Marriage Counseling

Description
https://t.me/+2sIf4y2UL1I1MGU0
Gorsa gaa'ela duraa fi gaa'ela boodaa ni argattu
Advertising
We recommend to visit

The official Telegram on Telegram. Much recursion. Very Telegram. Wow.

Last updated 2 weeks, 1 day ago

🌐 https://ipapkorn.github.io
Stay connected with the latest iPapkorn Bots and News 🗞️

Bots: https://t.me/iPapkornBots/2

Last updated 4 months, 2 weeks ago

Breaking News | Observing world events unfold in the grand theater of our time.

Last updated 2 weeks, 2 days ago

1 month, 3 weeks ago
**GAA’ELA MILKAA’INA QABUUF QOPHAA’UU KAN DANDEESSU …

GAA’ELA MILKAA’INA QABUUF QOPHAA’UU KAN DANDEESSU AKKAMITTI?

❍ Fakkeenya 24:27 irra kan jiru, dargaggeessa fuudha yaadu kan gargaaru akkamitti? Durbi tokko, gaa’elaaf of qopheessuuf maal gochuu dandeessi?
👇
https://tinyurl.com/bdexkk2n
https://tinyurl.com/bdexkk2n

2 months ago

Namoonni Hin Fuudhiin Yookiin Hin Heerumin!

💌 Bor nama gaa'ela keessatti isin wajjin tokko ta'u argachuuf asiif achi fiiguu akkasumas social media irra ilaaltanii akkasumatti ilaalcha mataa keessaniitiin walbarbaaduu dhiisaatii fuula Waaqayyoo duratti kadhannaadhaan nama kan keessan ta'e Waaqayyoon gaafadhaa; kan Waaqayyo isiniif ilaalu isa isin ilaallattan dachaa meeqa caala. Kanaaf obboloota nana ofii keessanis, walii keessanis hin gowwoomsinaa! Yeroo keessan waan hin taane irratti hin gubinaa! Waaqayyo waan hundumaatti nu haa dursu! Baay'een isin jaaladha! Baay'een isin Kabaja! Channel keenya isa hangafa Gaaela Gaarii hordofaa! Share waliif taasisaa! Galatoomaa!

❤️ @marriage_Counseling

2 months ago

Lallabaa 4:9-12

9 Wanti lama ta'anii itti dadhabanii hojjetan gatii gaarii waan qabuuf, lama ta'uun kophaa ta'uu irra in wayya; 10 inni tokko yoo kufe, hidhanni isaa lafaa isa in kaasa; nama yommuu kufu lafaa isa kaasu hin qabneef garuu wayyoo!

11 Namoonni lama walii wajjin yoo ciisan, wal in ho'isu, nama kophaa isaa ciisutti garuu, attamitti ho'uu danda'a ree? 12 Namni tokko nama kophaa adeemu tokko humna caalee yoo kuffise, warri lama ta'anii adeeman isaan mormuu in danda'u; fo'aan dachaa sadiin walitti fo'ame dafee hin citu.

@Marriage_Counseling
@Marriage_Counseling

2 months ago

Waljaalannee yoo jiraanne (Akka barbaanne yoo taane) Rakkoo hin Qabu!

➲ Caaffata qulqullaa'aa keessaa seenaa Amnoon baay'ee beekna. Obboleettii isaa jaalate, fedhiin jaalalaa isa keessatti uumame #obboleettii ta'uu ishee #dagate. #Ni_salphise, #waliin_ciise, kan duraan jaalatu caalatti #jibbe.

1. Hamma dhukkubsatutti jaalate,
2. Ni salphise,
3. Ni jibbe.

➲ Argitee! Fedhii jaalalaa sitti dhaga'amu dhugummaa isaa fi bu'aa isaa irraa ilaaluun sirra jiraata.

➲ Fakkeenyaaf ati lammaffaa dhalatte yoo taate kan jaalatte immoo amanattuu yoo ta'uu baatte jaalachuun kee garuu fedhii yoo ta'e, walitti dhufeenya keessan itti fufsiisuuf jechuun boru walfuudhuuf kan isin dandeessisu #hundeen keessan maal fakkaata? Kan jedhu yommuu ilaaltan tokkummaa lamaan keessanii caaffanni qulqullaa'aan akka hin deeggarre keessi kee ni beeka. Sirrii akka hin taane itti amanta. Haa ta'u malee fedhiin keessa keetti uumame dhugaa waan si jalaa haguugeef miira keetiin gaggeeffamtee kufuu dandeessa.

