Lammii Motivation

Description
Yaadota jijjiiramaa kan yoo ilaalan
Onnee to'atu yoo hubatan sammuu qubatu
Of keessaa qaba share godhaa irraa fayyadamaa
Kaayyon isaa :Namni kaayyoo isaa beekee e akka jijjiramu gargaaruuf
Yaadaaf @LammiiAbraahim qunnamuu dandeessu
Advertising
We recommend to visit

Jeet ek Nasha hai aur is Nashe ki Factory ka mai ek lauta Baadshah hoon !

My Telegram Channel Link
https://t.me/+S9lLIcfDkRrhG-VZ

For Any Query Contact
My Username - @RehanBaadshah

Last updated 1ย week, 4ย days ago

Youtube Irraattis nu Argattu

https://www.youtube.com/c/KaachuuEntertainment

Yaada qabdan kamiifuu bot kana fayyadamaa
@Walaloo_bot

Last updated 1ย month, 2ย weeks ago

๐—๐—ถ๐—ฟ๐—ฒ๐—ฒ๐—ป๐˜†๐—ฎ ๐—บ๐—ถ๐—น๐—ธ๐—ฎ๐—ฎ'๐—ฎ๐—ฎ ๐—ท๐—ถ๐—ฟ๐—ฎ๐—ฎ๐—ฐ๐—ต๐˜‚๐˜‚๐—ณ ๐—ธ๐—ฎ๐—ธ๐—ฎ'๐˜‚๐˜‚๐—บ๐˜€๐—ฎ ๐—ฌ๐—”๐—”๐——๐—”๐—” ๐—ณ๐—ถ ๐——๐—”๐—ก๐——๐—˜๐—˜๐—ง๐—ง๐—œ๐—œ ๐—ฑ๐—ต๐—ผ๐—ธ๐—ฎ๐˜๐—ฎ๐—ฎ ๐—ผ๐—ณ๐—ถ๐—ถ๐˜๐˜๐—ถ ๐—ณ๐—ฎ๐˜†๐˜†๐—ฎ๐—ฑ๐—ฎ๐—บ๐˜‚๐˜‚๐—ณ ๐—พ๐—ผ๐—ฝ๐—ต๐—ถ๐—ถ ๐˜๐—ฎ'๐˜‚๐˜‚ ๐—ฏ๐—ฎ๐—ฟ๐—ฏ๐—ฎ๐—ฎ๐—ฐ๐—ต๐—ถ๐˜€๐—ฎ!
๐Ÿ’ฅ @Oromoo_Inspire_YaadaafBot ๐Ÿ’ฅ

Last updated 1ย week, 5ย days ago

1ย week, 4ย days ago

[Channel kana hin qabdu taanaan barreeffama armaan gadii kana irratti cuqaasuun join godhadhu!
    โ‡ฃโ‡ฃ  โ‡ฃโ‡ฃ  โ‡ฃโ‡ฃ  โ‡ฃโ‡ฃ
โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”“
Gorsaa fi Barnoota
โ”—โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”›

โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”“
Seenaa Barsiisoo
โ”—โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”›

โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”“
  Qur'aanaa fi hadiisa
โ”—โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”›

โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”“
Jechoota mimmiidhagoo
โ”—โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”›

โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”“
Barnoota bu'uura islaamaa
โ”—โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”โ”›

Waliin barannee waliis haa barsiifnuu๐Ÿ“š๐Ÿ“š

โ Dhugumatti ani waan baay'ee irraa barataan jira. Isinis baradhaa hiriyoota keessanis affeeraa! Galatoomaa!

โ–ˆโ–ˆโ–ˆโ–“โ–’โ–บJOIN โ–บโ–’โ–“โ–ˆโ–ˆโ–ˆ
  โ–ˆโ–ˆโ–ˆโ–“โ–’โ–บJOIN โ–บโ–’โ–“โ–ˆโ–ˆโ–ˆ
  โ–ˆโ–ˆโ–ˆโ–“โ–’โ–บJOIN โ–บโ–’โ–“โ–ˆโ–ˆโ–ˆ
  โ–ˆโ–ˆโ–ˆโ–“โ–’โ–บJOIN โ–บโ–’โ–“โ–ˆโ–ˆโ–ˆ
  โ–ˆโ–ˆโ–ˆโ–“โ–’โ–บJOIN โ–บโ–’โ–“โ–ˆโ–ˆโ–ˆ](https://t.me/+0puaGJwLzLgyY2U8)

2ย weeks, 4ย days ago

ODUU AMMEE

Dhaabbachuudhaaf Guyyaa Muraasatu Hafee Kanaafuu Namni Itti Fayyadamaa Hin Jirre amma Irraa Eegalaa Itti Fayyadamaa!!

