Infinite Entertainment, Zero Cost: Get Your Free Books, Music, and Videos Today!

Quwwatul'Islaam

Description
#Kaayyoo channel #Quwwatulislaam
1- #Odeeffannoo waytaawaa kennuu
2- #Da'awaa gabaabaa fi barsiisaa ta'e laachuu
3- #Seenaa babbareedaa
4- #Dhaamsa fayyaa
5-#Sagantaa Wal-dorgommmii fikkf as irraa argattu
@Yaadaaf @jamaalmuhammad4971 na argattu
Advertising
We recommend to visit

بســــــــــــم الله الرحمن الرحيــــــــــــم
Ku Dhawaad 3000 Buug-Somali
Free Ah
Youtube:
https://shorturl.at/auGJZ
Diclamer:
https://telegra.ph/HA-DEG-DEGIN-AKHRI-11-15
© Somalibooks Pro Inc
- All Rights Reserved-⤵️
@Cabasho_Bot
@Tusmobook

Last updated 5 months, 3 weeks ago

Somali National Television is the principal public service broadcaster in Somalia.

Headquartered in Mogadishu.

Last updated 1 month, 2 weeks ago

Kala soco Xikmad iyo Qormooyin Markasta Io Meelkasta.

Last updated 5 days, 7 hours ago

2 дня, 12 часов назад

Fazakkir / yaadachiisi
﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩
#Waa**'ee Ni'imaa/Qananii fayyaa Hadiisaan

ﻗﺎﻝ ﺭﺳﻮﻝ ﺍﻟﻠﻪ " ﷺ"
Ergamaan rabbii ﷺ akkana jedhan.

‏« ﻣﻦ ﺃﺻﺒﺢ ﻣﻨﻜﻢ ﺁﻣﻨﺎ ﻓﻲ ﺳﺮﺑﻪ ﻣﻌﺎﻓﻰ ﻓﻲ ﺟﺴﺪﻩ ﻋﻨﺪﻩ ﻗﻮﺕ ﻳﻮﻣﻪ ﻓﻜﺄﻧﻤﺎ ﺣﻴﺰﺕ ﻟﻪ ﺍﻟﺪﻧﻴﺎ "

"isinirraa namni bariisifate maatii isaa keessatti nagayan, kan qaamni isaa fayyaa, Kan nyaata guyyaa sanii qabu bariisifate akka waan duniyaan hundi walitti isaa qabamteeti".
﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩

ﻧﻌﻤﺘﺎﻥ ﻣﻐﺒﻮﻥ ﻓﻴﻬﻤﺎ ﻛﺜﻴﺮ ﻣﻦ ﺍﻟﻨﺎﺱ: ﺍﻟﺼﺤﺔ، ﻭﺍﻟﻔﺮﺍﻍ#Ni'imaa ykn qanannii lama hedduun ilma namaa irraa dagame, Yeroo fi fayyaadhaa.
﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩
‏( ﺍﻏْﺘَﻨِﻢْ ﺧَﻤْﺴًﺎ ﻗﺒﻞَ ﺧَﻤْﺲٍ : ﺷَﺒﺎﺑَﻚَ ﻗﺒﻞَ
ﻫِﺮَﻣِﻚَ، ﻭﺻِﺤَّﺘَﻚَ ﻗﺒﻞَ ﺳَﻘَﻤِﻚَ، ﻭﻏِﻨﺎﻙَ ﻗﺒﻞَ ﻓَﻘْﺮِﻙَ، ﻭﻓَﺮَﺍﻏَﻚَ ﻗﺒﻞَ ﺷُﻐْﻠِﻚَ، ﻭﺣَﻴﺎﺗَﻚَ ﻗﺒﻞَ ﻣَﻮْﺗِﻚَ

Waa shan waa shan dura saamadhu.

~Dargaggummaa kee dullummaan duratti.

~Fayyaa kee dhukkubasatuun duratti.

~Durummaa kee hiyyumaan duratti.

~Yeroo boqqoonaa kee shaagalamuun duratti.

~Jiruu kee du'a dura saamadhu jedhan.
﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩
#JOIN_SHARE
📚*📚*📚
https://t.me/quwwatulislaam

2 дня, 15 часов назад

🚧Barnoota wal dorgommii marsaa 56ffaatii dubbisaa....
♻️Name:Seenaa Nabiyyii s.a.w Gaaffii fi deebii
📡Size:1.6MB
📚Amount of Reading:50--60
@quwwatulislaam

3 дня, 10 часов назад

🔞Akeekkachiisa Namoota Daldala online hundaaf...
🚳*🚳*🚳🚳🚳🚳🚳🚳🚳
♻️As wr wb ,Akkuma beekkamu yeroo ammaa kana Gar guddaan Shabaaabaa/dargaggoo Daldala online kanaaf halkan irriba nama dhooggee guyyaas linkiidhaan mataa nama dhukkubsaa oolaa jira....
📵 Yaa obboleessa kiyya,sila Ati Birriidhaaf jecha diinaa kee akka gurgurataa jirtu ni beektaa
🚱Daldala kana keessa waan jirurraa tokko badii irratti isaan gargaaruudha.....kanas beeki‼️ Osoo Ciisaniituma mallaqa galchuun kan danda'amu taatee wanti hiyyeessi dhagaa cabsee dafqa ufii hin nyaatu ture.........
🌐🌐Mee itti yaadi ❗️
#JOIN_SHARE
⭕️*⭕️*
@quwwatulislaam

1 неделя, 2 дня назад

🔹🔹🔹As wr wb..
●mee namoonni akka carraa ta'ee Afaanuma kamiinuu chaanaala kanaaf hojjachuu feetan uf nuu kennaa...kana jechuun Ergaalee Hawaasa keenya fayyadan post godhuu fa'a...

