Why Pay for Entertainment? Access Thousands of Free Downloads Now!

Aliyad Abdo Official

Description
Asirraa kanneen armaan gadii argattu

☑️Walaloo
☑️ Oduuf odeeffannoo tokko tokko
☑️ Seenessa garaa garaa


Created November 16/ 2021
Nu qunnamuuf
👇👇👇👇
@Sabaa_Ifaa
Advertising
We recommend to visit

Jeet ek Nasha hai aur is Nashe ki Factory ka mai ek lauta Baadshah hoon !

My Telegram Channel Link
https://t.me/+S9lLIcfDkRrhG-VZ

For Any Query Contact
My Username - @RehanBaadshah

Last updated 1 week, 4 days ago

Youtube Irraattis nu Argattu

https://www.youtube.com/c/KaachuuEntertainment

Yaada qabdan kamiifuu bot kana fayyadamaa
@Walaloo_bot

Last updated 1 month, 2 weeks ago

𝗝𝗶𝗿𝗲𝗲𝗻𝘆𝗮 𝗺𝗶𝗹𝗸𝗮𝗮'𝗮𝗮 𝗷𝗶𝗿𝗮𝗮𝗰𝗵𝘂𝘂𝗳 𝗸𝗮𝗸𝗮'𝘂𝘂𝗺𝘀𝗮 𝗬𝗔𝗔𝗗𝗔𝗔 𝗳𝗶 𝗗𝗔𝗡𝗗𝗘𝗘𝗧𝗧𝗜𝗜 𝗱𝗵𝗼𝗸𝗮𝘁𝗮𝗮 𝗼𝗳𝗶𝗶𝘁𝘁𝗶 𝗳𝗮𝘆𝘆𝗮𝗱𝗮𝗺𝘂𝘂𝗳 𝗾𝗼𝗽𝗵𝗶𝗶 𝘁𝗮'𝘂𝘂 𝗯𝗮𝗿𝗯𝗮𝗮𝗰𝗵𝗶𝘀𝗮!
💥 @Oromoo_Inspire_YaadaafBot 💥

Last updated 1 week, 5 days ago

1 week, 2 days ago

**Sitti hammaatus....

Dachii jala dhokadhu
Duumessa keessas badi,
Guyyaa lama jiraachuuf
Hin yaadin guyyaa sadii!

Yookii'mmoo.......

Warra jirataan irraa
Tooftaa jiruu qoradhu,
Waan abdatamu dhabdus
Cichii abdii horadhu !

Malee.....

Hangamuu yoo si xaxe
Kiyyoon shiraaf ka'ame,
Gufuuf gufaata malee
Galma kamtu ga'ame ?

Wal ga'uun murteessanis
Guyyaa gaafa qalmakee,
"Waaqni jedheeraa ?" jedhii
Ga'uuf fiigi galmakee !

Lati Chali Likasa**

1 week, 5 days ago

Osoo hin dhageenye deebisuu, osoo hin hubatin faallessuufi waan hin beeknetti murteesuun; amala namoota hin baranneeti.

2 weeks, 2 days ago

#YAADACHIISAA

Namoonni tapswap irratti galmooftan irra seenaa coin keessan baayyifadhaa

Namoonni hin galmoofne ammuma galma'aa

Carraan kun xumuramuuf guyyaa 22 qofatu  hafe
↓↓↓↓↓↓↓↓↓↓↓↓↓↓↓↓↓↓

𝐒𝐭𝐚𝐫 𝐆𝐨𝐝𝐡𝐢 𝐃𝐚𝐚𝐟𝐢

https://t.me/tapswap_mirror_bot?start=r_5285886302
↑↑↑↑↑↑↑↑↑↑↑↑↑↑↑↑

Hojii kana waan salphaatti hin ilaalinaa yoo coin miliyoona 10 geessan qarshii itoophiyaa kuma 12 olitti gurgurattu

Coin miliyoona kudhan gahuuf guyyaa 10 caala isinitti hin fudhatu

Akkaataa Tapswap irratti coin hojjetan viidiyoo kana ilaalaa

Hojiin kun carraa guddaadha waan ta'eef ariifadhaa hojjechuu jalqabaa

hojii jaqabuuf

https://t.me/tapswap_mirror_bot?start=r_5108418906
play godhi tap tap godhi.