Join our ongoing Referral Contest on this bot and win exciting cash prizes! ๐ŸŽ๐ŸŽ๐ŸŽ
โฐReferral Contest coming to close on แˆฐแŠ” 1 (Bitootessa 1 ) Ethiopian Calendar.โฐโณ

โ„น๏ธ "Mobile Card" Guyyaa guyyaadhaan ittiin guuttachuu dandeessu, Maallaqa hedduus hojjechuu dandeessu!
             โ‡ฃ
Namoota hojii online h ojjettan maraaf!

Karaa Telegram osoo homaayyuu hin dhama'iin, namaaf share taasisuu qofaan qarshii hedduu argadhaa!

Step 1 :-

Jalqaba link kana tuquun Start tuqaa!

https://t.me/hulepay_official_bot?start=r07255829184

Step 2 :-

Channel lamaan isiniif dhufan join taasisaa! Sana booda ยซโœ…Checkยป kan jedhu tuqaa!

Kaffaltii karaa Telebirr kan fudhattan yoo ta'u, Referral link keessan namaaf erguun qarshii hedduu hojjechuu dandeessu!

Nama tokkoon birrii tokko kan kaffalu yoo ta'u, akkasumas guyyaa guyyaadhaan bonus qaba!

2ย weeks, 4ย days ago

๐‘ช๐‘ฏ๐‘จ๐‘จ๐‘ต๐‘จ๐‘จ๐‘ณ๐‘ฐ๐‘ฐ ๐‘จ๐‘ฒ๐‘ฒ๐‘จ๐‘ด๐‘ฐ๐‘ฐ ๐‘ฉ๐‘จ๐‘น๐‘ฉ๐‘จ๐‘จ๐‘ซ๐‘ซ๐‘ผ๐‘ผโ‰๏ธ
๐‘พ๐‘ฏ๐‘จ๐‘ป ๐‘ช๐‘ฏ๐‘จ๐‘ต๐‘ต๐‘ฌ๐‘ณ ๐‘ซ๐‘ถ ๐‘ป๐‘ฏ๐‘ฌ๐’€ ๐‘พ๐‘จ๐‘ต๐‘ปโ‰๏ธ

Chaanaalii Akkamii Barbaadduโ‰๏ธ Chaanaalota Barbaachisoo ta'an hundaayyuu isiniif qabannee dhufneerra join godhaa itti fayyadamaa

แˆแŠ• แ‰ปแŠ“แˆ แ‹ญแˆแˆแŒ‹แˆ‰โ‰๏ธ  แŠฅแŠ•แ‹ตแ‰ตแ‰€แˆ‹แ‰€แˆ‰ แŠฅแŠ“ แŠฅแŠ•แ‹ตแ‰ตแŒ แ‰€แˆ™แ‰ฃแ‰ธแ‹ แˆแˆ‰แˆ แŠ แˆตแˆแˆ‹แŒŠ แ‰ปแŠ“แˆŽแ‰ฝ แŠ แˆ‰แŠ•แข

๐“๐ก๐ข๐ฌ ๐ˆ๐ฌ ๐‡๐จ๐ฉ๐ž ๐๐ซ๐จ๐ฆ๐จ๐ญ๐ข๐จ๐ง
         ๐€๐๐ฏ๐ž๐ซ๐ญ๐ข๐ฌ๐ข๐ง๐  ๐“๐ž๐ฅ๐ž๐ ๐ซ๐š๐ฆ
          ๐‚๐ก๐š๐ง๐ง๐ž๐ฅ๐ฌ//๐†๐ซ๐จ๐ฎ๐ฉ๐ฌ
@Rafiqul_Islaam

๐€๐๐ฌ: ๐Ÿ‘‡
@Hope_promotions
@GurgurtaaChaanaalii

2ย weeks, 4ย days ago

โœNamootaa fi yeroon kitaaba caalaa si barsiisuuf humna qaba
@Lemimotivation
@Lemimotivation

