Jeet ek Nasha hai aur is Nashe ki Factory ka mai ek lauta Baadshah hoon !
My Channel Link
https://t.me/Baadshah
For Any Query Contact
My Username - @RehanBaadshah
Last updated 2 months ago
Chaanaalli kun yeroo hundumaa Walaloowwan filatamoo fi ergaa guddaa qaban kan siniif dhiyeesaudha.
Yaada qabdan kamiifuu bot kana fayyadamaa
@Walaloo_bot
https://telega.io/?r=l9NDCHx-
Last updated 4 months, 3 weeks ago
Kaayyoon chanali kanaa faarfannaa haaraa fi kan durii isin biraan ga'uudhaafi
Dabalataan seenaalee garaa garaa isin biraan ga'uf
@Burqaa43
Last updated 1 year, 3 months ago
Akka bifa gaararraati
Jiruun biyya lafaa kanaa
Guyyaa tokko yonnaa ifee
Guyyaa biraammo dukkana
Tokko hin ta'u waliif adda
Wal hin fakkaatu gam-lachuu
Tokkoof gammachuutu gadda
Kaanif gaddatu Gammachuu
Barri kunis tolte hin toltu
Osoo jajjuu nama miiti
Osoo gammachuu kadhattuu
Muka gaddaatti si hiiti
Akka Saree kajeelchisti
Siif kakattee akka Arbaa
Naaf darba osooma jettuu
Barris didee sitti darba
Raawwiinshee gaddaaf gadadoo
Kakuunsheemmoo ta'ee fayyaa
Jiruun dachee hammaattuudha
Hundumaafu Waaqa wayya!
Belina Wakjira
BARRUUN...
Laphee laafu, ciigoon tumsa,
Dabeessayyuu ni gootomsa,
Kalee qeeqee, bor sukkuumaa,
Barruun dafqee, barruu uuma!
BARRUUN...
Jiruu ardii, tabbaaf dachaa,
Furuuf abdii jabaa dhalcha,
Boriif kuusuuf dilbii coomaa,
Barruun kobbeetti michooma!
BARRUUN...
Gaabbii darbe yaadachiisaa,
Qalbii gaabbe dhaadachiisaa,
Egereetti, riqaa tolchuuf, barruun dhii•ga,
Yoos guyyaanis, ni sussuka, barruu in fiiga!
BARRUUN ofii kana qofaa?
Lakkii!
Baruuf bultii qofat' hafa!
Guyyaa Sana, ifuuf jira, hiikni marruu,
Hin hafinaa, hin hafamu, cidhi BARRUU!
Eebba kitaaba "BARRUU"
Guyyaa:- 13/04/2017
Yeroo:- Sa'a 7:00
Bakka:- Giddu-gala Aadaa Oromoo!
Aga Guda NL ✍️?
Sami Graphics ?
Walaloon dhufaa jira
Account keessan Premium godhachuu warreen barbaaddan akkasumas namoonni star bitachuu barbaaddan. @Egaadhaqi irratti nu qunnamaa.
1 year = 4500
6 month = 2800
3 month = 2100
#JusticeforSalaalee
#JusticeforHorroguduruu
#JusticeforOromoo
Challenge accepted!
Telegiraamii waan fayyadamtaniif qofa akka siniif kaffalamu beektuu? Odeeffannoo guutuu argachuu warreen barbaaddan kunooti
??????????
Iyyata Waaqni ilma namaatti iyyatu
Ilmi namaa …
Ni dhaga’a malee hin dhaggeeffatu
Gurra qeensee hin qalbeeffatu
Qalbiisaa Waaqaaf hin laatu
Iyyata Waaqni ilma namaatti iyyatu
Ogeessonni gurra itti hooqqatu
Jecha Uumaatti guurii gurraa gad yaafatu
Uumaatu jedhee dagatanii maaliif jedhee wal gaafatu
Iyyata Waaqni ilma namaatti iyyatu
Wallaalonni gurra itti huuqqatu
Maaf dhaga’an?,akkamitti akka dhaga’an irraanfatu
Maal dhageenyee?,yoom dhageenyee wal gaafatu
Waaqni garuu
Dhoqqeerraa dhandhoonee
Erga namaa uumee itti yaadee
Daandii lama dura kaa’ee
Akka filatan barbaade
Ilmi namaa garuu
Bilisummaa yaadaa Uumaan isaaf kenneen
Daandiinkee isa kami?,nan filadha hin jenne
Bilisummaa yaadaa
Filannoo Waaqni isaaf laate argee
Ati na Uumuukeeyyuu nan shakke
Jedhee Iyyata Waaqni iyyatetti Waaqa Iyyatee darbe
Safuudhabboo ??
Walaloowwan Ajaa'ibaan TikTiko irratti jaalatamummaa guddaa kan argate Abbaan Kitaaba Qooxii Haftee Baqqalaa karaa YouTube isaa waan haaraa nuuf fidee dhufaa jira. Subscribe gochaa screenshot isaa nuuf ergaa
??????
Deebineerra. Sababa hojii tokko tokko tokkoof Tg irraa faagaadheen ture. Amma garuu dafaa ?
Add gochuun badhaafamaa!
Hubachiisa:- Baayyina share fi namoota garee irratti add gootanii itti dabaluun kan ergitan yoo ta'e disqualified taatu.
Hirmaannaa keessan hundaa'uun qarsii 100 - 100,000 badhafamaa
Carraa Gaarii
@MansuurJamaal
@gareeMJ
Jeet ek Nasha hai aur is Nashe ki Factory ka mai ek lauta Baadshah hoon !
My Channel Link
https://t.me/Baadshah
For Any Query Contact
My Username - @RehanBaadshah
Last updated 2 months ago
Chaanaalli kun yeroo hundumaa Walaloowwan filatamoo fi ergaa guddaa qaban kan siniif dhiyeesaudha.
Yaada qabdan kamiifuu bot kana fayyadamaa
@Walaloo_bot
https://telega.io/?r=l9NDCHx-
Last updated 4 months, 3 weeks ago
Kaayyoon chanali kanaa faarfannaa haaraa fi kan durii isin biraan ga'uudhaafi
Dabalataan seenaalee garaa garaa isin biraan ga'uf
@Burqaa43
Last updated 1 year, 3 months ago