2 weeks, 6 days ago

**Yeroo baay'ee rakkoon karaa Nu yaannu dhiise karaa biraan nutti dhufa.
Namni ati na miidha jettee shakkiin ofirraa eegdu si miidhu dhiise kan ati na fayyada jettee abdattu si miidhuu danda'a.

Bara durii gurbaa dargaggoo tokkotu ture, gurbaan Kun sinbira xiqqoo tokko lafaa argatee gara mana isaatti fuudhee gale. Nyaachisee obaase hanga isheen guddattee balali'uu dandeessutti waan hunda guutee fi kunuunsa ture. sinbirri kun guddattee Balalii'uu jalqabdee akkuma obboloota ishee ganama barii manaa baate galgala gara manaatti galti turte.

Guyyaa tokko utuu mukarra ta'aa jirtuu xiyyaan rukatamte garuu hin kufne, yeroo gara boodaatti naannoftee ilaaltu Kan Xiyyaan ishee rukute gurbaa isiin akka Abbaa fi Haadhaatti ilaaltudha.

Simbirri kun akkas jette "Kan na dhukkubse, Kan na ajjeese waraanamuu kiyya miti, Nama na waraane arguu kooti" Jette

Seenaa kana irraa waan hedduu barachuu dandeenya. nama tokko nu miidha jennee Shakkii cimaa keessa galuu hin qabnu, akkasumas nu fayyada jennees abdii guutuu keessa galuu hin qabnu. Giddu gla taanee arraba Keenya to'annee jiraachuu qabna. Waan guyyaa keessa jijjiiramu hin beeknu waan ta'eef.**

3 weeks ago

#Jirra_jiruu_afaanii **Obbaafannee rakkoo mara
Jalaa bannee hin dhokanne
Rakkinaaf roorroo mara
Hurgufannee hin boqanne

Hafuuras hin baafanne
Marmaramnees boollan buune
Qalbii guutuun hin jiraanne
Garuu jirra hin duune

Hin jirruuf hin duune
Hin jiraanne jiruutti
Balbalfataa jiraannaa
Du'aaf jiruu hiruutti**

✍️... @Sabaa_Ifaa

#JOIN_AND_SHARE

👇👇👇👇👇👇👇👇👇
💎💎💎💎💎💎💎💎💎
💎💎@Aliyyee360 💎💎
💎💎@Aliyyee360 💎💎
💎💎@Aliyyee360 💎💎
💎💎💎💎💎💎💎💎💎

2 months, 3 weeks ago

**Nama waliin jiraachuuf
Ergan yaalii koo fixee
Bineensa firoomfadhuu
Bosona keessa lixee?

Xaxadhee manaa ba'ee
Gaara Cillimoo galuu?
Hoomaa bineensaa waliin
Baala nyaachuu shaakaluu?

Tarii karkarroonilleee
Dhugaa koo naaf hubataa?
Ollaasaatti galuuree
Deemee gaara Mul'ataa?!

Weenniin tulluu Walaliifi
Arbi Baabbillee keessaa
Tarii imimmaan koo kana
Barruusaatti naaf qeensaa?

Tarii natti dhiyaatee
Madaa koo naaf ilaalaa
Bosona Baalee seenee
Firoomfadhuu Niyaalaa?

Namnoo dubbatee haalee
Kakatees kakuu cabsaa
Mee Gafarsatti siqee
Mirkanneeffadhuu kansaa?

Maaltu beekaree tarii
Dafqa koo yoon qoorfadhe
Mee ka'een takka ilaala
Bineensa firoomfadhee...

Bineensuu foolii beeka
Qomoosaa gaafa duraa
Fuunfatee - faana dha'ee
Rakkinarraa wal fura...