2ย weeks, 5ย days ago

โœNamoota jireenya ofii fi maatii isaanii fooyyessuuf carraaqaa jiran hundaaf
๐Ÿ’ชAti osoo teessee boqochuu barbaadduu ๐Ÿ‘‰ Sababa rakkinni mana keetii sitti mul'atuuf gadi baatee hojjatta
๐Ÿ’ชAti kan rakkina maatii keetii ijaan arguu dadhabdee ๐Ÿ’ช๐Ÿ’ช๐Ÿ’ช๐Ÿ’ชOfii kee irratti murteessitee jijjiiramuuf manaa baate ๐Ÿ’ช๐Ÿ’ช๐Ÿ’ชAti kan jireenyi sitti ulfaatee yeroo itti siif hojjatamuu qabutti namaaf hojjachaa jirtu
๐Ÿ’ชAti kan Obboleessa kee yookiin obboleettii kee galmaan ga'uuf tattaaffii hadhaawaa godhaa jirtu
๐Ÿ’ชAbshiir sanyiin ati dhaabaa jirtu biqiltee daraaruuf yeroo muraasa qofaatu hafe waan ta'eef jabaadhu ๐Ÿ’ชAkkuma kutattee manaa baatetti abdii godhadhu
๐Ÿ’ช Kabajamoo jireenyi lafa irraa kun ๐Ÿ’ชTaatee garagaraa of keessaa qabdi ๐Ÿ’ชAti immoo dhuunfaa keetitti wanta baay'ee keessummeessuu dandeessa
๐Ÿ’ชGuyyaan dhufu hundi taraarrii kaa'ee darba
๐Ÿ’ช Kabajamoo ati jijjiiramuuuf filannoo hedduu barbaaduutti jirta๐Ÿ’ชYoo maal gootee fi akkamitti hojjatte akka jijjiiramtu silaa beektee hedduu sitti tola nin hubadha
Haala akkanaa keessatti wantoota godhuu qabdu sadi siif himaa na hordofi
1.๐Ÿ‘‰Jijjiiramni jireenyaa adeemsa ta'uu hin dagatin
๐Ÿ’ชHojii guyyaa hunda hojjattu keessaan Milkaa'ina barbaaddutti akka dhiyaachu jirtu hin dagatin
๐Ÿ’ชDhagaan tokkichi ati har'a wal irra keessu boru walitti dabalamee fooqii injifannoo keetii akka ijaaru hubadhu
๐Ÿ’ช Kanaaf guyyaa hunda gaafa hojjattu galma keetitti siquu kee yaadi ๐Ÿ’ชBakka kaleessaa ol akka taate amani
๐Ÿ’ชBeekumsa Maallaqa akkasumas bu'aa argachaa jirtu hunda ๐Ÿ’ช Jijjiirama fuulduraatiif oolchi
๐Ÿ’ชAti imaltuu kaayyoo keetiiti waan ta'eef bashannana xiqqeessi
๐Ÿ’ชGaafa ofii kee wajji haasoftu jechoota kee filadhu hin dagatin haasofni ati ofii kee wajji gootu waliigaltee addunyaan kun akkanutti akka si ilaaltu murteessituudha waan ta'eef of-eegi
Kanaaf kabajamoo jijjiirramni bakka gahanii dhaabbatan osoo hin taane bakka guyyaa hunda ga'uuf deeman akka ta'e hin dagatin
2.๐Ÿ‘‰Wanta si barbaachisu qofa irratti xiyyeeffadhu
๐Ÿ’ช Kabajamoo gaafa akkanatti murattee jijjiirramuuf baate wantoonni galma keetirraa si daangessan karaa kee gubbaatti hiriiranii si eeguu eegalan ๐Ÿ’ชWantoonni Gariin yeroo kee si jalaa fixuuf wantoonni gariin maallaqaa fi humna kee si jalaa fudhachuuf siin marsan
๐Ÿ’ชGuyyaa hunda yeroo mana keetii ba'uuf deemtu ๐Ÿ‘‰ Maaliif akka deemtu beeki
๐Ÿ’ชwanta jireenya kee irratti gatii hin daballe gonkuma hin godhin
๐Ÿ’ช Kabajamoo jijjiirramuu kee namoonni eegaa jiran akka jiran yeroo hunda yaadadhu
๐Ÿ’ชWanti ati irratti xiyyeeffattu humna kee fudhachuun isaa hin oolu ๐Ÿ’ช Kanaaf hiriyaa filadhu yoo ta'u baate kophaa kee kaayyoo tee qabadhuu imali
3.๐Ÿ‘‰Akka Leencaatti hojjadhu
๐Ÿ’ช Hiyyummaa fi dhabni kan cabu hojjachuu fi hojjachuu qofaan akka ta'e beekamaadha
๐Ÿ’ชHojii keessatti murteessaan hangam hojjattee osoo hin taane hangam bu'a qabeessa taate kan jedhuudha
๐Ÿ’ช Yoo nama bira hojjatta ta'e akka hojiin sun kankee ta'etti hojjadhu
๐Ÿ’ชHanga siif kafalamuu ol hojjadhu๐Ÿ’ชGuyyaa tokko abbaa hojii sanii taata yoo ta'u baate immoo hojii kankee argatta
๐Ÿ’ช Hojii hojjattu hunda akka yeroo biraa hin hojjannetti humnaa fi bilchinaan hojjadhu
๐Ÿ’ชOsoo hin eegalin itti yaadaa hojjadhu
๐Ÿ’ชWanta irraa argattu osoo hin taane ๐Ÿ’ชwanta kennitu irratti xiyyeeffadhu
๐Ÿ’ชMaal irraa fayyadamee osoo hin taane ๐Ÿ’ชMaalin fayyadaa jira jedhi๐Ÿ’ช Kabajamoo nama namaaf yaadu yeroo hunda namni isaaf yaadu ni jira
Kanaaf hojii kee sirriitti hojjadhu
๐Ÿ’ชRakkinoonni kee hundi furmaata argatee yeroon haara galfii keetii dhufuun kee hin oolu deemsi kee fuulduratti haa ta'u
Lammii Motivation
Leenjisaaa Milkaa'inaa & Motivational Speaker
@Lemimotivation
@Lemimotivation
Yaadota akkanaa hedduu argachuuf Chaanaalii keenya join godhuu hin dagatinaa namoota birootiif share
"Dhaloota Mul'ata Qabatee Mul'atu Uumaa Jirra"