1 неделя, 2 дня назад


اَلسَلامُ عَلَيْكُم وَرَحْمَةُ اَللهِ وَبَرَكاتُهُ‎🌹
🍃 Karaa shamara takkaa irratti qoree hin facaasin....maaltu beeka karaa sana keessa obboleettiin tee miila qullaa dabruu dandeessii......!
🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺
@quwwatulislam

1 неделя, 3 дня назад

🪵🪵🪵HUBACHIISA🪵🪵🪵 *📚Gaaffiiwwan marsaa kanaa{55ffaa} kan bahan...
📂Fuula:  40-----50
📬Gaaffii: 173----229
🚧*🚧🚧🚧🚧🚧🚧🚧🚧🚧

2 недели, 3 дня назад

🔷Yaa obboleessa kiyya qaalii !🔷
🔸Yaa obboleettii tiyya qaalii 🔸
🎤Rabbiin;;;;;;;;;
🍁Sodaa: Abuu bakriif
🍁Gootummaa :Umariif
🍁Arjummaa :Usmaaniif kenne siifis haa kennu............!!
🤲*🤲*🤲آمين يارب العالمين 🤲*🤲*🤲
@quwwatulislaam

2 недели, 4 дня назад

🔶*🔶*🔶أيتها المرأة المسلمة
🔷احذري عن التبرج والسفور والإختلاط باالرجال...
💬Yaa dubartii muslimaa💬*🔶#Dhiiraan walitti makamuu,Qullaa deemuu,fi Hayaa'a dhabuu irraa fagaadhu.....
🔷#Rabbiin *Gaafa Qaama kee haguuggadhu siin jedhu simaafi,garuu warroonni dhihaa gaafa surree fi Qumtaadhaan deemi siin jettu faaydaa isaaniitiifi.....
Https://t.me/quwwatulislaam‌‌

🔶🔶🔶Aitha is a Muslim woman
🔷Warning against confusion and confusion with men.
💬O Muslim woman💬
🔶*#Avoid *intercourse with men,going naked,and losing Hayaa'a.
🔷*#When *Allah tells you to cover your body, it is for you, but when the westerners tell you to go with surreal and Qumta, it is for their benefit.
@quwwatulislaam

2 недели, 4 дня назад


اَلسَلامُ عَلَيْكُم وَرَحْمَةُ اَللهِ وَبَرَكاتُهُ‎
SEENAA GABAABAA WAA'EE NABI MUHAMMADII ﷺ FI WAAHILLAN ISAA
GAAF TOKKO:- nabi muhammad ﷺ waahillan isaanii waliin taa'anii yaada itti aanu kana lafa kaayan akkana jedhan:-
ADUNYAA tana irratti anaaf wanta waa hunda caalaa mi'aa qaban wantoonni 3 ni jiri
1⃣.shittoo
2⃣.haadha warraalee nikaahaan fuuddhe.
3⃣.salaata. wantoonni sadeen kun boqonnaawwan ija(👁) tiyyaati.
ABAA BAKRI -ASIDIIQ :-sirrii jettani. anaafille wantoonni sadi wanta kamiyyuu olitti gab na godhu
1⃣.FUULA keessan arguu.
2⃣.maallaqa koo wanta isin barbaaddaniif oolchuu.
3⃣.intalli tiyya isinitti heerumuu.
UMAR BIN AL KHAXXAAB:- dhugaa dubbattanii jirtu anallee wantoonni sadi waa hunda caalaa na gammachiisu
1⃣. WANTOOTA gaarii raawwachuu.
2⃣. wanta badaarraa of qusachuu fi
3⃣. uffannaawwan MOOFAA uffachuu kootiin!!!
Usmaan.....
Aliyy.....
Jibriil...
ALLAH....
KUTAA 2ffaan itti fufa انشاء اللہ
T.me/quwwatulislaam

3 недели, 2 дня назад

As wr wb..
📚dhimma gargaarsa chaanaala quwwatulislaam san maa nu jalaa laaffistan Ahbaabii...

We recommend to visit

بســــــــــــم الله الرحمن الرحيــــــــــــم
Ku Dhawaad 3000 Buug-Somali
Free Ah
Youtube:
https://shorturl.at/auGJZ
Diclamer:
https://telegra.ph/HA-DEG-DEGIN-AKHRI-11-15
© Somalibooks Pro Inc
- All Rights Reserved-⤵️
@Cabasho_Bot
@Tusmobook

Last updated 5 months, 3 weeks ago

Somali National Television is the principal public service broadcaster in Somalia.

Headquartered in Mogadishu.

Last updated 1 month, 2 weeks ago

Kala soco Xikmad iyo Qormooyin Markasta Io Meelkasta.

Last updated 5 days, 7 hours ago