Miira ofii akka barbaadan gochuun kufaatiif saaxila waan ta'eef, ofqabuun barbaachisaadha.

@Marriage_Counseling
@Marriage_Counseling

2 months ago

Jaalallee jechuun Abbaa Manaa yookiin Haadha Manaa jechuu miti!

#Gaa'ela ana waliin dhaabbattaa? Gaaffiin jedhu gaafatamee fudhatama argate jechuun wal fuudhuu jechuu miti. Waaqayyoo fi fuula namaa duratti waadadhaan #hamma_walfuutanitti qulqullummaan turuu hin dagatinaa!

️እጮኛ ማለት ባል ወይም ሚስት አይደለም!

የ"#ታገቢኛለሽ" ጥያቄ አቅርቦ ተቀባይነት ማግኘት ማለት #መጋባት ማለት አይደለምና በእግዚአብሔርና ሰው ፊት በቃል ኪዳን #እስክትጋቡ ድረስ በንፅህና መቆየትን አትዘንጉ!

@Marriage_Counseling
@Marriage_Counseling

2 months ago

Jaalalalleen dhugaa, jaalallee isaa gara sireetti hin ariifachiisu!

እውነተኛ አፍቃሪ ፍቅረኛውን ወደ አልጋ አያስቸኩልም!

@Marriage_Counseling
@Marriage_Counseling

2 months ago

Uumama 24:57-67

57 Isaanis, "Mee, intala waamnee wanta isheen jettu in gaafanna!" jedhan. 58 Ribqaas waamanii, "Namicha kanaa wajjin ammuma in dhaqxaa?" jedhanii in gaafatan; isheenis, "Eyyee nan dhaqa" jette.

59 Isaanis Ribqaa obboleettii isaanii, guddisee ishee, hojjetaa Abrahaam, namoota isa duukaa turanis in geggeessan. 60 Yommuu kaasanis, "Yaa obboleettii keenyaa! Ati kuma kumaatamaa ta'i! Sanyiin kee karra kellaa warra isa jibbanii haa qabatu, mandaroota isaaniis kan isaa haa godhatu!" jedhanii Ribqaa in eebbisan.

61 Ribqaan, xomboreewwan ishees ka'anii gaalota yaabbatanii namicha duukaa in adeeman; innis Ribqaa fuudhee in adeeme. 62 Yisihaq yeroo sana gara bishaan boollaa "Be'er-Lahaayi-Ro'i" jedhamuu dhufee, biyya gara mirgaa sana keessa in jiraata ture.

63 Innis gaaf tokko gara galgalaa bakkeetti ba'ee yaadaan qabamee utuu adeemuu, ol ilaalee, gaalota as adeemaa jiran arge. 64 Ribqaanis ol ilaaltee Yisihaqin argitee, gaala irraa buute;

65 yommus isheen hojjetaa ishee fuudhee adeemu sanaan, "Namichi bakkee keessaa as nutti adeemu sun eenyu?" jette; hojjetichis, "Inni ilma gooftaa kootii ti" jedhee deebiseef; kana irratti isheen shaashii fudhattee ofitti haguugde. 66 Hojjetichis wanta hojjette hundumaa Yisihaqitti hime

67 Yisihaq gara dunkaana Saaraa haadha isaatti ishee in galfate; inni Ribqaa fuudhee, isheenis haadha manaa isaa taate; ishee jaallatee, gadda haadha isaa irraas in jajjabaate.

𝐉𝐚𝐚𝐥𝐚𝐥𝐢𝐢 𝐝𝐡𝐮𝐠𝐚𝐚𝐧 𝐤𝐚𝐚𝐧 𝐡𝐚𝐥𝐚𝐫𝐚𝐭𝐢𝐢 𝐡𝐢𝐧 𝐡𝐮𝐧𝐝𝐨𝐟𝐧𝐞𝐞𝐝𝐡𝐚 𝐮𝐛𝐛𝐚𝐝𝐡𝐚 𝐬𝐢𝐫𝐫𝐢𝐭𝐢 𝐃𝐮𝐛𝐢𝐟𝐚𝐝𝐡𝐚𝐚 𝐣𝐚𝐚𝐥𝐚𝐥𝐥𝐞𝐞𝐰𝐰𝐚𝐧
𝐆𝐚𝐚𝐞𝐥𝐚𝐟 𝐨𝐟 𝐪𝐨𝐩𝐡𝐞𝐞𝐬𝐬𝐚 𝐣𝐢𝐫𝐭𝐚𝐚𝐧