2ย months, 2ย weeks ago

Sammuun tee yeroo hunda akka ati harka kennituu fi miira kanaan liqimfamtu barbaaddi ati sammuu tee olitti yaadi onnee tee tuqaa gurraacha irraa haqi akkuma kan deeme bakka gadi lakkise namni bakka bu'us akka jiru hin dagatin
7.Ammatti hariiroo kamiyyuu keessa hin galin
Namoonni baay'een osoo madaa jalqabaa irraa hin fayyin hariiroo biroo keessa galan ati kana hin godhin
Baqqaa kun barnoota bareedaa siif haa ta'u yoo rabbi fedhee hariiroo biroo eegalte akka duraa fudhatuuf osoo hin taane kennuufi gammachuu qabdu kana qooduuf haa ta'u
Hanga siif danda'ametti ieessa kee yaadota biroo gaariin guutaa deemi xiyyeeffannoo hariiroo kufte tana irra osoo hin taane mataa kee irratti haa ta'u siin jedha
Miira kana keessaa baatee jireenya bareedaa irrra jiraachuu akkan dhaga'u abdiin qaba
Lammii Motivation
@Lemimotivation@Lemimotivation Dhaloota mul'ata qabatee mul'atu uumaa jirra
Lammii Motivation
Gorsaa jireenyaa fi Leenjisaaa Milkaa'inaa

2ย months, 2ย weeks ago

Gaaffii Karaa keessaatiin nuuf dhiyaate
Lammi motivation.  duran durse hedduun barnoota jireenya kiyyaf bu'ura taahe hedduu sirraa arkaadhe. kana maales dhugumattin if arkaadhe hedduu galatoomi sin jechu barbaada. Ittii anse wan jechu barbaaduratti gorsa ykn akka dhamsalle taatu akka naf kanitun fadhe. Innis wayee jalaalarratti. ani naman hedduuu jalaadhuun qaba, yeroo jalqabatifi kanin isaa jaladhe gara wagga 2 fixuu jirra. innis heddu najalata ture garu immoo amallii isaa jijirama dhufe osoo akka natti jijirame bekutin callisee jalalan if mohe akka nama agarre taahe gara baati 5 ol ture inuma guyya guyyarran jecha duran hin qabne natti darbata dhufe. kanan anis keyssa kiyyan mariyadhe ifirra isarra adda baahe jechu. duba amma wanin jechuy barbaade isa irranfachu dadhabee wanin isaa walin dabarse nin yayadadha if irranfachisuf nin yaala gara dadhabe maalin godhu qaba me maal na gorsita?
Deebii
Lammii Motivation

