyy.....
Jibriil...
ALLAH....
KUTAA 2ffaan itti fufa انشاء اللہ
T.me/quwwatulislaam

1 week, 1 day ago

As wr wb..
📚dhimma gargaarsa chaanaala quwwatulislaam san maa nu jalaa laaffistan Ahbaabii...

1 week, 2 days ago

🗄HUBACHIISA🗄
📚Gaaffiiwwan marsaa 53 ffaa kan bahan...
📂Fuula:  20-----30
📬Gaaffii: 60----115‌‌
📗*📗*📗📗📗📗📗📗📗
🗄🗄🗄NOTE🗄🗄🗄
📚The 53rd round of questions.
📂Page: 20-----30
📬Question: 60----1‌‌**15
t.me/quwwatulislaam

1 week, 2 days ago

🗄🗄🗄HUBACHIISA🗄*🗄*🗄
📚Gaaffiiwwan marsaa 53 ffaa kan bahan...
📂Fuula: 20-----30
📬Gaaffii: 60----15**

2 weeks, 2 days ago

As wr wb
📗Akkami wal dorgommii marsaa kanaaf qophooftanii jirtuu....

2 weeks, 2 days ago

🔶Barnootni marsaa kanaa kitaabicha siiraa Rasuulaa s.a.w kana irraa waan bahuuf hamma fuula 19 tti dubbisaa.. Hamma gaaffii 60tti...

2 weeks, 3 days ago

📗Sagantaan deeggarsa chaanaala quwwatulislaam guyyaa har'aa kana irraa jalqabeera....
📡Meeshichi bitamuuf deemu qarshii 50,000tti tilmaamama...
🎙Kanaafuu guyyaa har'aa kana irraa kaasaatii bira nuuf dhaabbadhaa......!!
🕸Account no. 1000525167357
🌵Name ;jemal Muhammad
🐦🔥*🐦🔥*🐦🔥🐦🔥🐦🔥🐦🔥🐦🔥🐦🔥🐦🔥🐦🔥
🌷 Maqaa namoota deeggarsa raawwatanii..
1.Bintul islaam
Qar. 1000
2.Samira
Qar. 2000

  1. Yeroo waa ergitan keessaan nu dubbisaa...
    👇👇👇👇👇**
    @Quwwatulislaam_bot

3 weeks, 4 days ago

𝑪𝑯𝑨𝑨𝑵𝑨𝑨𝑳𝑰𝑰 𝑨𝑲𝑲𝑨𝑴𝑰𝑰 𝑩𝑨𝑹𝑩𝑨𝑨𝑫𝑫𝑼𝑼⁉️
𝑾𝑯𝑨𝑻 𝑪𝑯𝑨𝑵𝑵𝑬𝑳 𝑫𝑶 𝑻𝑯𝑬𝒀 𝑾𝑨𝑵𝑻⁉️

Chaanaalii Akkamii Barbaaddu⁉️ Chaanaalota Barbaachisoo ta'an hundaayyuu isiniif qabannee dhufneerra join godhaa itti fayyadamaa

ምን ቻናል ይፈልጋሉ⁉️  እንድትቀላቀሉ እና እንድትጠቀሙባቸው ሁሉም አስፈላጊ ቻናሎች አሉን።

𝐓𝐡𝐢𝐬 𝐈𝐬 𝐇𝐨𝐩𝐞 𝐏𝐫𝐨𝐦𝐨𝐭𝐢𝐨𝐧
         𝐀𝐝𝐯𝐞𝐫𝐭𝐢𝐬𝐢𝐧𝐠 𝐓𝐞𝐥𝐞𝐠𝐫𝐚𝐦
          𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥𝐬//𝐆𝐫𝐨𝐮𝐩𝐬
@Rafiqul_Islaam

𝐀𝐝𝐬: 👇
@Hope_promotions
@GurgurtaaChaanaalii

We recommend to visit

بســــــــــــم الله الرحمن الرحيــــــــــــم
Ku Dhawaad 3000 Buug-Somali
Free Ah
Youtube:
https://shorturl.at/auGJZ
Diclamer:
https://telegra.ph/HA-DEG-DEGIN-AKHRI-11-15
© Somalibooks Pro Inc
- All Rights Reserved-⤵️
@Cabasho_Bot
@Tusmobook

Last updated 5 months, 1 week ago

Somali National Television is the principal public service broadcaster in Somalia.

Headquartered in Mogadishu.

Last updated 1 month ago

Kala soco Xikmad iyo Qormooyin Markasta Io Meelkasta.

Last updated 1 month, 3 weeks ago