Hora bula😍❤️🙏

@Marriage_Counseling
@Marriage_Counseling

2 months, 1 week ago

Far 128:3-6

3 Haati manaa kee mana kee keessatti akka muka waynii ija godhatuu in taati; ijoolleen kees naannoo maaddii keetti akka lataa muka ejersaa in ta'u. 4 Kunoo, namni Waaqayyoon sodaatu, akka kanatti in eebbifama.

5 Waaqayyo tulluu Xiyoon irraa si haa eebbisu, bara jireenya kee guutuuttis, Yerusaalem bal'inatti jiraachuu ishee argii gammadi! 6 Ijoollee ijoollee keetiis argi! Nagaan Israa'eliif haa ta'u!

@Marriage_Counseling
@Marriage_Counseling

2 months, 1 week ago

Efesoon 5:21-30

Haati Manaa Fi Abbaan Manaa Attamitti Akka Walii Wajjin Jiraatan Gorsuu Isaa
21 Kristosin safeeffachuudhaan waliif abboomamaa! 22 Haati manaa akkuma gooftaa Yesusiif abboomamtu abbaa manaa isheetiifis haa abboomamtu!

23 Kristos mataa waldaa kristiyaanaa akkuma ta'e, abbaan manaas mataa haadha manaa ti; Kristos fayyisaa waldaa kristiyaanaa ti; waldaan immoo dhagna isaa ti. 24 Waldaan kristiyaanaa harka Kristos jala akkuma of galchitu, haati manaas waan hundumaatti harka abbaa manaa isheetii jala of haa galchitu.

25 Kristos akkuma waldaa kristiyaanaa jaallate, waldaadhaafis dabarsee of kenne, akkasuma abbaan manaas haadha manaa isaa haa jaallatu! 26 Waldaan kristiyaanaa Waaqayyo biratti fudhatamtuu akka taatutti, Kristos karaa dubbii isaatii bishaaniin dhiquudhaan ishee in qulleessa.

27 Waldaas xurii fi dirmammuun, wanti kana fakkaatus utuu irratti hin argamin fudhatamtuu mudaa hin qabne godhee, ulfinaan of dura ishee dhaabuuf jira. 28 Akkasuma immoo abbaan manaa akkuma dhagna ofii isaa jaallatutti, haadha manaa isaa jaallachuun in ta'aaf; namni haadha manaa isaa jaallatu ofii isaa in jaallata.

29 Namni foon isaa in soora, in dhimmaaf malee, takkaa foon isaa jibbee hin beeku; Kristosis waldaadhaaf akkasuma godhe. 30 Nuyi bu'aa dhagna Kristos.

OlmaGaarii❤️🙏

@Marriage_Counseling
@Marriage_Counseling

3 months, 4 weeks ago

[Dâñī WAVER:
🚁 Elekoptaricha tuqiitii eessa akka deemtu ilaali! Bakka Gaarii si geessiti!!
   ▬▬.◙.▬▬
    ▂▄▄▓▄▄▂
◢◤█▀▀████▄▄▄▄◢◤
█▄ █ █▄ ███▀▀
     ◙        ◙

Ilaaluuf "add Afaan Oromoo"
Kan jedhu tuqi waan ajaa'ibaa agarta.

Warri wave promotion keessa galuu barbaaddan karaa kana nu dubbisaa👇](https://t.me/addlist/LapmeyjT0kswZWZk)
@Youaremyjoice

We recommend to visit

The official Telegram on Telegram. Much recursion. Very Telegram. Wow.

Last updated 2 weeks, 1 day ago

🌐 https://ipapkorn.github.io
Stay connected with the latest iPapkorn Bots and News 🗞️

Bots: https://t.me/iPapkornBots/2

Last updated 4 months, 2 weeks ago

Breaking News | Observing world events unfold in the grand theater of our time.

Last updated 2 weeks, 2 days ago