Gama gaaffii keetitti yoo deebinu jaalala keessatti wanti guddaa fi murteessaan miira nuti waliif qabnuudha
Nama tokko jaalachuu keenya kan nutti argisiisu miira nuti nama saniif qabnuudha amma akkan sirraa hubadhetti namni ati jaalattu kun akka ati jaalattutti si jaalachuutti akka hin jirree fi san bira darbee mallattoolee tokko tokko bifa jechootaatiin agarsiisaa jiraachuu isaati
Nama duraan jaalachaa turre dhiisii nama wajji jiraachaa turreehuu yeroo adda baanu keessi keenya hin fedhu
Sababni guddaan keessi kee isa irraanfachuu dideef inni waan si keessa jiruufi kana beeki
Kanaaf ati isaan adda ba'e jettee yaaddus kan adda baateen qaamaani malee miiraa fi yaadannoonii miti
Akka si gargaaruuf wantoota armaan gadii kana godhi
1.Miira yeroo waa'ee isaa yaaddu sitti dhufu ofirraa baasi
๐Ÿ‘‰ Waa'ee nama kanaa yeroo yaadduu fi yaadannoon hedduun wajji dabarsitan yeroo keessa kankee deebi'u miira san bifa inni sitti dhufeen yeroo tokko keessummeessi
Sa'aatii sanitti wanta sitti dhaga'amu waraqaa irratti barreessii ciri kukkuti yeroo kana gootu keessa keetitti himaa godhi kana booda nama kana keessa keetitti qabattee akka hin deemne waadaa ofii seeni
2.Si keessaa eenyummaan isa barbaaddu akka jirtu beeki
Jaalala keessatti wanti akka malee nama ajaa'ibu Erguma nama saniin  adda baatanillee silaa namni sun jireenya keetitti deebi'ee keessi kee walakkaan tokko ni fedha kana beeki gaafa wanti akkasii si qunname qabsoo waliin hin qabin xiyyeeffannoo kee jijjiirii wanta biroo faa hojjadhu akkuma dhufetti dabra waan ta'eef
3.Jaalala keessatti adda ba'uun akka jiru amani
Addunyaan jaalalaa tantee tan nama tokko irratti daangeffamtuu miti
Namni kun jireenya kee keessaa ba'e jechuun namni biroo kan nama kana siif caalu hin dhufu jechuu miti
Sammuun kee yeroo kana akka nama kana malee namni biroo hin jirretti akka ati yaaddu barbaaddi ati immoo irratti beekii keessa kee abdii fi dhugaan guuti nama kana dhabde jechuun nama biroo hin argattu jechuu miti
4.Osoo namni kun hin dhufin dura mataa keetii wajji jiraachaa turte kana hin dagatin
Namoonni yeroo baay'ee jireenya jaalalaa keessatti kan miidhaman nama isaan miidhe caalaa isaan kan of miidhantu caala
Ati nama kanaan kan wal barte waggaa 2 dura san dura bar ofii keetii wajji jiraachaa turte eenyuuf jecha har'a of-jibbita ree eenyuuf jecha gaddita ree
Sitti himuu namni ati jaalattu kunuu kan si jaalateef sababa ati yeroo san of jaalattee gammadduu taateefi har'a immoo yoo bakka inni itti si darbe sanitti of-dhiiste eenyuutu siif jiraata
5.Kaayyoo tee wajjiin jireenya haaraa eegali
Addunyaa tanarratti akka keessetti wanti sitti hin jijjiiramne kaayyoo fi rabbii kee qofa kanaaf kaayyoo kee irratti deebi'i yoo duraan xiqqoo hojjatte dachaa godhii hojjadhu hubadhu gaafa ati miira kanaaf harka kennuu diddee imala eegalte rabbiin gaachana siif ta'a
6.Ani maaliif kun na qunname hin jedhin

