Qofkii share raba luuqa iyo qofkii raba in wax loo xayaysiiyo
👇👇👇
@Samiir0910
Last updated 1 year, 7 months ago
Hoyga Aflaanta Hindiga Afsomali ah Gaar ahaan Kuwii Hore ee 70aad Kii ilaa 2012kii Jaceyl Waali @ALFAGHISTUDIO Halkan Ka Daawo
Buugaagta Somali ah? @Somalibooks
Kusoo dhawaw Halkan waxa aad ka helaysa filiman xiiso leh kuwii hore kuwii dambe iyo kuwii dhexeba iyagoo ku turjuman afkaaga hooyo.
Qofkii share iyo xayaysiin u baahan ha isoo qabto @xuseenzain
الإمام أبو عبد الله محمد بن إدريس الشافعي قال:
أخى لن تنال العلم إلا بستة:-
.١. ذكاء
٢. وحرص
٣. واجتهاد
٤. وبلاغة
٥. وصحبة أستاذ
٦. وطول زمان
Imaam Abu Abdallah Muhammad Bin Idriis Ash-Shaafi'iy akkana jechuun namoota gorsan:-
Yaa Obboleessa koo! Wantootni Jaha guutaman malee beekkumsa goonkumaa hin argattu jedhan:
1. Gamnummaa (cimummaa fi hubannaa)
2. Fedhii hin dhumne (Hifaatii irraa bilisa ta'uu)
3. Qabsoo (wallaansoo),
4. Meeshaawwan barnootaa( kitaaba, qalama, ...),
5. Barsiisaa wajjiin hiriyyoomuu ykn michoomuu fi
6. Dheerina yeroo (dhiha aduu takkatti beekaa hin ta'an).
Wanti guddaa fi hundaa caalu ammoo badii/yakka/ irraa fagaatanii argamuudha. Aalimni kun haasawa isaanii biroo keessatti gorsa barsiisa isaanii tuquun akkana jedhu:
ونور الله لا يؤتاه المعاصي
"Beekkumsi ykn ifni Allaaha nama yakkamaa ta'eef hin qoodamu."
.
@Sano_Haji7
**Sheikh Muhammad Amiin Al harariin [Rahimahullaahu] Sheikh Muqbil Yeroo Faarsu.
" Gariin Obboleewwan keenyaa tokko hajjii bar 1437 Sheikh Muhammad Amiin [Rahimahullahu] erga zayyareen booda. Da'awaa Sheikh Muqbil irraa Sheikha Gaafachuu eegale. Erga Hadiisoota Caalmaya Yaman Dubbatan himeen booda taa'umsuma San Keessatti akkana jedhe Sheikh Muhammad " Sheikh Muqbil Nama akkaan ilmii barbaaduu keesaatti qabsaa'ee fii jajjabaataa ,qaamaa fii qalbiin ilmiirra gad taa'aa tureedha. Kan Dhufee Sahiiha bukhaarii nabiratti qara'ee ergasii deemee Ma'ahada Harima Makkaatti baratee ergaa Gara galgalaa Deebi'ee Sharhii ibn Aqiil Na biratti qara'u ture. Yeruma Sharhii Ibn Aqiil bakka Munaadaa geenye, I'iraabaa Munaadaa mudaaf irraa na gaafate. Aniis Risaalaan " Hadiyyatu Ulil ilmi wal insaaf fii iعraabi Al munaadaal Mudaaf" jedhuuniin isaaf deebise" jedhe. Ergasii sheikhni akkana jedhe " Ulil ilm wal insaaf jechuu kiyyaan Sheikh Muqbiliin baana" jedhe.#أبوزياد_المكي Risaalaan kana kunoo**https://t.me/al_suniy/2416
1.Surah Al ankebut
Abdurahman Mossad
Qofkii share raba luuqa iyo qofkii raba in wax loo xayaysiiyo
👇👇👇
@Samiir0910
Last updated 1 year, 7 months ago
Hoyga Aflaanta Hindiga Afsomali ah Gaar ahaan Kuwii Hore ee 70aad Kii ilaa 2012kii Jaceyl Waali @ALFAGHISTUDIO Halkan Ka Daawo
Buugaagta Somali ah? @Somalibooks
Kusoo dhawaw Halkan waxa aad ka helaysa filiman xiiso leh kuwii hore kuwii dambe iyo kuwii dhexeba iyagoo ku turjuman afkaaga hooyo.
Qofkii share iyo xayaysiin u baahan ha isoo qabto @xuseenzain