Sardiidni ni nyaattiiree
Foon murtee sardiidarraa
Yeeyyiinuu gamtaa uumtee
Wal tikfatti diinarraa!

Akkan wabii argadhee
Gidiraan narraa doomu
Qe'ee namaa baqadhee
Bineensatti firoomuu?!**

✍️... #Leta_Kenai

#JOIN_AND_SHARE

👇👇👇👇👇👇👇👇👇
💎💎💎💎💎💎💎💎💎
💎💎@Aliyyee360 💎💎
💎💎@Aliyyee360 💎💎
💎💎@Aliyyee360 💎💎
💎💎💎💎💎💎💎💎💎

2 months, 3 weeks ago

Addunyaa kana irratti wanti akka jecha "tole" jedhuu gatii nama kaffalchiisu hin jiru. Lakki jechuun salphaadha. Kan lakki jedhe beekees wallaales itti hin gaabbu. Yeroo hunda "tole" jechuun garuu hoolaa ta'uudha. Bakka tikseen kee si oolche ooluu jechuudha.

2 months, 3 weeks ago
Oduu gammachiisaa fideera

Oduu gammachiisaa fideera

👉 ADD fi sagantaa badhaasa argachuu

CBE sagantaa Add, Get Rewarded jedhu eegaluudhaan badhaasa adda addaa isiniif qopheessee jira, maamiloota keenya kabajamoo.

Namoota miseensa garee Telegram akka ta'an affeeruun ADD gochuun badhaasa argadhaa

Wanti isin gochuu qabdan dabaluu qofa.
Nama tokkoof Birrii 50 arganna jennee eegna.

🎁 Birrii 1000 yeroo nama 50 itti dabaltan

🎁 Birrii 2000 yeroo nama 100 itti dabaltan

🎁 Namoota 150 Sedergu Birrii 3000 itti dabale

🎁 Gaafa nama 200 itti dabaltan Birrii 5000 fi lakkoofsa lootii keessanii argattu. Motor Bilbila ismaartii.

Dafii amma dabali badhaafam.

👍👍 Carraa gaarii 🙏🙏

🙏🙏 Badhaasa argachuuf isa itti aanu cuqaasaa

@safaricom_afaan_oromoo1
@safaricom_afaan_oromoo1

We recommend to visit

Jeet ek Nasha hai aur is Nashe ki Factory ka mai ek lauta Baadshah hoon !

My Telegram Channel Link
https://t.me/+S9lLIcfDkRrhG-VZ

For Any Query Contact
My Username - @RehanBaadshah

Last updated 1 week, 4 days ago

Youtube Irraattis nu Argattu

https://www.youtube.com/c/KaachuuEntertainment

Yaada qabdan kamiifuu bot kana fayyadamaa
@Walaloo_bot

Last updated 1 month, 2 weeks ago

𝗝𝗶𝗿𝗲𝗲𝗻𝘆𝗮 𝗺𝗶𝗹𝗸𝗮𝗮'𝗮𝗮 𝗷𝗶𝗿𝗮𝗮𝗰𝗵𝘂𝘂𝗳 𝗸𝗮𝗸𝗮'𝘂𝘂𝗺𝘀𝗮 𝗬𝗔𝗔𝗗𝗔𝗔 𝗳𝗶 𝗗𝗔𝗡𝗗𝗘𝗘𝗧𝗧𝗜𝗜 𝗱𝗵𝗼𝗸𝗮𝘁𝗮𝗮 𝗼𝗳𝗶𝗶𝘁𝘁𝗶 𝗳𝗮𝘆𝘆𝗮𝗱𝗮𝗺𝘂𝘂𝗳 𝗾𝗼𝗽𝗵𝗶𝗶 𝘁𝗮'𝘂𝘂 𝗯𝗮𝗿𝗯𝗮𝗮𝗰𝗵𝗶𝘀𝗮!
💥 @Oromoo_Inspire_YaadaafBot 💥

Last updated 1 week, 5 days ago