2ย months, 2ย weeks ago

Hin dagatin maatiin kee haala hunda keessatti si duuba akka jiran amani waa'ee isaanii cinqamuu osoo hin taane guyyaa hunda keessaan wanta narraa eegamu godhuuttin jiraa jedhii of gaafadhu
Osoo maatiin kiyyaa silaa yunivarsiitii keeessa jiraatee na arge wanta an itti jiru kanaan narraa gammadan moo natti rifatan jedhii deemsaa fi ejjennoo kee guutuu sarara kaayyoo irra godhadhuu deemi
7.Mul'ata Guddaa lafa kaayyadhu
Warri har'a addunyaa tana irratti Milkaa'inaa wajji maqaa isaanii kaasnu hundi maallaqa maatii isaanii osoo hin taane mul'ata keessa isaanii irraahi
Ati har'a fuuldura kee yoo bocatte duubni kee kan fedhe yoo ta'e waggaa muraasa booda namni akka keetitti barbaadamu hin jiru
Kanaaf kana beekii gurra cufadhuu du'aaii godhachaa barumsaa fi jireenya kee itti fufi siin jedha
Lammii Motivation
Jijjiiramtee department kanaan milkooftee akkan dhaga'u abdiin qaba jabaadhu
@Lemimotivation
@Lemimotivation
Dhaloota mul'ata qabatee mul'atu uumaa jirra
Lammii Motivation
Leenjisaaa Milkaa'inaa

2ย months, 3ย weeks ago

[๐Ÿ“Œ Manicha irratti tuquudhaan banaa seenaa!
       โ”โ”“
       โ”ƒโ”ƒโ•ฑโ•ฒ
       โ”ƒ โ•ฑโ•ฑโ•ฒโ•ฒ
       โ•ฑโ•ฑโ•ญโ•ฎโ•ฒโ•ฒ
       โ–”โ–โ”—โ”›โ–•โ–”
    โ•ฑโ–”โ–”โ–”โ–”โ–”โ–”โ–”โ–”โ–”โ–”  โ•ฒ
โ•ฑ       ฯ‰ั”โ„“ยขฯƒะผั”โ„ข             โ•ฒ
   โ•ฑโ•ฑ  โ”โ”ณโ”“โ•ญโ•ฎ โ”โ”ณโ”“   โ•ฒโ•ฒ
    โ–”โ– โ”—โ”ป   โ”ƒโ”ƒ โ”—โ”ปโ”›  โ–•โ–”

Open Home - Click here](https://t.me/addlist/h9UzbwTWDkQwOTNk)

โž• ๐€๐๐ ๐˜๐จ๐ฎ ๐‚๐ก๐š๐ง๐ง๐ž๐ฅ โž•

Ads
@Xiin_Sammuu
@Daaru_Salaam

We recommend to visit

Jeet ek Nasha hai aur is Nashe ki Factory ka mai ek lauta Baadshah hoon !

My Telegram Channel Link
https://t.me/+S9lLIcfDkRrhG-VZ

For Any Query Contact
My Username - @RehanBaadshah

Last updated 1ย week, 4ย days ago

Youtube Irraattis nu Argattu

https://www.youtube.com/c/KaachuuEntertainment

Yaada qabdan kamiifuu bot kana fayyadamaa
@Walaloo_bot

Last updated 1ย month, 2ย weeks ago

๐—๐—ถ๐—ฟ๐—ฒ๐—ฒ๐—ป๐˜†๐—ฎ ๐—บ๐—ถ๐—น๐—ธ๐—ฎ๐—ฎ'๐—ฎ๐—ฎ ๐—ท๐—ถ๐—ฟ๐—ฎ๐—ฎ๐—ฐ๐—ต๐˜‚๐˜‚๐—ณ ๐—ธ๐—ฎ๐—ธ๐—ฎ'๐˜‚๐˜‚๐—บ๐˜€๐—ฎ ๐—ฌ๐—”๐—”๐——๐—”๐—” ๐—ณ๐—ถ ๐——๐—”๐—ก๐——๐—˜๐—˜๐—ง๐—ง๐—œ๐—œ ๐—ฑ๐—ต๐—ผ๐—ธ๐—ฎ๐˜๐—ฎ๐—ฎ ๐—ผ๐—ณ๐—ถ๐—ถ๐˜๐˜๐—ถ ๐—ณ๐—ฎ๐˜†๐˜†๐—ฎ๐—ฑ๐—ฎ๐—บ๐˜‚๐˜‚๐—ณ ๐—พ๐—ผ๐—ฝ๐—ต๐—ถ๐—ถ ๐˜๐—ฎ'๐˜‚๐˜‚ ๐—ฏ๐—ฎ๐—ฟ๐—ฏ๐—ฎ๐—ฎ๐—ฐ๐—ต๐—ถ๐˜€๐—ฎ!
๐Ÿ’ฅ @Oromoo_Inspire_YaadaafBot ๐Ÿ’ฅ

Last updated 1ย week, 5ย days ago